๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
47 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒนkutaa_18ffยชยช๐Ÿ‘ ๐Ÿ“ ๐Ÿ€๐Ÿ“Gaaffii fi Deebi๐Ÿ“๐Ÿ€
๐Ÿ“Musiliimoota๐Ÿ“
====//=====
โœYohaannis 7:33๐Ÿ‘‡
Iyyaasuus(Kiristoos)
akkana jedhe:
โ€œGara isa na
#erge
Sanaa #deemuu koo
dura yeroo xinnoodhaaf
isinii wajjin nan tura.
====//===//====
โœ Gaafii isaanii
Kiristoos ergamaa dha
Jedhu.....โ“
โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—
=Deebi keenya
โœ Kiristoos Abbaa
Bira ergamee dhufee
Yeroo jennuu Abbaa fi
Ilmi walii caaluu hin
Argisiisuu.

โœ Sababiin isaan
#Abbaan Addunyaa
akka fayyiyu barbada.
โœfedhin ilma(Kiristoos)
Addunyaa akka fayyisuudha.

๐ŸŒ€ragaa kitaaba
Qulqulluu
๐Ÿ…ฐ Qabxiiwwan fedhii
Abba ibsan
=1=โœYohaannis 3:16

Isatti kan #amanu hundi #jireenya bara baraa
akka qabaatuuf
malee akka hin badneef,
#Waaqayyo Ilma
isaa isa tokkicha hamma kennuufitti addunyaa
kana
#baayee_jaallateera.
๐Ÿšน iddoo kan irratti
Namni humna Waaqayyon
Na, jaladhu jedhuu jira.โŒ
=gonkumaa hin jiruu
Waaqayyo fedha isaan
Nuu, jaalatee malee.

=2=โœYohaannis 6:40

#fedhiin_Abbaa koo
namni Ilma beekee
isatti amanu hundi
jireenya bara baraa
akka qabaatuufi,Anis guyyaa dhumaatti
#duaa isa nan kaasa.

=3=โœ1Yohaannis 4:19

Inni dursee waan
nu jaallateef nuti jaalala
ni argisiisna

=4=โœ1Yohaannis 4:9-10
#jaalalli Waaqayyoo karaa kanaan mulateera; kunis nuti karaa isaa jireenya
akka argannuuf Waaqayyo
#tokkic tokkicha Ilma
isaa gara addunyaatti
erge.

=5=โœRoome 5:8
Waaqayyo utuu nuti
#cubbamoota taanee jirruu, Kiristoos nuuf jedhee akka du'u gochuudhaan #jaalala nuuf qabu argisiiseera.
Amma
#dhiiga isaatiin
Qulqulloota jedhamnee waan waamamneef,
karaa isaa dheekkamsa Waaqayyoo jalaa akka oollu beekamaa dha.

๐Ÿ…ฑ fedhii Kiristoos ta'u
Immoo qabxiiwwan ibsan

=1=โœLuqaas 19:10

#Ilmi namaa
kan
#bade barbaaduuf, akkasumas
#fayyisuuf dhufeera.โ€

=2=โœLuqaas 5:32

#Ani namoota Qulqulloota utuuhin tain, cubbamoonni akka yaada geddaratan #waamuufan dhufe.โ€

=3=Luqaas 15:4
โ€œIsin keessaa namni
#hoolota_100 qabu hoolaan tokko yoo jalaa badde, hoolota 99 sana
lafa onaa keessatti dhiisee ishii jalaabadde sana hamma argatutti kan hin
barbaadne jiraaโ“

=4=โœmaatewos 18:12-13
Maal isinitti fakkaataโ“
#Namni tokko hoolota 100 yoo qabaatee
fi isaan keessaa hoolaan tokko yoo jalaa
#badde, hoolota 99 sana gaara
irratti dhiisee ishii jalaa badde sana
barbaacha hin
deemuu? Dhuguman isiniin jedha, yoo ishii argate
hoolota 99n warra hin badne sana
caalaa ishiitti guddaa
#gammada .

=5=โœYohaannis 10:27_28
Hoolonni koo sagalee
koo ni dhagau, ani isaan
beeka, isaanis ana
duukaa buu.
#Ani jireenya bara baraa isaaniif nan kenna; isaan matumaa hin balleeffaman; eenyu illee harka koo keessaa isaan hin butatu.

=6=โœMulโ€™ata 1:5
#Iyyaasuus Kiristoos
isa โ€œDhugaa Baatuu Amanamaa,โ€ isa
โ€œwarra
#duan keessaa hangafaโ€ ta'ee
fi isa โ€œBulchaa mootota lafaaโ€ tae irraa.
Isa nu
#jaallatee fi #dhiiga #ofii isaatiin cubbuu keenya irraa bilisa nu
baase sanaaf,
โ—ˆแˆซแŠฅแ‹ญ 1:5
แŠจแ‰ณแˆ˜แŠแ‹แˆ แˆแˆตแŠญแˆญ แŠจแˆ™แ‰ณแŠ•แˆ แ‰ แŠตแˆญ แ‹จแˆแ‹ตแˆญแˆ แŠแŒˆแˆฅแ‰ณแ‰ต แŒˆแ‹ฅ แŠจแˆ†แŠ
#แŠจแŠขแ‹จแˆฑแˆต แŠญแˆญแˆตแ‰ถแˆต แŒธแŒ‹แŠ“ แˆฐแˆ‹แˆ แˆˆแŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ แ‹ญแˆแŠ•แข #แˆˆแ‹ˆแ‹ฐแ‹ฐแŠ• #แŠจแŠƒแŒขแŠ แ‰ณแ‰ฝแŠ•แˆ แ‰ แ‹ฐแˆ™ แˆ‹แŒ แ‰ แŠ•6
====//=====//=====
๐ŸŒนโ—Kiristoos gara isa
Na,erge nan deema
Jechuun isa
#dubbii
#Raajoota rawwachuufi
=raajoonni Waaqayyo
Oli bahee jedhanii jiruu

๐Ÿ’ kanafuu Kiristoos
#Afaani isatti anii oli
Nan bahaa jedhee oli
Bahee jira.
๐Ÿ“โ—Faarfannaa 47:5-6
#Waaqayyo Gooftaan #sagalee gammachuutiin, sagalee fiinootiinis #oli ba'eera; Waaqayyoon faarfannaadhaan jajadhaa! Isa faarfadhaa! Mootii keenya faarfannaadhaan jajadhaa! Isa faarfadhaa

๐Ÿ“โ— Farfannaa 68:18

Ati gara olii baatee
Booji'amtootasi ni fudhattee, yaa,
waaqa keenya ati isaan
Gidduu jiraachuufi ,namoota Eeyyee ,namoota dida ta'an illee akka kennaatti ni fudhatee..
แˆ˜แ‹แˆ™แˆญ 68:18

#แ‹ˆแ‹ฐ แˆ‹แ‹ญ แ‹“แˆจแŒแˆ…แฅ #แˆแˆญแŠฎแŠ• แˆ›แˆจแŠญแˆ…แฅ แˆตแŒฆแ‰ณแŠ•แˆ แˆˆแˆฐแ‹Žแ‰ฝ แˆฐแŒ แˆ…แฅ แ‹ฐแŒแˆžแˆ แˆˆแ‹“แˆ˜แ€แŠžแ‰ฝ แ‰ แ‹šแ‹ซ แ‹ซแ‹ตแˆฉ แ‹˜แŠ•แ‹ต
====//====//=====
โ—ˆlink kan fayyadama
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
===๐Ÿ“๐Ÿ“==๐Ÿ“๐Ÿ“==