๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒน๐Ÿ”บkutaa-48-ffยชยช๐Ÿ”บ๐ŸŒน
  โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒบโžžGaafi fi Deebi
                โžžMuslimoota.๐Ÿ‘ˆ
โœYohaannis 11:53-54๐Ÿ‘‡
guyyaa sanaa jalqabee isa
#ajjeesuuf isa irratti mariatan.
Kanaan kan kaes, Iyyaasuus(kiristoos) sana
booda
#ifatti Yihudoota gidduu hin deddeebine; kanaa mannaa #bakka sanaa #gadhiisee gara naannoo lafa onaa bira jiru, jechuunis magaalaa #Efreem jedhamtu tokko dhaqee barattoota isaa wajjin achi ture.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“gaaffii isaanii akkasii turee
1=) Kiristoos hin fanifamne ,yihudoonni irratti mariโ€™atanii isaa ajeessuf jala deemee jedhuu. Kanaafuu eessatti arganii ajjeessan jedhuu.......โ“
==================
๐Ÿ”บDeebi keenya ๐Ÿ‘‡
Lakki saba hundafi due Kiristoos kan jedhuu ta'a
๐ŸŒบRagaa+kitaaba
โ“ตโž›Yohaannis 11:51-52
inni(Qaayafan) kana kan
dubbate ofii isaatiin kakaee hin turre; kanaa mannaa, bara sanatti inni luba oli_Aanaa waan tureef Iyyaasuus(Kiristoos)
#sabichaaf akka #duu_raajii dubbate;
kan
#duus_ijoollee Waaqayyoo warra #bittinnaaanii jiran walitti
qabee
#tokko gochuuf malee sabichaaf qofa miti.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžก๏ธ gara mataa duree keenya yoo,deebinuu immoo Eeyyee yihudoonni irratti mariโ€™atanii jiruu isaa ajjeesuudhaaf.

Kiristoos garuu hanga yoonaa hojii isaa hin xumuree ,kayyoo Kiristoos hambisuuf yeroo baay'ee ni deemuu ,

Uumanni Kiristoositti wani Amanuufi uumataa keenya nuu,jalaa fudhatee jedhanii isaa ajeessuf deemuu ,๐Ÿ”บuumanii hundinuu Kiristoos duukaa yoo,bu'ee fayyida mata isani hin argatani,kanafi malee uumata jaalatanii mitii.
โ“ถโž›Yohaannis 11:47_48
Dura buutonni lubootaa fi Fariisonni miseensota yaaii Saanhedriin walitti qabanii
akkana jedhan: โ€œNamichi kun dinqii hedduu hojjechaa waan jiruuf maali goonuโ“
Yoo akkanumatti
#isa_dhiisne, hundi isaanii isatti #amanu; warri Roomaas dhufanii #iddoo #keenyaa fi saba keenya fudhatu
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžžkanafuu Kiristoos iddoo kan gadii dhisee deemee malee erguu hin dhaqne "kunoo Kitaabni iddoo inni jiruu maqaa wajiin lafaa godhee jira ยซ
#magaalaa_Efreemi ยป
โ“ทโž›Yohaannis 11:53.
......gadhiisee gara naannoo lafa onaa bira jiru, jechuunis magaalaa
#Efreem jedhamtu tokko dhaqee barattoota isaa wajjin achi ture.

๐ŸŒนHaataโ€™u malee ammas yeroo Ayyaana fasika walitti dhufanii jiruu.
โ“ธโž›Yohaannis 12:9
#Yeroo kanatti, #Yihudoonni_hedduun akka inni achi jiru beekanii dhufan; kan dhufanis #Iyyaasuus(Kiristoos)
#qofa utuu hin tain, Alaazaar isa inni duaa kaase sanas ilaaluuf ture.
๐Ÿ”บkanafis yeroo tokko jala iddoo sana dhisee deemee yoo,jedhamee
#musiliimonni gowwummaadha hin ajjeessne jedhuu * kunoo Kitaabni yeroo biraa akka walitti dhufanii ibsaa ,kanafuu guyyaa jalqabaa sana erga harka bahe gara Abbaa deemee yeroo lammaffaa immoo eessa dhufee jennee yoo, gaafane deebii gonkumaa hin qabanii ๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜œ๐Ÿ˜œ๐Ÿ˜œ.โ“
๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ
๐ŸŒบkayyoo Kiristoos yihudoota jala deemee ykn miliquu wanta lamaa qofaa
1โžž
#sa'aatii isa wanii hin geenyeef//yoo saaatin isa gahee ni qabuu.
2โžžhojii isaa hanga
#xumurati
โ“นโž›Yohaannis 7:6
Iyyaasus(kiristoos) akkana isaaniin jedhe
#Yeroon koo amma iyyuu #hin_geenye,isin garuu yeroon keessan yoom iyyuu mijaaaa dha

โ“บโž›Yohaannis 12:23
Yesuus garuu akkana jedhee
isaaniif deebise: โ€œSaaatiin Ilmi namaa ulfina itti argatu
#gaeera.
โ“ปโž› Yohaannis 17:4
Ani
#hojii akkan hojjedhu anaaf kennite #xumuree, lafa irratti ulfina sii kenneera.
โ–ฎโžžsa'aatii isaa yoo, gahee fi hojii isaa hoo,xumuree harka yihudootati ni du'a.
โ“ผโž›Luqaas 18:31_33
Achiis warra Kudha Lamaan
#kophaatti baasee akkana isaaniin jedhe: โ€œAmma gara iyerusaalemitti oli baaa jirra; wanti raajonni Ilma namaa ilaalchisee barreessan
hundi ni
#raawwatama.  Fakkeenyaaf, harka namoota Yihudoota hin taanetti dabarfamee kennama, itti
#qoosama, rakkinni irra gaa, akkasumas itti tufama. Erga isa garafanii booda isa #ajjeesu; inni garuu guyyaa #sadaffaatti duaa ni kaa.โ€(โด Luqaas 13:31-32โต)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ˜œ mee,Kiristoos hin dune kani jedhuu caqasa kitaaba tokko nuuf fida mee...โ“dhugaa nama beekuu yoo, tahanii ...โ“โ“โ“
Gonkumaa hin fidanii sarootani wayii..๐Ÿ˜๐Ÿ˜
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนlink kan xuqa๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=========||===========
๐ŸŒน๐™ž๐™Ÿ๐™ค๐™ค๐™ก๐™ก๐™š๐™š ๐Ÿ‘‡
#Namni akkamitti ijoollee Waaqayyo ta'u danda'a.โ“
โ“ตโžป
#๐š–๐šŠ๐šŠ๐šš๐šŠ ๐š’๐šœ๐šŠ๐šŠ๐š๐š’ ๐šข๐š˜๐š˜ ๐šŠ๐š–๐šŠ๐š—๐šŽ
โ“ถโžป ๐š ๐šŠ๐šŠ๐šš๐šŠ ๐šข๐š˜๐š˜
#๐š“๐šŠ๐š•๐šŠ๐š—๐šŽ ๐š๐š’ ๐šŠ๐š“๐šŠ๐š“๐šŠ ๐š’๐šœ๐šŠ๐šŠ ๐šข๐š˜๐š˜ ๐šŽ๐š๐š—๐šŽ
โ“ทโžป
#๐š ๐šŠ๐šŠ๐šš๐šŠ๐šข๐š˜ ๐š ๐šŠ๐š—๐š’ ๐š—๐šž๐šž ๐š“๐šŠ๐š•๐šŠ๐š๐šž๐šž๐š๐š’
โ“ธโžป
#๐šŠ๐š๐šž๐šž๐š›๐š›๐š’ ๐š ๐šŠ๐šŠ๐šš๐šŠ๐šข๐š˜ ๐šข๐š˜๐š˜ ๐šš๐šŠ๐š‹๐šŠ๐š๐šŽ
โ“นโžป๐š”๐šŠ๐š—๐š’ ๐š‘๐š’๐š—
#๐šœ๐š˜๐š‹๐š—๐šŽ ๐šข๐š˜๐š˜ ๐š๐šŠ๐š—๐šŽ
โ“บโžป ๐š ๐šŠ๐šŠ๐šš๐šŠ๐šข๐š˜
#๐š ๐šŠ๐š•๐š’๐š๐š๐š’ ๐šข๐š˜๐š˜ ๐š—๐šž๐šž ๐šš๐šŠ๐š‹๐šŽ.
โ“ปโžป
#๐š‹๐š’๐š•๐š’๐šœ๐šž๐š–๐šŠ๐šŠ ๐šข๐š˜๐š˜ ๐šš๐šŠ๐š‹๐šŠ๐š—๐šŽ.

๐ŸŒน๐š“echi
#ijoollee jedhuu afaanii Giriikiitiin #ฯ„ฮญฮบฮฝฮฑ (Tekna) jedhama.

โถโžปYohaannis 1:12
Warra isa simatan hundumaatiif, isaan
#maqaa isaatti waan #amananiif, #ijoollee_Waaqayyoo akka taสผaniif aangoo isaaniif kenne.
โทโžปRaajii-Isayaas 63:8
#innis, โ€œIsaan dhugumaan saba koo ti #ijoollee hin sobnee dhaโ€ jedhe; kanaafuu inni Fayyisaa isaanii taสผe.
โธโžปYohaannis 11:52
kan
#duus_ijoollee Waaqayyoo warra bittinnaaสผanii jiran walitti qabee #tokko gochuuf malee sabichaaf qofa miti.

โนโžป Luqaas 13:34
Yaa Iyerusaalem, yaa Iyerusaalem, raajota kan ajjeestu, warra gara keetti ergamanis dhagaadhaan kan tumtu, akkuma
#lukkuun cuucota ishii qoochoo ishii jalatti walitti qabdu #ijoollee kee siสผa meeqan walitti qabuu barbaade! Isin garuu hin barbaanne.
โบโžปRoome 8:16.
#Nuti_ijoollee Waaqayyoo taสผuu keenya #hafuurichi hafuura keenyaa wajjin taสผee dhugaa baสผa.
โปโžปRaaji Isaayaas 44:3
Ani lafa dheebote irratti bishaan,lafa gogaa irratti burqaa nan dhangalaasaatii;
ani
#ijoollee kee irratti #Hafuura koo,sanyii kee irratti immoo eebba koo nan dhangalaasa.

โผโžปRoome 8:21
kunis, uumamni mataan isaas garbummaa tortoruu jalaa bilisa baสผee,
#bilisummaa_ijoollee Waaqayyoo isa ulfina qabeessa akka argatuufi.
โฝโžปRoome 9:8
Kanaafuu, warri akka fooniitti
ijoollee taสผan dhuguma ijoollee Waaqayyoo miti; kanaa mannaa, akka sanyii isaatti kan lakkaaสผaman warra akka #waadaa sanaatti #ijoollee isaa taสผani dha.

โพโžป1Yohaannis 3:1
#Nuti_ijoollee Waaqayyoo jedhamnee akka waamamnuuf #Abbaan_jaalala guddaa akkamii akka nutti argisiise ilaalaa! Dhuguma iyyuu nuti ijoollee isaa ti. Addunyaan Waaqayyoon hin beeku; nuunis kan hin beekne kanaafi.
โฟโžป1Yohaannis 5:2
Waaqayyoon yommuu
#jaallannuu fi #ajajawwan isaa yommuu raawwannu #ijoollee_Waaqayyoo akka jaallannu kanaan ni beekna.

๐Ÿ‘‡๐–Œ๐–†๐–—๐–† T๐‘’๐‘™๐‘’๐‘”๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘š๐‘Ž๐‘Ž ๐‘˜๐‘œ๐‘ก๐‘ข๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha