🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.36K subscribers
47 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸŒΉπŸ€kuta-24ffΒͺΒͺπŸ€πŸ€
❌Gaaffii fi Deebii ❌
πŸ“MusiliimootaπŸ“
----------------------------
✍ Yohaannis 8:21

Kiristoos akkasi jedhe
β€œ
#Ani nan deema,
isinis na barbaaddu,
taus
#cubbuu keessaniin ni duutu.
Bakka ani dhaqu isin dhufuu hin dandeessan” isaaniin jedhe.
----------------------
=Gaaffii isaanii Kiristoos
Cubbuu balleessuuf hin
Dhufne ,..❓
β—ˆ erga cubbuu balleessuuf
Dhufee maaliif cubbu keessani ni duutu jedha
Ree.....❓jedhuu
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
β—ˆDeebi keenya
Hordofaa.
=Lakki cubbuu balleesuuf dhufe, garuu namoonni
Kiristoosi itti hin amanee
Eeyyee cubbuu isanittin
Ni du’u

⏩Kiristoos cubbuu keessaniin ni dutu
Kan jedhee namoota
Isaatii hin amanee
Wani jiraniif

πŸ“Ragaa kitaaba
β“΅=Yohaannis 8:22-24
Achiis Yihudoonni,
Bakka ani dhaqu isin
dhufuu hin dandeessan’ kan jedhu,
of ajjeesuu barbaadeetii laata?” jechuu jalqaban.
Innis akkana
isaaniin jedhe: β€œisin
#gadi irraa ti;
ani garuu
#olii irraa ti.
Isin addunyaa kana
irraa ti; ani garuu addunyaa kana irraa miti.
Ani
#cubbuu keessaniin ni #duutu kanan isiniin jedhes kanumaafi. Sababiin isaas,
=
#inni dhufu
sun
#Ana tauu koo hin #amantan taanaan,
isin cubbuu keessaniin
ni duutu


β“Ά=Yohaannis 11:9-10
Iyyaasus(kiristoos)
deebisee akkana jedhe: β€œ
#Guyyaan tokko sa'aatii 12f #ifa qaba mitii?
#Namni ifa guyyaatiin
deemu kam iyyuu, ifa
#addunyaa kanaa waan arguuf, waan tokkotti illee hin gufatu.
#Namni_halkaniin
deemu kam iyyuu garuu, ifni isa keessa waan hin jirreef ni gufata.”

β“·=Yohaannis 12:34-41
Achiis
#namoonni
hedduun sun deebisanii, β€œNuti #Kiristoos bara baraan akka jiraatu Seericha irraa dhageenyeerra. Maarree
ati akkamitti
#ilmi namaa olii kaafamuu qaba jetta? Ilmi namaa kun
hoo eenyu?” jedhaniin.
Kanaaf Iyyaasus akkana isaaniin jedhe: β€œIfni
sun yeroo
#gabaabaadhaaf isin bira ni tura. Kanaaf, dukkanni sun akka
isin hin
#liqimsine, yeroo ifa qabdanitti deemaa; #namni dukkana keessa deemu hundi, garamitti akka deemu hin beeku.
Isin
#ilmaan-ifaa
akka taataniif, yeroo ifa qabdan kanatti ifichatti
#amanaa.”Kiristoos wantoota kana erga dubbatee booda achii deeme; isaan jalaas ni dhokate.
Inni dinqii hedduu isaan duratti kan hojjete
taus, isaan garuu isatti
#hin amanne;
kunis kan tae, wanti
#Isaayyaas raajichi, β€œYaa Waaqayyo wanta nu irraa dhagaetti kan amane eenyu?,Irreen Waaqayyo hoo #eenyutti mulifame?” jedhee dubbate akka raawwatamuuf ture. Sababii isaan
#amanuu itti hin dandeenye ilaalchisee Isaayyaas ammas akkana jedheera:
β€œIsaan
#ija isaaniitiin arganii, #garaa isaaniitiin hubatanii,akka hin deebinee fi anis akka
isaan
#hin_fayyisnetti, inni ija isaanii jaamseera;
#garaa isaaniis jabeesseera.”
#Isaayyaas wantoota kana kan dubbate, #ulfina isaa waan #argeef ture; waaee isaas dubbateera.

β“Έ=Yohaannis 5:40

isin jireenya argachuuf
gara koo dhufuu hin barbaaddan.

β“Ή=Yohaannis 1:4-5
#Wanti karaa isaa tae #jireenya ture; jireenyi immoo #ifa namootaa
ture. Ifni dukkana keessatti ifaa jira, taus dukkanni isa hin
#moone

β“Ί=Yohaannis 1:9-13
#ifichi inni dhugaan #akaakuu namoota hundaatiif ifa kennu,
#gara addunyaa dhufuuf jedha ture.
Inni addunyaa
#keessa ture, addunyaanis
karaa isaa
#argame; taus addunyaan isa #hin_beekne.
#Inni gara biyya isaa dhufe; haatau malee, sabni isaa isa hin #simanne.

#Warra isa simatan hundumaatiif garuu, #maqaa isaatti waan #amananiif, ijoollee
Waaqayyoo akka taaniif mirga isaaniif kenne. Isaanis
#Waaqayyo irraa #dhalatan malee, #dhiiga irraa yookiin fedhii #foonii irraa yookiin fedhii
#dhiiraa irraa hin dhalanne.

β“»=Yohaannis 3:15-21
kuni, isatti kan
#amanu
hundi #jireenya bara baraa akka qabaatuufi.

β€œIsatti kan amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin
#badneef,Waaqayyo Ilma
isaa isa
#tokkicha hamma kennuufitti addunyaa kana baayee jaallateera.

Sababiin isaas, Waaqayyo Ilma isaa gara addunyaatti kan erge, addunyaan karaa isaa akka
#fayyu malee akka inni addunyaatti murteessuuf miti.
Isatti kan amanu
hundi itti hin
#murteeffamu. Isatti
kan hin amanne hundi,

#maqaa Ilma Waaqayyoo isa tokkichatti waan hin
amanneef, ammuma iyyuu itti murteeffameera.