๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
42 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒนkutaa-98-ffaa.
โžง gaafi fi deebi Muslimoota.
โœYohannis 1:14
sagalichi(logos) #foon_taสผee nu gidduu jiraate. Nus ulfina isaa, ulfina Ilma Tokkicha ayyaanaa(gaarummaa) fi dhugaadhaan guutamee Abbaa biraa dhufe sanaa argineerra.
โžŠ.gaafii isaanii sagalee sanani Waaqayyo Kiristoos Uumee jedhuu โ“
Ragaa isaanii immoo
Seera.Uumama 1:3
#Waaqayyos_#Ifni haa taสผuโ€ jedhe. Achiis #ifni ni #taสผe.
Raajii isayaas 55:11
dubbiin koo kan #afaan kootii baสผus fedhii koo #raawwata;
kaayyoo ani isa ergeefis galmaan gaสผa malee
harka #duwwaa gara kootti hin deebiสผu.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนDeebii keenya๐Ÿ‘‡
โžง lakkii sagalee sanani Kiristoos hin Uumne, sagaleen suni foonii taโ€™e jedhee malee Waaqayyo sagalee sanani Kiristoos Uumee gonkumaa hin jedhuuโŒ

โžง kanaa booda immoo ragaa isaanii dhiyeessan wangeela Yohaannis 1:14 irraa kani jiruu seera.Uumama 1:3 fi isaayaas 55:11irraa kani jiru ilaala.
โœ jechoota Giriikiitiin fayyadamna Fakkeenyaaf Yohaannis 1:14 sagalichi foonii taโ€™e jechuun Qubeen isaa kana ture= ยซ ฮ›ฯŒฮณฮฟฯ‚ ฯƒแฝฐฯฮพ แผฮณฮญฮฝฮตฯ„ฮฟ ยป #jechi #tae jedhuu Giriikiidhan แผฮณฮญฮฝฮตฯ„ฮฟ(eegeneto)jedhama.
seera Uumama 1:3 irraa kani jiruu Waaqayyo ifni Haataโ€™u jedhee ,kani jedhuu Giriikii isaa immoo kana turee = ยซฮตฮฏฯ€ฮตฮฝ ฮฟ #ฮธฮตฯŒฯ‚ #ฮณฮตฮฝฮทฮธฮฎฯ„ฯ‰ ฯ†ฯ‰ฯ‚ (kana jechuun Ifnii Haataโ€™u jechudha)
Isaa booda Ifnii taโ€™e jedha ฮตฮณฮญฮฝฮตฯ„ฮฟ ฯ†ฯ‰ฯ‚
โœamma wangeela Yohaannis 1:14 irraa jechi #ฮตฮฏฯ€ฮตฮฝ ฮฟ #ฮธฮตฯŒฯ‚_ฮณฮตฮฝฮทฮธฮฎฯ„ฯ‰ jedhuu foolii isaa iyyuu hin jiruu.
๐Ÿ˜œ akka yaada Muslimootati Waaqayyo akkuma ifa godhee sana,Kiristoosiin illee Kiristoos foonii Haataโ€™u jedhe jedhuufi deemu.
๐ŸŒนgaruu Kitaabni akkasii hin jennee Waaqayyo sagaleen foonii Haataโ€™u hin jedheenn
๐Ÿฆ†yaa Muslimoota(๐Ÿ’) dogoggora kee hubbate amma.

๐ŸŒนisaayaas 55:11.
Kana irraa kani jiru immoo waliin dubbii Waaqayyo fi namoota jidduu kani jiruu malee dhimma biraatti gonkumaa walii hin qabatuu " akka bareefama kanatii Waaqayyo wanta dubbadhe isaaniif nan rawwadha waadaa koo nan erga jedhuudha malee wanta bira miti.
๐Ÿ‘†Fakkeenyaafi akkasii jedhe jalqabaa
isayaas 55:8-11๐Ÿ‘‡
#yaanni koo yaada keessanii wajjin, #Daandiin koos daandii keessanii wajjin tokko mitiโ€ jedha #Waaqayyo #Akkuma samiin lafa irraa oli fagaatu, #Daandiin koo daandii keessan irraa, #Yaanni koos yaada keessan irraa #fagoo dha.

#Bokkaanii fi cabbiin samii irraa gad buสผee, Lafa jiisuudhaan #oomisha akka argamsiistuu fi akka biqilchitu, Isa facaasuuf sanyii, isa nyaatuufis nyaata akka kennitu utuu hin godhin akkuma #ol_hin_deebine
#dubbiin koo kan #afaan kootii baสผus #fedhii koo raawwata;
#kaayyoo ani isa ergeefis galmaan gaสผa malee
harka duwwaa gara kootti hin deebiสผu.
โžงkana jechuun kaayyoo Waaqayyo ,waadaa isaa kani uummata wajjiin dubbachaa jiruu malee kani wangeela Yohaannis 1:14 irraa wajjiin tokko miti.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โค๏ธ wanta salphaa tokko isinitti himma Kiristoos guyyuma sana Uumee jedhe namoota sobaanif.
โžงKiristoos yeroo sagaleen suni foonii taโ€™e jedhuu dhisii Waaqayyo jalqabaa samii fi lafa yeroo Uumuu iyyu jira turee.
๐Ÿ‘Kanaafuu sagalee sanani Kiristoos Uumee kani isaanii jedhanii #soba_gudadha.
โžŠโžงYohaannis 17:5
yaa Abbaa, ulfina #Ani_addunyaan_uumamuu isaa #dura si biratti qabu sanaan, of biratti ulfina anaaf kenni.
๐Ÿ™kanafuu Kiristoos addunyaa dura ergaa jiratee ammaa akkamitti sagalee sanii Kiristoos Uumee jedhu Musiliimooniโ“

โž‹โžงQolosaayis 1:15
#inni fakkaattii Waaqayyo isa ijaan hin argamne sanaa fi #Angafa_uumama_hundumaa ti;
๐Ÿ™Kiristoos Uumama hundaaf Aangafa erga taee sagalee sani Waaqayyo isaa Uumee akkamitti jedhuu Musiliimoniโ“

โžŒโžงYohaannis 8:58
#Iyyaasus โ€œDhuguma dhuguman isiniin jedha, #Abrahaam dhalachuu isaa #dura_ani jiran tureโ€ isaaniin jedhe.
๐Ÿ™ Kiristoos Abrahaam dura erga jiratee , sagalee sani Uumamee akkamitti jedhuu Muslimoonniโ“

๐š๐šŠ๐š›๐šŠ ๐š๐šŽ๐š•๐šŽ๐š๐š›๐šŠ๐š–๐šŠ ๐š”๐š˜๐š๐šŠ๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha