🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌾🌾 Yeroo Waaqayyo
kana godhutti eenyutu
jiraata ree❓

πŸ€ αŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­ α‹­αˆ…αŠ•
αˆ²α‹«α‹°αˆ­αŒ αŠ α‹ˆα‹­! αˆ›αŠ•
α‰ αˆ•α‹­α‹ˆα‰΅ α‹­αŠ–αˆ«αˆβ“
🌾🌾 who shall live
when God doeth this
β–¬ Ser.lakkofsaa 24:23
β–¬ Numbers 24 :23
β–¬ α‹˜αŠαˆα‰ 24:23
----------------------------------
#Bagaa-Geesaaan
=Ayyaanna Dhaloota
------------------------------------
β—‰ dhaloota Gooftaa
Keenya Iyyaasuus Kiristoos
β—‰ Kiristoos dhalate jira yeroo
Jennu, akkanaa jechuu keenya
#Fooni nama irraa foonii
#Lubbuu nama irraa lubbuu fudhatee
=1=Mat 1:1πŸ‘‡
Sanyi( hidda) dhaloota Iyyaasuus Kiristoos
#sanyii 9_Daawit
#sanyii_Abrahaam isa kana
✍ jechi sanyii jedhuu qoomaa
Yookin hidda dhaloota,
=sanyii Abrahaami jedha
=sanyii Daawit jedha
β—ˆAbrahaami fi Daawiti
Nama malee Waaqayyo
mitii ❌
β—ˆkan jechuun Abrahaamiifi
Daawit foonii fi lubbuu qabuu
Kanaafuu Fooni fi lubbuu isaanii irraa fudhatee dhalate
Jenne dubbanna

β—ˆAbrahaami foonii fi lubbuu
Adaami irraa argamee
β—ˆDaawiti immoo foonii fi lubbuu Abrahaami irraa Argame

β—ˆ Dubaroo Maariyaami
Immoo foonii fi lubbuu
Daawit irraa Dhalate...

πŸƒ Dubaroo Maariyaami irraa
immoo foonii fi lubbuu fudhatee dhalate
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
Amaloota foonii
β–¬ dhalachuu
β–¬ nyachuu
β–¬ beela'u fi Dhugu
β–¬ kadhachuu
β–¬ soomuu
β–¬ dadhabuu
β–¬ deemuu fi rafuu
β–¬ itti qoruu fi rakkina arguu
β—ˆβ—ˆβ—ˆβ—ˆβ—ˆβ—ˆβ—ˆβ—ˆβ—ˆ
Kanaafuu Kiristoos erga
Fooni nama fi lubbuu Nama
Qabate Amaloota kan argisiisuu qaba

➒maalif yoo,jennee kuni seera. Uumama ta'u isaatti
➒Waaqayyo immoo seera
Erga kennee seera sanaa
Waaqayyo yoo,kabajne
Nami ni kabaja
β—‰Fakkeenyaa seera keessa
Tokko πŸ‘‡

β—ˆSeera.Ba'u 31:17
#Ani_Waaqayyo guyyaa 6 keessatti samii fi lafa uumee guyyaa #torbaffaatti immoo waanan hojjechaa ture #hundumaattii boqodheen aara galfadhe; kun anaa fi saba Israa'el gidduutti bara baraan milikkita in ta'a” jedhe

β–¬Kanaafuu Waaqayyo dura
Ofi isaatti fakkeenya ta’e kabajee jira, isaa booda immoo Naman godha jedhe
Ajaja,,
β–¬ jalqabaa dura Namaf
Amala akkana ergaa Uumme
Kan akka #nyachuu,Dhugu...
β—ˆWaaqayyo ni kabaja malee
Amala kan hin diggu jechuudha

β—‰sababa Kanaafi Kiristoos
Amaloota Fooni fi lubbuu
Argisise jira...maalif isuma
Mataan isaa lubbuu fi foonii
Wani Uumemef seera isaa ni kabaja Waani ta’efi
β—ˆYoh 1:3πŸ‘‡
🌾Wanti #hundinuus isumaan ta'e; waan ta'e keessaas isa malee kan ta'e #tokko illee
hin jiru
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
Amala Waaqummaa
β–¬ bara baran jirachuu
β–¬ kan hin rafnee
β–¬ kan hin nyaannee fi hin dhufne
β–¬ kan uffata hin barbannee
β–¬ cubbuu kan hin qabnee
β—ˆIbroota 13:8πŸ‘‡
#Iyyaasus Kristos #kaleessa isuma ture, #har'as bara baraanis isuma sana
➒kaleessa yeroo jedhuu
Addunya dura jirachuu isa
➒har’as yeroo jennuu immoo
Kan hin jijjiramee kaleessa
Erga jiratee har'aas jira jechuudha
➒ bara baran yeroo jedhuu
Addunya kan booda jechuudha isaatti
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
Kiristoos immoo kan
dhalate foonii qofa akka
Tae ifaa godha
➒Kiristoos erga foonii
Nama uffatee hanga
ammatti 2014 ta'a

β—‰ kanafuu Kiristoos dhalate
Yeroo jennuu fonni qofa

πŸƒπŸŒΎ Walumaagalatti Amala
#Lama irraa amala tokko
-Tawahadoon jechame ibsaa

β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌾=Kiristoos maalif
Dhalate❓❓

=Deebi=-----------
1=Addaamii harka Seexanaa
Keessaa basuuf

✍ Ibrootaa 2:14πŸ‘‡
πŸ‘‰ ijoollonni kun #foonii fi #dhiiga akkuma ta'an
#inni #Obboloota koo” jedhee isaan waamu kunis

akkuma isaanii ta'e
#du'a isaatiin #Seexana isa humna du'aa qabu balleessuudhaaf #nama ta'e
β—ˆJechi ijoollee jedhuu
Addaamii irraa eegalee
Namoota jiran jechuudhaa
β—ˆinni jedhuu Kiristoos ibsaa
β—ˆ Jechi Nama ta’e jechuu foonii fi dhiiga fudhate jechuudha
β—ˆSeexanna jechuun Affuura
Xarawaa, gosaa ergamoota keessa tokko kan ta’e
β–³roome 8:3πŸ‘‡
Sababii #nama_fooniitiif seerri hojii isaa hojjechuu dadhabe. Waaqayyo #ilma ofii isaatii ergee, #cubbuu isa nama foonii keessaatti farade; ilmi isaa kun #foon isa namni cubbamaan #uffatu uffatee, cubbuu balleessuu #dhufe

β–³=1 Yoh 3:8πŸ‘‡

#Seexanni jalqabaa jalqabee #cubbuu waan hojjeteef, namni cubbuu hojjetu kan Seexanaa ti
#ilmi Waaqayyo immoo
hojii Seexanaa
diiguudhaaf #mul'ate

=2=Dubbiin rajoota
Akka raawwatamuuf
rajoota yeroo jennu
=Muse
=Eliyaas
=elsa'a
Daawit
Isaayyaas
Ermiyaas.......
=============
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha