🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌹🌼 kutaa-16ffΒͺΒͺ=hordofa🌼
β—ˆGaafi fi Deebi
β—ˆβŒMusiliimootaβŒβ—ˆ

✍Yohaannis 6:57πŸ‘‡
#Akkuma Abbaan
inni
#jiraataa tae na
ergee fi Anis sababii
Abbaatiin jiraadhu,
#namni foon koo nyaatus
sababii kootiin ni jiraata.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬.
🌼 Musiliimoonni akkasii
jedhuu Abbaan jirta,yoo,
ta’e Male Kiristoos
Ofi danda'e jirachuu
hin danda'u Jedhu
....❓
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
=Deebi keenya.πŸ‘‡

πŸ…Ύ jalqaba dura Kiristoos
Ofi danda'e akka jiratu
Ragaa kitaaba Qulqulluu

✍Mul’ata Yohaannis 22:13πŸ‘‡
#Ani Alfaa fi Omeegaa
isa duraa fi isa boodaa
isa jalqabaa fi isa xumuraa ti

✍Raaji isayaas 44:6πŸ‘‡
Waaqayyo Mootiin Israael,
inni
isa furu(inni Fayyisu)
Waaqayyo Gooftaan
#Hunduma danda'u
akkana jedha:
Ani
isa #jalqabaa fi isa #xumuraa ti
Ana malee
#Waaqni kan
biraan hin jiru.

✍Raaji_isayaas 48:12-13πŸ‘‡
Yaa,Yaaqoob, yaa Israael
isani waame na, dhagai.
#Ani_isuma sana
Ani
isa jalqabaa ti
isa xumuraa tis.

Bu'uura lafaa kan
kaa'e harkuma koo ti
#Samiiwwan kan diriirses
harka
#mirgaa koo ti
Yeroon isaan waamu
isaan waliin ni dhaabbatu

✍-Ibroota 13:8πŸ‘‡
#Iyyaasuus Kiristoos
#kaleessa, hara, bara
baraanis
#isuma sana

✍Qabxiwwan Kuni Kiristoos
Ofi danda'e akka jiratuu ibsuu
✍✍✍✍✍✍✍✍
Erga akkasii ta’e Kiristoos
Sababa maalif Abbaan jirata yoo Ta'e Kiristoos immoo sababaAbbaan jirata
isa jedhuufi..❓

πŸ…Ύ Kiristoos fi Abbaan
Tokko ta'u ibsuuf
Yoo, Abbaan jiratee
ilmi Ni jirata,

πŸ…ΎKiristoos ani ilmaa
Waaqayyo jedhee erga
Dubbate, amma immoo
Ani qoftii jirata jechuu hin
Dandau, maalif Abbaan yoo
Jirata,ta’e ilmis jirata
Wani ta’efi

✍ 1Yohaannis 2:23
#ilma kan ganu hundi
#Abbaas immoo hin qabu.
#Ilma amanee kan fudhatu
hundi garuu
#Abbaas qaba

β—ˆyeroo kamiyyuu yoo
Ta'e Kiristoos fi Abbaan
Tokko ta'u qabxii ibsudha
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ…° inni
biraa Kiristoos
eessa Akka Dhufe ibsuuf
Fakkeenyaaf Waaqayyo
jirata Bira dhufuu
isa
ofii
isa Raga kana
Nuuti himme

✍ namoonni tokko tokko Kiristoos
#ilma_Maariyaamidha
Akkuma keenya nama Male
Waaqayyo mitii, jedhanii
akka isan Hin dubbaanef
innii garuu Ani ilma
Abbaa
jirata ta'u Isaa ofuma
ragaa bahee jira
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ…Ύ innii
biraa Kiristoos
sababa Abbaatin jirata
ergaa ta’e Nuuti immoo
sababa Fooni Fi dhiga
isa fudhanuuf jirata
Ni jedhama, kanafuu
Nutis Waaqayyo ta'u ni
Dandeenya....β“β“βŒ

🌼 lakki nutti Waaqayyo
Ta'u hin dandeenyu
Sababin isaa nutti jirachuu
Kani Qabnu yoo,
#Fooni fi dhiga isa fudhannee, kanafuu sadarkaa keenya sababa
Kanaa Dha

🌼nuuti Kiristoos wajjin
Bara baraa jirana yeroo
jennuu
#Du'a booda
jireenya
isa dhufuu
sana ibsuf Male,,

Yero sana du'u fi dulloomuu
....hin jiruu akka ergamoota
Qulqulluutti jirana Male

✍Matewoos 22:30-32πŸ‘‡
#yeroo du'aa ka'uutti
#dhiironni hin fuudhan, dubartoonnis hin heeruman
kanaa mannaa akka
#Ergamoota(maleekota)
samii irraa ta'u.

Du'aa ka'uu warra du'anii ilaalchisee garuu wanta
#Waaqayyo akkana
jedhee isinitti dubbate hin dubbisnee❓

inni, β€˜
#Ani Waaqa #Abrahaami Waaqa Yisihaaqii fi Waaqa
Yaaqoobi’ jedheera
Inni Waaqa warra
#jiranii ti
malee, Waaqa
warra
#du'anii miti.”
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
✍Haaluma kana amma
Kiristoos
#Ani Waaqa keessanii
Jechufi, ani jiratadha jedhee

Maalif yoo, jennee
#Namoota du'an du'a Kani
Kasu, ana jedhe jira.
✍Yohaannis 6:54πŸ‘‡
#Namni foon koo nyaatuu fi dhiiga koo dhugu hundi
#jireenya bara baraa
qaba
#Anis guyyaa dhumaatti
#du'aa isa nan kaasa.

✍Yohaannis 6:46-47πŸ‘‡
#isa Abbaa biraa dhufe
sana malee namni
tokko illee
Abbaa hin argine #Abbaa kan arge isa #qofa dha.

Dhuguma dhuguman isiniin jedha,
#anatti kan amanu
#hundi jireenya bara
baraa qaba .
✍Yohaannis 6:39-40πŸ‘‡
#Fedhiin isa na ergee
immoo, warra inni natti
kenne hunda guyyaa
#dhumaatti akka ani #duaa kaasuuf malee, isaan
keessaa tokko illee
akka na jalaa baduuf miti.

Sababiin isaas fedhiin
#Abbaa koo namni #ilma beekee isatti amanu #hundi jireenya bara
baraa akka qabaatuufi
anis guyyaa dhumaatti
duaa
isa nan kaasa.”
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
✍Yohaannis 11:23-27
#Kiristoos β€œ #Obboleessi kee
ni kaa” ishiidhaan jedhe.

#Maartaanis, β€œ #Guyyaa #dhumaa yeroo #duaa
ka'uutti akka inni ka'u
beeka” jetteen.

β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ…ΎLink kan xuqaπŸ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====🌹===πŸ‘†πŸ‘†=====
πŸ…° kutaa-72β–ͺβ–ͺffΒͺΒͺ. 🌺
      πŸͺ΄βž›Gaaffii fi Deebi
      πŸͺ΄βž›Musiliimota
✍ Yohaannis 15:15
Garbichi tokko wanta Gooftaan isaa hojjetu waan hin beekneef,
Ani kana booda garboota jedhee isin hin waamu. Kanaa mannaa,
#Ani wantan #Abbaa koo irraa #dhagae_hunda waanan isin beeksiseef michoota jedhee isin waameera.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
βž› gaaffii isaanii
1= Kiristoos wanta dubbatu hunda
Abbaa irraa fudha malee ofii hin beekuu jedhanii ❓
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
1️⃣ Deebii keenyaa.
Lakki Dubbiin kani Kiristoos. Tau irree ni mirkaneessina
β“΅βœYohaannis 6:68
Simoon Pheexirosis akkana jedhee isaaf deebise: β€œYaa Gooftaa, gara eenyuu dhaqna? Ati
#dubbii_jireenya bara baraa #qabda.
πŸ‘‰ akka dubbisaa kanatti dubbii jireenya eenyutu qaba❓deebii isaa Kiristoos jechudha. Erga,dubbii jireenya Kiristoos irraa argamee maaali sii,barbachisaa ree. Kana oli.

β“ΆβœYohaannis 6:63
Jireenya kan kennu
#Afuura  foon faayidaa tokko illee hin qabu. #Dubbiin ani isinitti dubbadhe Afuura, akkasumas #jireenya.
β“·βœYohaannis 6:27
Nyaata baduuf hin
#hojjetinaa; kanaa mannaa nyaata hin badnee fi jireenya bara baraa argamsiisuuf, isa #Ilmi_namaa isiniif #kennu sanaaf hojjedhaa; sababiin isaas, Waaqayyo Abbaan chaappaa isaa Ilma irratti godhee #mirkaneesseera.”
β“ΈβœMatewoos 7:24.
namni
#dubbii_koo kana dhagaΚΌee hojii irra oolchu, nama hubataa mana isaa qarsaa irratti ijaarrate fakkaata.
πŸ‘‰osoo Dubbiin kuni kani Kiristoos ta'u baatee maalif dubbii koo jedha ree?, dubbii
Abbaa koo,jedhu didee ?
πŸ‘‰Walumaagalatti dubbiin Kiristoos illee akka jiruu ni ibsaa.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ…± gara mataduree keenya yoo,deebinu
Kiristoos maalif dubbii
Abbaa irraa dhagaee hunda isinitti nan himma jedha ree, isaa jedhuufi

A))➩Sababa,Tokkoffaa(-1ffaa)
=Dubbiin
Abbaa fi ilma Tokko wanii ta’efi. ❝ kani Abbaan qabuu kani ilma ,kani ilmi qabuu hundi kani Abbaatti ,kanafuu kani Abbaas yoo,jedhe rakkina hin qabu❞.
βžŠπŸ‘‰Yohaannis 17:10
wanti kan
#koo taΚΌe #hundi kan kee ti; wanti kan #kee taΚΌe #hundis kan koo ti; Anis isaan gidduutti ulfina argadheera.

B))➩Sababa lammaffaa(-2ffaa)
Kiristoos akkasii kani jedhee kabaja isaa ibsuuf turee. kunis dhugaa Kiristoos akka ta’e mirkaneessuf turee
βž‹πŸ‘‰Yohaannis 7:17-18
Namni fedhii Waaqayyoo raawwachuu barbaadu kam iyyuu, barumsi kun Waaqayyo
biraa akka dhufe yookiin #Ani_ofii kootiin kakaΚΌee kanan dubbadhe taΚΌuu fi dhiisuu koo ni beeka. #Namni ofii isaatiin kakaΚΌee dubbatu hundi ulfina mataa isaa barbaada; namni ulfina isa isa erge sanaa barbaadu hundi garuu, inni #dhugaa dha;  #jalΚΌinnis isa keessa hin jiru.

C))➩Sababa sadaffaa(-3ffΒͺΒͺ)
Kiristoos akkasii kani jedhee Abbaan
biraa gara namoota  dhufu isaa mirkaneessuf.kunis yeroo abba biraa turee kani arge dubbachuu isaatti
βžŒπŸ‘‰Yohaannis 8:38
#Ani wantoota yommuun Abbaa koo #wajjin turetti #argen dubbadha; isin garuu wantoota abbaa keessan irraa dhagessan hojjettu.”
πŸ‘‰iddoo kana irratti Kiristoos Ana qofatu
Abbaa arge malee kani bira hoomtuu hin jiru jedhee jira.
βžπŸ‘‰Yohaannis 6:46
#Isa_Abbaa biraa dhufe sana malee #namni tokko illee Abbaa #hin_argine; Abbaa kan arge isa #qofa dha.
β–²kanafuu kuni eenyu ree, Kiristoos qofaa jechudha,erga akkasii ta’e
Abbaa wajjiin ture inni dhuguma Kiristoos Waaqa.

