🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙚𝙞𝙡𝙞𝙢𝙀𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚⛈⛈⛈⛈⛈
2.36K subscribers
42 photos
2 videos
9 files
113 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢዚሱስም ኚፈሪሳውያንና ኚሰዱቃውያን እርሟ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላ቞ው። (ማ቎ዎስ 16:6)
Download Telegram
Forwarded from Gutema Gelana
‌ Deebii=2 ffaa
1=Taabota moo,
Tsillaatitu Museef
Kename=___ ❓
2=Akkamiti bayyachu
Danda'e=___❓
▬▬◈▬▬

Taabota fi Tsillaati
Gargagari basuu
Hin dandeenyu
=kuni seeraa
Waaqayyotti
=Haata’u malee
Gaafi jalqabaa
Deebisuuf 👇

=Tsillaatti jalqaba
dura kani hojjatee
Eenyuu=___
➊=Musee moo ❓
➋=Waaqayyo ❓
✍ deebin isaa
Waaqayyo
=ser.Bau 31:16
Kanaafuu erga
Jalqaba hojjatee
Muuseen irra
Fudhate jechuudha

🌻Taaboota jalqabaa
Dura kan hojjatee
Eenyu=____❓
➊=Waaqayyo moo❓
➋=Museedha
✍deebi=Muse
=ser.Bau 25:10
==//==//===

Haata’u malee
Akkuma jalqabaa
Jedhe
Tsillaati.fi
Taaboonni qofa.
Ta'u waani hin
dandeenyaf
Tsillaatin jiratu
Malee,Taboonni
Jirachu hin
Danda'u
Akkasumas,Taaboota
Malee Tsilaatin qofa
Isa hin ibsamuu

Haaluma kana
Waaqayyo ofuma isaan
Tsillaati hojjatee
Afaanni isaanii Musedhan
Taaboota muka Laaftoota
Irra,tolchi jedhee ajajee

◈erga kuni hundi
Seera isaa waani ta’ef
Kan Waaqayyo biraa
dhufuu kanuma isaa
Wani ta’ef namnii
Meesha,ta’e Waaqayyo
Tajajila wanii ta’ef.
Ykn dubbin Waaqayyo
Nama keessa ta’e, akka
Dadarbuu dha
Kanaafuu
#Tsillaatins
Taaboonnis Waaqayyo
Bira keename malee
Yaada Musen mitti

◈ faakeenyaaf Waaqayyo
Jalqaba,samii fi lafaa
Uummee jedha
=ser.Uum 1:1
kanaa lafa,jiruuf
Kan samii irraa jiruu
Hundinuu kan Waaqayyotti
=Musee kan Waaqayyo
=mukti Laaftoota kan
Taaboonni irra hojjatamee
Kan Waaqayyotti
=wanti hundinuu kan
Isaati,sababa Kanaafi
Tsillaati fi Taaboonni
Lamanu kan Waaqayyoti
Waaqayyootu Musef
Kenne. Jechu ni dandeenya
Museen Taaboota
wani tolche Kan Musee
qofaa hin jennuu

🌹Waaqayyo sababa
Qaba malee ofii isaa
Iyyuu
#Taaboota tolchuu
Dadhabee mitii ykn
Tufate mitti sababa
Wani qabuuf Museen
Akka hojjatuu tasise
Malee.

◈fakkeenya bira
kitaaba Qulqulluu
#maatewos
Yoo,fudhane Kitaabni
Dubbi Waaqayyotti
=garuu maqaa
maatewos
Ni waamana kuni
Inni waani bareessef.
Maaqa Qulqulluu
Maatewoos ittin
Yaadachuf ta'a
=Haaluma kan Tsillaati
Musee jedhama

🌹Waaqayyo ergaa.Tsillaatin
Dura cabee lamata akka
Isaa dura sanatti hojjadhuu
Jedheen =
Kanaafuu Museef
Aangoon lamanuu
Kennamef jira
=kan Tsillatis
=kan Tabootasi
=ser.keesa.deebi 10:1
=Kanaafuu amma
Immoo Tsillatins.Taboonis
Harka Muse seene jira
Lamanu kan hojjatee
Muusee turee..


♚Deebi isaa 2 ffaa
Akkamit bayyachu
Danda'ee=___❓
=baay'achun
Hin qabu bakka seera
tokko kenameti
Wanti itti dabalamuu
Hin jiru kan hir'atu hin
Jiru seeri Waaqayyo hin Jijjiramuu.
Tsillatuu bakka mana
Kiristiyaanaa gargaara
Keessa jiruu illalle
Baayate miti.
Tsillatu wali fakkaatu
Bakka hundumaatti
Argama malee.

✍Fakkeenyaaf
Kitaabni Qulqulluun
Tokko qofa,garuu
Namooni kitaaba.
Qulqulluu ofi harka qaban
Yeroo kan gadi xiqeesine
Miliyoon 4444 haa,jennu.
Namoota kan hundafi
Yaadani kitaaba.
Tokkoo qofaa.
Kitaabni yaa,baayyatu
Maale kaayyoo tokko
Qofa qaba
waqayyo tokko
Qabna
=Amalota mana
Kiristiyaanaa
Keessa tokko
Immoo mani
Kiristiyaanaa Tokkatti
Jedhamitti.....
=Mat 23:8-10
=Eefe 4:5

◈ maqaa Qulqulloota
Mani Kiristiyaanaa
Ni waamamatti kunis
Sababa qaba malee
Tsillaatin gargaara
Jira jechuu mitti
==//==//=====
🌻xumura Isaati
==\\===\\====
🌻Namicha Maatewos jedhamu bakka qaraxni itti sassaabamu utuu taauu arge; achiis,
Duuka buutuu koo tai jedheen Innis battaluma sanatti
kaee isa duukaa bue
+Mat 9:9
✍ ማ቎ዎስ ዚሚባል አንድ ሰው
አዹና ተኚተለኝ፡ አለው
ተነሥቶም ተኹተለው
+ማ቎ዎስ 9:9
▬▬▬▬▬▬
❖Onkoloolessa=12

#Bagaa-Geessan
➢Ayyaanna jia Qulqulluu
#Mikaa'el
➢Ayyaanna waggaa
boqonnaa Qulqulluu
duuka bu'aa
#Maatewoos🀲
=====||======
➢Maatewoos jechuun
Filatama jechuudhaa
➢Duuka bu'oota 12 keessa
Isaa tokko Ture
➢wangeela isaa kan barressaa
Gooftaan keenya olii bahee
Naanoo waggaa 53 ttii
➢wangeela inni bareesse
Boqonna 28 qaba
➢Iddoo inni Itti barsiisee
Filisxeemi fi Nanawwa biraatti
Barsise jira
➢Onkoloolessa 12 guyyaa
Boqonna isaatii
➢maqaan matewoos inni
Bira
#Leewii jedhama...
✍ Kiristoos yeroo matewoos
Filatuu sanaa namoonni
Sababa matewoosif Kiristoos
Irraati akka Arbasan ifa
➢hojii matewoos qaraxa
sasaabuudha
➢Abbaan Maatewoos
#Alfewoos jedhama
🌌🌌🌌🌌🌌🌌 🌌 🌌
🌻Seena Maatewoos🌻
🌌🌌🌌🌌🌌🌌🌌 🌌

=1◉ Maatewoos 9:9-13👇

🌻Gooftaan keenya
Kiristoos Osoo karaa irraa deemaa jiruu, namicha
#Maatewos jedhamu bakka #qaraxni itti sassaabamu
utuu taauu arge; achiis

✍Duuka buutuu koo
tai!” jedheen. Innis battaluma sanatti kaee isa duukaa bue

✍Boodas,
#mana Maatewositti utuu maaddiitti dhihaatee jiruu, #namoonni qaraxa sassaabanii fi namoonni #cubbamoota
taan hedduun dhufanii isaa
fi barattoota isaa wajjin nyaachuu jalqaban

✍
#Fariisonni garuu yommuu kana argan, barattoota isaatiin
“Barsiisaan keessan maaliif warra qaraxa sassaabanii fi cubbamootaa wajjin nyaata?” jedhan

✍ Gooftan keenya Kiristoos wanta isaan jedhan dhagaee akkana jedheen: “Namoota
#dhukkubsataniif
malee, namoota
#fayyaadhaaf #ogeessi fayyaa hin barbaachisu

✍Kanaaf dhaqaa, ‘Ani aarsaa utuu hin tain gara
#laafina nan barbaada’ jechuun maal jechuu akka tae hubadhaa

✍Sababiin isaas ani
namoota
#Qulqulluu utuu hin tain, #cubbamoota
waamuufan dhufe
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
=2.◉ Maarqoos 2:13-17👇

👉Gooftan keenya Kiristoos ammas gara
#qarqara
#galaanaa deeme
namoonni sun hundis gara
isaa dhufuu jalqaban; innis isaan barsiisuu jalqabe

✍Utuu darbaa jiruus
#Leewwii ilmi #Alfewoos bakka qaraxni itti sassaabamu utuu taauu
isa argee,

#Duuka buutuu koo tai” jedheen. Innis #battaluma sanatti kaee isa duukaa bue

➢Sana booda utuu inni
#mana Leewwiitti maaddiitti dhihaatee jiruu, #namoonni qaraxa sassaabanii fi cubbamoonni hedduun isaa
fi barattoota isaa wajjin maaddiitti dhihaatan

✍sababiin isaas, isaan
keessaa hedduun isaanii
duuka buutota isaa
taanii turan

✍ Haatau malee,
#barsiisonni seeraa Fariisota yeroo inni #cubbamootaa fi warra #qaraxa sassaabanii wajjin nyaatu
arganii barattoota isaatiin
“Inni akkamitti warra qaraxa sassaabanii fi cubbamootaa wajjin nyaata?” jechuu
jalqaban

➢Gooftan kana yommuu
dhagau akkana isaaniin jedhe
#Namoota dhukkubsataniif malee, namoota fayyaadhaaf ogeessi fayyaa
hin barbaachisu. Ani namoota
Qulqulloota utuu hin tain cubbamoota waamuufan dhufe

=3.◉Luqaas 5:27-32👇
👉 Kana booda achii baee
utuu deemuu
#namichi
#Leewwii jedhamuu
fi qaraxa sassaabu tokko bakka qaraxni itti sassaabamu
utuu taauu argee, “Duuka buutuu koo tai” jedheen

👉innis wanta hunda
dhiisee kaee isa duukaa
buuu jalqabe

✍ Achiis Leewwiin mana isaatti
#afeerraa nyaataa #guddaa Gooftaa keenya
Kiristoos qopheesse

namoonni qaraxa
sassaabanii fi namoonni
kan biraan hedduunis isaanii wajjin nyaachaa turan

Yeroo kanatti
#Fariisonnii
fi
#barsiisonni seeraa garee isaanii ta'an, isin warra qaraxa sassaabanii
fi cubbamootaa wajjin kan nyaattanii fi kan dhugdan maaliifi?” jedhanii barattoota isaatti
#gungumuu jalqaban

✍Gooftan keenya kiristoos akkana jedhee isaaniif deebise
#Namoota dhukkubsataniif malee, namoota fayyaadhaaf ogeessi fayyaa hin barbaachisu

✍Ani namoota Qulqulluu
utuu hin tain, cubbamoonni akka yaada geddaratan waamuufan dhufe....
▬▬▬▬||▬▬▬

🌹=
#Gaafii
1=kitaaba
maatewos irratti
Nama maqaa matewoos jedhee
Jira.
Kitaabonni marqoos fi Luqaas
Sababi Maali Leewii jedhan❓

2=matewoos sababa maalif
Nyaata Kiristoos mana isatti
Qopheessee❓
🌺Namoonni Kiristoos qaban
« kuni eessaa dhufanii Lataa.❓
Maatewos ,Maarqoos ,Luqaas fi Yohaannis ❝ namoonni heduun suni garee kami keessa akka dhufanii ibsaanii jiruu.
✍Afaan Ingiliffaatiin
#from_the kani jedhamee kanafi yookiin afaani Giriikiitiin #ጀπo_τῶΜ ,Afaan Oromiffaa #bira_dhufanii jedhamee barreefame.
🅰 Maqaan gareewwan
sana immoo👇
⓵👉Garee loltoota (
#σπεῖραΜ
   =Yohaannis 18:3
⓶👉Garee Eegdotaa Mana  Qulqulluummaa (
#ᜑπηρέτας)
  =Yohaannis 18:3
⓷👉Garee Dura Buutota Luboota (
#ጀρχιερέωΜ)
  =Yohaannis 18:3)
ⓞ👉Garee Fariisotaa  (
#ΊαρισαίωΜ)
  =Yohaannis 18:3)
⓹👉Garee Maanguddoota Sabaa  
#πρεσβυτέρωΜ  τοῊ λαοῊ(
  =
Maatewos  26:47
=Maarqoos 14:43)
⓺👉Garee Barsiisota Seera  
#γραΌΌατέωΜ)
=Maarqoos 14:43)

🅱 kanafis
#Maatewos #Namoota.baay'ee jedhee lakkoofsa hedduu jedhe “ yookiin afaanii Ingiliffaatiin «great multitude» jedhe, Afaan Giriikiitiin immoo #πολ᜺ς  jedhee.
🅰 Namoonni baay'ee Suni gareen sana qofa irraa namoota ergamaan qofa osoo hin tanne ,warri
#ergaani iyyuu #mataan isaani keessa jiruu.
✍Luqaas 22:52
Yeroo kanatti Iyyaasus kiristoos dura buutota lubootaa fi dura buutota mana qulqullummaa, akkasumas maanguddoota isa
#qabuu_dhufaniin_akkana #jedhe: “Akka nama saamtuu qabuutti goraadee fi ulee qabattanii dhuftanii?
🅟 Kiristoos immoo namoota baay’ee sanaan illee jedhe jira.
✍
Maatewos 26:55
SaÊŒaatii sanatti Iyyaasus kiristoos
#Namoota sanaan akkana jedhe: “Akka nama saamtuu qabuutti goraadee fi ulee qabattanii ana qabuu dhuftanii? Guyyuma guyyaadhaan mana qulqullummaa keessa taaÊŒee barsiisaan ture; isin garuu na hin qabne.
🌻 kana jechuun Kiristoos
#qaama_lamaanitti iyyuu dubbatee jira // warra Ergamee fi warra Ergee // «  ,kanafis #Luqaas qaamaa tokko baresse, #Maatewos immoo kani qaama bira bareesee.

⚛ Gareewwan ja'an(6) kuni immoo maali
#harka isaaniitti qabatanii dhufanii laata❓❓
afaanii Oromiffaa fi Afaan Giriikiitiin.ilaali.
➊➛Goraadee
#ΌαχαιρῶΜ
      ~
Maatewos 26:47
❷➛ Ulee
#ᜄχλος
       ~
Maatewos 26:47
❾➛meshaa waraana
#ᜅπλωΜ)
Yohaannis 18:3
❹➛Ibsa
#λαΌπάΎωΜ (kuni ibsa Zayitaan ifa kennuudhaa
      ~Yohaannis 18:3
❺➛guca
#φαΜῶΜ (ibsa Fanosi isaa jedhamu
      ~Yohaannis 18:3
◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉
Link waldaa kanaa argachuuf kana xuqaa👇👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🅟 kutaa-83-ffªª 👇👇
    ◈➛gaaffii fi Deebii
    ◈➛Muslimoota.
⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌
gaaffii isaanii.
➊➻ isaa kami sirriin jedhuu
“bareeffama mataa Kiristoos olitti barreeffame irratti ❓❌

➊➻Yohaannis 19:19
Phiilaaxoosis barefama
#Iyyaasus Isa Naazreeti Mooti Yihuudootaa,
jedhu tokko barreessee fannoo sanatti maxxanse.
🍇 𝙮𝙀𝙝𝙖𝙣𝙣𝙞𝙚 ❝ 𝑖𝑊𝑊𝑎𝑎𝑠𝑢𝑠 𝑖𝑠𝑎 𝑛𝑎𝑎𝑧𝑖𝑟𝑒𝑒𝑡𝑖 𝑚𝑜𝑜𝑡𝑖 𝑊𝑖ℎ𝑢𝑑𝑜𝑜𝑡𝑎 ❞ kani jedhu ibseera
❷➻Maatewos 27:37
Mataa isaa olittis barreeffama, #Kun Iyyaasuus Mootii Yihudootaa ti” jedhuu fi inni ittiin himatame ibsu maxxansan.
🍇𝙢𝙖𝙖𝙩𝙚𝙬𝙀𝙀𝙚 ❝ 𝑘𝑢𝑛𝑖 𝑖𝑊𝑊𝑎𝑎𝑠𝑢𝑠 𝑚𝑜𝑜𝑡𝑖 𝑊𝑖ℎ𝑢𝑑𝑜𝑜𝑡𝑎𝑡𝑖❞ kani jedhu ibseera
❞➻Maarqoos 15:26
Barreeffamni himata isa irratti dhihaate ibsuu fi “Mootii Yihudootaa” jedhu mataa isaa olitti barreeffamee ture.
🍇𝙢𝙖𝙖𝙧𝙊𝙀𝙀𝙚  ❝ 𝑚𝑜𝑜𝑡𝑖 𝑊𝑖ℎ𝑢𝑑𝑜𝑜𝑡𝑎 ❞ kani jedhu ibseera
❹➻Luqaas 23:38
Mataa isaa olittis barreeffamni, “Kun Mootii Yihudootaa ti” jedhu jira ture.
🍇𝙡𝙪𝙊𝙖𝙖𝙚 ❝ 𝑘𝑢𝑛𝑖 𝑚𝑜𝑜𝑡𝑖 𝑊𝑖ℎ𝑢𝑑𝑜𝑜𝑡𝑎𝑎𝑡𝑖 ❞ kani jedhuu ibseera
⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌
🌺𝙙𝙚𝙚𝙗𝙞 𝙠𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖.
Hundi isaanii sirriidhaa
Kitaabni arfaffaan(4n) isaanii iyyuu jecha Mootii Yihudoota jedhuu irratti wali fakkaata.
Gargarummaa isaa kana👇
➻ 𝑖𝑊𝑊𝑎𝑎𝑠𝑢𝑠 𝑖𝑠𝑎 𝑛𝑎𝑎𝑧𝑖𝑟𝑒𝑒𝑡𝑖
➻ 𝑘𝑢𝑛𝑖 𝑖𝑊𝑊𝑎𝑎𝑠𝑢𝑠
➻ 𝑘𝑢𝑛𝑖
⁌ ammaa qabxiiwwan hubbachu qabnuu kani fanifamee eenyu ❓
Deebii isaa Iyyaasuus,
Ergaa akkasii ta’e
Iddoon Iyyaasuus itti guddaate eessaa ❓
Deebii isaa Naazireet=ok
(𝙢𝙖𝙩 2:23, 21:11,mar 16:6)
🅟🌺 Walumaa galatti Kitaabni Qulqulluun seenaa  tokko
Hunda isaa hin bareessine
Fakkeenyaaf idduma kanatti barreffamaa sana #afaanii meeqan akka bareeffame #Maatewos fi #Maarqoos irraa darbanii jiruu. Garuu immoo #Luqaas fi #Yohaannis guutummaatti ibsanii jiruu.
(𝙡𝙪𝙊 23:38* 𝙮𝙀𝙝19:20) 𝙙𝙪𝙗𝙗𝙞𝙚𝙞
🍇🌻 kanafi wangeelonni yaada #muraasa qofaa barreessanii jiru inni tokko kutaa tokko yoo, bareesse inni tokko immoo kutaa dabalataa yoo, bareesse kuni rakkoo hin qabuu.
🥥Yohaannis 21:25
Iyyaasus waan biraa baayÊŒee hojjeteera. Utuu #tokkoon_tokkoon isaanii #barreeffamanii jiraatanii silaa ani waan addunyaan mataan ishee iyyuu kitaabota barreeffaman sanaaf iddoo gaÊŒu qabdu hin seÊŒu
👉ዮሐንስ 21:25
ኢዚሱስም ያደሚገው ብዙ ሌላ ነገር ደግሞ አለ #ሁሉ_በእያንዳንዱ ቢጻፍ ለተጻፉት መጻሕፍት ዓለም ራሱ ባልበቃ቞ውም ይመስለኛል
👉Faarfannaa 40:5
Yaa Waaqa koo,Ati wantoota dinqisiisoo hedduu nuuf gooteetta, Yaadawwan nuuf qabdus hedduu dha. Kan siin gitu tokko illee hin jiru; Ani waaÊŒee wantoota kanaa #himuu fi dubbachuuf utuun yaalee, #Lakkoofsi isaanii gita hin qabu

🌺erga haala bareeffama kitaaba Qulqulluu akkasii ta'u hubbate immoo « barreefamni fannoo gubbaa sanatti barreeffamee « 𝙞𝙮𝙮𝙖𝙖𝙚𝙪𝙚 𝙞𝙚𝙖 𝙣𝙖𝙖𝙯𝙞𝙧𝙚𝙚𝙩 𝙢𝙀𝙀𝙩𝙞 𝙮𝙞𝙝𝙪𝙙𝙀𝙀𝙩𝙖»
" kani jedhuu ta'a (𝑊𝑜ℎ 19:19)

🍑Haaluma wali-fakkaata maatewos ,Maarqoos ,Luqaas
Iyyaasuus isa Naazireet kani jedhuu osoo hin ibsine biraa darbanii jiruu.Sababni inni guddaan Iyyaasuus isaa Naazireetitti ta'u isaa beekamaadha kayyoon himmata yihudoota mormii guddaa kani ta’e Kiristoos mootii yihudoota irratti wani ta’ef

🌺Mormii mursaa👇
🥥Maarqoos 15:2
Philaaxosis, “Ati Mootii Yihudootaa tii?” jedhee isa gaafate. Innis, “Atumti iyyuu jette kaa” jedhee deebiseef.
🥥Yohaannis 19:3
gara isaatti dhihaataniis, “Yaa Mootii Yihudootaa, nagaan siif haa taÊŒu!” jedhu turan. Akkasumas isa kabalu turan.
🥥Maatewos 27:42
Warra kaan oolcheera; ofii isaa garuu oolchuu hin dandeenye! Inni Mootii IsraaÊŒeli; mee amma muka irratti fannifame irraa haa buÊŒu; nutis isatti ni amanna.
🥥Yohaannis 19:21
 Dura buutonni lubootaa Yihudootaa garuu Philaaxosiin, “‘Ani Mootii Yihudootaa ti’ akka inni jedhe barreessi malee, ‘Mootii Yihudootaa’ jettee hin barreessin” jedhan.
⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌
🍳𝙬𝙖𝙡𝙙𝙖 𝙠𝙖𝙣𝙖 𝙝𝙀𝙧𝙙𝙀𝙛𝙪 𝙮𝙀𝙀,𝙗𝙖𝙧𝙗𝙖𝙙𝙚 👇𝙭𝙪𝙊𝙞👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🅰 kutaa-88-ffªª 🌟🌟👇
       ▪ gaaffii fi deebi
       ▪  Muslimoota
▬▬▬▬▬▬▬▬
➛Akkasii jedhuu.
❶➛yeroo dubartoonni suni iddoo awwaalaa deeman sana wanti ta’e maalidha.
⓵ Yohaannis 20:2
gara Simoon Pheexirosii fi barataa kan biraa isa Iyyaasuus jaallatu sanaatti fiigdee dhuftee, Gooftaa
#awwaalcha keessaa #fudhataniiru; eessa akka isa kaaÊŒanis hin beeknu” isaaniin jette.

⓶ Maarqoos 16:5
Yommuu gara
#awwaalichaatti seenanis #dargaggeessi uffata #adii uffate #tokko karaa mirgaa yommuu taaÊŒu arganii naÊŒan.

⓷ Luqaas 24:4
Utuma haalli kun bitaa isaanitti taÊŒee jiruus, kunoo
#namoonni #lama_uffata calaqqisu uffatanii isaan bira dhaabatan.
⓾
Maatewos 28:2
Kunoo
#Ergamaan/maleekaan waaqayo samii irraa waan gadi buÊŒeef kirkirri lafaa guddaan ni taÊŒe; #Ergamaan/maleekaan sunis dhufee dhagicha gangalchee irra taaÊŒe.
▬▬▬▬▬▬
deebii keenya « hundi isaa iyyuu sirriidha kani jedhuu ta'a »

✍ kana
#Yohaannis irraa jiruu dubartii tokko qofaan wanta ta’e ibse jira ,akkuma jalqabaa dhufteen booda keessa Kiristoos dhabdee. Isaa booda barattoota isaatti himite (Pheexiroos fi Yohaannisitti jechuudhaa).

➻ Haata’u malee ishiin illee ergamoota lama wajjiin dubbate jirti.
❶➻Yohaannis 20:12
achiis Ergamooni/maleekonni uffata
#adii uffatan #lama bakka reeffi Iyyaasus kaaÊŒame, tokko karaa #mataa isaa, tokko immoo karaa #miilla isaa taaÊŒanii argite.

✍ inni
#Maarqoos jedhee immoo wanta dubartoota sadiin ta’e ibseera. * dubartootaani sadan kunis yeroo lamaa gara awwaala dhufanii jiruu.
✍kani yeroo jalqabaa Isaanii dhufanii ergama tokko qofaa arganii jiru.
❷➻Maarqoos 16:5
Yommuu gara awwaalichaatti seenanis dargaggeessi uffata adii uffate
#tokko karaa mirgaa yommuu taaÊŒu arganii naÊŒan.

✍ innii
#Luqaasi ibsee kuni kani dubartoota sadiitti, kunis dubartoonni sadan #yeroo_lamaffaa iddoo awwaala akka dhufanii ibsee, yeroo kanati Ergamoota lama arganii jiruu.
❞➻Luqaas 24:4.
Utuma haalli kun bitaa isaanitti taÊŒee jiruus, kunoo
#namoonni_lama uffata calaqqisu uffatanii isaan bira dhaabatan.

✍ kani
#Maatewos ibsaa jiru immoo wanta dubartoota #lamaa qofaan ta’e ibse jira.
Dubartoonni lamaan kuni immoo ergama tokko qofaa arganii jiruu.
❹➻
Maatewos 28:2
Kunoo Ergaman/maleekaan waaqayyo samii irraa waan gad buÊŒeef kirkirri lafaa guddaan ni taÊŒe; maleekaan sunis dhufee dhagicha gangalchee irra taaÊŒe.
▬▬▬▬▬▬▬
➻ xumura irratti. Kani jalqabaa dhufuu qabuu.
1-
Maatewos -Ergama-1
#Dubartoota_2
2-Maarqoos-Ergama-1
#Dubartoota_3
3-Luqaas-Ergama-2
#Dubartoota_3
4-Yohaannis-Ergama-2
#Dubartii_1
▬▬▬▬▬▬
➻Jechi #Dargaggeessa/Namoonni= jedhuu kani ibsuu maqaan dargaggeessa fi maqaan namoonni jedhuu kani namni ittiin ibsamuu yookiin ittiin wamudha.
🌺 Haata’u malee iddoo kanatti dargaggeessa fi #namoonni kani jedhee #Ergamoota/Malakoota Waaqayyoti.
❺➻Luqaas 24:22-23
nu keessaa #dubartoonni tokko tokko nu ajaaÊŒibsiisan; ganama bariidhaan gara #awwaalichaa dhaqanii turan; haataÊŒu malee #reeffa isaa hin arganne; dhufaniis #Ergamoonni/maleekonni #dinqiidhaan isaanitti #mulÊŒatanii inni lubbuudhaan akka jiru akka itti himan dubbatan

❻➻Raajii_Daani'el 9:21
utuu ani amma illee kadhannaa irra jiruu, #GabriÊŒeel_namichi ani mulÊŒata koo duraa keessatti arge sun, yeroo aarsaa galgalaatti ariitiidhaan barrisaa gara koo dhufe
▬▬▬▬
link waldaa kana👇👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

🌺 kutaa-86-Dubbisaa👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/749
❻➻Yohaannis 8:39
Isaanis deebisanii, “Abbaan keenya #Abrahaami” jedhaniin. #Iyyaasuus akkana isaaniin jedhe: “ #Isin_ijoollee Abrahaam utuu taatanii, #hojii Abrahaam hojjettu turtan.

❌➻Maatewos 9:9
Sana booda #Iyyaasus bakka sanaa kaÊŒee utuu deemaa jiruu, namicha #Maatewos jedhamu tokko #bakka_qaraxni itti sassaabamu utuu taaÊŒuu argee, #Duuka_buutuu koo taÊŒi!” isaan jedhe. #Yeroo kanatti inni kaÊŒee isa #duukaa_buÊŒe.

❀Kanaafuu namni tokko michuu Waaqayyo ta'uf hojii Abrahaam hojachuu qaba.
❀warri qaraxa sassaaban yaaka dhisanii ijoollee Abrahaam ta’anii jiruu sababa kanaafi « isaani michuu Kiristoos taani».
🥥 akkuma #bara durii namni Waaqayyof michuu tauu.

🥥Haaluma wali fakkaata namoonni Kiristoosif michuu ta'u.
==========
➻Waaqayyof namni akkamitti ilma ta'a kani jedhuu itti fufa.

🧅𝚐𝚊𝚛𝚊 𝚝𝚎𝚕𝚎𝚐𝚛𝚊𝚖𝚊👇👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🌹kutaa-102-ffaa.👈
➻Gaaffii fi Deebii Muslimoota.
✍Yohaannis 1:25
isaan “Ati #Kiristoos yookiin #Eeliyaas yookiin #Raajicha miti taanaan, maaliif #cuuphxa ree?” jedhanii isa gaafatan.
1=➻ #Gaafi isaanii #Raajicha kani jedhamee kuni #Muhammadi jedhuu😂❓
➧sababa isaa immoo waee #Namoota_sadanii kuni kaaku #Moofaa keessatti gara fuulduraatti ni dhufu jedhamee wani bareffamefi. Isaanii keessa 👇
➊➧ #Kiristoos dhufee jira💯
➋➧ #Eeliyaas dhufee jira yookiin bakka Eeliyaas #Yohaannis #Cuuphan dhufe jira jedhu💯
Maatewoos 17:12-13
Ani isinitti nan hima, #Eeliyaas #dhufeera; isaan garuu wanta barbaadan isa irratti raawwatan malee isa hin beekne. Ilmi namaa-sa'aa akkasumaan harka isaaniitti dhiphachuuf jedha.” Yeroo kanatti #barattoonni isaa kan inni dubbachaa ture #waaeeguu_Yohaannis_Cuuphaa taÊŒuu isaa hubatan
➧kanafuu Eeliyaas ni dhufa kani jedhee Yohaannis cuuphaadhaa.
🙋‍♀ kanafu Eeliyaas dhufee jechuun Yohaannis cuphaan dhufe jechudha (Mat 11:14) dubbisi 👈
➌➻ #Raajicha kani jedhamee immoo #muhammadi jedhuu❌
▬▬▬▬
🌷Deebii keenya👇
➊➻Eeyyee dhuguma #Kiristoosiin dhufee jira❣
➋➻Eeyyee #Eeliyaas ni dhufa jedhame bakka isa #Yohaannis Cuuphaan dhufee jira❣
➌➻Eeyyee #Raajichi ni dhufa jedhame dhufee jira inni suni #muhammadi osoo hin tanne #Kiristoos ❣

🌷 #Mataa_Duree falmii keenya #Raajicha kani jedhama #Kiristoos Moo❓ Muhammadi kani jedhuu irratti❓

✍ #Qabxiwwan_Tokkoffaan
➻ #Namoonni kuni sadanuu iyyuu #sirna_cuuphaa raawachuu qabani « Fariisonni Yohaannis cuphaani akkasii jedhanii Ati erga Kiristoos yookaan Eeliyaas yookiin Raajicha hin tanne #maalif #cuuphada ree jedhanii (Yoh 1:25),dubbisi 👈
🌹Kanaafuu Namoonni sadan kuni #diraama cuuphaa cuphuu qabuu. warri dhufu kuni
➊➻Kiristoos cuuphaa cuuphee jira
A)📍#Maatewos 3:11
Ani yaada waan geddarattaniif bishaaniin isin nan cuupha; inni ana booda dhufu garuu ana caalaa jabaa dha; ani kophee isaa illee isa irraa baasuuf gaÊŒumsa hin qabu. Inni #hafuura qulqulluu fi #ibiddaan isin #cuupha
➻inni hafuura fi ibiddaan cuuphu immoo Kiristoos Kanaaf Kiristoos cuuphee jira
➋➻ bakka Eeliyaas bue kani dhufee immoo Yohaannis Cuuphaan cuuphee jira.
B)📍#Luqaas 3:7
#Yohaannis namoota hedduu harka isaatiin cuuphamuuf gara isaa dhufaniin akkana jedhe: “Isin ijoollee buutii nana, dheekkamsa isa dhufaa jiru jalaa akka baqattan eenyutu isin akeekkachiise?
➌➻Raaji #Muhammadi yoomi cuuphee ❌ yookaan matan isaa iyyuu hin cuuphamne ❌
😳 kanaafu dubbii suni isaaf hin dubbatamnee =ok👌
▬▬▬
✍#Qabxiiwwan_lammaffaan
❣Kanaafu " Raajicha " kani jedhame Kiristoos.
➻Fakkeenyaaf #Kiristoos ni dhufa jedhamee kaaku #Moofaa keessatti iddoo itti dubbatamee (Raaji Daani'el 9:25)

➋➻ Eeliyaas yookiin Yohaannis Cuuphaan ni dhufa jedhamee kaakuu Moofaa keessatti iddoo itti dubbatame
(Raajii Isayaas 40:3 fi Raaji milkiyaas 3:1, 4:5 )
=Maaliif immoo Yohaannis Cuuphaan bakka Eeliyaas dhufe isaa jedhuuf immoo «Afuuri Eeliyaas Yohaannis cuuphaa irraa wanii jiruuf.👇
C)📍#Luqaas 1:17
#inni garaa abbootii gara ijoolleetti, namoota hin ajajamnes gara ogummaa qajeelotaatti deebisuuf #hafuuraa fi humna #Eeliyaasiin fuula isaa dura ni deema; kunis namoota Waaqayyof qopheessuufi.

➌➻Kani #Raajicha ni dhufa jedhame dubbatame immoo kaaku Moofaa keessatti iddoo kanaa👇
D)📍#Sera_kesa_Debi 18:15
Waaqayyo Waaqni kee #obboloota kee keessaa #raajii_akka_kootii tokko siif kaasa. Atis isa dhagaÊŒuu qabda.
👆👉 dubbii kuni Kiristoosif jedhamee kitaaba irratti dubbatame jira.
1➻Tokkoffaa Kiristoos maatan isaa Musee waee kiyya dubbate jechuu isaa.
E).📍#Yohaannis 5:46
Utuu #Musee amantanii silaa anas ni amantu ture; inni #waaee_koo_barreesseetii
F)📍 #Luqaas 24:27
Innis #Musee fi #raajota hunda irraa jalqabee waan Katabbiiwwan #Qulqulluu hunda keessatti #waaÊŒee isaae #dubbatame isaaniif ibse.
2➻lamaaffan #Filiphoos museen kitaaba isaa keessatti wae Kiristoos dubbatee jedhee jira.
G)📍 #Yohaannis 1:45
#Fiiliphoos NaatnaaÊŒelin argee, “Isa #Museen_kitaaba Seeraa keessatti waaÊŒee isaa barreessee fi isa #raajonnis waaÊŒee isaa barreessan, ilma Yoosef, #Iyyaasus nama Naazreeti arganneerra” jedheen.