๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒปNamicha Maatewos jedhamu bakka qaraxni itti sassaabamu utuu taauu arge; achiis,
Duuka buutuu koo tai jedheen Innis battaluma sanatti
kaee isa duukaa bue
+Mat 9:9
โœ แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต แ‹จแˆšแ‰ฃแˆ แŠ แŠ•แ‹ต แˆฐแ‹
แŠ แ‹จแŠ“ แ‰ฐแŠจแ‰ฐแˆˆแŠแก แŠ แˆˆแ‹
แ‰ฐแŠแˆฅแ‰ถแˆ แ‰ฐแŠจแ‰ฐแˆˆแ‹
+แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 9:9
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ–Onkoloolessa=12

#Bagaa-Geessan
โžขAyyaanna jia Qulqulluu
#Mikaa'el
โžขAyyaanna waggaa
boqonnaa Qulqulluu
duuka bu'aa
#Maatewoos๐Ÿคฒ
=====||======
โžขMaatewoos jechuun
Filatama jechuudhaa
โžขDuuka bu'oota 12 keessa
Isaa tokko Ture
โžขwangeela isaa kan barressaa
Gooftaan keenya olii bahee
Naanoo waggaa 53 ttii
โžขwangeela inni bareesse
Boqonna 28 qaba
โžขIddoo inni Itti barsiisee
Filisxeemi fi Nanawwa biraatti
Barsise jira
โžขOnkoloolessa 12 guyyaa
Boqonna isaatii
โžขmaqaan matewoos inni
Bira
#Leewii jedhama...
โœ Kiristoos yeroo matewoos
Filatuu sanaa namoonni
Sababa matewoosif Kiristoos
Irraati akka Arbasan ifa
โžขhojii matewoos
qaraxa
sasaabuudha
โžขAbbaan Maatewoos
#Alfewoos jedhama
๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ ๐ŸŒผ ๐ŸŒผ
๐ŸŒปSeena Maatewoos๐ŸŒป
๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ ๐ŸŒผ

=1โ—‰ Maatewoos 9:9-13๐Ÿ‘‡

๐ŸŒปGooftaan keenya
Kiristoos Osoo karaa irraa deemaa jiruu, namicha
#Maatewos jedhamu bakka #qaraxni itti sassaabamu
utuu taauu arge; achiis

โœDuuka buutuu koo
tai!โ€ jedheen. Innis battaluma sanatti kaee isa duukaa bue

โœBoodas,
#mana Maatewositti utuu maaddiitti dhihaatee jiruu, #namoonni qaraxa sassaabanii fi namoonni #cubbamoota
taan hedduun dhufanii isaa
fi barattoota isaa wajjin nyaachuu jalqaban

โœ
#Fariisonni garuu yommuu kana argan, barattoota isaatiin
โ€œBarsiisaan keessan maaliif warra
qaraxa sassaabanii fi cubbamootaa wajjin nyaata?โ€ jedhan

โœ Gooftan keenya Kiristoos wanta isaan jedhan dhagaee akkana jedheen: โ€œNamoota
#dhukkubsataniif
malee, namoota
#fayyaadhaaf #ogeessi fayyaa hin barbaachisu

โœKanaaf dhaqaa, โ€˜Ani aarsaa utuu hin tain gara
#laafina nan barbaadaโ€™ jechuun maal jechuu akka tae hubadhaa

โœSababiin isaas ani
namoota
#Qulqulluu utuu hin tain, #cubbamoota
waamuufan dhufe
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
=2.โ—‰ Maarqoos 2:13-17๐Ÿ‘‡

๐Ÿ‘‰Gooftan keenya Kiristoos ammas gara
#qarqara
#galaanaa deeme
namoonni sun hundis gara
isaa dhufuu jalqaban; innis isaan barsiisuu jalqabe

โœUtuu darbaa jiruus
#Leewwii ilmi #Alfewoos bakka qaraxni itti sassaabamu utuu taauu
isa argee,

#Duuka buutuu koo taiโ€ jedheen. Innis #battaluma sanatti kaee isa duukaa bue

โžขSana booda utuu inni
#mana Leewwiitti maaddiitti dhihaatee jiruu, #namoonni qaraxa sassaabanii fi cubbamoonni hedduun isaa
fi barattoota isaa wajjin maaddiitti dhihaatan

โœsababiin isaas, isaan
keessaa hedduun isaanii
duuka buutota isaa
taanii turan

โœ Haatau malee,
#barsiisonni seeraa Fariisota yeroo inni #cubbamootaa fi warra #qaraxa sassaabanii wajjin nyaatu
arganii barattoota isaatiin
โ€œInni akkamitti warra
qaraxa sassaabanii fi cubbamootaa wajjin nyaata?โ€ jechuu
jalqaban

โžขGooftan kana yommuu
dhagau akkana isaaniin jedhe
#Namoota dhukkubsataniif malee, namoota fayyaadhaaf ogeessi fayyaa
hin barbaachisu. Ani namoota
Qulqulloota utuu hin tain cubbamoota waamuufan dhufe

=3.โ—‰Luqaas 5:27-32๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰ Kana booda achii baee
utuu deemuu
#namichi
#Leewwii jedhamuu
fi
qaraxa sassaabu tokko bakka qaraxni itti sassaabamu
utuu taauu argee, โ€œDuuka buutuu koo taiโ€ jedheen

๐Ÿ‘‰innis wanta hunda
dhiisee kaee isa duukaa
buuu jalqabe

โœ Achiis Leewwiin mana isaatti
#afeerraa nyaataa #guddaa Gooftaa keenya
Kiristoos qopheesse

namoonni
qaraxa
sassaabanii fi namoonni
kan biraan hedduunis isaanii wajjin nyaachaa turan

Yeroo kanatti
#Fariisonnii
fi
#barsiisonni seeraa garee isaanii ta'an, isin warra qaraxa sassaabanii
fi cubbamootaa wajjin kan nyaattanii fi kan dhugdan maaliifi?โ€ jedhanii barattoota isaatti
#gungumuu jalqaban

โœGooftan keenya kiristoos akkana jedhee isaaniif deebise
#Namoota dhukkubsataniif malee, namoota fayyaadhaaf ogeessi fayyaa hin barbaachisu

โœAni namoota Qulqulluu
utuu hin tain, cubbamoonni akka yaada geddaratan waamuufan dhufe....
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ||โ–ฌโ–ฌโ–ฌ

๐ŸŒน=
#Gaafii
1=kitaaba maatewos irratti
Nama maqaa matewoos jedhee
Jira.
Kitaabonni marqoos fi Luqaas
Sababi Maali Leewii jedhanโ“

2=matewoos sababa maalif
Nyaata Kiristoos mana isatti
Qopheesseeโ“
๐Ÿ…ฑ kutaa-92-ffaa๐Ÿ‘‡
๐Ÿชท Gaaffii fi Deebi
๐Ÿชท Muslimoota
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐‘”๐‘Ž๐‘Ž๐‘“๐‘– isaanii akkasii jedha siila Kiristoosiin Waaqa jettu, #Waaqni immoo #Obboloota qaba jedhuu โ“
Yohaannis 20:17
#Iyyaasuus โ€œAni amma iyyuu gara Abbaatti waanan ol hin baaneef, na hin qabin. Kanaa mannaa dhaqiitii #obboloota_kootiin, โ€˜Ani gara Abbaa koo fi gara Abbaa keessanitti, gara Waaqa koo fi gara Waaqa keessanitti oli nan baสผaโ€™ jedhii isaanitti himiโ€ jedheen.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿชท Deebi keenya๐Ÿ‘‡
Eeyyee Waaqni Obboloota qaba.
Yookaan Kiristoos Obboloota qaba.
๐Ÿ‘‰jalqabaa dura Kiristoos Waaqa jedhame wamamu isaa hubadhu.
Yohaannis 20:28
Toomaasis deebisee, โ€œGooftaa ko, #Waaqa ko โ€ jedheen.
โœ ๐™–๐™ข๐™ข๐™– ๐™œ๐™–๐™ง๐™– ๐™ข๐™–๐™ฉ๐™–-๐™™๐™ช๐™ง๐™š๐™š ๐™ ๐™š๐™š๐™ฃ๐™ฎ๐™–๐™–๐™ฉ๐™ž ๐™™๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ฃ๐™–.
๐‘˜๐‘–๐‘Ÿ๐‘–๐‘ ๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘  ยซ ๐‘œ๐‘๐‘๐‘œ๐‘™๐‘œ๐‘ก๐‘Ž ๐‘ž๐‘Ž๐‘๐‘Ž ยป ๐‘—๐‘’๐‘Ÿ๐‘œ๐‘œ ๐‘—๐‘’๐‘›๐‘›๐‘ข, โ„Ž๐‘–๐‘–๐‘˜๐‘Ž ๐‘š๐‘Ž๐‘Ž๐‘ก๐‘Ž ๐‘–๐‘ ๐‘Ž๐‘Ž ๐‘ž๐‘Ž๐‘๐‘Ž.
Namni Waaqayyof wanta hedduu jedhamanii ni waamamu.
1โžปmichuu
2โžปilma
3โžปijoollee
4โžปGarbicha
5โžปobboloota
๐‘ž๐‘Ž๐‘Ž๐‘๐‘ฅ๐‘–๐‘ค๐‘ค๐‘Ž๐‘Ž๐‘› ๐‘ โ„Ž๐‘Ž๐‘›๐‘–(5) ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘Ž ๐‘ฅ๐‘–๐‘ž๐‘ž๐‘œ๐‘œ ๐‘›๐‘– ๐‘–๐‘๐‘ ๐‘–๐‘›๐‘Ž.
A).๐™ข๐™ž๐™˜๐™๐™ช๐™ช.
Namni akkamitti Waaqayyof michuu ta'u danda'a isaa jedhuufi.(wanta waqayyo isaa ajajee fudhatee yoo Amanee michuu jedhama).
โถโžปYohaannis 15:14
#Wanta Ani isin #ajaju yoo raawwattan, isin #michoota koo ti.
โทโžปYaaqoobi 2:23
yaadni Kitaabota Qulqulluu inni, โ€œAbrahaam Waaqayyotti #amane, kunis qajeelummaatti isaaf lakkaaสผameโ€ jedhus ni raawwatame; inni #michuu #waaqayyo jedhamee waamameera.

โธโžปIsaayaas 41:8
โ€œYaa Israaสผel, ati garuu tajaajilaa koo ti, Yaa Yaaqoob, ati isa ani filadhe dha, Ati sanyii Abrahaam isa #michuu koo taสผe sanaa ti,
โžปIddoo kanatti Abrahaami yaada Waaqayyof wani fudhatee michu jedhame

โนโžปMaatewos 11:19
#Ilmi_namaa immoo nyaachaa fi dhugaa dhufe; namoonni garuu, โ€˜Kunoo nama albaadhessaa fi nama wayiniidhaaf bule, #michuu warra #qaraxa_sassaabanii fi cubbamootaaโ€™ jedhaniin. Kanas taสผe sana, ogummaan qajeelaa taสผuun ishii hojii ishiitiin mirkaneeffameera.โ€
โžปiddoo kanatti ilma nama kani jedhame Kiristoos; inni immoo michuu namoota cubbamoota jedhamu isaatti ยซ ๐‘˜๐‘ข๐‘›๐‘–๐‘  ๐‘๐‘ข๐‘๐‘๐‘Ž๐‘š๐‘œ๐‘œ๐‘›๐‘›๐‘– ๐‘ฆ๐‘Ž๐‘Ž๐‘‘๐‘Ž ๐‘˜๐‘–๐‘Ÿ๐‘–๐‘ ๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘  ๐‘“๐‘ข๐‘‘โ„Ž๐‘Ž๐‘ก๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘ฆ๐‘Ž๐‘Ž๐‘˜๐‘Ž ๐‘ค๐‘Ž๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘‘โ„Ž๐‘–๐‘ ๐‘Ž๐‘Ž๐‘›๐‘–๐‘“,๐‘ฆ๐‘’๐‘Ÿ๐‘œ๐‘œ ๐‘ฆ๐‘Ž๐‘˜๐‘˜๐‘Ž ๐‘–๐‘ ๐‘Ž๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘–๐‘Ÿ๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘Ž ๐‘‘๐‘’๐‘’๐‘๐‘–๐‘›๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘–๐‘š๐‘š๐‘œ๐‘œ ๐‘š๐‘–๐‘โ„Ž๐‘ข๐‘ข ๐‘˜๐‘–๐‘Ÿ๐‘–๐‘ ๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘  ๐‘—๐‘’๐‘‘โ„Ž๐‘Ž๐‘š๐‘ข.ยป.
Fakkeenyaaf namichi ๐™ฏ๐™–๐™–๐™ ๐™š๐™ฌ๐™ค๐™ค๐™จ๐™ž jedhamu hojjataa qaraxa ture , Kiristoos gara isaa dhaqee jira yeroo kana,๐™ฏ๐™–๐™–๐™ ๐™š๐™ฌ๐™ค๐™ค๐™จ๐™ž ๐™–๐™—๐™ง๐™–๐™๐™–๐™ข๐™– ๐™ฌ๐™–๐™Ÿ๐™Ÿ๐™ž๐™ฃ ๐™ฉ๐™ค๐™ ๐™ ๐™ค ๐™ฉ๐™–๐™š ๐™ž๐™ก๐™ข๐™– ๐™–๐™—๐™ง๐™–๐™๐™–๐™ข๐™ž ๐™Ÿ๐™š๐™™๐™๐™–๐™ข๐™š.๐šœ๐šŠ๐š‹๐šŠ๐š‹๐šŠ ๐š”๐šŠ๐š—๐šŠ๐šŠ๐š๐š’ ๐™ฏ๐™–๐™ ๐™š๐™ฌ๐™ค๐™ค๐™จ=๐šŠ๐š‹๐š›๐šŠ๐š‘๐šŠ๐š–๐š’ ๐š ๐šŠ๐š•๐š’๐šš๐š’๐šก๐šŠ. ๐šŠ๐š”๐š”๐šž๐š–๐šŠ ๐š”๐š’๐š๐šŠ๐š‹๐š—๐š’ ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šž โ๐‘œ๐‘ ๐‘œ ๐‘–๐‘—๐‘œ๐‘œ๐‘™๐‘’๐‘’ ๐‘Ž๐‘๐‘Ÿ๐‘Žโ„Ž๐‘Ž๐‘š๐‘– ๐‘ก๐‘Ž๐‘ก๐‘Ž๐‘›๐‘– โ„Ž๐‘œ๐‘œ๐‘—๐‘– ๐‘Ž๐‘๐‘Ÿ๐‘Žโ„Ž๐‘Ž๐‘š๐‘– โ„Ž๐‘œ๐‘—๐‘—๐‘Ž๐‘ก๐‘ข ๐‘—๐‘’๐‘‘โ„Ž๐‘Žโž ๐™ฎ๐™š๐™ง๐™ค ๐™๐™ค๐™Ÿ๐™Ÿ๐™ž ๐™–๐™—๐™ง๐™–๐™๐™–๐™ข๐™ž ๐™๐™ค๐™Ÿ๐™–๐™ฉ๐™š ๐™ž๐™ข๐™ข๐™ค๐™ค ๐™–๐™ฉ๐™ž ๐™–๐™—๐™ง๐™–๐™๐™–๐™ข ๐™ฌ๐™–๐™Ÿ๐™Ÿ๐™ž๐™ฃ ๐™ฌ๐™–๐™ก๐™ž๐™ฆ๐™ž๐™ญ๐™–.

โบโžปLuqaas 19:1-9
#Iyyaasus gara Yerikootti seenee achi keessa darbaa ture. Yeroo kanatti namichi #Zakkewoos jedhamu tokko achi kan ture siสผa taสผu, inni geggeessaa warra #qaraxa sassaabanii fi sooressa ture. Zakkewoos, namni Iyyaasus
jedhamu kun eenyu akka taสผe ilaaluuf yaalii gochaa ture; garuu gabaabaa waan taสผee fi namoonni hedduun achi waan turaniif isa arguu hin dandeenye. Iyyaasus karaa sana irra darbuuf waan jedhuuf, isa ilaaluuf dursee fiigee muka harbuu tokko irra ol baสผe.
Iyyaasus yommuu bakka sana gaสผu, ol jedhee isa ilaalee, โ€œZakkewoos, ,#Ani harสผa mana kee waanan ooluuf dafii gad buสผiโ€ jedheen. Innis dafee gad buสผee gammachuudhaan keessummummaa isa simate. #Namoonni sun hundis yommuu kana argan, โ€œInni keessummaa taสผee gara mana #cubbamaa kanaa adeemeโ€ jedhanii gunguman. #Zakkewoos garuu kaสผee dhaabatee Gooftaadhaan, โ€œYaa Gooftaa kunoo, qabeenya koo keessaa #walakkaa isaa hiyyeeyyiidhaaf nan kenna; ani eenyu irraa iyyuu saamee kanan fudhadhe hundumaas dachaa afur godhee nan deebisaโ€ jedhe. Yeroo kanatti #Iyyaasus akkana jedheen: โ€œInnis #ilma_Abrahaam waan taสผeef, harสผa mana kanaaf #fayyinni_dhufeera Sababiin isaas #Ilmi_namaa kan bade barbaaduuf, akkasumas #fayyisuuf dhufeera.โ€