๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
47 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒพ๐ŸŒพ Yeroo Waaqayyo
kana godhutti eenyutu
jiraata reeโ“

๐Ÿ€ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แ‹ญแˆ…แŠ•
แˆฒแ‹ซแ‹ฐแˆญแŒ แŠ แ‹ˆแ‹ญ! แˆ›แŠ•
แ‰ แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แ‹ญแŠ–แˆซแˆโ“
๐ŸŒพ๐ŸŒพ who shall live
when God doeth this
โ–ฌ Ser.lakkofsaa 24:23
โ–ฌ Numbers 24 :23
โ–ฌ แ‹˜แŠแˆแ‰ 24:23
----------------------------------
#Bagaa-Geesaaan
=Ayyaanna Dhaloota
------------------------------------
โ—‰ dhaloota Gooftaa
Keenya Iyyaasuus Kiristoos
โ—‰ Kiristoos dhalate jira yeroo
Jennu, akkanaa jechuu keenya
#Fooni nama irraa foonii
#Lubbuu nama irraa lubbuu fudhatee
=1=Mat 1:1๐Ÿ‘‡
Sanyi( hidda) dhaloota Iyyaasuus Kiristoos
#sanyii 9_Daawit
#sanyii_Abrahaam isa kana
โœ jechi sanyii jedhuu qoomaa
Yookin hidda dhaloota,
=sanyii Abrahaami jedha
=sanyii Daawit jedha
โ—ˆAbrahaami fi Daawiti
Nama malee Waaqayyo
mitii โŒ
โ—ˆkan jechuun Abrahaamiifi
Daawit foonii fi lubbuu qabuu
Kanaafuu Fooni fi lubbuu isaanii irraa fudhatee dhalate
Jenne dubbanna

โ—ˆAbrahaami foonii fi lubbuu
Adaami irraa argamee
โ—ˆDaawiti immoo foonii fi lubbuu Abrahaami irraa Argame

โ—ˆ Dubaroo Maariyaami
Immoo foonii fi lubbuu
Daawit irraa Dhalate...

๐Ÿƒ Dubaroo Maariyaami irraa
immoo foonii fi lubbuu fudhatee dhalate
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Amaloota foonii
โ–ฌ dhalachuu
โ–ฌ nyachuu
โ–ฌ beela'u fi Dhugu
โ–ฌ kadhachuu
โ–ฌ soomuu
โ–ฌ dadhabuu
โ–ฌ deemuu fi rafuu
โ–ฌ itti qoruu fi rakkina arguu
โ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆ
Kanaafuu Kiristoos erga
Fooni nama fi lubbuu Nama
Qabate Amaloota kan argisiisuu qaba

โžขmaalif yoo,jennee kuni seera. Uumama ta'u isaatti
โžขWaaqayyo immoo seera
Erga kennee seera sanaa
Waaqayyo yoo,kabajne
Nami ni kabaja
โ—‰Fakkeenyaa seera keessa
Tokko ๐Ÿ‘‡

โ—ˆSeera.Ba'u 31:17
#Ani_Waaqayyo guyyaa 6 keessatti samii fi lafa uumee guyyaa #torbaffaatti immoo waanan hojjechaa ture #hundumaattii boqodheen aara galfadhe; kun anaa fi saba Israa'el gidduutti bara baraan milikkita in ta'aโ€ jedhe

โ–ฌKanaafuu Waaqayyo dura
Ofi isaatti fakkeenya taโ€™e kabajee jira, isaa booda immoo Naman godha jedhe
Ajaja,,
โ–ฌ jalqabaa dura Namaf
Amala akkana ergaa Uumme
Kan akka #nyachuu,Dhugu...
โ—ˆWaaqayyo ni kabaja malee
Amala kan hin diggu jechuudha

โ—‰sababa Kanaafi Kiristoos
Amaloota Fooni fi lubbuu
Argisise jira...maalif isuma
Mataan isaa lubbuu fi foonii
Wani Uumemef seera isaa ni kabaja Waani taโ€™efi
โ—ˆYoh 1:3๐Ÿ‘‡
๐ŸŒพWanti #hundinuus isumaan ta'e; waan ta'e keessaas isa malee kan ta'e #tokko illee
hin jiru
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Amala Waaqummaa
โ–ฌ bara baran jirachuu
โ–ฌ kan hin rafnee
โ–ฌ kan hin nyaannee fi hin dhufne
โ–ฌ kan uffata hin barbannee
โ–ฌ cubbuu kan hin qabnee
โ—ˆIbroota 13:8๐Ÿ‘‡
#Iyyaasus Kristos #kaleessa isuma ture, #har'as bara baraanis isuma sana
โžขkaleessa yeroo jedhuu
Addunya dura jirachuu isa
โžขharโ€™as yeroo jennuu immoo
Kan hin jijjiramee kaleessa
Erga jiratee har'aas jira jechuudha
โžข bara baran yeroo jedhuu
Addunya kan booda jechuudha isaatti
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Kiristoos immoo kan
dhalate foonii qofa akka
Tae ifaa godha
โžขKiristoos erga foonii
Nama uffatee hanga
ammatti 2014 ta'a

โ—‰ kanafuu Kiristoos dhalate
Yeroo jennuu fonni qofa

๐Ÿƒ๐ŸŒพ Walumaagalatti Amala
#Lama irraa amala tokko
-Tawahadoon jechame ibsaa

โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒพ=Kiristoos maalif
Dhalateโ“โ“

=Deebi=-----------
1=Addaamii harka Seexanaa
Keessaa basuuf

โœ Ibrootaa 2:14๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰ ijoollonni kun #foonii fi #dhiiga akkuma ta'an
#inni #Obboloota kooโ€ jedhee isaan waamu kunis

akkuma isaanii ta'e
#du'a isaatiin #Seexana isa humna du'aa qabu balleessuudhaaf #nama ta'e
โ—ˆJechi ijoollee jedhuu
Addaamii irraa eegalee
Namoota jiran jechuudhaa
โ—ˆinni jedhuu Kiristoos ibsaa
โ—ˆ Jechi Nama taโ€™e jechuu foonii fi dhiiga fudhate jechuudha
โ—ˆSeexanna jechuun Affuura
Xarawaa, gosaa ergamoota keessa tokko kan taโ€™e
โ–ณroome 8:3๐Ÿ‘‡
Sababii #nama_fooniitiif seerri hojii isaa hojjechuu dadhabe. Waaqayyo #ilma ofii isaatii ergee, #cubbuu isa nama foonii keessaatti farade; ilmi isaa kun #foon isa namni cubbamaan #uffatu uffatee, cubbuu balleessuu #dhufe

โ–ณ=1 Yoh 3:8๐Ÿ‘‡

#Seexanni jalqabaa jalqabee #cubbuu waan hojjeteef, namni cubbuu hojjetu kan Seexanaa ti
#ilmi Waaqayyo immoo
hojii Seexanaa
diiguudhaaf #mul'ate

=2=Dubbiin rajoota
Akka raawwatamuuf
rajoota yeroo jennu
=Muse
=Eliyaas
=elsa'a
Daawit
Isaayyaas
Ermiyaas.......
=============
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐Ÿ…พ Deebi guutuu sagaleen
Kan jiruu sana ilaala ๐Ÿ…พ
๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚
โœ ser.Uum 3:15
Anis sii fi dubartittii gidduutti,
#sanyii keef fi
#sanyii ishii gidduuttis diinummaanh akka jiraatu
nan godha.
Inni
#mataa kee ni buruqsa,
ati immoo koomee isaa ni madeessita.โ€
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Mulโ€™ata 12:9
Kanaaf jawwee guddaan
sun, jechuunis
#bofti inni jalqabaa, inni #Diyaabilosii fi #Seexana jedhamu, inni guutummaa
lafaa dogoggorsu sun gadi darbatame; inni gara lafaatti gadidarbatame; maleekonni isaas isaa wajjin gadi darbataman
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Mulโ€™ata 20:1-2
Anis maleekaan furtuu qilee
qabuu fi funcaa guddaa harka
isaatti qabate tokko yommuu samii keessaa gad buu nan arge. Innis jawwee sana qabee waggaa 1,000 hidhe; jawween kun isa Diyaabilosii fi
Seexana tae, jechuunis bofa isa jalqabaa ti.

2 Pheexiroos 2:4
Dhugaa dha, Waaqayyo maleekota warra
#cubbuu hojjetan adabuu
irraa duubatti hin jenne; kanaa mannaa Inxoroxoos keessatti isaan darbatee, dukkana cimaa keessatti funcaadhaan isaan hidhee murtiidhaaf
isaan kaaeera.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Maatewoos 12:25-26
Iyyaasuus yaada isaanii kana beekee akkana isaaniin jedhe: โ€œ
#Mootummaan wali qoqqoodu hundinuu ni bada; magaalaan yookiin manni wali qoqqoodu hundinuus jabaatee hin dhaabatu.
Haaluma wal fakkaatuun,
#Seexanni Seexana
kan baasu yoo tae, wal qoqqoodeera jechuu dha; maarree mootummaan isaa akkamitti jabaatee
dhaabachuu dandaaโ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Maarqoos 5:9-13
#Iyyaasuus maqaa kee eenyu?โ€ jedhee isa gaafate. Innis, โ€œNuti #baayee waan taaneef
maqaan koo โ€˜
#Leegewooniโ€™โ€ jedhee deebiseef.
Namichis Iyyaasuus
#hafuurota sana biyya sana keessaa akka hin ariine irra deddeebiee kadhate.

Yeroo kanatti booyyee hedduun hoomaan tokko gaara tokko
irra ni dheedu turan. Hafuuronni xuraaoon sunis, โ€œGara hoomaa
#booyyee sanaatti akka gallu isaanitti nu ergiโ€ jedhanii isa kadhatan.

Innis isaaniif heyyame. Hafuuronni xuraaoon kunis baanii booyyota sanatti galan; booyyonni gara #2,000 taanis qarqara hallayyaa irraa
didichanii galaanicha keessa lixanii liqimfaman.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
1 Qorontoos 8:5
โ€œ
#waaqayyoliiโ€ hedduunii fi โ€œ #gooftoliiโ€ hedduun jiru;
taus,
#samii irrattis tae #lafa irratti #waaqayyolii kan jedhaman yoo jiraatan
iyyuu
1 แ‰†แˆฎแŠ•แ‰ถแˆต 8:5
#แˆ˜แ‰ผแˆ_แ‰ฅแ‹™_แŠ แˆ›แˆแŠญแ‰ตแŠ“ แ‰ฅแ‹™ #แŒŒแ‰ถแ‰ฝ แŠ แˆ‰แค แŠแŒˆแˆญ แŒแŠ• #แ‰ แˆฐแˆ›แ‹ญ แˆ†แŠ #แ‰ แˆแ‹ตแˆญแˆ แˆ†แŠ แŠ แˆ›แˆแŠญแ‰ต แ‹จแ‰ฐแ‰ฃแˆ‰ แˆแŠ•แˆ แ‰ขแŠ–แˆฉ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Efesoon 6:12
#qabsoon keenya
#dhiigaa fi foonii wajjin miti; kanaa mannaa
mootummoota, abbootii taayitaa, bulchitoota addunyaa isa dukkanaaaa kanaa fi
#humnoota hafuurota #hamoo iddoo #samii keessa jiranii
wajjini dha.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
1 ximotewos 1:20
#Hemenewoosii fi Iskindiris
jara kana keessa jiru; isaan
#adaba irraa #baratanii #Waaqayyoon arrabsuu
irraa akka of qusataniif ani
#Seexanatti dabarsee isaan kenneera
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Maatewoos 25:41
#mootichi warra karaa
bitaa isaa jiraniin akkana jedha: โ€˜Isin abaaramoo nana
gara ibidda bara
baraa isa Seexanaa (
#Diyaabilosii) fi maleekota
isaatiif qophaaetti ana irraa deemaa.
โž›Qol 2:14-15
Seericha isa harkaan barreeffame, isa ajajawwan qabatee fi nu, mormu sana nuu
haqe. Fanno irratti mismaaraan rukutuudhaanis karaa
irraa nuu kaase. Fanno
sanaanis
#mootummootaa fi #abbootii taayitaa boojiee qullaa hambisee hiriira injifannootiin geggeessee
uummatatti isaan mulise
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โž›link kan fayyadama๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//====//======
๐Ÿ…ฑ kutaa-69-ffยชยช๐ŸŒบ
โ–ฒโžฉ gaaffii fi Deebi
โ–ฒโžฉ Muslimaa
โœYohaannis 15:1
Ani muka wayinii isa dhugaa ti, kan dhaabe immoo
Abbaa koo ti.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
1=gaaffii isaani Kiristoos muka waynii malee Waaqayyo miti jedhuu...โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ//
โžฉDeebi keenya.
โž›jalqabaa duraa hiika waynii ergaa xumuree booda gaaffii isaanii deebi itti kennina.
============
๐Ÿ…ฐโžฉhiikaa waynii โ“
1))โž›waynii
#biqiltuu lafa biqiltuudha.
Ser.Uumama 9:20-24
2))โž›wayni kana
#dhugamu dha.
Sera.uumama 9:24 * ser.Uumama 27:25
3))โž›wayni muka
#guddaa ,kani humna qabuu
seera.Uumama 40:11
*49:11,seera.Bau 23:11
4))โž›Wayni
#Aarsaaf kani dhiyyatu.
Sera.uumama 14:18
sera Bau 22:29
ser.lakkoofsa 15:5-10 .
1Samu'eel 1:24
5))โž›Wayni kani nama
#macheessu.
seera Lewwota 10:9
sera.lakkoofsa 6:3
Kitaba-fakkeenya 20:1* 21:17 * 23:20*
6))โž›waynii
#Dimaa ta'u isaa
Sera.keessa.deebi 32:14 , kitaba-fakkeenya 23:31.
7))โž›guyyaa
#Ayyaana kani dhugaanii
Kitaaba-murtii 9:27
8))โž›waynii
#nyaatafi ni fayyada
1sena.bara 12:40 *
1sena.bara 16:3* isayaas 16:7 * hoose 3:1
9))โž›waynii
#gosti_gargaara jirachuu isaa.
Kitaba-Nahimiiyaa 5:18
10) waynii
#dhanga'an jirachuu isaa.
Ruuti 2:14 *Ermiyaas 31:29 , Hisqi'el 18:2, Maatewos 27:48, Maarqoos 15:36
Luqaas 23:36 ,Yohaannis 19:29
11))โž›waynii
#garaa_Qulqulluun dhuguma ,kitaaba-lallabaa 9:7
12)โž›Waynii nama
#gammachiisaa
Kitaaba-Aster 1:10
Farfannaa104:15
kitaaba-lallabaa 2:3
13)โž›
#uffaanni waynii jiraachuu isaa
isayaas 63:2
14)โž›
#Naaziroonni waynii gonkumaa hin dhuganii.
Amosi 2:12 * ser.lakk 6:2-3
15)โž›waynii
#qorichaf ni fayyadamuu.
Luqaas 10:34
1ximotewos 5:23
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ…ฑ,fakkeenya waynii
โ“ต)โžฉ
#namni jalaan waynii ni fakkaata.iyyoob 15:33* 24:18
isayaas 5:2 * iyyuel 3:13
โ“ถ)โžฉ
#Rakkinni wayni fakkaata
Farfannaa 60:3
โ“ท)โžฉ
#dheekkamsi Waaqayyo wayniin ni fakkeeffama.
Farfannaa 75:8 , Ermiyaas 25:15
Mulโ€™ata 14:10
โ“ธ)โžฉ
#sabni Israa'el waynii ni fakkeeffama .
Farfannaa 80:8 ,hoose 10:1
โ“น)โžฉ
#dubartiin ykn haati mana wayniin ni fakkeefati
Farfannaa 128:3 *Hisqi'el 19:10
โ“บ)โžฉ
#jalali waynii ni fakkeefama
Kitaaba-weddu 1:4
โ“ป)โžฉ
#namni waynii ni fakkaata
Isayaas 5:4_7 * Ermiyaas 2:21
Ermiyaas 8:13 * hoose 14:7
sefoniyaa 1:12.
Maatewoos 21:34-41
โ“ผ)โžฉ
#Seexanni wayniin ni fakkaata.
Isaayaas 34:4
โ“ฝ)โžฉ
#cubbuun wayniin ni fakkata.
Ermiyaas 51:7 Mulโ€™ata 14:8_10
Mulโ€™ata 17:2* Mulโ€™ata 18:3.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โš› waldaa keena hordofuu yoo,barbade link kana xuqaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