D))➩Sababa afuraffaan(-4ffaa).
duuka bu'oota keesaa tokko tokko jechunis obbolota,Kiristoos,yihudoota keessa
,Fariisonni keessa dubbii Kiristoos fudhachuu irratti dubbati jedhu turee yookiin akka salphaatti ilaalu yookiin itti hin amanani ture yeroo kan immoo Kiristoos dubbiin kani abbati jedha.
βžŽπŸ‘‰Yohaannis 7:5.
#Obboloonni isaa illee isatti hin #amanne turan.
βžπŸ‘‰Yohaannis 7:47-48
#Fariisonni immoo deebisanii akkana jedhan: β€œIsinis ni gowwoomfamtanii?  Bulchitoota yookiin Fariisota keessaa tokko illee isatti kan #amane jiraa?.
βžπŸ‘‰Yohaannis 10:24-25
#Yihudoonni isatti marsanii, β€œHanga yoomiitti qalbii nu rarraasta? Ati Kiristoos yoo taate ifatti nutti himi” isaan jechuu jalqaban Iyyasus(Kiristoos) deebisee akkana isaaniin jedhe: β€œAni isinitti #himeera, isin garuu #hin_Amantan. Hojiiwwan ani maqaa Abbaa kootiin hojjechaa jiru kun, waaΚΌee koo dhugaa ni baΚΌu.
πŸ…° kutaa-91-ffΒͺΒͺ.
πŸ₯₯gaaffii fi deebii
🍳Musiliimota.
π–Œπ–†π–†π–‹π–Žπ–Ž πšŠπš”πš”πšŠπšœπš’ πšπšžπš›πšŽ
βΆβž©πš”πš’πš›πš’πšœπšπš˜πš˜πšœ 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚒𝚒𝚘 πššπšŠπš‹πšŠ πš“πšŽπšπš‘πšž
✍Yohaannis 20:17
#Iyyaasuus β€œAni amma iyyuu #gara_Abbaatti waanan oli hin baaneef, naa hin qabin. Kanaa mannaa dhaqiitii #obboloota kootiin, β€˜Ani gara #Abbaa_koo fi gara Abbaa keessanitti, gara #Waaqa_koo fi gara Waaqa keessanitti oli nan baΚΌa’ jedhii isaanitti himi” jedheen.
➩Kanaafuu Iyyaasuus Waaqa qaba jedhuu❓
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ₯.Deebii keenya.
Waaqa kani jedhamee iddoo kanatti eenyu ,❓
=Deebii isaa Abbadha. Ok.
✍ Kanaafuu Iyyaasuus Waaqa qaba jechuun isaa Hiikni isaa
Β«
#Iyyaasuus_Abbaa_qaba Β» jechudha.
πŸ‘‰ Kiristoos
#jalqabaa dura Abbaa jedhee isa booda immoo maalif #waaqa jedhe❓
=deebii isaa πŸ‘‡
✍,
#jecha Waaqa jedhuu warri yihudootati yeroo hunda ni fayyadamu ,jecha,Abba jedhuu immoo xiqqoo fayyadamu
❢➻Raaji milkiyaas 2:10
#Hundi keenya iyyuu #abbaa tokko qabna mitii? Kan nu uumes #Waaqa tokkicha mitii? Maarree, kakuu abbootii keenyaa xureessuudhaan maaliif gocha gantummaa wal irratti raawwanna?
((🍳Raji-milkiyaas 1:6)) dubisi
✍sababaa Kanaafi akka isaanii sirriitti beekaniif waaqa ittii himee.
❷➻Yohaannis 8:54
#Iyyaasuus deebisee akkana jedhe: β€œAni yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin qabu. Inni ulfina anaaf kennu, #Abbaa koo #isa_isin #Waaqa_keenya jettan sana dha.
➩iddoo kanatti sirriitti ifa godhe Fakkeenyaaf jechi ❝
isa isin ❞ Waaqa keenyaa jettanii sun yeroo jedhuu akka yihudootati waaqa jedhanii beekuu Kanaafi.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌻 Amma Kiristoos Waaqa inni isaani jedhanii -
#Hiikni isaa #Kiristoos_Abbaa qaba
jechudha_πŸ’―.
⚜ Kiristoos πšŠπš‹πš‹πšŠ πš”πš˜πš˜ πš‹πš’πš›πšŠ πšπš‘πšžπšπšŽ πš“πšŽπšπš‘πšŽ πšπšžπš‹πš‹πšŠπšπšŽ ❓
➩jalqabumaa Kiristoos
Abbaa bira ture osoo gara addunyaa kana hin dhufin dura.
❸➻Yohaannis 6:62
Yoos,
#Ilmi_namaa bakka #dura turetti utuu #oli baΚΌuu yoo argitan maal jettu ree?
❹➻Yohaannis 8:38
#Ani waanan Abbaa koo #biratti argen dubbadha; isinis waanuma abbaa keessan irraa dhageessan hojjettu.
❺➻Yohaannis 8:42
Iyyaasus akkana isaaniin jedhe; β€œ isin utuu
#Waaqni abbaa keessan taΚΌee silaa na jaallattu turtan; ,#Ani Waaqa #biraa #baΚΌeen_dhufeetii. Isatu na erge malee ani ofii kootiin hin dhufne.
❻➻Yohaannis 8:14
Iyyaasus deebisee akkana isaaniin jedhe: β€œ
#Ani_eessaa akkan #dhufee fi eessa akkan #dhaqu waanan beekuuf, waaΚΌee ofii koo yoon dhugaa baΚΌe illee, dhugaa baΚΌiinsi koo dhugaa dha. Isin garuu eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu hin beektan.
❼➻Yohaannis 7:29
#Ani garuu sababiin #isa_biraa dhufee fi sababii inni na ergeef isa nan beeka
❽➻Yohaannis 8:23
Innis akkana isaaniin jedhe: β€œ
#isin_gadi irraa ti; #Ani garuu #oli irraa ti. Isin addunyaa kana irraa ti; ani garuu addunyaa kana irraa miti.
❾➻Yohaannis 6:38
Ani fedhii
isa na erge sanaa guutuuf malee, fedhii koo guutachuuf #samii_irraa_gadi hin buuneetii.
❿➻Yohaannis 6:46
#isa_Abbaa_biraa dhufe sana malee #namni tokko illee Abbaa #hin argine; Abbaa kan arge isa qofa dha.
πŸ₯ ragaa dabalataa
Yohaannis 3:13,31.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
❀️Kani
#Muslimooni Kiristoos Waaqa qaba jedhanii suni hiikni isaa kiristoos Abbaa qaba jechuuti hiikate.
✍
Abbaa fi Kiristoos
-π‘˜π‘Žπ‘π‘Žπ‘—π‘Ž π‘€π‘Žπ‘™π‘–-π‘žπ‘–π‘₯π‘Ž π‘žπ‘Žπ‘π‘’.
-π‘ π‘Žπ‘”π‘Žπ‘‘π‘Ž π‘€π‘Žπ‘Žπ‘žπ‘’π‘šπ‘šπ‘Ž π‘€π‘Žπ‘™π‘–-π‘žπ‘–π‘₯π‘Ž π‘žπ‘Žπ‘π‘’
-π‘’π‘™π‘“π‘–π‘›π‘Ž π‘€π‘Žπ‘™π‘–-π‘žπ‘–π‘₯π‘Ž π‘žπ‘Žπ‘π‘’.
-π‘”π‘Žπ‘™π‘Žπ‘Žπ‘‘π‘Ž,π‘€π‘Žπ‘™π‘–-π‘žπ‘–π‘₯π‘Ž π‘žπ‘Žπ‘π‘’.
-β„Žπ‘’π‘šπ‘›π‘Ž π‘€π‘Žπ‘™π‘–-π‘žπ‘–π‘₯π‘Ž π‘žπ‘Žπ‘π‘’
β“΅βž»Yohaannis 5:23
#Namni hundi akkuma #Abbaadhaaf #ulfina kennu, #Ilmaafis #ulfina akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina hin kennu.
β“Άβž»Mul’ata Yohaannis 5:13-14
#Uumamni_samii keessa, #lafa_irra, lafa #jala, #galaanaa fi wantoonni isaan keessa jiran #hundi, β€œ #Isa_teessoo irra taaΚΌe Sanaa fi #Hoolichaaf #galaanni #kabajni, #ulfinnii fi #humni baraa hamma bara baraatti haa taΚΌu” yommuu jedhan nan dhagaΚΌe. #Uumamawwan jiraatoon arfan, β€œAmeen!” jedhan, jaarsoliin sunis kufanii waaqeffatan(sagadan).
πŸ₯₯ π‘”π‘Žπ‘Ÿπ‘Ž link waldaaπŸ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha