๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
#Ani saboota #hundumaa
nan #sochoosa; wantoonni
gatii guddaa qabanis saboota hundumaa keessaa ni dhufu mana kanas ulfinaan nan guutaโ jedha #Waaqayyo Gooftaan Raayyaa.
โ Ibroota 12:25-26
#Iyyaasuus isa arsaa kakuu #haaraa tae, akkasumas #dhiiga facaafame isa karaa
#dhiiga Abeel irra aaluun dubbatuttil dhihaattaniittu.
#Isin isa #dubbachaa jiru
sana dhaggeeffachuu akka hin#didne of eeggadhaa. Namoonni isa lafa irratti akeekkachiisa#Waaqayyo
biraa dhufe dubbatu
sana dhaggeeffachuu didan adaba irraa erga hin oollee, nutiisa #samii irraa dubbatum sana irraa yoo garagalle akkamittiadaba jalaa
ooluu dandeenyaโ
#Yeroo sanatti #sagaleen isaa#lafa_sochoose,amma garuu, โAl_tokko dabalee lafa #qofa utuuhin tain, samiis nan #sochoosaโjedhee #waadaa galeera.
Jechoonni โali tokko dabaleeโ jedhan wantoonni hin sochooneakka itti fufaniif, wantoonni sochoan, jechuunis wantoonnitolfaman akka balleeffaman argisiisu. Kanaafuu, #Mootummaa sochouu hin dandeenye fudhachuuf akka jirru waan beeknuuf, gaarummaa guddaa isa karaa fudhatama qabuun, sodaafi ulfina guddaadhaan #tajaajilaqulqulluu Waaqayyoof dhiheessuu itti dandeenyu fudhachuu
keenya itti haa fufnu. Sababiin isaas, Waaqni keenya #ibidda gubee balleessu dha.
๐น inni bira sababa lafti sochoโaatefi Kiristoos Waani sodaateefi
โFar 68:8
#Lafti ni kirkirte;
#Waaqayyoon kan kae
#samiin bokkaa roobse;
Siinaan kunis Waaqayyo isa
#Waaqa_Israael ta'een kan
kae ni #kirkire.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นGaafi 4ffaa
4=namoonni du'anis turan
Maalif awwaala keessa
bahaniโ
=Deebi
โDubbin Kiristoos akka raawamatufi
โYohaannis 5:25
#Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #sa'aatiin warri #du'an
#sagalee #Ilma_Waaqayyoo ittidhagaan ni dhufa; saa'atiin sunis amma dha; #warri isa dhagaanis ni #jiraatu.
โYohaannis 5:28
Kana hin #dinqisiifatinaa; sababiin isaas, sa'aatiin warri #awwaala keessa jiran #hundi #sagalee isaa itti
dhagaan ni dhufa;
โโinni bira Kiristoos
Waaqayyo ta'u isa ibsuuf
Kunis namoonni kuni erga
du'ani ture jira #qaamni isaani Hundi #biyyee taโe jira
Kanaafu amma biyyee irraa
Qaama isaani tolche du'a
isaan kaasee jira.(Ser.Uum 1:7)
โFar 104:29
Yommuu #fuula kee dhoksitu
ni jeeqamu. #lubbuu isaanii
yoo fudhatte, #du'anii_biyyootti deebiu.Yoomu fuula kee,itti qabde immo lubbuu ni argatu
Atis irra lafaa ni haaressita.
โฌโฌโฌโฌโฌ
๐นGaafi 5 ffaa
5=erga awwaala keessa
bahanii eessaa jirtanโ
Isaa booda du'an moo
hin dunneโ
=deebi
Erga #awwaala keessa bahanii
Gara #IYarusalemi deemani
Isaa booda wa'ee #Kiristoos
Dubbacha turanii'
โmat 27:53
#Kiristoos erga #du'aa kaee booda, #namoonni awwaala gidduudhaa ba'an
gara #magaalaa qulqulluutti ni seenan; #namoonni #hedduunis
isaan #argan.
โjechi #namoota heddunis isaan argan jedhu = #addunyaa kana irratti namoota baay'e #barisiisu isaanii ibsa
แแดแแต 27:53
#แจแตแแฃแคแแ แ แแ แจแแแฅแฎแฝ แแฅแฐแ แแฐ แ แตแตแต แจแฐแ #แแกแ #แแฅแแแฝ_แณแฉ.
๐ #Baayina namoota kan meeqaYero jennuu immoo
500-600 jidduu ni ta'u
โ 1Qor 15:6
Achiis ali tokkotti obboloota #500 caalanitti mulate;
#isaan keessaa tokko
tokko #du'aniiru; #hedduun isaanii #garuu amma iyyuu
nuu #wajjin jiru.
โkanafuu namoonni kunis
Kuni isaanii akkauma #Alaazaari, du'ani jiruu yookiin
Akkuma #Muse, akkuma #Abrahaami,du'ani jiruu
Kuni isaani immoo akkuma
#Henok, Eliyaas,gara samii fudhatamni jiruu
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ Link kan xuqaa seena๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
===//====//====

๐น๐๐๐ค๐ค๐ก๐ก๐๐ ๐
#Namni akkamitti ijoollee Waaqayyo ta'u danda'a.โ
โตโป #๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐
โถโป ๐ ๐๐๐๐ ๐ข๐๐ #๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐๐
โทโป #๐ ๐๐๐๐๐ข๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โธโป #๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ข๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐๐
โนโป๐๐๐๐ ๐๐๐ #๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐๐
โบโป ๐ ๐๐๐๐๐ข๐ #๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐.
โปโป #๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐๐.
๐น๐echi #ijoollee jedhuu afaanii Giriikiitiin #ฯฮญฮบฮฝฮฑ (Tekna) jedhama.
โถโปYohaannis 1:12
Warra isa simatan hundumaatiif, isaan #maqaa isaatti waan #amananiif, #ijoollee_Waaqayyoo akka taสผaniif aangoo isaaniif kenne.
โทโปRaajii-Isayaas 63:8
#innis, โIsaan dhugumaan saba koo ti #ijoollee hin sobnee dhaโ jedhe; kanaafuu inni Fayyisaa isaanii taสผe.
โธโปYohaannis 11:52
kan #duus_ijoollee Waaqayyoo warra bittinnaaสผanii jiran walitti qabee #tokko gochuuf malee sabichaaf qofa miti.
โนโป Luqaas 13:34
Yaa Iyerusaalem, yaa Iyerusaalem, raajota kan ajjeestu, warra gara keetti ergamanis dhagaadhaan kan tumtu, akkuma #lukkuun cuucota ishii qoochoo ishii jalatti walitti qabdu #ijoollee kee siสผa meeqan walitti qabuu barbaade! Isin garuu hin barbaanne.
โบโปRoome 8:16.
#Nuti_ijoollee Waaqayyoo taสผuu keenya #hafuurichi hafuura keenyaa wajjin taสผee dhugaa baสผa.
โปโปRaaji Isaayaas 44:3
Ani lafa dheebote irratti bishaan,lafa gogaa irratti burqaa nan dhangalaasaatii;
ani #ijoollee kee irratti #Hafuura koo,sanyii kee irratti immoo eebba koo nan dhangalaasa.
โผโปRoome 8:21
kunis, uumamni mataan isaas garbummaa tortoruu jalaa bilisa baสผee, #bilisummaa_ijoollee Waaqayyoo isa ulfina qabeessa akka argatuufi.
โฝโปRoome 9:8
Kanaafuu, warri akka fooniitti ijoollee taสผan dhuguma ijoollee Waaqayyoo miti; kanaa mannaa, akka sanyii isaatti kan lakkaaสผaman warra akka #waadaa sanaatti #ijoollee isaa taสผani dha.
โพโป1Yohaannis 3:1
#Nuti_ijoollee Waaqayyoo jedhamnee akka waamamnuuf #Abbaan_jaalala guddaa akkamii akka nutti argisiise ilaalaa! Dhuguma iyyuu nuti ijoollee isaa ti. Addunyaan Waaqayyoon hin beeku; nuunis kan hin beekne kanaafi.
โฟโป1Yohaannis 5:2
Waaqayyoon yommuu #jaallannuu fi #ajajawwan isaa yommuu raawwannu #ijoollee_Waaqayyoo akka jaallannu kanaan ni beekna.
๐๐๐๐๐ T๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ก๐ข๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)