๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
42 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐Ÿ…ฐ kutaa-91-ffยชยช.
๐Ÿฅฅgaaffii fi deebii
๐ŸณMusiliimota.
๐–Œ๐–†๐–†๐–‹๐–Ž๐–Ž ๐šŠ๐š”๐š”๐šŠ๐šœ๐š’ ๐š๐šž๐š›๐šŽ
โถโžฉ๐š”๐š’๐š›๐š’๐šœ๐š๐š˜๐š˜๐šœ ๐š ๐šŠ๐šŠ๐šš๐šŠ๐šข๐šข๐š˜ ๐šš๐šŠ๐š‹๐šŠ ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šž
โœYohaannis 20:17
#Iyyaasuus โ€œAni amma iyyuu #gara_Abbaatti waanan oli hin baaneef, naa hin qabin. Kanaa mannaa dhaqiitii #obboloota kootiin, โ€˜Ani gara #Abbaa_koo fi gara Abbaa keessanitti, gara #Waaqa_koo fi gara Waaqa keessanitti oli nan baสผaโ€™ jedhii isaanitti himiโ€ jedheen.
โžฉKanaafuu Iyyaasuus Waaqa qaba jedhuuโ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿฅ.Deebii keenya.
Waaqa kani jedhamee iddoo kanatti eenyu ,โ“
=Deebii isaa Abbadha. Ok.
โœ Kanaafuu Iyyaasuus Waaqa qaba jechuun isaa Hiikni isaa
ยซ
#Iyyaasuus_Abbaa_qaba ยป jechudha.
๐Ÿ‘‰ Kiristoos
#jalqabaa dura Abbaa jedhee isa booda immoo maalif #waaqa jedheโ“
=deebii isaa ๐Ÿ‘‡
โœ,
#jecha Waaqa jedhuu warri yihudootati yeroo hunda ni fayyadamu ,jecha,Abba jedhuu immoo xiqqoo fayyadamu
โถโžปRaaji milkiyaas 2:10
#Hundi keenya iyyuu #abbaa tokko qabna mitii? Kan nu uumes #Waaqa tokkicha mitii? Maarree, kakuu abbootii keenyaa xureessuudhaan maaliif gocha gantummaa wal irratti raawwanna?
((๐ŸณRaji-milkiyaas 1:6)) dubisi
โœsababaa Kanaafi akka isaanii sirriitti beekaniif waaqa ittii himee.
โทโžปYohaannis 8:54
#Iyyaasuus deebisee akkana jedhe: โ€œAni yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin qabu. Inni ulfina anaaf kennu, #Abbaa koo #isa_isin #Waaqa_keenya jettan sana dha.
โžฉiddoo kanatti sirriitti ifa godhe Fakkeenyaaf jechi โ isa isin โž Waaqa keenyaa jettanii sun yeroo jedhuu akka yihudootati waaqa jedhanii beekuu Kanaafi.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒป Amma Kiristoos Waaqa inni isaani jedhanii -
#Hiikni isaa #Kiristoos_Abbaa qaba
jechudha_๐Ÿ’ฏ.
โšœ Kiristoos ๐šŠ๐š‹๐š‹๐šŠ ๐š”๐š˜๐š˜ ๐š‹๐š’๐š›๐šŠ ๐š๐š‘๐šž๐š๐šŽ ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šŽ ๐š๐šž๐š‹๐š‹๐šŠ๐š๐šŽ โ“
โžฉjalqabumaa Kiristoos Abbaa bira ture osoo gara addunyaa kana hin dhufin dura.
โธโžปYohaannis 6:62
Yoos,
#Ilmi_namaa bakka #dura turetti utuu #oli baสผuu yoo argitan maal jettu ree?
โนโžปYohaannis 8:38
#Ani waanan Abbaa koo #biratti argen dubbadha; isinis waanuma abbaa keessan irraa dhageessan hojjettu.
โบโžปYohaannis 8:42
Iyyaasus akkana isaaniin jedhe; โ€œ isin utuu
#Waaqni abbaa keessan taสผee silaa na jaallattu turtan; ,#Ani Waaqa #biraa #baสผeen_dhufeetii. Isatu na erge malee ani ofii kootiin hin dhufne.
โปโžปYohaannis 8:14
Iyyaasus deebisee akkana isaaniin jedhe: โ€œ
#Ani_eessaa akkan #dhufee fi eessa akkan #dhaqu waanan beekuuf, waaสผee ofii koo yoon dhugaa baสผe illee, dhugaa baสผiinsi koo dhugaa dha. Isin garuu eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu hin beektan.
โผโžปYohaannis 7:29
#Ani garuu sababiin #isa_biraa dhufee fi sababii inni na ergeef isa nan beeka
โฝโžปYohaannis 8:23
Innis akkana isaaniin jedhe: โ€œ
#isin_gadi irraa ti; #Ani garuu #oli irraa ti. Isin addunyaa kana irraa ti; ani garuu addunyaa kana irraa miti.
โพโžปYohaannis 6:38
Ani fedhii isa na erge sanaa guutuuf malee, fedhii koo guutachuuf
#samii_irraa_gadi hin buuneetii.
โฟโžปYohaannis 6:46
#isa_Abbaa_biraa dhufe sana malee #namni tokko illee Abbaa #hin argine; Abbaa kan arge isa qofa dha.
๐Ÿฅ ragaa dabalataa
Yohaannis 3:13,31.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โค๏ธKani
#Muslimooni Kiristoos Waaqa qaba jedhanii suni hiikni isaa kiristoos Abbaa qaba jechuuti hiikate.
โœAbbaa fi Kiristoos
-๐‘˜๐‘Ž๐‘๐‘Ž๐‘—๐‘Ž ๐‘ค๐‘Ž๐‘™๐‘–-๐‘ž๐‘–๐‘ฅ๐‘Ž ๐‘ž๐‘Ž๐‘๐‘ข.
-๐‘ ๐‘Ž๐‘”๐‘Ž๐‘‘๐‘Ž ๐‘ค๐‘Ž๐‘Ž๐‘ž๐‘ข๐‘š๐‘š๐‘Ž ๐‘ค๐‘Ž๐‘™๐‘–-๐‘ž๐‘–๐‘ฅ๐‘Ž ๐‘ž๐‘Ž๐‘๐‘ข
-๐‘ข๐‘™๐‘“๐‘–๐‘›๐‘Ž ๐‘ค๐‘Ž๐‘™๐‘–-๐‘ž๐‘–๐‘ฅ๐‘Ž ๐‘ž๐‘Ž๐‘๐‘ข.
-๐‘”๐‘Ž๐‘™๐‘Ž๐‘Ž๐‘ก๐‘Ž,๐‘ค๐‘Ž๐‘™๐‘–-๐‘ž๐‘–๐‘ฅ๐‘Ž ๐‘ž๐‘Ž๐‘๐‘ข.
-โ„Ž๐‘ข๐‘š๐‘›๐‘Ž ๐‘ค๐‘Ž๐‘™๐‘–-๐‘ž๐‘–๐‘ฅ๐‘Ž ๐‘ž๐‘Ž๐‘๐‘ข
โ“ตโžปYohaannis 5:23
#Namni hundi akkuma #Abbaadhaaf #ulfina kennu, #Ilmaafis #ulfina akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina hin kennu.
โ“ถโžปMulโ€™ata Yohaannis 5:13-14
#Uumamni_samii keessa, #lafa_irra, lafa #jala, #galaanaa fi wantoonni isaan keessa jiran #hundi, โ€œ #Isa_teessoo irra taaสผe Sanaa fi #Hoolichaaf #galaanni #kabajni, #ulfinnii fi #humni baraa hamma bara baraatti haa taสผuโ€ yommuu jedhan nan dhagaสผe. #Uumamawwan jiraatoon arfan, โ€œAmeen!โ€ jedhan, jaarsoliin sunis kufanii waaqeffatan(sagadan).
๐Ÿฅฅ ๐‘”๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘Ž link waldaa๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐Ÿ…ฑ kutaa-92-ffaa๐Ÿ‘‡
๐Ÿชท Gaaffii fi Deebi
๐Ÿชท Muslimoota
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐‘”๐‘Ž๐‘Ž๐‘“๐‘– isaanii akkasii jedha siila Kiristoosiin Waaqa jettu, #Waaqni immoo #Obboloota qaba jedhuu โ“
Yohaannis 20:17
#Iyyaasuus โ€œAni amma iyyuu gara Abbaatti waanan ol hin baaneef, na hin qabin. Kanaa mannaa dhaqiitii #obboloota_kootiin, โ€˜Ani gara Abbaa koo fi gara Abbaa keessanitti, gara Waaqa koo fi gara Waaqa keessanitti oli nan baสผaโ€™ jedhii isaanitti himiโ€ jedheen.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿชท Deebi keenya๐Ÿ‘‡
Eeyyee Waaqni Obboloota qaba.
Yookaan Kiristoos Obboloota qaba.
๐Ÿ‘‰jalqabaa dura Kiristoos Waaqa jedhame wamamu isaa hubadhu.
Yohaannis 20:28
Toomaasis deebisee, โ€œGooftaa ko, #Waaqa ko โ€ jedheen.
โœ ๐™–๐™ข๐™ข๐™– ๐™œ๐™–๐™ง๐™– ๐™ข๐™–๐™ฉ๐™–-๐™™๐™ช๐™ง๐™š๐™š ๐™ ๐™š๐™š๐™ฃ๐™ฎ๐™–๐™–๐™ฉ๐™ž ๐™™๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ฃ๐™–.
๐‘˜๐‘–๐‘Ÿ๐‘–๐‘ ๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘  ยซ ๐‘œ๐‘๐‘๐‘œ๐‘™๐‘œ๐‘ก๐‘Ž ๐‘ž๐‘Ž๐‘๐‘Ž ยป ๐‘—๐‘’๐‘Ÿ๐‘œ๐‘œ ๐‘—๐‘’๐‘›๐‘›๐‘ข, โ„Ž๐‘–๐‘–๐‘˜๐‘Ž ๐‘š๐‘Ž๐‘Ž๐‘ก๐‘Ž ๐‘–๐‘ ๐‘Ž๐‘Ž ๐‘ž๐‘Ž๐‘๐‘Ž.
Namni Waaqayyof wanta hedduu jedhamanii ni waamamu.
1โžปmichuu
2โžปilma
3โžปijoollee
4โžปGarbicha
5โžปobboloota
๐‘ž๐‘Ž๐‘Ž๐‘๐‘ฅ๐‘–๐‘ค๐‘ค๐‘Ž๐‘Ž๐‘› ๐‘ โ„Ž๐‘Ž๐‘›๐‘–(5) ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘Ž ๐‘ฅ๐‘–๐‘ž๐‘ž๐‘œ๐‘œ ๐‘›๐‘– ๐‘–๐‘๐‘ ๐‘–๐‘›๐‘Ž.
A).๐™ข๐™ž๐™˜๐™๐™ช๐™ช.
Namni akkamitti Waaqayyof michuu ta'u danda'a isaa jedhuufi.(wanta waqayyo isaa ajajee fudhatee yoo Amanee michuu jedhama).
โถโžปYohaannis 15:14
#Wanta Ani isin #ajaju yoo raawwattan, isin #michoota koo ti.
โทโžปYaaqoobi 2:23
yaadni Kitaabota Qulqulluu inni, โ€œAbrahaam Waaqayyotti #amane, kunis qajeelummaatti isaaf lakkaaสผameโ€ jedhus ni raawwatame; inni #michuu #waaqayyo jedhamee waamameera.

โธโžปIsaayaas 41:8
โ€œYaa Israaสผel, ati garuu tajaajilaa koo ti, Yaa Yaaqoob, ati isa ani filadhe dha, Ati sanyii Abrahaam isa #michuu koo taสผe sanaa ti,
โžปIddoo kanatti Abrahaami yaada Waaqayyof wani fudhatee michu jedhame

โนโžปMaatewos 11:19
#Ilmi_namaa immoo nyaachaa fi dhugaa dhufe; namoonni garuu, โ€˜Kunoo nama albaadhessaa fi nama wayiniidhaaf bule, #michuu warra #qaraxa_sassaabanii fi cubbamootaaโ€™ jedhaniin. Kanas taสผe sana, ogummaan qajeelaa taสผuun ishii hojii ishiitiin mirkaneeffameera.โ€
โžปiddoo kanatti ilma nama kani jedhame Kiristoos; inni immoo michuu namoota cubbamoota jedhamu isaatti ยซ ๐‘˜๐‘ข๐‘›๐‘–๐‘  ๐‘๐‘ข๐‘๐‘๐‘Ž๐‘š๐‘œ๐‘œ๐‘›๐‘›๐‘– ๐‘ฆ๐‘Ž๐‘Ž๐‘‘๐‘Ž ๐‘˜๐‘–๐‘Ÿ๐‘–๐‘ ๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘  ๐‘“๐‘ข๐‘‘โ„Ž๐‘Ž๐‘ก๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘ฆ๐‘Ž๐‘Ž๐‘˜๐‘Ž ๐‘ค๐‘Ž๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘‘โ„Ž๐‘–๐‘ ๐‘Ž๐‘Ž๐‘›๐‘–๐‘“,๐‘ฆ๐‘’๐‘Ÿ๐‘œ๐‘œ ๐‘ฆ๐‘Ž๐‘˜๐‘˜๐‘Ž ๐‘–๐‘ ๐‘Ž๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘–๐‘Ÿ๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘Ž ๐‘‘๐‘’๐‘’๐‘๐‘–๐‘›๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘–๐‘š๐‘š๐‘œ๐‘œ ๐‘š๐‘–๐‘โ„Ž๐‘ข๐‘ข ๐‘˜๐‘–๐‘Ÿ๐‘–๐‘ ๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘  ๐‘—๐‘’๐‘‘โ„Ž๐‘Ž๐‘š๐‘ข.ยป.
Fakkeenyaaf namichi ๐™ฏ๐™–๐™–๐™ ๐™š๐™ฌ๐™ค๐™ค๐™จ๐™ž jedhamu hojjataa qaraxa ture , Kiristoos gara isaa dhaqee jira yeroo kana,๐™ฏ๐™–๐™–๐™ ๐™š๐™ฌ๐™ค๐™ค๐™จ๐™ž ๐™–๐™—๐™ง๐™–๐™๐™–๐™ข๐™– ๐™ฌ๐™–๐™Ÿ๐™Ÿ๐™ž๐™ฃ ๐™ฉ๐™ค๐™ ๐™ ๐™ค ๐™ฉ๐™–๐™š ๐™ž๐™ก๐™ข๐™– ๐™–๐™—๐™ง๐™–๐™๐™–๐™ข๐™ž ๐™Ÿ๐™š๐™™๐™๐™–๐™ข๐™š.๐šœ๐šŠ๐š‹๐šŠ๐š‹๐šŠ ๐š”๐šŠ๐š—๐šŠ๐šŠ๐š๐š’ ๐™ฏ๐™–๐™ ๐™š๐™ฌ๐™ค๐™ค๐™จ=๐šŠ๐š‹๐š›๐šŠ๐š‘๐šŠ๐š–๐š’ ๐š ๐šŠ๐š•๐š’๐šš๐š’๐šก๐šŠ. ๐šŠ๐š”๐š”๐šž๐š–๐šŠ ๐š”๐š’๐š๐šŠ๐š‹๐š—๐š’ ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šž โ๐‘œ๐‘ ๐‘œ ๐‘–๐‘—๐‘œ๐‘œ๐‘™๐‘’๐‘’ ๐‘Ž๐‘๐‘Ÿ๐‘Žโ„Ž๐‘Ž๐‘š๐‘– ๐‘ก๐‘Ž๐‘ก๐‘Ž๐‘›๐‘– โ„Ž๐‘œ๐‘œ๐‘—๐‘– ๐‘Ž๐‘๐‘Ÿ๐‘Žโ„Ž๐‘Ž๐‘š๐‘– โ„Ž๐‘œ๐‘—๐‘—๐‘Ž๐‘ก๐‘ข ๐‘—๐‘’๐‘‘โ„Ž๐‘Žโž ๐™ฎ๐™š๐™ง๐™ค ๐™๐™ค๐™Ÿ๐™Ÿ๐™ž ๐™–๐™—๐™ง๐™–๐™๐™–๐™ข๐™ž ๐™๐™ค๐™Ÿ๐™–๐™ฉ๐™š ๐™ž๐™ข๐™ข๐™ค๐™ค ๐™–๐™ฉ๐™ž ๐™–๐™—๐™ง๐™–๐™๐™–๐™ข ๐™ฌ๐™–๐™Ÿ๐™Ÿ๐™ž๐™ฃ ๐™ฌ๐™–๐™ก๐™ž๐™ฆ๐™ž๐™ญ๐™–.

โบโžปLuqaas 19:1-9
#Iyyaasus gara Yerikootti seenee achi keessa darbaa ture. Yeroo kanatti namichi #Zakkewoos jedhamu tokko achi kan ture siสผa taสผu, inni geggeessaa warra #qaraxa sassaabanii fi sooressa ture. Zakkewoos, namni Iyyaasus
jedhamu kun eenyu akka taสผe ilaaluuf yaalii gochaa ture; garuu gabaabaa waan taสผee fi namoonni hedduun achi waan turaniif isa arguu hin dandeenye. Iyyaasus karaa sana irra darbuuf waan jedhuuf, isa ilaaluuf dursee fiigee muka harbuu tokko irra ol baสผe.
Iyyaasus yommuu bakka sana gaสผu, ol jedhee isa ilaalee, โ€œZakkewoos, ,#Ani harสผa mana kee waanan ooluuf dafii gad buสผiโ€ jedheen. Innis dafee gad buสผee gammachuudhaan keessummummaa isa simate. #Namoonni sun hundis yommuu kana argan, โ€œInni keessummaa taสผee gara mana #cubbamaa kanaa adeemeโ€ jedhanii gunguman. #Zakkewoos garuu kaสผee dhaabatee Gooftaadhaan, โ€œYaa Gooftaa kunoo, qabeenya koo keessaa #walakkaa isaa hiyyeeyyiidhaaf nan kenna; ani eenyu irraa iyyuu saamee kanan fudhadhe hundumaas dachaa afur godhee nan deebisaโ€ jedhe. Yeroo kanatti #Iyyaasus akkana jedheen: โ€œInnis #ilma_Abrahaam waan taสผeef, harสผa mana kanaaf #fayyinni_dhufeera Sababiin isaas #Ilmi_namaa kan bade barbaaduuf, akkasumas #fayyisuuf dhufeera.โ€
๐Ÿฅฅ ๐™ค๐™—๐™—๐™ค๐™ก๐™ค๐™ค๐™ฉ๐™– ๐Ÿฅฅ๐Ÿ‘‡
Obboloota jechuun Afaanii Giriikiitiin #ฮฑฮดฮตฮปฯ†ฮฟฮฏฯ‚ (Adelfoiis) jedhama.
๐™œ๐™–๐™–๐™›๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ค๐™ฉ๐™–๐™› ๐™™๐™š๐™š๐™—๐™ž ๐™ž๐™จ๐™–๐™– ๐™ ๐™ช๐™ฃ๐™ค๐Ÿ‘‡
Muslimoonni akkasi jedhuu silaa Kiristoosiin Waaqa jettu Waaqni immoo
obboloota qaba jedhu....โ“
๐Ÿณ Yohaannis 20:17
Iyyaasuus Ani amma iyyuu gara Abbaatti waanan ol hin baaneef, na hin qabin. Kanaa mannaa dhaqiitii
#obboloota_kootiin, โ€˜Ani gara Abbaa koo fi gara Abbaa keessanitti, gara Waaqa koo fi gara Waaqa keessanitti ol nan baสผaโ€™ jedhii isaanitti himiโ€ ishiidhaan jedhe.
๐Ÿฅฅ ๐™™๐™š๐™š๐™—๐™ž ๐™ ๐™š๐™š๐™ฃ๐™ฎ๐™–๐Ÿ‘‡
๐™ ๐™ž๐™ง๐™ž๐™จ๐™ฉ๐™ค๐™ค๐™จ ๐™จ๐™–๐™—๐™–๐™—๐™– ๐™ข๐™–๐™–๐™ก๐™ž๐™ฉ๐™ž๐™› ๐™ค๐™—๐™—๐™ค๐™ก๐™ก๐™ค๐™ฉ๐™– ๐™ ๐™ค๐™ค ๐™Ÿ๐™š๐™™๐™๐™– ๐™ข๐™šโ“โ“
โ“ตโžป
#๐š๐šž๐š‹๐š‹๐š’๐š’_๐š›๐šŠ๐šŠ๐š“๐š˜๐š˜๐š๐šŠ ๐š›๐šŠ๐šŠ๐š ๐š ๐šŠ๐šŒ๐š‘๐šž๐šž๐š
โ“ถโžป๐š๐šŠ๐š›๐šŠ
#๐š๐š˜๐š˜๐š—๐š’ ๐š ๐šŠ๐šŠ๐šŠ๐š—๐š’ ๐š’๐šœ๐šŠ๐šŠ๐š— ๐š’๐š›๐š›๐šŠ๐šŠ ๐š๐š‘๐šŠ๐š•๐š๐šŽ๐šŽ๐š๐š’
โ“ทโžป
#๐š‹๐šŠ๐š›๐šž๐š–๐šœ๐šŠ๐šŠ ๐š’๐šœ๐šŠ๐šŠ ๐š ๐šŠ๐šŠ๐š—๐š’ ๐š๐šž๐š๐š‘๐šŠ๐š๐šŠ๐š—๐š’๐š

๐ŸŒน
#T๐š˜๐š”๐š”๐š˜๐š๐š๐šŠ ๐š๐šž๐š‹๐š‹๐š’ ๐š›๐šŠ๐šŠ๐š“๐š˜๐š˜๐š๐šŠ ๐š›๐šŠ๐š ๐š ๐šŠ๐šŒ๐š‘๐šž๐šž๐š๐š’ ๐š›๐šŠ๐š“๐š˜๐š˜๐š—๐š’ ๐š๐šž๐š›๐š’ ๐š”๐š’๐š›๐š’๐šœ๐š๐š˜๐š˜๐šœ ๐š˜๐š‹๐š‹๐š˜๐š•๐š•๐š˜๐š๐šŠ ๐š”๐šŽ๐šŽ๐š—๐šข๐šŠ ๐š”๐šŽ๐šŽ๐šœ๐šŠ ๐š‹๐šŠ๐š‘๐šŠ ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šŠ๐š—๐š’ ๐š“๐š’๐š›๐šž.
โถโžปSera.Keesa.Deebi 18:15.
#Waaqni kee Waaqayyo #obboloota kee gidduudhaa raajii akka kootii siif ni kaasa. Isinis isa dhagaสผuu qabdu.
โทโžปFaarfannaa,Daawit 22:22
Ani maqaa kee
#obboloota_kootti nan beeksisa; Gumii gidduuttis sin jajadha.

๐ŸŒน
#L๐šŠ๐š–๐šŠ๐šŠ๐š๐š๐šŠ๐šŠ๐š— ๐š’๐š–๐š–๐š˜๐š˜ ๐š”๐š’๐š›๐š’๐šœ๐š๐š˜๐š˜๐šœ #๐š๐šŠ๐š›๐šŠ_๐š๐š˜๐š˜๐š—๐š—๐š’ ๐š ๐šŠ๐š—๐š’ ๐šœ๐šŠ๐š—๐šข๐š’(๐š‘๐š’๐š๐š๐šŠ)๐š—๐šŠ๐š–๐šŠ ๐š’๐š›๐š›๐šŠ ๐š๐š‘๐šŠ๐š•๐š๐šŽ๐šŽ๐š ยซ kana  ibsuuf akkasii jedhee ยป
โธโžปIbroota 2:14
ijoolleenโ€ sun
#foonii fi #dhiiga waan taสผaniif, #innis_foonii fi dhiiga taสผe; kanas kan godhe, duสผa isaatiin Diyaabilos isa duสผa fiduuf humna qabu sana balleessuuf
โนโžปIbroota 2:17
inni wantoota Waaqayyoo wajjin wal qabatan hundumaa irratti luba ol aanaa gara laafessaa fi amanamaa taสผuudhaan, aarsaa araaraa cubbuu namootaatiif dhiifama argamsiisu dhiheessuuf,
#gama hundumaatiin #obbolootaโ€ isaa #fakkaachuun isa barbaachiseera.
โบโžปMulโ€™ata Yohaannis 22:16.
Ani Iyyaasuus faayidaa gumiiwwaniitiif jedhee waaสผee wantoota kanaa isiniif dhugaa baสผuuf Ergamaa koo ergeera. Ani
#hiddaa fi #sanyii Daawiti; akkasumas bakkalcha ifa guddaa qabu dha
โปโžปRoome 1:3
waaสผee
#Ilma isaa isa #karaa #foonii sanyii Daawit keessaa dhufe sanaa kan ibsu dha.
โผโžป1 Pheexiroos 4:1
#Kiristoos yeroo #fooniin turetti rakkinni waan isa irra gaสผeef, isinis yaada Kiristoos qabaachuuf of qopheessaa; sababiin isaas, namni rakkinni isa irra gaสผe cubbuu hojjechuu dhiiseera;
โฝโžปRoome 8:29
sababiin isaas,
#Ilmi isaa #obboloota hedduu gidduudhaa angafa akka taสผuuf, Waaqayyo warra jalqaba beekamtii isaaniif kenne dursee murteessuudhaan fakkaattii Ilma isaa akka qabaatan godheera.

๐ŸŒน
#S๐šŠ๐š๐šŠ๐š๐š๐šŠ๐š—๐š’ ๐š”๐š’๐š›๐š’๐šœ๐š๐š˜๐š˜๐šœ ๐š˜๐š‹๐š‹๐š˜๐š•๐š•๐š˜๐š๐šŠ ๐š”๐šŠ๐š—๐š’ ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šž #๐š‹๐šŠ๐š›๐šŠ๐š๐š˜๐š˜๐š—๐š’ ๐š๐š’ ๐š—๐šŠ๐š–๐š˜๐š˜๐š—๐š’ #๐š‹๐šŠ๐š›๐šž๐š–๐šœ๐šŠ ๐š’๐šœ๐šŠ๐šŠ ๐š๐š‘๐šŠ๐š๐šŠ๐š—๐š’ ๐š‘๐šž๐š—๐š๐š’ ๐š’๐šœ๐šŠ๐šŠ๐š—๐š’ ๐š˜๐š‹๐š‹๐š˜๐š•๐š•๐š˜๐š๐šŠ ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šŠ๐š—๐š’.
โพโžปMaatewos 12:48-50
#Iyyaasus deebisee namicha isatti hime sanaan, โ€œHaati tiyya eenyu? Obboloonni koo hoo eenyu faสผi?โ€ jedhe.  Achiis harka isaa gara #barattoota isaatti diriirsee akkana jedhe: โ€œKunoo, haati tiyyaa fi #obboloonni koo warra kana!  Namni fedhii Abbaa koo isa samii raawwatu hundi, #obboleessa, #obboleettii fi haadha koo ti.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
#Kiristoos_Raajidha,yeroo jennu Aangoo maalummaa rajji kani qabuu  ta'u ibsaa Fakkeenyaaf.rajooni kuni lafa irra dhufanii Kiristoos ยซ #samii irraa irra dhufee ยป kani sami irraa dhufuu immoo #waaqa malee hoomaa miti.
โ“ตโžปYohaannis 6:62.
#Ilmi namaa #bakka_dura turetti utuu #ol_bauu yoo argitan maal jettu ree?
โ“ถโžปYohaannis 8:23
#Innis akkana isaaniin jedhe: โ€œ #Isin_gad irraa ti; #Ani garuu #ol_irraa ti. #Isin_addunyaa kana irraa ti;  #Ani garuu #addunyaa kana irraa #miti.

๐Ÿฅฅrajoonni hundi isaanii gara lafaa irraa dhufanii
๐Ÿ‘‡๐”ค๐”ž๐”ฏ๐”ž T๐šŽ๐š•๐šŽ๐š๐š›๐šŠ๐š–๐šŠ ๐š”๐š˜๐š˜๐š๐šŠ๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha