๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
43 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐Ÿ…ฐ kutaa-72โ–ชโ–ชffยชยช. ๐ŸŒบ
      ๐Ÿชดโž›Gaaffii fi Deebi
      ๐Ÿชดโž›Musiliimota
โœ Yohaannis 15:15
Garbichi tokko wanta Gooftaan isaa hojjetu waan hin beekneef,
Ani kana booda garboota jedhee isin hin waamu. Kanaa mannaa,
#Ani wantan #Abbaa koo irraa #dhagae_hunda waanan isin beeksiseef michoota jedhee isin waameera.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โž› gaaffii isaanii
1= Kiristoos wanta dubbatu hunda Abbaa irraa fudha malee ofii hin beekuu jedhanii โ“
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
1๏ธโƒฃ Deebii keenyaa.
Lakki Dubbiin kani Kiristoos. Tau irree ni mirkaneessina
โ“ตโœYohaannis 6:68
Simoon Pheexirosis akkana jedhee isaaf deebise: โ€œYaa Gooftaa, gara eenyuu dhaqna? Ati
#dubbii_jireenya bara baraa #qabda.
๐Ÿ‘‰ akka dubbisaa kanatti dubbii jireenya eenyutu qabaโ“deebii isaa Kiristoos jechudha. Erga,dubbii jireenya Kiristoos irraa argamee maaali sii,barbachisaa ree. Kana oli.

โ“ถโœYohaannis 6:63
Jireenya kan kennu
#Afuura  foon faayidaa tokko illee hin qabu. #Dubbiin ani isinitti dubbadhe Afuura, akkasumas #jireenya.
โ“ทโœYohaannis 6:27
Nyaata baduuf hin
#hojjetinaa; kanaa mannaa nyaata hin badnee fi jireenya bara baraa argamsiisuuf, isa #Ilmi_namaa isiniif #kennu sanaaf hojjedhaa; sababiin isaas, Waaqayyo Abbaan chaappaa isaa Ilma irratti godhee #mirkaneesseera.โ€
โ“ธโœMatewoos 7:24.
namni
#dubbii_koo kana dhagaสผee hojii irra oolchu, nama hubataa mana isaa qarsaa irratti ijaarrate fakkaata.
๐Ÿ‘‰osoo Dubbiin kuni kani Kiristoos ta'u baatee maalif dubbii koo jedha ree?, dubbii Abbaa koo,jedhu didee ?
๐Ÿ‘‰Walumaagalatti dubbiin Kiristoos illee akka jiruu ni ibsaa.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ…ฑ gara mataduree keenya yoo,deebinu
Kiristoos maalif dubbii Abbaa irraa dhagaee hunda isinitti nan himma jedha ree, isaa jedhuufi

A))โžฉSababa,Tokkoffaa(-1ffaa)
=Dubbiin Abbaa fi ilma Tokko wanii taโ€™efi. โ kani Abbaan qabuu kani ilma ,kani ilmi qabuu hundi kani Abbaatti ,kanafuu kani Abbaas yoo,jedhe rakkina hin qabuโž.
โžŠ๐Ÿ‘‰Yohaannis 17:10
wanti kan
#koo taสผe #hundi kan kee ti; wanti kan #kee taสผe #hundis kan koo ti; Anis isaan gidduutti ulfina argadheera.

B))โžฉSababa lammaffaa(-2ffaa)
Kiristoos akkasii kani jedhee kabaja isaa ibsuuf turee. kunis dhugaa Kiristoos akka taโ€™e mirkaneessuf turee
โž‹๐Ÿ‘‰Yohaannis 7:17-18
Namni fedhii Waaqayyoo raawwachuu barbaadu kam iyyuu, barumsi kun Waaqayyo biraa akka dhufe yookiin
#Ani_ofii kootiin kakaสผee kanan dubbadhe taสผuu fi dhiisuu koo ni beeka. #Namni ofii isaatiin kakaสผee dubbatu hundi ulfina mataa isaa barbaada; namni ulfina isa isa erge sanaa barbaadu hundi garuu, inni #dhugaa dha;  #jalสผinnis isa keessa hin jiru.

C))โžฉSababa sadaffaa(-3ffยชยช)
Kiristoos akkasii kani jedhee Abbaan biraa gara namoota  dhufu isaa mirkaneessuf.kunis yeroo abba biraa turee kani arge dubbachuu isaatti
โžŒ๐Ÿ‘‰Yohaannis 8:38
#Ani wantoota yommuun Abbaa koo #wajjin turetti #argen dubbadha; isin garuu wantoota abbaa keessan irraa dhagessan hojjettu.โ€
๐Ÿ‘‰iddoo kana irratti Kiristoos Ana qofatu Abbaa arge malee kani bira hoomtuu hin jiru jedhee jira.
โž๐Ÿ‘‰Yohaannis 6:46
#Isa_Abbaa biraa dhufe sana malee #namni tokko illee Abbaa #hin_argine; Abbaa kan arge isa #qofa dha.
โ–ฒkanafuu kuni eenyu ree, Kiristoos qofaa jechudha,erga akkasii taโ€™e Abbaa wajjiin ture inni dhuguma Kiristoos Waaqa.

D))โžฉSababa afuraffaan(-4ffaa).
duuka bu'oota keesaa tokko tokko jechunis obbolota,Kiristoos,yihudoota keessa
,Fariisonni keessa dubbii Kiristoos fudhachuu irratti dubbati jedhu turee yookiin akka salphaatti ilaalu yookiin itti hin amanani ture yeroo kan immoo Kiristoos dubbiin kani abbati jedha.
โžŽ๐Ÿ‘‰Yohaannis 7:5.
#Obboloonni isaa illee isatti hin #amanne turan.
โž๐Ÿ‘‰Yohaannis 7:47-48
#Fariisonni immoo deebisanii akkana jedhan: โ€œIsinis ni gowwoomfamtanii?  Bulchitoota yookiin Fariisota keessaa tokko illee isatti kan #amane jiraa?.
โž๐Ÿ‘‰Yohaannis 10:24-25
#Yihudoonni isatti marsanii, โ€œHanga yoomiitti qalbii nu rarraasta? Ati Kiristoos yoo taate ifatti nutti himiโ€ isaan jechuu jalqaban Iyyasus(Kiristoos) deebisee akkana isaaniin jedhe: โ€œAni isinitti #himeera, isin garuu #hin_Amantan. Hojiiwwan ani maqaa Abbaa kootiin hojjechaa jiru kun, waaสผee koo dhugaa ni baสผu.
๐Ÿ…ฑ kutaa-92-ffaa๐Ÿ‘‡
๐Ÿชท Gaaffii fi Deebi
๐Ÿชท Muslimoota
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐‘”๐‘Ž๐‘Ž๐‘“๐‘– isaanii akkasii jedha siila Kiristoosiin Waaqa jettu, #Waaqni immoo #Obboloota qaba jedhuu โ“
Yohaannis 20:17
#Iyyaasuus โ€œAni amma iyyuu gara Abbaatti waanan ol hin baaneef, na hin qabin. Kanaa mannaa dhaqiitii #obboloota_kootiin, โ€˜Ani gara Abbaa koo fi gara Abbaa keessanitti, gara Waaqa koo fi gara Waaqa keessanitti oli nan baสผaโ€™ jedhii isaanitti himiโ€ jedheen.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿชท Deebi keenya๐Ÿ‘‡
Eeyyee Waaqni Obboloota qaba.
Yookaan Kiristoos Obboloota qaba.
๐Ÿ‘‰jalqabaa dura Kiristoos Waaqa jedhame wamamu isaa hubadhu.
Yohaannis 20:28
Toomaasis deebisee, โ€œGooftaa ko, #Waaqa ko โ€ jedheen.
โœ ๐™–๐™ข๐™ข๐™– ๐™œ๐™–๐™ง๐™– ๐™ข๐™–๐™ฉ๐™–-๐™™๐™ช๐™ง๐™š๐™š ๐™ ๐™š๐™š๐™ฃ๐™ฎ๐™–๐™–๐™ฉ๐™ž ๐™™๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ฃ๐™–.
๐‘˜๐‘–๐‘Ÿ๐‘–๐‘ ๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘  ยซ ๐‘œ๐‘๐‘๐‘œ๐‘™๐‘œ๐‘ก๐‘Ž ๐‘ž๐‘Ž๐‘๐‘Ž ยป ๐‘—๐‘’๐‘Ÿ๐‘œ๐‘œ ๐‘—๐‘’๐‘›๐‘›๐‘ข, โ„Ž๐‘–๐‘–๐‘˜๐‘Ž ๐‘š๐‘Ž๐‘Ž๐‘ก๐‘Ž ๐‘–๐‘ ๐‘Ž๐‘Ž ๐‘ž๐‘Ž๐‘๐‘Ž.
Namni Waaqayyof wanta hedduu jedhamanii ni waamamu.
1โžปmichuu
2โžปilma
3โžปijoollee
4โžปGarbicha
5โžปobboloota
๐‘ž๐‘Ž๐‘Ž๐‘๐‘ฅ๐‘–๐‘ค๐‘ค๐‘Ž๐‘Ž๐‘› ๐‘ โ„Ž๐‘Ž๐‘›๐‘–(5) ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘Ž ๐‘ฅ๐‘–๐‘ž๐‘ž๐‘œ๐‘œ ๐‘›๐‘– ๐‘–๐‘๐‘ ๐‘–๐‘›๐‘Ž.
A).๐™ข๐™ž๐™˜๐™๐™ช๐™ช.
Namni akkamitti Waaqayyof michuu ta'u danda'a isaa jedhuufi.(wanta waqayyo isaa ajajee fudhatee yoo Amanee michuu jedhama).
โถโžปYohaannis 15:14
#Wanta Ani isin #ajaju yoo raawwattan, isin #michoota koo ti.
โทโžปYaaqoobi 2:23
yaadni Kitaabota Qulqulluu inni, โ€œAbrahaam Waaqayyotti #amane, kunis qajeelummaatti isaaf lakkaaสผameโ€ jedhus ni raawwatame; inni #michuu #waaqayyo jedhamee waamameera.

โธโžปIsaayaas 41:8
โ€œYaa Israaสผel, ati garuu tajaajilaa koo ti, Yaa Yaaqoob, ati isa ani filadhe dha, Ati sanyii Abrahaam isa #michuu koo taสผe sanaa ti,
โžปIddoo kanatti Abrahaami yaada Waaqayyof wani fudhatee michu jedhame

โนโžปMaatewos 11:19
#Ilmi_namaa immoo nyaachaa fi dhugaa dhufe; namoonni garuu, โ€˜Kunoo nama albaadhessaa fi nama wayiniidhaaf bule, #michuu warra #qaraxa_sassaabanii fi cubbamootaaโ€™ jedhaniin. Kanas taสผe sana, ogummaan qajeelaa taสผuun ishii hojii ishiitiin mirkaneeffameera.โ€
โžปiddoo kanatti ilma nama kani jedhame Kiristoos; inni immoo michuu namoota cubbamoota jedhamu isaatti ยซ ๐‘˜๐‘ข๐‘›๐‘–๐‘  ๐‘๐‘ข๐‘๐‘๐‘Ž๐‘š๐‘œ๐‘œ๐‘›๐‘›๐‘– ๐‘ฆ๐‘Ž๐‘Ž๐‘‘๐‘Ž ๐‘˜๐‘–๐‘Ÿ๐‘–๐‘ ๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘  ๐‘“๐‘ข๐‘‘โ„Ž๐‘Ž๐‘ก๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘ฆ๐‘Ž๐‘Ž๐‘˜๐‘Ž ๐‘ค๐‘Ž๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘‘โ„Ž๐‘–๐‘ ๐‘Ž๐‘Ž๐‘›๐‘–๐‘“,๐‘ฆ๐‘’๐‘Ÿ๐‘œ๐‘œ ๐‘ฆ๐‘Ž๐‘˜๐‘˜๐‘Ž ๐‘–๐‘ ๐‘Ž๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘–๐‘Ÿ๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘Ž ๐‘‘๐‘’๐‘’๐‘๐‘–๐‘›๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘–๐‘š๐‘š๐‘œ๐‘œ ๐‘š๐‘–๐‘โ„Ž๐‘ข๐‘ข ๐‘˜๐‘–๐‘Ÿ๐‘–๐‘ ๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘  ๐‘—๐‘’๐‘‘โ„Ž๐‘Ž๐‘š๐‘ข.ยป.
Fakkeenyaaf namichi ๐™ฏ๐™–๐™–๐™ ๐™š๐™ฌ๐™ค๐™ค๐™จ๐™ž jedhamu hojjataa qaraxa ture , Kiristoos gara isaa dhaqee jira yeroo kana,๐™ฏ๐™–๐™–๐™ ๐™š๐™ฌ๐™ค๐™ค๐™จ๐™ž ๐™–๐™—๐™ง๐™–๐™๐™–๐™ข๐™– ๐™ฌ๐™–๐™Ÿ๐™Ÿ๐™ž๐™ฃ ๐™ฉ๐™ค๐™ ๐™ ๐™ค ๐™ฉ๐™–๐™š ๐™ž๐™ก๐™ข๐™– ๐™–๐™—๐™ง๐™–๐™๐™–๐™ข๐™ž ๐™Ÿ๐™š๐™™๐™๐™–๐™ข๐™š.๐šœ๐šŠ๐š‹๐šŠ๐š‹๐šŠ ๐š”๐šŠ๐š—๐šŠ๐šŠ๐š๐š’ ๐™ฏ๐™–๐™ ๐™š๐™ฌ๐™ค๐™ค๐™จ=๐šŠ๐š‹๐š›๐šŠ๐š‘๐šŠ๐š–๐š’ ๐š ๐šŠ๐š•๐š’๐šš๐š’๐šก๐šŠ. ๐šŠ๐š”๐š”๐šž๐š–๐šŠ ๐š”๐š’๐š๐šŠ๐š‹๐š—๐š’ ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šž โ๐‘œ๐‘ ๐‘œ ๐‘–๐‘—๐‘œ๐‘œ๐‘™๐‘’๐‘’ ๐‘Ž๐‘๐‘Ÿ๐‘Žโ„Ž๐‘Ž๐‘š๐‘– ๐‘ก๐‘Ž๐‘ก๐‘Ž๐‘›๐‘– โ„Ž๐‘œ๐‘œ๐‘—๐‘– ๐‘Ž๐‘๐‘Ÿ๐‘Žโ„Ž๐‘Ž๐‘š๐‘– โ„Ž๐‘œ๐‘—๐‘—๐‘Ž๐‘ก๐‘ข ๐‘—๐‘’๐‘‘โ„Ž๐‘Žโž ๐™ฎ๐™š๐™ง๐™ค ๐™๐™ค๐™Ÿ๐™Ÿ๐™ž ๐™–๐™—๐™ง๐™–๐™๐™–๐™ข๐™ž ๐™๐™ค๐™Ÿ๐™–๐™ฉ๐™š ๐™ž๐™ข๐™ข๐™ค๐™ค ๐™–๐™ฉ๐™ž ๐™–๐™—๐™ง๐™–๐™๐™–๐™ข ๐™ฌ๐™–๐™Ÿ๐™Ÿ๐™ž๐™ฃ ๐™ฌ๐™–๐™ก๐™ž๐™ฆ๐™ž๐™ญ๐™–.

โบโžปLuqaas 19:1-9
#Iyyaasus gara Yerikootti seenee achi keessa darbaa ture. Yeroo kanatti namichi #Zakkewoos jedhamu tokko achi kan ture siสผa taสผu, inni geggeessaa warra #qaraxa sassaabanii fi sooressa ture. Zakkewoos, namni Iyyaasus
jedhamu kun eenyu akka taสผe ilaaluuf yaalii gochaa ture; garuu gabaabaa waan taสผee fi namoonni hedduun achi waan turaniif isa arguu hin dandeenye. Iyyaasus karaa sana irra darbuuf waan jedhuuf, isa ilaaluuf dursee fiigee muka harbuu tokko irra ol baสผe.
Iyyaasus yommuu bakka sana gaสผu, ol jedhee isa ilaalee, โ€œZakkewoos, ,#Ani harสผa mana kee waanan ooluuf dafii gad buสผiโ€ jedheen. Innis dafee gad buสผee gammachuudhaan keessummummaa isa simate. #Namoonni sun hundis yommuu kana argan, โ€œInni keessummaa taสผee gara mana #cubbamaa kanaa adeemeโ€ jedhanii gunguman. #Zakkewoos garuu kaสผee dhaabatee Gooftaadhaan, โ€œYaa Gooftaa kunoo, qabeenya koo keessaa #walakkaa isaa hiyyeeyyiidhaaf nan kenna; ani eenyu irraa iyyuu saamee kanan fudhadhe hundumaas dachaa afur godhee nan deebisaโ€ jedhe. Yeroo kanatti #Iyyaasus akkana jedheen: โ€œInnis #ilma_Abrahaam waan taสผeef, harสผa mana kanaaf #fayyinni_dhufeera Sababiin isaas #Ilmi_namaa kan bade barbaaduuf, akkasumas #fayyisuuf dhufeera.โ€
๐Ÿ›‘Yaa dhabatuu saalqunnamtii wali-fakkaatan๐Ÿ›‘
โŒHomosexuality stopโŒ
โฃ๏ธ
#Isaayaas 53:1
Wanta nu irraa dhagaสผetti kan
#Amane eenyuโ“#irreen_Waqayyo hoo eenyutti mulateโ“
โฃ๏ธ
#Roome1:26-27
#Waaqni dabarsee #hawwii jibbisiisaatti isaan kenne. #Dubartoonni isaaniis karaa ittiin #fedhii_fooniitiif #dhiira wajjin wal bira gaสผan isa uumamaan kennameef dhiisanii, gara isa uumamaan isaaniif hin kennaminitti geeddaran
#dhiironnis isa uumamaan isaaniif kenname #dubartootaa wajjin #saalqunnamtii #raawwachuu_dhiisanii, dhiironni dhiirotaa wajjin kajeellaa saalqunnamtiitiin gubatan; wanta qaanessaa hojjechuudhaanis, ofuma isaaniitiin adaba #cubbuu isaaniitiif malu guutummaatti fudhatan.
โ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
-------------------------
โžบgara Telegraama๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha