๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ

#Ani saboota #hundumaa
nan
#sochoosa; wantoonni
gatii guddaa qabanis saboota hundumaa keessaa ni dhufu mana kanas ulfinaan nan guutaโ€™ jedha
#Waaqayyo Gooftaan Raayyaa.
โœ Ibroota 12:25-26
#Iyyaasuus isa arsaa kakuu #haaraa tae, akkasumas #dhiiga facaafame isa karaa
#dhiiga Abeel irra aaluun dubbatuttil dhihaattaniittu.

#Isin isa #dubbachaa jiru
sana dhaggeeffachuu akka hin#didne of eeggadhaa. Namoonni isa lafa irratti akeekkachiisa#Waaqayyo
biraa dhufe dubbatu
sana dhaggeeffachuu didan adaba irraa erga hin oollee, nutiisa
#samii irraa dubbatum sana irraa yoo garagalle akkamittiadaba jalaa
ooluu dandeenyaโ“

#Yeroo sanatti #sagaleen isaa#lafa_sochoose,amma garuu, โ€œAl_tokko dabalee lafa #qofa utuuhin tain, samiis nan #sochoosaโ€jedhee #waadaa galeera.
Jechoonni โ€œali tokko dabaleeโ€ jedhan wantoonni hin sochooneakka itti fufaniif, wantoonni sochoan, jechuunis wantoonnitolfaman akka balleeffaman argisiisu. Kanaafuu,
#Mootummaa sochouu hin dandeenye fudhachuuf akka jirru waan beeknuuf, gaarummaa guddaa isa karaa fudhatama qabuun, sodaafi ulfina guddaadhaan #tajaajilaqulqulluu Waaqayyoof dhiheessuu itti dandeenyu fudhachuu

keenya itti haa fufnu. Sababiin isaas, Waaqni keenya
#ibidda gubee balleessu dha.

๐ŸŒน inni bira sababa lafti sochoโ€™aatefi Kiristoos Waani sodaateefi
โœFar 68:8
#Lafti ni kirkirte;
#Waaqayyoon kan kae
#samiin bokkaa roobse;
Siinaan kunis Waaqayyo isa
#Waaqa_Israael ta'een kan
kae ni
#kirkire.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนGaafi 4ffaa
4=namoonni du'anis turan
Maalif awwaala keessa
bahaniโ“
=Deebi
โ—ˆDubbin Kiristoos akka raawamatufi
โœYohaannis 5:25
#Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #sa'aatiin warri #du'an
#sagalee #Ilma_Waaqayyoo ittidhagaan ni dhufa; saa'atiin sunis amma dha; #warri isa dhagaanis ni #jiraatu.

โœYohaannis 5:28
Kana hin
#dinqisiifatinaa; sababiin isaas, sa'aatiin warri #awwaala keessa jiran #hundi #sagalee isaa itti
dhagaan ni dhufa;

โœโž›inni bira Kiristoos
Waaqayyo ta'u isa ibsuuf
Kunis namoonni kuni erga
du'ani ture jira
#qaamni isaani Hundi #biyyee taโ€™e jira
Kanaafu amma biyyee irraa
Qaama isaani tolche du'a
isaan kaasee jira.(Ser.Uum 1:7)

โž›Far 104:29
Yommuu
#fuula kee dhoksitu
ni jeeqamu.
#lubbuu isaanii
yoo fudhatte,
#du'anii_biyyootti deebiu.Yoomu fuula kee,itti qabde immo lubbuu ni argatu
Atis irra lafaa ni haaressita.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนGaafi 5 ffaa
5=erga awwaala keessa
bahanii eessaa jirtanโ“
Isaa booda du'an moo
hin dunneโ“
=deebi
Erga
#awwaala keessa bahanii
Gara
#IYarusalemi deemani
Isaa booda wa'ee
#Kiristoos
Dubbacha turanii'
โœmat 27:53
#Kiristoos erga #du'aa kaee booda, #namoonni awwaala gidduudhaa ba'an
gara
#magaalaa qulqulluutti ni seenan; #namoonni #hedduunis
isaan
#argan.
โ—ˆjechi
#namoota heddunis isaan argan jedhu = #addunyaa kana irratti namoota baay'e #barisiisu isaanii ibsa
แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 27:53
#แŠจแ‰ตแŠ•แˆฃแŠคแ‹แˆ แ‰ แŠ‹แˆ‹ แŠจแˆ˜แ‰ƒแ‰ฅแˆฎแ‰ฝ แ‹ˆแŒฅแ‰ฐแ‹ แ‹ˆแ‹ฐ แ‰…แ‹ตแˆตแ‰ต แŠจแ‰ฐแˆ› #แŒˆแ‰กแŠ“ #แˆˆแ‰ฅแ‹™แ‹Žแ‰ฝ_แ‰ณแ‹ฉ.

๐Ÿƒ
#Baayina namoota kan meeqaYero jennuu immoo
500-600 jidduu ni ta'u
โœ 1Qor 15:6
Achiis ali tokkotti obboloota #500 caalanitti mulate;
#isaan keessaa tokko
tokko
#du'aniiru; #hedduun isaanii #garuu amma iyyuu
nuu
#wajjin jiru.
โž›kanafuu namoonni kunis
Kuni isaanii akkauma
#Alaazaari, du'ani jiruu yookiin
Akkuma
#Muse, akkuma #Abrahaami,du'ani jiruu
Kuni isaani immoo akkuma
#Henok, Eliyaas,gara samii fudhatamni jiruu
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โœ Link kan xuqaa seena๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
===//====//====
โžฉ๐ŸŒบ kutaa _ 59 ffยชยช ๐Ÿ”ณ
โ–ฒโ–ฒโ–ฒโ–ฒโ–ฒโ–ฒโ–ฒโ–ฒโ–ฒโ–ฒโ–ฒ
๐Ÿ“ Gaaffii fi Deebi
๐Ÿ“Musiliimota
โœ Yohaannis 14:9
Iyyaasuus(Kiristoos) akkana jedheen: โ€œYaa Filiphoos, yeroo dheeraa hammanaatiif ergan isinii wajjin jiraadhee booda illee, isin amma iyyuu na
hin beeknee?
#Namni Ana arge hundi #Abbaas argeera. Maarree ati akkamitti, โ€˜Abbaa nutti argisiisiโ€™ jetta?
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‰ Gaaffii isaanii
1= gonkumaa siila Namni Abbaa Argee hin jiruu , Kiristoos immoo akkamitti Namni Ana Arge Abbaa arge jedha
jedhuun ..โ“
โฏ Ragan isanii immoo kuno๐Ÿ‘‡
1=sera.Bau 33:20
#Namni fuula koo #arge jiraachuu waan hin dandeenyeef, ati fuula koo arguu hin dandeessu
2= 1ximotewos 1:17
Mootii bara baraa isa hin duune, isa
#ijaan hin argamne, Waaqayyo tokkicha sanaaf baruma baraan #ulfinnii fi #guddinni haa ta'u! Ameen
3= 1ximotewos 6:16
Waaqayyo duwwaatu hin du'u, inni
#ifa_homtinuu itti dhi'aachuu hin dandeenye keessa in jiraata; namni takkaa isa #hin_argine, isa arguus hin danda'u. Isaaf #ulfinnii fi #Aangoon bara baraa haata'u! Ameen
4=1Yohaannis 4:12
Yoom iyyuu taanaan namni
#Waaqayyoon_argee beeku hin jiru. Wali #jaallachuu keenya yoo itti fufne, Waaqayyo nu keessa ni jiraata, jaalalli isaas nu keessatti guutuu taa
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“Deebi keenyaa
๐Ÿ”ณ
#Namni Waaqayyo Arge jira kan jedhu ta'a
๐Ÿ”ณ
#Ergamoonni Waaqayyo isa arganii jiruu.
    ๐ŸŒบ Namni Waaqayyo arge
         jirachuu isaa kunoo raga
         Keenyaa kitaaba Qulqul
โ“ต๐Ÿ‘‰sera Uumama 32:30
#Yaaqoobi , โ€œAni #Waaqayyoon #fuulleetti nan #arge, garuu lubbuun koo ooleeraโ€ jedhe; kanaaf maqaa iddoo sanaa โ€œPheeni'elโ€ jedhee moggaase*; [โ€œPheeni'elโ€ jechuun, โ€œFuula Waaqayyooโ€ jechuu dha]
โ“ถ๐Ÿ‘‰Seera. Uumama 18:1
Abrahaam yeroo saafaa balbala dunkaana isaa dura taa'ee utuu jiruu,
#Waaqayyo qilxuu Mamree biraa isatti in #mul'ate
โ“ท๐Ÿ‘‰Sera.Bau 24:10-11
isaan
#Waaqayyo isa kan Israa'el in argan; miilla isaa jala wanta akka dhagaa Safiiros, isa qullaa'aa akka bantii waaqaatu ture*. Inni harka isaa gurguddoota saba Israa'el kanatti hin buufne; isaan Waaqayyoon in #argan, achitti walii wajjin in nyaatan, in dhuganis
โ“ธ๐Ÿ‘‰1 motoota 22:19
Yommus Miikiyaas, โ€œWaaqayyo teessoo isaa irra utuu taa'uu, macci waaqa irraas hundinuu gara mirgaa isaa fi gara bitaa isaa utuu dhaabatanii
#nan_arge; kanaafis wanta Waaqayyo dubbatu dhaga'i
โ“น๐Ÿ‘‰iyyoobi 19:26_27
Gogaan dhagna kootii ana irraa qunca'ee, foonis dhagna koo irra hin jiru yoo ta'e iyyuu, ani Waaqayyoon arguuf jira. Ani ofii kootii
#isa_nan_arga; anumatu ija kootiin isa arga malee, kan biraa miti; ani garuu isa yaaduu irraa kan ka'e nan gaggabe

โ“บ๐Ÿ‘‰Raajii isayaas 6:3
Yommus ani, โ€œWayyoo kaa! Ani nama arrabni isaa xuraa'e, namoota arrabni isaanii xuraa'e gidduus kanan jiraadhu waanan ta'eef
#iji koos Waaqayyoon mootii maccaa waan #argeef nan bade!โ€ jedhee nan iyye
โ“ป๐Ÿ‘‰Mulโ€™ata Yohaannis 22:3_4
Magaalattii keessa kana booda abaarsi hin jiru. Kanaa mannaa teessoon
#Waaqayyoo fi teessoon #Hoolichaa magaalattii keessa taa, garboonni Waaqayyoos tajaajila
qulqulluu isaaf dhiheessu; isaan
#fuula isaa ni argu; maqaan isaas adda isaanii irratti ni barreeffama
   ๐ŸŒบ Ergamoonni immoo
       Waaqayyo arguu isanii
โ“ผ๐Ÿ‘‰Maatewos 18:10
Dhuguman isiniin jedha, maleekonni(Ergamoonni) isaanii warri samii keessa jiran yeroo hunda fuula
#Abbaa koo isa samii waan #ilaalaniif, warra xixinnoo kana keessaa isa tokko akka hin tuffanne of eeggadhaa.
โ“ฝ๐Ÿ‘‰Luqaas 1:19
Maleekaan sunis deebisee akkanaan jedheen: โ€œAni Gabrieel isa
#fuula_Waaqayyoo dura dhaabatu dha; akka ani si haasofsiisuu fi misiraachoo kana sitti himuuf ergameera.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒน Kitaabni iddoo tokko irratti Waaqayyo hoomtuu hin argine jedha , iddoo tokko tokko irratti namni fi ergamoonni argaman jecha , kuni walii hin fakkaatu.
Dogoggora kitaaba moo mitiiโ“
      ๐Ÿ”ณ Deebi keenya
โœ Lakki gonkumaa dogoggora mitii jennaa., Kanaaf akkamitti
Yoo, jette immoo............โ“โ“
โžฉ iddoo Waaqayyo hoomtuu hin arginee jedhuu irraa jechoota inni fayyadame qofa ilaala.๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒบ itti fufi dubbisi ๐ŸŒบ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‰link kana xuqi
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ
๐ŸŒบ kutaa-89-ffaa.๐Ÿ‘‡
   โžปgaafii fi deebii
   โžปMuslimoota
โœ gaaffii isaanii akkasii jedha ยซ
Maariyaam Magdalawitti Iyyaasus isa duสผaa kaสผe wajjin yeroo jalqabaatiif yoomi wali argiteโ“
A))โžปWangeelaa Yohaannis irratti kophaa ishi.
Yohaannis 20:16
Iyyaasuus โ€œMaariyaam!โ€ jedheen. Isheenis isatti gara galtee afaan Ibraayisxiitiin, โ€œRabbuunii!โ€ jetteen. Hiikkaan isaas โ€œBarsiisaaโ€ jechuu dha

B))โžปWangeelii Maatewos immoo kophaa osoo hin tanee dubartoota bira wajjiin jedha.
Maatewos 28:9
Yeruma sana kunoo Iyyaasus isaanitti dhufee, nagaa
#isaan gaafate. Isaanis isatti dhiสผaatanii #miilla isaa qabatanii sagadaniif.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โœ Deebii keenyaa.
Jalqabaa duraa Maariyaami magdalawitti wajjiin kani wali
argan ,yeroo ishiin dubartoota hedduu wajjiin jirtu sana dha yookaan immoo akka maatewos ibsee sana.
๐Ÿ‘‡kutaa-88-dubbisa.๐Ÿ‘ˆ
๐Ÿ‘‡kutaa-87-dubbisa๐Ÿ‘ˆ
โžปakka dubbisaa kitaaba maatewos fi galumsa isatti fi (adverb and tense) isaati jalqaba dhufa.

โ“ตโžปMaatewos 28:1.
Kunoo maleekaan(Ergaman) waaqayyo samii irraa waan gadi buสผeef kirkirri lafaa guddaan ni taสผe; maleekaan sunis dhufee dhagicha gangalchee irra taaสผe.
โœ kuni taate yeroo jalqabaa ibsaa ,Sababiin kirkirri lafaa yeroo ta'u sana , akkasumas yeroo ergamaan samii irraa gadi bu'uu arga jiruu wani taโ€™ef.
โžปwangelonni kuni garuu ergamoonni iddoo awwaala sanatti dursanii dubartoota Egaa turanii jedha, kuni immoo erga samii irraa gadi bu'ani jalqabee akka taeedha.
Fakkeenyaaf.
โ“ถโžปMaarqoos 16:4
Yommuu ol jedhanii ilaalan garuu, dhagichi akka malee guddaa taสผus, afaan awwaalichaa irraa gangalfamee
#ture.
โ“ทโžปLuqaas 24:2
Haataสผu malee, dhagichi awwaala sana irraa garagalfamee
#argan
โ“ธโžปYohaannis 20:1
Maariyaam Magdalaan guyyaa jalqaba torban sanaatti ganama barii utuu lafti hin ifin, gara awwaalichaa dhuftee dhagichi awwaalicha irraa
#kaafamuu isaa argite.

๐ŸŒบxumura irratti.
Wangeloonni sadan akka dubbachaa jiranitti erga awwali banamee ta'u ibsaa.
๐ŸŒบ kani maatewos garuu yeroo jalqabaa banamuu ibsa.
โœerga kanaa mirkaneessine immoo Maariyaami magdalan yeroo lama akka Kiristoos argitee ibsina โ inni jalqabaa kani maatewos irraa jiru, inni lammaffaa immoo kan Yohaannis irra jiruu โž.
----------------
โถ-Maatewos
โท-Yohaannis
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‡link kana xuqaa
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha.
=======//======
๐ŸŒบkuta-90-ffaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
      โžปgaafi fi Deebi
      โžปMusiliimota
๐Ÿ“Gaaffii isaanii akkasii jedha.
โ“ตโžปDubartii magdala(magdalawit)Maariyaam kani jedhamtu ยซ erga jalqabaa  Kiristoos argitee lamaaffaa maalif barbadi jedhuu.โ“
Maatewos 28:9
Yeroo kanatti
#Iyyasuus isaanitti dhufee, โ€œNagaan isiniif haataสผu!โ€ jedhe. Isaanis isatti dhihaatanii #miilla isaa qabatanii isaaf sagadan.
Yohaannis 20:15
#Iyyaasuus,โ€œDubartii nana maaliif #boossa? Eenyuun barbaadda?โ€ jedheen. Ishiinis #nama_ashaakiltii #eeggu waan ishiitti fakkaateef, โ€œYaa gooftaa, situ fudhate yoo taสผe, ani akkan isa fudhadhuuf eessa akka isa keesse natti himiโ€ jetteen.
==========
โœDeebii keenya๐Ÿ‘‡
Sababa ishii Kiristoos jalqabaa argitee booda immoo yeroo lamaffaa barbaduufi.
โžปjalqabaa dura kani maatewos irraa jiru osoo dubartoonni karaa deemaa jirani karaatti itti dhufe nagaa gaafatee. Isaa booda isaani miilla isaa qabani sagadaanif. garuuu Kiristoos akkasii jedhanii๐Ÿ‘‡
โถโžปMaatewos 28:10
Achiis Iyyaasus โ€œHin sodaatinaa! Gara Galiilaa dhaqanii achitti akka na
#argan obboloota kootti himaaโ€ isaaniin jedhe.
โžปHaataโ€™u malee isaanii yaada kana barattootatti himanii jiruu.
โทโžปMaatewos 28:16
Barattoonni isaa 11 garuu, gara gaara Galiilaa Iyyaasuus achitti wal-argina isaaniin jedhe sanaa
#dhaqan.
โœ hanga yeroo kanatti Kiristoos Gaaliila hin dhaqnee.Sababiin isaa namoonni tokko tokko wanta kana kani hin Amanee wani jiraniif.
โธโžปYohaannis 20:8
Haataสผu malee,
#isaan wanta #Kitaabni Qulqulluun inni duสผaa kaสผuu akka qabu dubbatu amma iyyuu #hin_hubanne turan.
โนโžปMaarqoos 9:32
#Isaan garuu wanta inni dubbate hin hubanne; isa #gaafachuus ni sodaatan.
โบโžปMaatewos 26:32
Haataสผu malee,
#ergan_duaa kaสผee booda, isin #dursee gara #Galiilaa nan dhaqa.โ€
โœErgamoonni(Malakooni) kanuma jedhanii turani.
โปโžปMaatewos 28:7
Kanaaf
#dafaa dhaqaatii, โ€˜Inni duสผaa kaสผeera, isin #dursee gara #Galiilaa ni dhaqa, isin achitti isa ni argituโ€™ jedhaa barattoota isaatti himaa. Wanta ani isiniin jedhe kana hin #irraanfatinaa.โ€
โผโžปMaarqoos 16:7
Kanaa mannaa dhaqaatii,
#Inni isin dursee gara Galiilaa ni dhaqa. #Akkuma inni isinitti himee #tures, isin achitti isa ni argituโ€™ jedhaa barattoota isaa fi Pheexirositti himaa.โ€
โž‘โžปLuqaas 24:6-7
Inni duสผaa kaสผeera, as hin jiru.
#Yommuu_Galiilaa turetti wanta inni isinitti dubbate yaadadhaa;  #Ilmi namaa cubbamootatti dabarfamee kennamuu, Fannoo jirratti fannifamuu fi guyyaa #sadaffaattis duสผaa kaสผuu akka qabu isinitti himee ture.โ€
๐Ÿ‡ Walumaagalatti.
Dubartiin tunni jecha Kiristoos fi kani ergamoota sana hin fudhanne . Akkuma Kitaabni jedhuu wanti kuni jala dhokatee ture. Jecha.
โž’โžปLuqaas 9:44-45
Wanta ani isinitti himuuf jedhu kana xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffadhaa, akkasumas yaadadhaa; Ilmi namaa harka namootaatti
#dabarfamee ni kennama.โ€  #Isaan garuu wanta inni dubbachaa ture hin hubanne. #Dubbiin kun isaan jalaa waan #dhokateef, hubachuu hin dandeenye; waaสผee dubbii kanaas isa gaafachuu ni sodaatan.
๐ŸŒบ dubartiin tuniis yeroo afurii deddeebitee jirti.Kiristoos jalqabaa dura karaa irratti argitee yeroo biraa immoo iddoo awaala deemtee osoo ishiin bo'aa jirtu, nama biqiltuu eeggu itti fakkatee Sababiin isaa yeroo kunis ganama wanii taโ€™ef, ยซ akkuma eeggan tokko halkanii guutuu wanta isaa eeguu kuni iddoo kamittiyyuu irraa guddaan isaa haatuun halkanii wani haattuuf halkanii baay'ee ni eeggama, ture, ishin dubartiin sunis yaanni ishii iddoo biqiltuu wani jiruuf nama biqiltuu eeggu kana itti fakkatee Kanaafi,  sababa ishiin Kiristoos walate isaa kana turee.
โž“โžปYohaannis 20:14
Erga kana dubbattee booda, duubatti garagaltee Iyyaasus akka achi dhaabate argite; haa taสผu malee ishiin inni Iyyaasus taสผuu isaa
#hin_hubanne.
11โž›Yohaannis 20:15
Iyyaasus immoo, โ€œDubartii nana, maaliif boossa? Eenyuun barbaadda?โ€ jedhee ishee gaafate; isheen illee, kun
#eegduu dha jettee, waan #yaadeef, โ€œGooftaa ko, ati asii fuutee iddoo tokkotti isa geessiteetta yoo ta'e, eessa akka isa keesse anatti himi, ani dhaqee isa nan fidaโ€ ittiin jette
๐ŸŒบ kuni rakkoo hubbanna ishee malee wanta biraa miti Eeyyee Kiristoos yeroo lama argitee jirti.
========
link waldaa xuqaa๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha