🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙚𝙞𝙡𝙞𝙢𝙀𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚⛈⛈⛈⛈⛈
2.36K subscribers
42 photos
2 videos
9 files
113 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢዚሱስም ኚፈሪሳውያንና ኚሰዱቃውያን እርሟ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላ቞ው። (ማ቎ዎስ 16:6)
Download Telegram
✍ ilaa Hoolicha
Waaqayyoo isa
cubbuu addunyaa
kanaa balleessu
✍ እነሆ ዹዓለምን
ኃጢአት ዚሚያስወግድ
ዚእግዚአብሔር በግ
=Yoh 1:29
=ዮሐንስ 1:29
▬▬▬▬▬▬
#kutaa_2 ffaa
#Dubbi_fannoo

🌻ilaa hoolaa Waaqayyo
isaa cubbuu Addunya
kan balleessu
◈ jecha kana Kani
Dubbaate
#Yohaannis
Cuuphaa turee

✍hiika jechoota

=1= ilaa hoolaa
Waaqayyo
➛hoola kan jedhame
#Kiristoos(1Qor 5:7)
➛Waaqayyo kani
Jedhame
#Abbaa dha
(Yoh 8:54)
◈ Kanaafuu akkana
Jechuu dandeenya
‌✍ ilaa
#ilma
Abbaa isaa cubbuu
Addunya balleessuu
✍=Kanaafuu wanta
Sadi(3) kallattiidhaa
ni Argana
=1=Abbaa
=2=ilma
=3=cubbuu
=4=addunya
✍kan biraa Affuurra
Qulqulluun jira ❓moo hin jiru❓
◈Deebiii Eeyyee jira

✍Abbaan
#Affuurra
(Yoh 4:24)
✍Kiristoos akkana jedhee
#Dubbiin koo, Affuurra
(Yoh 6:63)
🌻 kan jechuun yoomiyyuu
Yoo,ta’e Affuurri Qulqulluun
Abbaa fi ilma irraa adda
Bahee hin jiru
◈Haata’u malee
#Yohaannis cuuphaan
Yeroo Tokkoti
jecha 8:dubbatee
=1=Abbaa jedhee
=2=ilma
=3=Affuurra Qulqulluu
=4=Maariyaami
=5=fannoo
=6=Adduunya
=7=cubbuu balleesuu

🌻 jechoota torban (7)
Kan keessa waa'ee
Maariyaam fi fannoo
Matadureen keenya
Ni ibsa=___❓
🌻deebiin Eeyyee
ni ibsaa
Akkaamitti=____❓

➛hoolaa kan jedhame
#Kiristoos erga ta’e
Kiristoos eessa Dhufe
Foonni Nama kan Uffaate
Dubaroo
#Maariyaami
Irraa Dhufe
✍ Yoh 1:14
✍ Mat 1:23-24
✍Luq 2:7-11
✍rajii isayaas 7:14
✍raaji hose 11:1
✍far.Daawit 2:7

◈ Yohaannis waa'ee
#Fannoo, akkamitti ibsee
Kan jedhuu irratti 👇
✍ilaa hoola Waaqayyo
isa cubbuu addunyaa balleessuu jedhee jira
➛Kiristoos hoola
Jedhe kan wamee inni
#Fooni nama Waani
uffateef akkasii jedhee
=Namni fakkeenya
hoolota ti👇
✍Luq 15:4-6
✍Yohaannis 10:2
✍raji-Ermiyaas 23:1-2
✍raji-Hisqi'el 34:11-31
✍raji-Hisqi'el 34:1-10
✍raji-Zakaariyaas 11:6-17

✍Haata’u malee
Kiristoos cubbuu
Addunya kana,kan
balleessee guyyaa
#Jimaata iddoo
#Golgootaa yookiin
Buqe mata jedhamu
Irratti fannifamee tti
➛Nuuti ijoolleen
#Orthodoxi Kiristoos
Kiristoos hoola keenya
Kan jennuu yeroo
Guyya fannifamee sana
Wali qixxee lafa
Gidduuti qoricha
Hoojate inni jennu
Isaa kan, dhigaa isaan
Nuu,bitee(far.74:12)
◈osoo Kiristoos
Hin fannifamuu ta’e
Akkamiti hoola
Jechuu dandeenya
Kuni erga inni fannifamee
Hoola jeenna

✍ragaa kitaaba 👇
=1Qor 5:7👇
👉Akkuma amma
bukoo
#haaraa raacitii
hin qabne taatan kana
bukoo haaraa akka
taataniif raacitii
#moofaa of gidduudhaa
baasaa Sababiin isaas
#hoolaan_Faasikaa
keenya Kiristoos
aarsaa taeera

✍Kanaafuu Kiristoos
Guyyaa sana akka Aarsa
Ta'e ifa godhee jira
=ragaa biraa dubbisa
=raji-isay 53:7
=HDB 8:32
▬▬▬▬▬▬▬
◈1 Phex 1:18-19👇
👉
#bilisa kan baatan
#dhiiga Kiristoos isa
#gatii guddaa qabu
isa akka
dhiiga #hoolaa
#xurii fi #mudaa hin
qabneetiin ture
🌹Kanaafuu
Yohaannis cuuphaa
Yero Tokkotti waa'ee
Fannoo jecha xinnoo
Fayyadame ibseera

◈ Jechi
#Addunya
Jedhuu immoo baay'ee
Nama dinqisiisaa

✍ Addunya Kani
Jedhame immoo
#Namoota addunyaa
Kan irra jirtan hundumaa
Ibsa

◈Kiristoos kanaa Dhufe
Namoota
#hundumaaf
Malee
#Israa'el qofaa miti
yookiin saba tokko akka
Hin tanee ibsaa

🌹Fakkeenyaaf Oso
#Israa'el qofaaf Dhufe ta’e
Yohaannis Addunya hin
Jedhuu turee Israa'eli
jedha malee

✍ Haaluma kanaa
Fannoo Kiristoos
Adduunya hundumaaf
Ni
#barbaachisaa
Jechuu keenyaa

✍jecha
#cubbuu jedhuu
irratti, jalqabaa dura cubbuun
Eessaa Dhufe,osoo namni
Cubbuu hin qabu tahee
Kiristoos Maalif dhufu isaa
Barbachisa ree❓

✍ 1Yoh 3:5 👇
👉 inni kan
#dhufe
#cubbuu keenya
balleessuuf akka tae
isinis beektu,inni garuu
Cubbuu hin qabuu..
✍እርሱም ኃጢአትን
ሊያስወግድ እንደ ተገለጠ
ታውቃላቜሁ በእርሱም ኃጢአት
ዹለም =1 ዮሐንስ 3:5

🌻
#hubachisa yeroo
Hunduma wa'ee Kiristoos
Dubbate yoo,ta’e wa'ee fannoo
Kiristoos akka dubbannu
Yaadachu qabna‌

✍ilaa
#hoola Waaqayyo
Isaa cubbuu addunyaa
Balleessu akkuma jennu
👉ilaa
#fannoo Waaqayyo
Isaa cubbuu addunyaa
Baleessu yoo,jenne rakkoo
Hin qabu
👉ilaa
#ilma Waaqayyo isaa
Cubbuu addunyaa balleessuu
Jechuu dandeenya
👉ilaa
#ilma Abbaa isaa
Cubbu addunyaa balleessuu
Jechu dandeenya

🌹=kutaa_3-ffaa
✍yaadaa yoo qabatanii
@Gutema123
==//====//====
✍channeel telegraama
Kan hordofuuf fedha yoo
Qabate immoo 👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🌟🌟 Yeroo Waaqayyo
kana godhutti eenyutu
jiraata ree❓

🍀 እግዚአብሔር ይህን
ሲያደርግ አወይ! ማን
በሕይወት ይኖራል❓
🌟🌟 who shall live
when God doeth this
▬ Ser.lakkofsaa 24:23
▬ Numbers 24 :23
▬ ዘኍልቍ 24:23
----------------------------------
#Bagaa-Geesaaan
=Ayyaanna Dhaloota
------------------------------------
◉ dhaloota Gooftaa
Keenya Iyyaasuus Kiristoos
◉ Kiristoos dhalate jira yeroo
Jennu, akkanaa jechuu keenya
#Fooni nama irraa foonii
#Lubbuu nama irraa lubbuu fudhatee
=1=Mat 1:1👇
Sanyi( hidda) dhaloota Iyyaasuus Kiristoos
#sanyii 9_Daawit
#sanyii_Abrahaam isa kana
✍ jechi sanyii jedhuu qoomaa
Yookin hidda dhaloota,
=sanyii Abrahaami jedha
=sanyii Daawit jedha
◈Abrahaami fi Daawiti
Nama malee Waaqayyo
mitii ❌
◈kan jechuun Abrahaamiifi
Daawit foonii fi lubbuu qabuu
Kanaafuu Fooni fi lubbuu isaanii irraa fudhatee dhalate
Jenne dubbanna

◈Abrahaami foonii fi lubbuu
Adaami irraa argamee
◈Daawiti immoo foonii fi lubbuu Abrahaami irraa Argame

◈ Dubaroo Maariyaami
Immoo foonii fi lubbuu
Daawit irraa Dhalate...

🍃 Dubaroo Maariyaami irraa
immoo foonii fi lubbuu fudhatee dhalate
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Amaloota foonii
▬ dhalachuu
▬ nyachuu
▬ beela'u fi Dhugu
▬ kadhachuu
▬ soomuu
▬ dadhabuu
▬ deemuu fi rafuu
▬ itti qoruu fi rakkina arguu
◈◈◈◈◈◈◈◈◈
Kanaafuu Kiristoos erga
Fooni nama fi lubbuu Nama
Qabate Amaloota kan argisiisuu qaba

➢maalif yoo,jennee kuni seera. Uumama ta'u isaatti
➢Waaqayyo immoo seera
Erga kennee seera sanaa
Waaqayyo yoo,kabajne
Nami ni kabaja
◉Fakkeenyaa seera keessa
Tokko 👇

◈Seera.Ba'u 31:17
#Ani_Waaqayyo guyyaa 6 keessatti samii fi lafa uumee guyyaa #torbaffaatti immoo waanan hojjechaa ture #hundumaattii boqodheen aara galfadhe; kun anaa fi saba Israa'el gidduutti bara baraan milikkita in ta'a” jedhe

▬Kanaafuu Waaqayyo dura
Ofi isaatti fakkeenya ta’e kabajee jira, isaa booda immoo Naman godha jedhe
Ajaja,,
▬ jalqabaa dura Namaf
Amala akkana ergaa Uumme
Kan akka #nyachuu,Dhugu...
◈Waaqayyo ni kabaja malee
Amala kan hin diggu jechuudha

◉sababa Kanaafi Kiristoos
Amaloota Fooni fi lubbuu
Argisise jira...maalif isuma
Mataan isaa lubbuu fi foonii
Wani Uumemef seera isaa ni kabaja Waani ta’efi
◈Yoh 1:3👇
🌟Wanti #hundinuus isumaan ta'e; waan ta'e keessaas isa malee kan ta'e #tokko illee
hin jiru
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Amala Waaqummaa
▬ bara baran jirachuu
▬ kan hin rafnee
▬ kan hin nyaannee fi hin dhufne
▬ kan uffata hin barbannee
▬ cubbuu kan hin qabnee
◈Ibroota 13:8👇
#Iyyaasus Kristos #kaleessa isuma ture, #har'as bara baraanis isuma sana
➢kaleessa yeroo jedhuu
Addunya dura jirachuu isa
➢har’as yeroo jennuu immoo
Kan hin jijjiramee kaleessa
Erga jiratee har'aas jira jechuudha
➢ bara baran yeroo jedhuu
Addunya kan booda jechuudha isaatti
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Kiristoos immoo kan
dhalate foonii qofa akka
Tae ifaa godha
➢Kiristoos erga foonii
Nama uffatee hanga
ammatti 2014 ta'a

◉ kanafuu Kiristoos dhalate
Yeroo jennuu fonni qofa

🍃🌟 Walumaagalatti Amala
#Lama irraa amala tokko
-Tawahadoon jechame ibsaa

▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌟=Kiristoos maalif
Dhalate❓❓

=Deebi=-----------
1=Addaamii harka Seexanaa
Keessaa basuuf

✍ Ibrootaa 2:14👇
👉 ijoollonni kun #foonii fi #dhiiga akkuma ta'an
#inni #Obboloota koo” jedhee isaan waamu kunis

akkuma isaanii ta'e
#du'a isaatiin #Seexana isa humna du'aa qabu balleessuudhaaf #nama ta'e
◈Jechi ijoollee jedhuu
Addaamii irraa eegalee
Namoota jiran jechuudhaa
◈inni jedhuu Kiristoos ibsaa
◈ Jechi Nama ta’e jechuu foonii fi dhiiga fudhate jechuudha
◈Seexanna jechuun Affuura
Xarawaa, gosaa ergamoota keessa tokko kan ta’e
△roome 8:3👇
Sababii #nama_fooniitiif seerri hojii isaa hojjechuu dadhabe. Waaqayyo #ilma ofii isaatii ergee, #cubbuu isa nama foonii keessaatti farade; ilmi isaa kun #foon isa namni cubbamaan #uffatu uffatee, cubbuu balleessuu #dhufe

△=1 Yoh 3:8👇

#Seexanni jalqabaa jalqabee #cubbuu waan hojjeteef, namni cubbuu hojjetu kan Seexanaa ti
#ilmi Waaqayyo immoo
hojii Seexanaa
diiguudhaaf #mul'ate

=2=Dubbiin rajoota
Akka raawwatamuuf
rajoota yeroo jennu
=Muse
=Eliyaas
=elsa'a
Daawit
Isaayyaas
Ermiyaas.......
=============
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🅱 #Deebi isas kuno ilaala
🌹
#kutaa_2_Ffªª

🌹3)➜sababa isa
#3_ffªª`
#Kiristoos nama
Dadhaba fakkate
#seexanna
Yookin Affuurra xuraawwa
Dubarti kan rakkisa ture
Hidhuufi yookin balleessuf
dadhaba fakkate achi ta'e
➜kunis dubarti kan
Boqonna kennuufi
Mat 11:28👇
isin warri
#dadhabdanii fi #ba'aan isinitti ulfaate
hundi gara koo kottaa,
Ani boqonnaa isiniif
nan kenna.
➜kanafuu kiristoos
Jecha qofan osoo
Hin tane gochan
Nuuti argisisufi
➜ibroota 9:28
#Kiristoos #cubbuu namoota hedduu #ba'achuufi yeroo hundumaatiif akka tautti
al tokkicha of dhiheesseera

yeroo
#lammataatiif
kan dhufu garuu
#cubbuu
#balleessuuf utuu hin
tain, warra
#fayyina
argachuuf cimsanii isa
eeggatanitti mulata.

💒 ragaan bira kiristoos
Akka haatun mana
Caabse seene haatu.
Dubbate ture.
Fakkeenyuma kan
Nama dadhaba ta'e
Seexana dubarti kan
irraa jiru hidhee jira...
Mat 12:29
namni tokko nama
humna
#guddaa qabu
tokko jalqaba utuu
hin
#hidhin akkamitti
mana isaa seenee
qabeenya isaa
#saamuu dandaa❓ Mana isaa
saamuu kan dandau
akkana yoo godhe
qofa dha.
➜mat 13:52.
➜mat 24:42-43
➜mar 13:33-39
➜2 phex 3:10
✍ kiristoos akkuma
Dubarti kana nama
Dadhabe fakkate
Bilisaa base,
Addunya kana akkanumati
Bilisaa base.jira
▾▾▾▾▾▾▾▾▾▾▾▾▾▾▾▾▾▾▾▾▾▾▾
🌹➜4)=inni
#4_ffªª
➜kiristoos kan
Dadhabee foonni
Nama uffachuu isaa
Namoota ifa gochuufi
➜sababin isaa fooni
Nama ni dadhaba,
Nyaata ni barbada
fooni nama ni rafaa
➜kanaafi dadhabe...
❖ibroota 2:14-16👇
#ijoolleen” sun
#foonii fi #dhiiga waani
taaniif
#innis foonii fi dhiiga #tae;a kanas kan godhe
#du'a isaatiin #Diyaabilos
isa dua fiduuf
#humna
qabu sana
#balleessuuf

✍akkasumas warra
jireenya isaanii
guutuu dua sodaachuudhaan
#garbummaa jala turan hundumaa bilisa baasuufi
Sababiin isaas
inni gargaaraa kan jiru
#sanyii_Abrahaamie malee
#Ergamoota(maleekota)akka
hin taane beekamaa dha.

✍እንግዲህ ልጆቹ
#በሥጋና
በደም ስለሚካፈሉ
#እርሱ ደግሞ
በሞት ላይ ሥልጣን ያለውን በሞት እንዲሜር ይኾውም
#ዲያብሎስ ነው በሕይወታ቞ውም ሁሉ ስለ ሞት ፍርሃት በባርነት ይታሰሩ ዚነበሩትን ሁሉ ነጻ እንዲያወጣ በሥጋና በደም
እንዲሁ ተካፈለ

✍
#ዚአብርሃምን ዘር ይዞአል እንጂ ዚያዘው #ዚመላእክትን አይደለም
=(ዕብራውያን 2 :14-16))

🌹ragaa kitaba dubbisi
✍Mat 1:1🍃= Qol 2:15
✍Yoh 12:31-33🍃=Gal 3:16
✍Hose 13:14🍃=2 Qor 1:10-11
✍luq 1:74-75🍃=Roome 8:21
✍1Yoh 3:8-10🍃=Roome 8:3-4
▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹➜5)=inni
#5_ffªª
▾kiristoos osoo
Nama dadhaba ta'e
Dubarti tanati mulachu
Baate,,, dubarti achi itti
Hin deemtu
Sababin isaa ni sodati
Turte.
➜sababi isaa
➜kopha ishee wani
Jirtuufi
△akkuma bekamu
Kiristoos ta'e ishee
Eeggge male dhabate ishe
Hin eegganne "inni keesa
Nama wani beekufi akka
Isheen isaa hin sodanefi
Ta'e eeggee.(yoh 4:6)

➜ guutumati ifa kan
Nuufi godhu
Osoo
#baratooni kiristoos
Hundi bakka bishaani
Jirtani isheen gonkuma
Itti hin deemtu ture.
➜sababa kanaafi kopha
Isaa ishee eegge...
✍Yoh 4:8)
✍Yoh 4:27

🌹➜6) inni
#6_ffªª
#kiristoos_lubbotafi
Fakkeenya ta'uufi
➜lubboonni
Yero nama cubbuma
Cubbu irra gorsan kophati
Gorsuu qabni sababa
Kanaafi
➜mat 16:19
Ani furtuuwwan
#Mootummaa #samii siif
nan kenna
wanti ati
#lafa irratti hiitu
hundi samii irratti dursee
kan hidhame taa
wanti ati lafa irratti hiiktu
hundis samii irratti
dursee kan
#hiikame taa
➜mat 18:18
➜Yoh 20:23
△kanaafi phawulos
Kiristoos lubbaa oli
Anaa ta'e jedha,
(ibroota 7:26)

🌹➜7)=inni
#7_ffªª
kiristoos kan inni
Dadhabee nuufi
Fakkeenya ta'uf
Akkamitti yoo jenne❓
Nuuti dadhabnee jenne
Nama cubbuma gorsu
Akka hin dhifneefi
➜yeroo dadhabnee irree
Deemne akka nama barsisinu
Fakkeenya nuufi ta'u

🌹2 Qor 11:27👇
#baayee dhamaeera, #dadhabeeras 'halkan hedduu hirriba malee buleera
beelaeera, dheebodheeras,
yeroo baayee
hagabuu taeera,dhaamodheera, akkasumas daareera
➜2 Qor 4:4:7-9
➜ 1Qor 4:11
➜mat 7:1-6
▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹
#link kan xuqa 👇
💒
@haadha_Waaqa_naJaladha 💒

‌
@haadha_Waaqa_naJaladha ‌
====||====||=====
🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃

#Ani saboota #hundumaa
nan
#sochoosa; wantoonni
gatii guddaa qabanis saboota hundumaa keessaa ni dhufu mana kanas ulfinaan nan guuta’ jedha
#Waaqayyo Gooftaan Raayyaa.
✍ Ibroota 12:25-26
#Iyyaasuus isa arsaa kakuu #haaraa tae, akkasumas #dhiiga facaafame isa karaa
#dhiiga Abeel irra aaluun dubbatuttil dhihaattaniittu.

#Isin isa #dubbachaa jiru
sana dhaggeeffachuu akka hin#didne of eeggadhaa. Namoonni isa lafa irratti akeekkachiisa#Waaqayyo
biraa dhufe dubbatu
sana dhaggeeffachuu didan adaba irraa erga hin oollee, nutiisa
#samii irraa dubbatum sana irraa yoo garagalle akkamittiadaba jalaa
ooluu dandeenya❓

#Yeroo sanatti #sagaleen isaa#lafa_sochoose,amma garuu, “Al_tokko dabalee lafa #qofa utuuhin tain, samiis nan #sochoosa”jedhee #waadaa galeera.
Jechoonni “ali tokko dabalee” jedhan wantoonni hin sochooneakka itti fufaniif, wantoonni sochoan, jechuunis wantoonnitolfaman akka balleeffaman argisiisu. Kanaafuu,
#Mootummaa sochouu hin dandeenye fudhachuuf akka jirru waan beeknuuf, gaarummaa guddaa isa karaa fudhatama qabuun, sodaafi ulfina guddaadhaan #tajaajilaqulqulluu Waaqayyoof dhiheessuu itti dandeenyu fudhachuu

keenya itti haa fufnu. Sababiin isaas, Waaqni keenya
#ibidda gubee balleessu dha.

🌹 inni bira sababa lafti socho’aatefi Kiristoos Waani sodaateefi
✍Far 68:8
#Lafti ni kirkirte;
#Waaqayyoon kan kae
#samiin bokkaa roobse;
Siinaan kunis Waaqayyo isa
#Waaqa_Israael ta'een kan
kae ni
#kirkire.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹Gaafi 4ffaa
4=namoonni du'anis turan
Maalif awwaala keessa
bahani❓
=Deebi
◈Dubbin Kiristoos akka raawamatufi
✍Yohaannis 5:25
#Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #sa'aatiin warri #du'an
#sagalee #Ilma_Waaqayyoo ittidhagaan ni dhufa; saa'atiin sunis amma dha; #warri isa dhagaanis ni #jiraatu.

✍Yohaannis 5:28
Kana hin
#dinqisiifatinaa; sababiin isaas, sa'aatiin warri #awwaala keessa jiran #hundi #sagalee isaa itti
dhagaan ni dhufa;

✍➛inni bira Kiristoos
Waaqayyo ta'u isa ibsuuf
Kunis namoonni kuni erga
du'ani ture jira
#qaamni isaani Hundi #biyyee ta’e jira
Kanaafu amma biyyee irraa
Qaama isaani tolche du'a
isaan kaasee jira.(Ser.Uum 1:7)

➛Far 104:29
Yommuu
#fuula kee dhoksitu
ni jeeqamu.
#lubbuu isaanii
yoo fudhatte,
#du'anii_biyyootti deebiu.Yoomu fuula kee,itti qabde immo lubbuu ni argatu
Atis irra lafaa ni haaressita.
▬▬▬▬▬
🌹Gaafi 5 ffaa
5=erga awwaala keessa
bahanii eessaa jirtan❓
Isaa booda du'an moo
hin dunne❓
=deebi
Erga
#awwaala keessa bahanii
Gara
#IYarusalemi deemani
Isaa booda wa'ee
#Kiristoos
Dubbacha turanii'
✍mat 27:53
#Kiristoos erga #du'aa kaee booda, #namoonni awwaala gidduudhaa ba'an
gara
#magaalaa qulqulluutti ni seenan; #namoonni #hedduunis
isaan
#argan.
◈jechi
#namoota heddunis isaan argan jedhu = #addunyaa kana irratti namoota baay'e #barisiisu isaanii ibsa
ማ቎ዎስ 27:53
#ኚትንሣኀውም በኋላ ኚመቃብሮቜ ወጥተው ወደ ቅድስት ኹተማ #ገቡና #ለብዙዎቜ_ታዩ.

🍃
#Baayina namoota kan meeqaYero jennuu immoo
500-600 jidduu ni ta'u
✍ 1Qor 15:6
Achiis ali tokkotti obboloota #500 caalanitti mulate;
#isaan keessaa tokko
tokko
#du'aniiru; #hedduun isaanii #garuu amma iyyuu
nuu
#wajjin jiru.
➛kanafuu namoonni kunis
Kuni isaanii akkauma
#Alaazaari, du'ani jiruu yookiin
Akkuma
#Muse, akkuma #Abrahaami,du'ani jiruu
Kuni isaani immoo akkuma
#Henok, Eliyaas,gara samii fudhatamni jiruu
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
✍ Link kan xuqaa seena👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
===//====//====
🌹kutaa_18ffªª👏 📍 🍀📍Gaaffii fi Deebi📍🍀
📍Musiliimoota📍
====//=====
✍Yohaannis 7:33👇
Iyyaasuus(Kiristoos)
akkana jedhe:
“Gara isa na
#erge
Sanaa #deemuu koo
dura yeroo xinnoodhaaf
isinii wajjin nan tura.
====//===//====
✍ Gaafii isaanii
Kiristoos ergamaa dha
Jedhu.....❓
●●●●●●●●●●●
=Deebi keenya
✍ Kiristoos Abbaa
Bira ergamee dhufee
Yeroo jennuu Abbaa fi
Ilmi walii caaluu hin
Argisiisuu.

✍ Sababiin isaan
#Abbaan Addunyaa
akka fayyiyu barbada.
✍fedhin ilma(Kiristoos)
Addunyaa akka fayyisuudha.

🌀ragaa kitaaba
Qulqulluu
🅰 Qabxiiwwan fedhii
Abba ibsan
=1=✍Yohaannis 3:16

Isatti kan #amanu hundi #jireenya bara baraa
akka qabaatuuf
malee akka hin badneef,
#Waaqayyo Ilma
isaa isa tokkicha hamma kennuufitti addunyaa
kana
#baayee_jaallateera.
🚹 iddoo kan irratti
Namni humna Waaqayyon
Na, jaladhu jedhuu jira.❌
=gonkumaa hin jiruu
Waaqayyo fedha isaan
Nuu, jaalatee malee.

=2=✍Yohaannis 6:40

#fedhiin_Abbaa koo
namni Ilma beekee
isatti amanu hundi
jireenya bara baraa
akka qabaatuufi,Anis guyyaa dhumaatti
#duaa isa nan kaasa.

=3=✍1Yohaannis 4:19

Inni dursee waan
nu jaallateef nuti jaalala
ni argisiisna

=4=✍1Yohaannis 4:9-10
#jaalalli Waaqayyoo karaa kanaan mulateera; kunis nuti karaa isaa jireenya
akka argannuuf Waaqayyo
#tokkic tokkicha Ilma
isaa gara addunyaatti
erge.

=5=✍Roome 5:8
Waaqayyo utuu nuti
#cubbamoota taanee jirruu, Kiristoos nuuf jedhee akka du'u gochuudhaan #jaalala nuuf qabu argisiiseera.
Amma
#dhiiga isaatiin
Qulqulloota jedhamnee waan waamamneef,
karaa isaa dheekkamsa Waaqayyoo jalaa akka oollu beekamaa dha.

🅱 fedhii Kiristoos ta'u
Immoo qabxiiwwan ibsan

=1=✍Luqaas 19:10

#Ilmi namaa
kan
#bade barbaaduuf, akkasumas
#fayyisuuf dhufeera.”

=2=✍Luqaas 5:32

#Ani namoota Qulqulloota utuuhin tain, cubbamoonni akka yaada geddaratan #waamuufan dhufe.”

=3=Luqaas 15:4
“Isin keessaa namni
#hoolota_100 qabu hoolaan tokko yoo jalaa badde, hoolota 99 sana
lafa onaa keessatti dhiisee ishii jalaabadde sana hamma argatutti kan hin
barbaadne jiraa❓

=4=✍maatewos 18:12-13
Maal isinitti fakkaata❓
#Namni tokko hoolota 100 yoo qabaatee
fi isaan keessaa hoolaan tokko yoo jalaa
#badde, hoolota 99 sana gaara
irratti dhiisee ishii jalaa badde sana
barbaacha hin deemuu? Dhuguman isiniin jedha, yoo ishii argate
hoolota 99n warra hin badne sana
caalaa ishiitti guddaa
#gammada .

=5=✍Yohaannis 10:27_28
Hoolonni koo sagalee
koo ni dhagau, ani isaan
beeka, isaanis ana
duukaa buu.
#Ani jireenya bara baraa isaaniif nan kenna; isaan matumaa hin balleeffaman; eenyu illee harka koo keessaa isaan hin butatu.

=6=✍Mul’ata 1:5
#Iyyaasuus Kiristoos
isa “Dhugaa Baatuu Amanamaa,” isa
“warra
#duan keessaa hangafa” ta'ee
fi isa “Bulchaa mootota lafaa” tae irraa.
Isa nu
#jaallatee fi #dhiiga #ofii isaatiin cubbuu keenya irraa bilisa nu
baase sanaaf,
◈ራእይ 1:5
ኚታመነውም ምስክር ኚሙታንም በኵር ዚምድርም ነገሥታት ገዥ ኹሆነ
#ኚኢዚሱስ ክርስቶስ ጾጋና ሰላም ለእናንተ ይሁን። #ለወደደን #ኚኃጢአታቜንም በደሙ ላጠበን6
====//=====//=====
🌹●Kiristoos gara isa
Na,erge nan deema
Jechuun isa
#dubbii
#Raajoota rawwachuufi
=raajoonni Waaqayyo
Oli bahee jedhanii jiruu

💠kanafuu Kiristoos
#Afaani isatti anii oli
Nan bahaa jedhee oli
Bahee jira.
📍●Faarfannaa 47:5-6
#Waaqayyo Gooftaan #sagalee gammachuutiin, sagalee fiinootiinis #oli ba'eera; Waaqayyoon faarfannaadhaan jajadhaa! Isa faarfadhaa! Mootii keenya faarfannaadhaan jajadhaa! Isa faarfadhaa

📍● Farfannaa 68:18

Ati gara olii baatee
Booji'amtootasi ni fudhattee, yaa,
waaqa keenya ati isaan
Gidduu jiraachuufi ,namoota Eeyyee ,namoota dida ta'an illee akka kennaatti ni fudhatee..
መዝሙር 68:18

#ወደ ላይ ዓሚግህ፥ #ምርኮን ማሚክህ፥ ስጊታንም ለሰዎቜ ሰጠህ፥ ደግሞም ለዓመፀኞቜ በዚያ ያድሩ ዘንድ
====//====//=====
◈link kan fayyadama
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
===📍📍==📍📍==
🌹🍀kuta-24ffªª🍀🍀
❌Gaaffii fi Deebii ❌
📍Musiliimoota📍
----------------------------
✍ Yohaannis 8:21

Kiristoos akkasi jedhe
“
#Ani nan deema,
isinis na barbaaddu,
taus
#cubbuu keessaniin ni duutu.
Bakka ani dhaqu isin dhufuu hin dandeessan” isaaniin jedhe.
----------------------
=Gaaffii isaanii Kiristoos
Cubbuu balleessuuf hin
Dhufne ,..❓
◈ erga cubbuu balleessuuf
Dhufee maaliif cubbu keessani ni duutu jedha
Ree.....❓jedhuu
▬▬▬▬▬▬▬▬
◈Deebi keenya
Hordofaa.
=Lakki cubbuu balleesuuf dhufe, garuu namoonni
Kiristoosi itti hin amanee
Eeyyee cubbuu isanittin
Ni du’u

⏩Kiristoos cubbuu keessaniin ni dutu
Kan jedhee namoota
Isaatii hin amanee
Wani jiraniif

📍Ragaa kitaaba
⓵=Yohaannis 8:22-24
Achiis Yihudoonni,
Bakka ani dhaqu isin
dhufuu hin dandeessan’ kan jedhu,
of ajjeesuu barbaadeetii laata?” jechuu jalqaban.
Innis akkana
isaaniin jedhe: “isin
#gadi irraa ti;
ani garuu
#olii irraa ti.
Isin addunyaa kana
irraa ti; ani garuu addunyaa kana irraa miti.
Ani
#cubbuu keessaniin ni #duutu kanan isiniin jedhes kanumaafi. Sababiin isaas,
=
#inni dhufu
sun
#Ana tauu koo hin #amantan taanaan,
isin cubbuu keessaniin
ni duutu


⓶=Yohaannis 11:9-10
Iyyaasus(kiristoos)
deebisee akkana jedhe: “
#Guyyaan tokko sa'aatii 12f #ifa qaba mitii?
#Namni ifa guyyaatiin
deemu kam iyyuu, ifa
#addunyaa kanaa waan arguuf, waan tokkotti illee hin gufatu.
#Namni_halkaniin
deemu kam iyyuu garuu, ifni isa keessa waan hin jirreef ni gufata.”

⓷=Yohaannis 12:34-41
Achiis
#namoonni
hedduun sun deebisanii, “Nuti #Kiristoos bara baraan akka jiraatu Seericha irraa dhageenyeerra. Maarree
ati akkamitti
#ilmi namaa olii kaafamuu qaba jetta? Ilmi namaa kun
hoo eenyu?” jedhaniin.
Kanaaf Iyyaasus akkana isaaniin jedhe: “Ifni
sun yeroo
#gabaabaadhaaf isin bira ni tura. Kanaaf, dukkanni sun akka
isin hin
#liqimsine, yeroo ifa qabdanitti deemaa; #namni dukkana keessa deemu hundi, garamitti akka deemu hin beeku.
Isin
#ilmaan-ifaa
akka taataniif, yeroo ifa qabdan kanatti ifichatti
#amanaa.”Kiristoos wantoota kana erga dubbatee booda achii deeme; isaan jalaas ni dhokate.
Inni dinqii hedduu isaan duratti kan hojjete
taus, isaan garuu isatti
#hin amanne;
kunis kan tae, wanti
#Isaayyaas raajichi, “Yaa Waaqayyo wanta nu irraa dhagaetti kan amane eenyu?,Irreen Waaqayyo hoo #eenyutti mulifame?” jedhee dubbate akka raawwatamuuf ture. Sababii isaan
#amanuu itti hin dandeenye ilaalchisee Isaayyaas ammas akkana jedheera:
“Isaan
#ija isaaniitiin arganii, #garaa isaaniitiin hubatanii,akka hin deebinee fi anis akka
isaan
#hin_fayyisnetti, inni ija isaanii jaamseera;
#garaa isaaniis jabeesseera.”
#Isaayyaas wantoota kana kan dubbate, #ulfina isaa waan #argeef ture; waaee isaas dubbateera.

⓾=Yohaannis 5:40

isin jireenya argachuuf
gara koo dhufuu hin barbaaddan.

⓹=Yohaannis 1:4-5
#Wanti karaa isaa tae #jireenya ture; jireenyi immoo #ifa namootaa
ture. Ifni dukkana keessatti ifaa jira, taus dukkanni isa hin
#moone

⓺=Yohaannis 1:9-13
#ifichi inni dhugaan #akaakuu namoota hundaatiif ifa kennu,
#gara addunyaa dhufuuf jedha ture.
Inni addunyaa
#keessa ture, addunyaanis
karaa isaa
#argame; taus addunyaan isa #hin_beekne.
#Inni gara biyya isaa dhufe; haatau malee, sabni isaa isa hin #simanne.

#Warra isa simatan hundumaatiif garuu, #maqaa isaatti waan #amananiif, ijoollee
Waaqayyoo akka taaniif mirga isaaniif kenne. Isaanis
#Waaqayyo irraa #dhalatan malee, #dhiiga irraa yookiin fedhii #foonii irraa yookiin fedhii
#dhiiraa irraa hin dhalanne.

⓻=Yohaannis 3:15-21
kuni, isatti kan
#amanu
hundi #jireenya bara baraa akka qabaatuufi.

“Isatti kan amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin
#badneef,Waaqayyo Ilma
isaa isa
#tokkicha hamma kennuufitti addunyaa kana baayee jaallateera.

Sababiin isaas, Waaqayyo Ilma isaa gara addunyaatti kan erge, addunyaan karaa isaa akka
#fayyu malee akka inni addunyaatti murteessuuf miti.
Isatti kan amanu
hundi itti hin
#murteeffamu. Isatti
kan hin amanne hundi,

#maqaa Ilma Waaqayyoo isa tokkichatti waan hin
amanneef, ammuma iyyuu itti murteeffameera.
🥥 𝙀𝙗𝙗𝙀𝙡𝙀𝙀𝙩𝙖 🥥👇
Obboloota jechuun Afaanii Giriikiitiin
#αΎελφοίς (Adelfoiis) jedhama.
𝙜𝙖𝙖𝙛𝙞 𝙢𝙪𝙚𝙞𝙡𝙞𝙢𝙀𝙀𝙩𝙖𝙛 𝙙𝙚𝙚𝙗𝙞 𝙞𝙚𝙖𝙖 𝙠𝙪𝙣𝙀👇
Muslimoonni akkasi jedhuu silaa Kiristoosiin Waaqa jettu Waaqni immoo obboloota qaba jedhu....❓
🍳 Yohaannis 20:17
Iyyaasuus Ani amma iyyuu gara Abbaatti waanan ol hin baaneef, na hin qabin. Kanaa mannaa dhaqiitii
#obboloota_kootiin, ‘Ani gara Abbaa koo fi gara Abbaa keessanitti, gara Waaqa koo fi gara Waaqa keessanitti ol nan baÊŒa’ jedhii isaanitti himi” ishiidhaan jedhe.
🥥 𝙙𝙚𝙚𝙗𝙞 𝙠𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖👇
𝙠𝙞𝙧𝙞𝙚𝙩𝙀𝙀𝙚 𝙚𝙖𝙗𝙖𝙗𝙖 𝙢𝙖𝙖𝙡𝙞𝙩𝙞𝙛 𝙀𝙗𝙗𝙀𝙡𝙡𝙀𝙩𝙖 𝙠𝙀𝙀 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙖 𝙢𝙚❓❓
⓵➻
#𝚍𝚞𝚋𝚋𝚒𝚒_𝚛𝚊𝚊𝚓𝚘𝚘𝚝𝚊 𝚛𝚊𝚊𝚠𝚠𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞𝚏
⓶➻𝚐𝚊𝚛𝚊
#𝚏𝚘𝚘𝚗𝚒 𝚠𝚊𝚊𝚊𝚗𝚒 𝚒𝚜𝚊𝚊𝚗 𝚒𝚛𝚛𝚊𝚊 𝚍𝚑𝚊𝚕𝚝𝚎𝚎𝚏𝚒
⓷➻
#𝚋𝚊𝚛𝚞𝚖𝚜𝚊𝚊 𝚒𝚜𝚊𝚊 𝚠𝚊𝚊𝚗𝚒 𝚏𝚞𝚍𝚑𝚊𝚝𝚊𝚗𝚒𝚏

🌹
#T𝚘𝚔𝚔𝚘𝚏𝚏𝚊 𝚍𝚞𝚋𝚋𝚒 𝚛𝚊𝚊𝚓𝚘𝚘𝚝𝚊 𝚛𝚊𝚠𝚠𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞𝚏𝚒 𝚛𝚊𝚓𝚘𝚘𝚗𝚒 𝚍𝚞𝚛𝚒 𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 𝚘𝚋𝚋𝚘𝚕𝚕𝚘𝚝𝚊 𝚔𝚎𝚎𝚗𝚢𝚊 𝚔𝚎𝚎𝚜𝚊 𝚋𝚊𝚑𝚊 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚊𝚗𝚒 𝚓𝚒𝚛𝚞.
❶➻Sera.Keesa.Deebi 18:15.
#Waaqni kee Waaqayyo #obboloota kee gidduudhaa raajii akka kootii siif ni kaasa. Isinis isa dhagaÊŒuu qabdu.
❷➻Faarfannaa,Daawit 22:22
Ani maqaa kee
#obboloota_kootti nan beeksisa; Gumii gidduuttis sin jajadha.

🌹
#L𝚊𝚖𝚊𝚊𝚏𝚏𝚊𝚊𝚗 𝚒𝚖𝚖𝚘𝚘 𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 #𝚐𝚊𝚛𝚊_𝚏𝚘𝚘𝚗𝚗𝚒 𝚠𝚊𝚗𝚒 𝚜𝚊𝚗𝚢𝚒(𝚑𝚒𝚍𝚍𝚊)𝚗𝚊𝚖𝚊 𝚒𝚛𝚛𝚊 𝚍𝚑𝚊𝚕𝚝𝚎𝚎𝚏 « kana  ibsuuf akkasii jedhee »
❞➻Ibroota 2:14
ijoolleen” sun
#foonii fi #dhiiga waan taÊŒaniif, #innis_foonii fi dhiiga taÊŒe; kanas kan godhe, duÊŒa isaatiin Diyaabilos isa duÊŒa fiduuf humna qabu sana balleessuuf
❹➻Ibroota 2:17
inni wantoota Waaqayyoo wajjin wal qabatan hundumaa irratti luba ol aanaa gara laafessaa fi amanamaa taÊŒuudhaan, aarsaa araaraa cubbuu namootaatiif dhiifama argamsiisu dhiheessuuf,
#gama hundumaatiin #obboloota” isaa #fakkaachuun isa barbaachiseera.
❺➻Mul’ata Yohaannis 22:16.
Ani Iyyaasuus faayidaa gumiiwwaniitiif jedhee waaÊŒee wantoota kanaa isiniif dhugaa baÊŒuuf Ergamaa koo ergeera. Ani
#hiddaa fi #sanyii Daawiti; akkasumas bakkalcha ifa guddaa qabu dha
❻➻Roome 1:3
waaÊŒee
#Ilma isaa isa #karaa #foonii sanyii Daawit keessaa dhufe sanaa kan ibsu dha.
❌➻1 Pheexiroos 4:1
#Kiristoos yeroo #fooniin turetti rakkinni waan isa irra gaÊŒeef, isinis yaada Kiristoos qabaachuuf of qopheessaa; sababiin isaas, namni rakkinni isa irra gaÊŒe cubbuu hojjechuu dhiiseera;
❜➻Roome 8:29
sababiin isaas,
#Ilmi isaa #obboloota hedduu gidduudhaa angafa akka taÊŒuuf, Waaqayyo warra jalqaba beekamtii isaaniif kenne dursee murteessuudhaan fakkaattii Ilma isaa akka qabaatan godheera.

🌹
#S𝚊𝚍𝚊𝚏𝚏𝚊𝚗𝚒 𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 𝚘𝚋𝚋𝚘𝚕𝚕𝚘𝚝𝚊 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚞 #𝚋𝚊𝚛𝚊𝚝𝚘𝚘𝚗𝚒 𝚏𝚒 𝚗𝚊𝚖𝚘𝚘𝚗𝚒 #𝚋𝚊𝚛𝚞𝚖𝚜𝚊 𝚒𝚜𝚊𝚊 𝚍𝚑𝚊𝚐𝚊𝚗𝚒 𝚑𝚞𝚗𝚍𝚒 𝚒𝚜𝚊𝚊𝚗𝚒 𝚘𝚋𝚋𝚘𝚕𝚕𝚘𝚝𝚊 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚊𝚗𝚒.
❟➻Maatewos 12:48-50
#Iyyaasus deebisee namicha isatti hime sanaan, “Haati tiyya eenyu? Obboloonni koo hoo eenyu faÊŒi?” jedhe.  Achiis harka isaa gara #barattoota isaatti diriirsee akkana jedhe: “Kunoo, haati tiyyaa fi #obboloonni koo warra kana!  Namni fedhii Abbaa koo isa samii raawwatu hundi, #obboleessa, #obboleettii fi haadha koo ti.
▬▬▬▬▬
#Kiristoos_Raajidha,yeroo jennu Aangoo maalummaa rajji kani qabuu  ta'u ibsaa Fakkeenyaaf.rajooni kuni lafa irra dhufanii Kiristoos « #samii irraa irra dhufee » kani sami irraa dhufuu immoo #waaqa malee hoomaa miti.
⓵➻Yohaannis 6:62.
#Ilmi namaa #bakka_dura turetti utuu #ol_bauu yoo argitan maal jettu ree?
⓶➻Yohaannis 8:23
#Innis akkana isaaniin jedhe: “ #Isin_gad irraa ti; #Ani garuu #ol_irraa ti. #Isin_addunyaa kana irraa ti;  #Ani garuu #addunyaa kana irraa #miti.

🥥rajoonni hundi isaanii gara lafaa irraa dhufanii
👇𝔀𝔞𝔯𝔞 T𝚎𝚕𝚎𝚐𝚛𝚊𝚖𝚊 𝚔𝚘𝚘𝚝𝚊👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🍇 Bagaa Geesaan🍇
Ayyaana kuni Kiristoos #ilma Abbaa ta'u,fi #Aangoo isaa guyyaa itti ibseedha.
➊. #gaaffii tokko warra #pheenxee fi #Muslimootafi
« maalif yero #Pheexiroos Ati Kiristoos ilma Waaqayyo jirati jedhanii sana Kiristoos immoo Pheexiroos #qofan akkasi jedhe.. kana kani siif ibsee #Abbaa koo isaa samiitti malee #foonii fi #dhiiga miti jedhanii..❓
=yookiin immoo namoonni ati Kiristoos yeroo jedhanii , ykn Iyyaasuus yeroo jedhanii , ykn Gooftaa yeroo jedhanii ykn Waaqa koo yeroo jedhani sana  »  Kiristoos akka Pheexiroosin jedhee sana hin jennee.❓❓
▬▬▬▬▬▬▬
🗳Ayyaana gaarii isiniif Haata’u

🗳gara Telegraama kota👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🍇 kutaa-97-ffªª  👇👇
➻gaafi Deebi Musiliimota
✍Yohaannis 1:13
isaan #Waaqayyo irraa #dhalatan malee, #dhiiga irraa yookiin fedhii #foonii irraa yookiin fedhii #dhiiraa irraa hin dhalanne.
👉gaaffii isaanii Namni akkamitti dhigaa ykn fedhii fooni ykn fedhii dhira malee dhalchuu danda'a jedhuu..❓
▬▬▬▬
🌷 Deebii keenyaa.
#Gaafi keenya immoo nuuf Deebisa yaa Musiliimota Adaami dhiga male ykn fedhii fooni malee ykn fedhii dhira malee Hin Uumamnee  moo..❓
✍gara yaada keenya yaa Deebinuu " Namni kamiyyuu foonii Adaami sana,qaba foonii nama gosummaa tokko.
1Qorontos 15:39
Foon hundinuu tokko miti; #Namni_foon_gosa_tokkoo qaba; horiin foon gosa biraa, simbirroon foon gosa biraa, qurxummiinis foon gosa biraa qabu.
👉 𝙚𝙖𝙗𝙖𝙗𝙖 𝙖𝙠𝙠𝙖𝙚𝙞 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙖𝙢𝙚𝙛𝙞
1.𝙚𝙖𝙗𝙖𝙗𝙖 𝙩𝙀𝙠𝙠𝙀𝙛𝙛𝙖𝙖
Namni maqaa Kiristoositti Amanuu jedhe malee namaa hunda hin jennee.
➊➧Yohaannis 1:12-13
warra isa simatan #hundumaatiif, isaan #maqaa isaatti waan #amananiif, ijoollee Waaqayyoo akka taÊŒaniif Aangoo isaaniif kenne Isaan Waaqayyo irraa #dhalatan malee, dhiiga irraa yookiin fedhii foonii irraa yookiin fedhii dhiiraa irraa hin dhalanne.
➋Hoji-Duka.buota 2:21
Namni #maqaa Waaqayyo waammatu hundi ni fayya
➌Roome 10:13
Namni maqaa Waaqayyo waammatu hundi ni fayya.
➍Farfannaa 9:10
Warri #maqaa kee beekan sitti #amanamu; Yaa waaqayyo ati warra si barbaaddatan matumaa hin dhiistu.
➎Raji-Isayaas 50:10
isin gidduudhaa waqayo kan sodaatu, Sagalee tajaajilaa isaas kan dhagaÊŒu eenyu? Dukkana cimaa ifni keessa hin jirre keessa kan deeme eenyu? inni #maqaa_waaqayyotti haa #Amanamu, Waaqa isaattis haa hirkatu.
➏Yohaannis 20:31
Wantoonni kun kan barreeffaman, Iyyaasus dhuguma Kiristoos Ilma Waaqayyoo taÊŒuu isaa akka amantaniif, #amantaniis karaa #maqaa isaa jireenya akka argattaniifi.
👉𝚒𝚍𝚍𝚘𝚘 𝚔𝚊𝚗𝚊𝚝𝚒 𝚖𝚊𝚚𝚊𝚊 𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜𝚒𝚝𝚝𝚒 𝚊𝚖𝚊𝚗𝚞 𝚢𝚎𝚛𝚘 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚞 #𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 _𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘 𝚝𝚊𝚞 𝚒𝚜𝚊𝚊 𝚜𝚒𝚛𝚛𝚒𝚝𝚝𝚒 𝚒𝚋𝚜𝚎.
👉𝑚𝑎𝑞𝑎𝑎𝑛 𝑑ℎ𝑢𝑔𝑢𝑚𝑎 #𝑗𝑖𝑟𝑒𝑒𝑛𝑊𝑎 𝑘𝑒𝑛𝑛𝑢 𝑘𝑢𝑛𝑖 𝑘𝑎𝑛𝑖 #𝑀𝑎𝑎𝑞𝑎𝑊𝑊𝑜 𝑞𝑜𝑓𝑎 𝑚𝑎𝑙𝑒𝑒 𝑀𝑎𝑛𝑡𝑎,𝑏𝑖𝑟𝑎 𝑚𝑖𝑡𝑡𝑖.
2.𝙚𝙖𝙗𝙖𝙗𝙖 𝙡𝙖𝙢𝙖𝙛𝙛𝙖𝙖.
Namni foonii fi dhiga irraa hin dhalannee jedhun nama,hafuuraa jechuudha «Sababiin isaa afuurri dhiga fi foonii hin qabuu wani taefi »

➐Luqaas 24:39
Anuma taÊŒuu koo beekuuf, harka koo fi miila koo ilaalaa; qaqqabaatii na ilaalaa; uumamni #hafuuraa akka ana irratti argitan kana #foonii fi lafee hin qabu.”
➑Maatewos 16:17
 Yeroo kanatti Iyyaasuus “Yaa Simoon ilma Yoonaas, kana kan siif ibse #foonii fi #dhiiga utuu hin taÊŒin, Abbaa koo isa samii waan taÊŒeef gammadi.
👉Tolee nama hafuuraa jechuun kani hojii hafuuraa kani hojjatu wani ta’ef ,namni foonii fi dhiiga immoo hojuma foonii dhiiga hojjata jechudha.
❟Yohaannis 4:24
#Waaqayyo_hafuura #warri isa waaqeffatanis #hafuuraa fi dhugaadhaan waaqeffachuu qabu
❿Roome 8:5
warri akka #fooniitti jiraatan, yaadni isaanii wantoota foonii irratti xiyyeeffata; warri akka #hafuuraatti jiraatan garuu, yaadni isaanii wantoota hafuuraa irratti xiyyeeffata.
➊➊Roome 8:9
Dhuguma hafuurri Waaqayyoo yoo isin keessa jiraate garuu, fedha #foonii wajjin utuu hin taÊŒin, fedha hafuuraa wajjin tokkummaa qabaattu. TaÊŒus, namni tokko #hafuura Kiristoos hin qabu taanaan, namni kun kan isaa miti.
▬▬▬▬
𝙮𝙖𝙖𝙙𝙖 𝙙𝙖𝙗𝙖𝙡𝙖𝙩𝙖 𝙞𝙢𝙢𝙀𝙀.
✍𝙣𝙖𝙢𝙣𝙞 𝙖𝙠𝙠𝙖 𝙠𝙞𝙩𝙖𝙗𝙖 𝙊𝙪𝙡𝙊𝙪𝙡𝙡𝙪𝙩𝙩𝙞 𝙠𝙖𝙡𝙡𝙖𝙩𝙞 𝙝𝙚𝙙𝙙𝙪𝙣 𝙙𝙝𝙖𝙡𝙖𝙩𝙖.
⓵➻1 Pheexiroos 1:23
isin karaa #dubbii Waaqayyoo isa jiraataa taÊŒee fi yeroo hunda jiraatuun, haaraa kan #dhalattan, sanyii baduun utuu hin taÊŒin sanyii hin badneen ture.
⓶➻Yaaqoob 1:18
Kun fedhii isaa waan taÊŒeef, nuti uumamawwan isaa keessaa warra jalqabaa akka taanuuf, inni dubbii dhugaatiin nu #dhalche.
⓷➻1Yohaannis 5:1
Namni Iyyaasus dhuguma Kiristoos taÊŒuu isaa amanu hundi Waaqayyo irraa #dhalateera; namni abbaa jaallatu hundis isa isa irraa dhalate sana ni jaallata.
🅰 kutaa-100-ffaa🕹
➻gaafi fi deebi Musiliimota
✍Yohannis 1:14
sagalichi #foon_taÊŒee nu gidduu jiraate. Nus ulfina isaa, ulfina Ilma Tokkicha ayyaanaa(gaarummaa) fi dhugaadhaan guutamee Abbaa biraa dhufe sanaa argineerra.
1➧gaaffii isaanii Kiristoos kani #tolfamee kani Uumamee jedhuu ❓
👉Ragaa isaanii
Ibroota10:5
#inni gara addunyaa yeroo dhufetti akkana jedhe: Ati aarsaa fi kennaa hin barbaanne, kanaa mannaa #dhaqna_Anaaf #qopheessite.
Farfannaa 74:16
Guyyaan kan kee ti; halkanis keetuma;
ati #aduu, #ifa #qopheessite jirta
=jecha qopheesse jedhuu Muslimoonni tolche(Uumee )jechuuti hikuu sababa Kanaaf Kiristoos kani tolfamee ,kani qopheesse ,kani Uumamee jedhuu❓
▬▬▬▬▬
🌷Deebi Keenya❓
Lakkii Kiristoos Waaqa addunyaa dura turee.
Kutaa-98👈dubbisi
kutaa -99👈dubbisi
✍amma Ibroota 10:5 irraa kani dhagna naaf qopheessite jedhee = #dhagna jechuun #foonii jedhudha.
🌹kuni immoo barumsa #ortodoksii keessatti sirriitti beekamaadha foonii Kiristoos Uumama akka ta’e ni Amana Fakkeenyaaf akkasii jennee Gooftaan keenya #foonii fi #lubbuu_Maariyaami fudhate jennee =Kanaafuu fooni fi lubbuu Maariyaami immoo #Uumamadha
👆iddoo kanati immoo
Ibroota 10:5 irratti akkasii jedhee « #inni_gara_addunyaa #yeroo dhufetti akkana jedhe »
👇Jechi #inni jedhuu Kiristoos ibsaa
👉 inni suni gara addunyaa osoo hin dhufin dura foonii akka hin qabnee sirriitti ibsee jira Kanaafuu inni suni eessaa ture ree jalqabaa ❓deebii isaa abbaa bira. 
➊➻Yohaannis 6:46
#Isa Waaqayyo #biraa_dhufe sana malee #namni tokko iyyuu #Abbaa hin argine; isa #qofatu Abbaa arge.
➻ kanafuu Kiristoos kuni jalqabaa osoo foonii nama kana hin uffatanii Abbaa bira turee.
➻yeroo Abbaa bira gara addunyaa dhufee immoo foonii Maariyaami fudhate dhalatee.
Kunis Kiristoos sagalee ta’e dhufe foonii nama fudhatee
👉akkamitti sagaleen suni foonii nama uffata isaa jedhuufi immoo kani namni tokko iyyuu beeku hin dandeenye,afuura Qulqulluun
➋➻Maatewos 1:18
#Dhalachuun_Iyyaasus Kiristoos akkana ture: Haati isaa #Maariyaam kaadhima Yoosef turte; isheenis utuu Yoosef wajjin wal bira hin gaÊŒin #Hafuura_Qulqulluudhaan ulfooftee argamte.
✍ Kanaafuu Kiristoos Addunyaa duraa Abbaa wajjiin ture ,yeroo nama fayyisuu garuu sababii foonii nama fudhachuu qabuuf foonii nana suni qopheefi. ❝ kuni Akkuma Seexanni qaama Foonii bofa keessa seenee Adaami fi Hewwaani cubbuun ajjeesee , Kiristoos immoo immoo dhufee foonii nama kaninni fayyinaa fidee.❞.
➌➻Ibroota 2:14-15👇
#ijoolleen sun #foonii fi #dhiiga qabaniif,#Iyyaasusis  duÊŒa ofii isaatiin #diiyaabiloos isa duÊŒa irratti humna qabu sana #balleessuuf jedhee #namummaa isaanii #qoodate innis warra bara jireenya isaanii hunda garbummaa sodaa duÊŒaatiin hidhamanii turan #bilisa baasuuf jedhee waan kana godhe
➧jecha #qootatee jechuun foonii namoota irratti #hiraamte yookaan #fudhatee (garuu Kiristoos jalqabuuma jira).
➍➻Filiphisiiyus 2:6-7
#Inni utuma bifa Waaqaatiin jiruu wal qixxummaa Waaqa wajjin qabu akka waan irraa fudhatameetti hin lakkoofne; qooda kanaa #inni_bifa_garbaa #uffatee fakkaattii namaa fudhachuudhaan duwwaa of godheera .
➻iddoo kanatti inni Waaqayyo wajjin qixxee yookaan Abbaa wajjiin qixe ture jedhe jira kanafuu Kiristoos osoo fooni nama kanaa hin fudhatin dura abbaa wajjiin qixxee turee.
➻amma immoo duwwaa ofii godhee bifaa garbummaa fudhatee jedhe , =bifa garbummaa kani jedhamee foonii namatti .
▬▬▬▬
Farfannaa Daawit 74:16 irraa kani jiruu immoo biiftuu fi ifa qopheesse inni jedhuu Uumee jechudha kana jechuun wangeela Yohaannis 1:14 fi Ibroota 10:5 wajjiin wanti walitti fiduu gonkumaa hin jiru
➧Sababiin isaa « jalqabaa sagalee ture jedha malee jalqabaa biiftuu ifa ture hin jedhuu ❌
➧inni suni yeroo gara addunyaa dhufuu ,foonii nama ni qopheeffamefi jedhee ,biiftuu fi Ifnii yeroo gara addunyaa dhufanii foonii nama qopheeffamef hin jedhu❌
▬▬▬▬▬
𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖𝙩𝙞