๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒนkutaa-98-ffaa.
โžง gaafi fi deebi Muslimoota.
โœYohannis 1:14
sagalichi(logos) #foon_taสผee nu gidduu jiraate. Nus ulfina isaa, ulfina Ilma Tokkicha ayyaanaa(gaarummaa) fi dhugaadhaan guutamee Abbaa biraa dhufe sanaa argineerra.
โžŠ.gaafii isaanii sagalee sanani Waaqayyo Kiristoos Uumee jedhuu โ“
Ragaa isaanii immoo
Seera.Uumama 1:3
#Waaqayyos_#Ifni haa taสผuโ€ jedhe. Achiis #ifni ni #taสผe.
Raajii isayaas 55:11
dubbiin koo kan #afaan kootii baสผus fedhii koo #raawwata;
kaayyoo ani isa ergeefis galmaan gaสผa malee
harka #duwwaa gara kootti hin deebiสผu.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนDeebii keenya๐Ÿ‘‡
โžง lakkii sagalee sanani Kiristoos hin Uumne, sagaleen suni foonii taโ€™e jedhee malee Waaqayyo sagalee sanani Kiristoos Uumee gonkumaa hin jedhuuโŒ

โžง kanaa booda immoo ragaa isaanii dhiyeessan wangeela Yohaannis 1:14 irraa kani jiruu seera.Uumama 1:3 fi isaayaas 55:11irraa kani jiru ilaala.
โœ jechoota Giriikiitiin fayyadamna Fakkeenyaaf Yohaannis 1:14 sagalichi foonii taโ€™e jechuun Qubeen isaa kana ture= ยซ ฮ›ฯŒฮณฮฟฯ‚ ฯƒแฝฐฯฮพ แผฮณฮญฮฝฮตฯ„ฮฟ ยป #jechi #tae jedhuu Giriikiidhan แผฮณฮญฮฝฮตฯ„ฮฟ(eegeneto)jedhama.
seera Uumama 1:3 irraa kani jiruu Waaqayyo ifni Haataโ€™u jedhee ,kani jedhuu Giriikii isaa immoo kana turee = ยซฮตฮฏฯ€ฮตฮฝ ฮฟ #ฮธฮตฯŒฯ‚ #ฮณฮตฮฝฮทฮธฮฎฯ„ฯ‰ ฯ†ฯ‰ฯ‚ (kana jechuun Ifnii Haataโ€™u jechudha)
Isaa booda Ifnii taโ€™e jedha ฮตฮณฮญฮฝฮตฯ„ฮฟ ฯ†ฯ‰ฯ‚
โœamma wangeela Yohaannis 1:14 irraa jechi #ฮตฮฏฯ€ฮตฮฝ ฮฟ #ฮธฮตฯŒฯ‚_ฮณฮตฮฝฮทฮธฮฎฯ„ฯ‰ jedhuu foolii isaa iyyuu hin jiruu.
๐Ÿ˜œ akka yaada Muslimootati Waaqayyo akkuma ifa godhee sana,Kiristoosiin illee Kiristoos foonii Haataโ€™u jedhe jedhuufi deemu.
๐ŸŒนgaruu Kitaabni akkasii hin jennee Waaqayyo sagaleen foonii Haataโ€™u hin jedheenn
๐Ÿฆ†yaa Muslimoota(๐Ÿ’) dogoggora kee hubbate amma.

๐ŸŒนisaayaas 55:11.
Kana irraa kani jiru immoo waliin dubbii Waaqayyo fi namoota jidduu kani jiruu malee dhimma biraatti gonkumaa walii hin qabatuu " akka bareefama kanatii Waaqayyo wanta dubbadhe isaaniif nan rawwadha waadaa koo nan erga jedhuudha malee wanta bira miti.
๐Ÿ‘†Fakkeenyaafi akkasii jedhe jalqabaa
isayaas 55:8-11๐Ÿ‘‡
#yaanni koo yaada keessanii wajjin, #Daandiin koos daandii keessanii wajjin tokko mitiโ€ jedha #Waaqayyo #Akkuma samiin lafa irraa oli fagaatu, #Daandiin koo daandii keessan irraa, #Yaanni koos yaada keessan irraa #fagoo dha.

#Bokkaanii fi cabbiin samii irraa gad buสผee, Lafa jiisuudhaan #oomisha akka argamsiistuu fi akka biqilchitu, Isa facaasuuf sanyii, isa nyaatuufis nyaata akka kennitu utuu hin godhin akkuma #ol_hin_deebine
#dubbiin koo kan #afaan kootii baสผus #fedhii koo raawwata;
#kaayyoo ani isa ergeefis galmaan gaสผa malee
harka duwwaa gara kootti hin deebiสผu.
โžงkana jechuun kaayyoo Waaqayyo ,waadaa isaa kani uummata wajjiin dubbachaa jiruu malee kani wangeela Yohaannis 1:14 irraa wajjiin tokko miti.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โค๏ธ wanta salphaa tokko isinitti himma Kiristoos guyyuma sana Uumee jedhe namoota sobaanif.
โžงKiristoos yeroo sagaleen suni foonii taโ€™e jedhuu dhisii Waaqayyo jalqabaa samii fi lafa yeroo Uumuu iyyu jira turee.
๐Ÿ‘Kanaafuu sagalee sanani Kiristoos Uumee kani isaanii jedhanii #soba_gudadha.
โžŠโžงYohaannis 17:5
yaa Abbaa, ulfina #Ani_addunyaan_uumamuu isaa #dura si biratti qabu sanaan, of biratti ulfina anaaf kenni.
๐Ÿ™kanafuu Kiristoos addunyaa dura ergaa jiratee ammaa akkamitti sagalee sanii Kiristoos Uumee jedhu Musiliimooniโ“

โž‹โžงQolosaayis 1:15
#inni fakkaattii Waaqayyo isa ijaan hin argamne sanaa fi #Angafa_uumama_hundumaa ti;
๐Ÿ™Kiristoos Uumama hundaaf Aangafa erga taee sagalee sani Waaqayyo isaa Uumee akkamitti jedhuu Musiliimoniโ“

โžŒโžงYohaannis 8:58
#Iyyaasus โ€œDhuguma dhuguman isiniin jedha, #Abrahaam dhalachuu isaa #dura_ani jiran tureโ€ isaaniin jedhe.
๐Ÿ™ Kiristoos Abrahaam dura erga jiratee , sagalee sani Uumamee akkamitti jedhuu Muslimoonniโ“

๐š๐šŠ๐š›๐šŠ ๐š๐šŽ๐š•๐šŽ๐š๐š›๐šŠ๐š–๐šŠ ๐š”๐š˜๐š๐šŠ๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐ŸŒทkutaa-99-ffaa ๐Ÿ‘‡
โžง gaafii fi Deebii Muslimoota
โœYohannis 1:14
sagalichi #foon_taสผee nu gidduu jiraate. Nus ulfina isaa, ulfina Ilma Tokkicha ayyaanaa(gaarummaa) fi dhugaadhaan guutamee Abbaa biraa dhufe sanaa argineerra.
1=gaaffii isaanii Waaqayyo sagalee sanani Kiristoos Uumame jedhuu.โ“
Ragaa isaanii๐Ÿ‘‡
โ“ต.Farfannaa 33:9
#Inni ni dubbate, wanti inni dubbates ni #Taโ€™e; Inni ni ajaje, wanti inni ajajes jabaatee dhaabbate.
โ“ถ.Farfannaa 148:5.
#Inni_ajajuu isaatiin waan #uumamaniif, Isaan maqaa Waaqayo haa jajatan.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿฅฅ Deebii keenya๐Ÿ‘‡
Lakkii Waaqayyo sagalee sanani Kiristoos Uumee hin jenneeโŒ
๐Ÿฅฅ inni bira osoo hoomtuu hin Uumamni dura iyyuu Kiristoos jira ture ยซ Kanaafuu jidduu kanatti maaltu dhufe re ยปโ“
๐ŸŒทkani Farfannaa Daawit 33:9 fi Farfannaa Daawit 148:5 irraatti #dubbachaa jiru iyyuu #mataan isaa #Kiristoos ยป
โžง wanta hundumaa kani Uumee Kiristoos.
โœ #Tokkoffaa_Kiristoos akka #Daawiti dubbachaa turee kani nuuf #mirkaneessu ยซ Kiristoos #Uuma_wanta hunda ta'u
isaatti ยป

โžŠโžปYohaannis 1:3
#Wanni_hundinuu isaan taสผe; waan taสผe hunda keessaas wanni isa #malee taสผe #tokko iyyuu hin #jiru.
โž‹โžปYohaannis 1:10-11
#Inni_addunyaa keessa ture; addunyaan isaan #uumame; addunyaan garuu isa hin beekne. #Innis gara #saba isaa dhufe; sabni isaa garuu isa hin #fudhanne
๐Ÿฅฅ inni kuni eenyu yaa Muslimoota gara biyya lafa kan dhufee Kiristoos
โžŒโžปMulata Yohanis 22:13
Ani #Alfaa fi #Omeegaa, isa duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.
โžโžปFarfannaa 102:27
#Ati garuu sanuma #waggoonni kees matumaa dhuma hin qaban.
โžŽโžปFarfannaa 115:15
Waaqayyo samii fi
lafa Uume sun isin haa eebbisu
๐ŸŒน#lammaffaa Kiristoos akka #Daawiti dubbachaa turee kani nuuf #mirkaneessu ยซ isa kana๐Ÿ‘‡
โžโžปMatewos 22:41-44
Fariisonni walitti qabamanii utuu jiranii #Iyyaasuus akkana jedhee isaan gaafate:
Waaสผee #Kiristoos maal yaaddu? Inni #ilma eenyuu ti?โ€ Isaanis, #Ilma_Daawitiโ€ isaan jedhan. Innis akkana jedhee isaan gaafate: โ€œMaarree, Daawit akkamitti #hafuuraan geggeeffamee akkamitti #Gooftaa jedhee isa waama?
โ€†โ€˜Gooftaan Gooftaa kootiin:
โ€œHamma ani diinota kee
miilla kee jala siif galchutti
gara mirga koo taaสผiโ€ jedhe
๐Ÿ‘‰amma Iddoo kanatti #Kiristoos_Ani_Gooftaa_Daawiti jedhu isaatti.
โœ iddoo Daawit itti dubbate immoo hafuuraan๐Ÿ‘‡
โžโžปFarfannaa 110:1
#Waaqayyo_Gooftaa kootiin:
Hamma ani diinota kee ejjeta miilla keetii godhutti,
karaa mirga koo taaสผiโ€ jedhe.
โžงKanaaf Daawit Kiristoosiin Waaqayyo Gooftaa koo jedhee jira , kanaafu Daawit #dubbacha kani ture Kiristoos.

โž‘โžปMatewoos 13:34-35๐Ÿ‘‡
#Iyyaasuus wantoota kana hunda #fakkeenyaan namoota sanatti dubbate. Eeyyee, fakkeenyaan malee isaanitti hin dubbatu ture; #kanas kan godhe #wanta_karaa_raajichaa, โ€œ#Ani_fakkeenyaan_afaan koo nan banadha; wantoota jalqabumaa kaasee dhokfaman nan labsaโ€ jedhamee dubbatame #raawwachuufi.
๐Ÿ‘‰iddoo kanatti Fakkeenya kani dubbate Kiristoos, kana jechuun bara durk Kiristoos Daawitiin anii fakkeenyan nan dubbadha jedhee wani itti himeef Daawit dubbii kana kitaaba isaa irratti bareesse
โพโžปFarfannaa 78:2
#Ani_fakkeenyaan_afaan koo nan banadha; waan durumaa jalqabee dhokfames nan dubbadha.
๐™ญ๐™ช๐™ข๐™ช๐™ง๐™– ๐™ž๐™ง๐™ง๐™–๐™–๐™ฉ๐™ž.
๐Ÿ‘‰๐š ๐šŠ๐š—๐š๐šŠ ๐š‘๐šž๐š—๐š๐šž๐š–๐šŠ ๐š”๐šŠ๐š—๐š’ ๐šž๐šž๐š–๐šŽ๐šŽ ๐š”๐š’๐š›๐š’๐šœ๐š๐š˜๐š˜๐šœ
๐Ÿ‘‰๐š๐šŠ๐šŠ๐š ๐š’๐š๐š’ ๐š”๐šŠ๐š—๐š’ ๐š๐šž๐š‹๐š‹๐šŠ๐šŒ๐š‘๐šŠ ๐š๐šž๐š›๐šŽ ๐š”๐š’๐š›๐š’๐šœ๐š๐š˜๐š˜๐šœ
๐Ÿ‘‰๐š”๐šŠ๐š—๐šŠ๐šŠ๐š๐šž ๐šŠ๐š”๐š”๐šŠ๐š–๐š’๐š๐š๐š’ ๐šŠ๐š–๐š–๐šŠ ๐š ๐šŠ๐šŠ๐šš๐šŠ๐šข๐šข๐š˜ ๐šœ๐šŠ๐š๐šŠ๐š•๐šŽ๐šŽ๐š— ๐šœ๐šŠ๐š—๐šŠ๐š—๐š’ ๐š”๐š’๐š›๐š’๐šœ๐š๐š˜๐š˜๐šœ ๐šž๐šž๐š–๐šŽ๐šŽ ๐š“๐šŽ๐šŒ๐š‘๐šž ๐š๐šŠ๐š—๐š๐šŽ๐šŽ๐šœ๐šœ๐šŠ๐š— ๐šœ๐š’๐š’๐š•๐šŠ ๐šž๐šž๐š–๐šŠ๐š— ๐š ๐šŠ๐š—๐š๐šŠ ๐š‘๐šž๐š—๐š๐šŠ๐šŠ ๐š’๐šข๐šข๐šž๐šž ๐š”๐š’๐š›๐š’๐šœ๐š๐š˜๐š˜๐šœ ๐š–๐šŠ๐š๐šŠ๐šŠ ๐š’๐šœ๐šŠ๐šŠ ๐šŽ๐š›๐š๐šŠ ๐š๐šŠ๐šŽ.๐Ÿคโ“

๐š๐šŠ๐š›๐šŠ ๐š๐šŽ๐š•๐šŽ๐š๐š›๐šŠ๐š–๐šŠ ๐š”๐š˜๐š๐šŠ๐Ÿ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐Ÿ…ฐ kutaa-100-ffaa๐Ÿ•น
โžปgaafi fi deebi Musiliimota
โœYohannis 1:14
sagalichi #foon_taสผee nu gidduu jiraate. Nus ulfina isaa, ulfina Ilma Tokkicha ayyaanaa(gaarummaa) fi dhugaadhaan guutamee Abbaa biraa dhufe sanaa argineerra.
1โžงgaaffii isaanii Kiristoos kani #tolfamee kani Uumamee jedhuu โ“
๐Ÿ‘‰Ragaa isaanii
Ibroota10:5
#inni gara addunyaa yeroo dhufetti akkana jedhe: Ati aarsaa fi kennaa hin barbaanne, kanaa mannaa #dhaqna_Anaaf #qopheessite.
Farfannaa 74:16
Guyyaan kan kee ti; halkanis keetuma;
ati #aduu, #ifa #qopheessite jirta
=jecha qopheesse jedhuu Muslimoonni tolche(Uumee )jechuuti hikuu sababa Kanaaf Kiristoos kani tolfamee ,kani qopheesse ,kani Uumamee jedhuuโ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒทDeebi Keenyaโ“
Lakkii Kiristoos Waaqa addunyaa dura turee.
Kutaa-98๐Ÿ‘ˆdubbisi
kutaa -99๐Ÿ‘ˆdubbisi
โœamma Ibroota 10:5 irraa kani dhagna naaf qopheessite jedhee = #dhagna jechuun #foonii jedhudha.
๐ŸŒนkuni immoo barumsa #ortodoksii keessatti sirriitti beekamaadha foonii Kiristoos Uumama akka taโ€™e ni Amana Fakkeenyaaf akkasii jennee Gooftaan keenya #foonii fi #lubbuu_Maariyaami fudhate jennee =Kanaafuu fooni fi lubbuu Maariyaami immoo #Uumamadha
๐Ÿ‘†iddoo kanati immoo
Ibroota 10:5 irratti akkasii jedhee ยซ #inni_gara_addunyaa #yeroo dhufetti akkana jedhe ยป
๐Ÿ‘‡Jechi #inni jedhuu Kiristoos ibsaa
๐Ÿ‘‰ inni suni gara addunyaa osoo hin dhufin dura foonii akka hin qabnee sirriitti ibsee jira Kanaafuu inni suni eessaa ture ree jalqabaa โ“deebii isaa abbaa bira. 
โžŠโžปYohaannis 6:46
#Isa Waaqayyo #biraa_dhufe sana malee #namni tokko iyyuu #Abbaa hin argine; isa #qofatu Abbaa arge.
โžป kanafuu Kiristoos kuni jalqabaa osoo foonii nama kana hin uffatanii Abbaa bira turee.
โžปyeroo Abbaa bira gara addunyaa dhufee immoo foonii Maariyaami fudhate dhalatee.
Kunis Kiristoos sagalee taโ€™e dhufe foonii nama fudhatee
๐Ÿ‘‰akkamitti sagaleen suni foonii nama uffata isaa jedhuufi immoo kani namni tokko iyyuu beeku hin dandeenye,afuura Qulqulluun
โž‹โžปMaatewos 1:18
#Dhalachuun_Iyyaasus Kiristoos akkana ture: Haati isaa #Maariyaam kaadhima Yoosef turte; isheenis utuu Yoosef wajjin wal bira hin gaสผin #Hafuura_Qulqulluudhaan ulfooftee argamte.
โœ Kanaafuu Kiristoos Addunyaa duraa Abbaa wajjiin ture ,yeroo nama fayyisuu garuu sababii foonii nama fudhachuu qabuuf foonii nana suni qopheefi. โ kuni Akkuma Seexanni qaama Foonii bofa keessa seenee Adaami fi Hewwaani cubbuun ajjeesee , Kiristoos immoo immoo dhufee foonii nama kaninni fayyinaa fidee.โž.
โžŒโžปIbroota 2:14-15๐Ÿ‘‡
#ijoolleen sun #foonii fi #dhiiga qabaniif,#Iyyaasusis  duสผa ofii isaatiin #diiyaabiloos isa duสผa irratti humna qabu sana #balleessuuf jedhee #namummaa isaanii #qoodate innis warra bara jireenya isaanii hunda garbummaa sodaa duสผaatiin hidhamanii turan #bilisa baasuuf jedhee waan kana godhe
โžงjecha #qootatee jechuun foonii namoota irratti #hiraamte yookaan #fudhatee (garuu Kiristoos jalqabuuma jira).
โžโžปFiliphisiiyus 2:6-7
#Inni utuma bifa Waaqaatiin jiruu wal qixxummaa Waaqa wajjin qabu akka waan irraa fudhatameetti hin lakkoofne; qooda kanaa #inni_bifa_garbaa #uffatee fakkaattii namaa fudhachuudhaan duwwaa of godheera .
โžปiddoo kanatti inni Waaqayyo wajjin qixxee yookaan Abbaa wajjiin qixe ture jedhe jira kanafuu Kiristoos osoo fooni nama kanaa hin fudhatin dura abbaa wajjiin qixxee turee.
โžปamma immoo duwwaa ofii godhee bifaa garbummaa fudhatee jedhe , =bifa garbummaa kani jedhamee foonii namatti .
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Farfannaa Daawit 74:16 irraa kani jiruu immoo biiftuu fi ifa qopheesse inni jedhuu Uumee jechudha kana jechuun wangeela Yohaannis 1:14 fi Ibroota 10:5 wajjiin wanti walitti fiduu gonkumaa hin jiru
โžงSababiin isaa ยซ jalqabaa sagalee ture jedha malee jalqabaa biiftuu ifa ture hin jedhuu โŒ
โžงinni suni yeroo gara addunyaa dhufuu ,foonii nama ni qopheeffamefi jedhee ,biiftuu fi Ifnii yeroo gara addunyaa dhufanii foonii nama qopheeffamef hin jedhuโŒ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐™ญ๐™ช๐™ข๐™ช๐™ง๐™– ๐™ž๐™ง๐™ง๐™–๐™–๐™ฉ๐™ž