๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โœ #Samii irratti Waaqayyoof ulfinni haatau #lafa
irrattis namoota
inni jaallatuuf
nagaan haatau.โ€
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
=Tiksee #hoolota naannoo
Sana jirachuun isaa
immo Yookin Sababi
isaa dursanii
Wamaamnif, osoo
namoonni Beekumsa
hedduu qabanii osoo
Jiranu
โ—ˆ Hooloni fakkeenya
Nama
โ—ˆTikseen immoo
fakkeenya Waaqayyoti

Kiristoos garuu tiskee
#Gaari Waani taโ€™ef
Gara isaa deemnaani
Jiruu....
Bakka tiske gaariin
Jiru deemuun gammachuu
Gudda isaa caaluu hin jiruu
Kanaafi
#ergamaan Waaqayyo
Misirachoo gammachuu
Guddaan isinitti himma
Jedheni

โ—ˆYoh 10:1-11
Iyyaasuus akkana jedhe โ€œDhuguma dhuguman
isiniin jedha,
inni #karaa balbalaa
utuu hin tain,
karaa gara biraa
utaalee gola hoolotaatti
seenu, hattuu fi saamtuu dha.

โœInni karaa balbalaa
seenu garuu
#tiksee hoolotaa ti
#Inni balbala eegus
isaaf ni bana; hoolonnis
sagalee isaa ni dhagau

#Inni hoolota isaa
#maqaa maqaa
isaaniitiin waamee
gadi ni yaasa

โœ Hoolota isaa hunda
erga gad yaasee booda
isaan dura buee deema
isaanis #sagalee
isaa waan beekaniif
isa duukaa ni buu

โœ #Hoolonni sagalee keessummaa waan hin beekneef, isa irraa
ni baqatu malee
matumaa keessummaa
duukaa hin buan.โ€

โœIyyaasus fakkeenya
kana isaanitti dubbatus,
isaan garuu wanta inni
isaanitti dubbachaa
ture hin hubanne

โœKanaaf, Iyyaasuus ammas akkana jedhe
โ€œDhuguma dhuguman
isiniin jedha
ani #balbala hoolotaa ti.

โœWarri maqaa kootiin
dhufanii turan hundi
hattootaa fi saamtota
dha

โœhoolonni sun garuu
isaan hin dhageenye.
Ani balbalicha

#namni karaa koo
seenu hundi ni #fayya;
inni ol ni seena,
gadis ni baa, bakka dheedichaas ni argata

โœ #Hattuun, hatuuf,
qaluu fi balleessuuf
malee wanta kan
biraadhaaf hin dhufu

Ani isaan #jireenya
akka argatanii fi jireenya
irraa hafaa akka
qabaataniif dhufeera

โœAni tiksee #gaarii dha
tiksee gaariin immoo
hoolota isaatiif jedhee
#lubbuu isaa
dabarsee ni kenna.

===============
Ayyaanna Gaari isiniif
Haataโ€™u

โœ link kan xuqaa ๐Ÿ‘‡
#haadha_Waaqa_naJaladha
===||===||=======
๐Ÿ…ฐ kutaa-88-ffยชยช ๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐Ÿ‘‡
       โ–ช gaaffii fi deebi
       โ–ช  Muslimoota
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โž›Akkasii jedhuu.
โถโž›yeroo dubartoonni suni iddoo awwaalaa deeman sana wanti taโ€™e maalidha.
โ“ต Yohaannis 20:2
gara Simoon Pheexirosii fi barataa kan biraa isa Iyyaasuus jaallatu sanaatti fiigdee dhuftee, Gooftaa
#awwaalcha keessaa #fudhataniiru; eessa akka isa kaaสผanis hin beeknuโ€ isaaniin jette.

โ“ถ Maarqoos 16:5
Yommuu gara
#awwaalichaatti seenanis #dargaggeessi uffata #adii uffate #tokko karaa mirgaa yommuu taaสผu arganii naสผan.

โ“ท Luqaas 24:4
Utuma haalli kun bitaa isaanitti taสผee jiruus, kunoo
#namoonni #lama_uffata calaqqisu uffatanii isaan bira dhaabatan.
โ“ธ Maatewos 28:2
Kunoo
#Ergamaan/maleekaan waaqayo samii irraa waan gadi buสผeef kirkirri lafaa guddaan ni taสผe; #Ergamaan/maleekaan sunis dhufee dhagicha gangalchee irra taaสผe.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
deebii keenya ยซ hundi isaa iyyuu sirriidha kani jedhuu ta'a ยป

โœ kana
#Yohaannis irraa jiruu dubartii tokko qofaan wanta taโ€™e ibse jira ,akkuma jalqabaa dhufteen booda keessa Kiristoos dhabdee. Isaa booda barattoota isaatti himite (Pheexiroos fi Yohaannisitti jechuudhaa).

โžป Haataโ€™u malee ishiin illee ergamoota lama wajjiin dubbate jirti.
โถโžปYohaannis 20:12
achiis Ergamooni/maleekonni uffata
#adii uffatan #lama bakka reeffi Iyyaasus kaaสผame, tokko karaa #mataa isaa, tokko immoo karaa #miilla isaa taaสผanii argite.

โœ inni
#Maarqoos jedhee immoo wanta dubartoota sadiin taโ€™e ibseera. * dubartootaani sadan kunis yeroo lamaa gara awwaala dhufanii jiruu.
โœkani yeroo jalqabaa Isaanii dhufanii ergama tokko qofaa arganii jiru.
โทโžปMaarqoos 16:5
Yommuu gara awwaalichaatti seenanis dargaggeessi uffata adii uffate
#tokko karaa mirgaa yommuu taaสผu arganii naสผan.

โœ innii
#Luqaasi ibsee kuni kani dubartoota sadiitti, kunis dubartoonni sadan #yeroo_lamaffaa iddoo awwaala akka dhufanii ibsee, yeroo kanati Ergamoota lama arganii jiruu.
โธโžปLuqaas 24:4.
Utuma haalli kun bitaa isaanitti taสผee jiruus, kunoo
#namoonni_lama uffata calaqqisu uffatanii isaan bira dhaabatan.

โœ kani
#Maatewos ibsaa jiru immoo wanta dubartoota #lamaa qofaan taโ€™e ibse jira.
Dubartoonni lamaan kuni immoo ergama tokko qofaa arganii jiruu.
โนโžปMaatewos 28:2
Kunoo Ergaman/maleekaan waaqayyo samii irraa waan gad buสผeef kirkirri lafaa guddaan ni taสผe; maleekaan sunis dhufee dhagicha gangalchee irra taaสผe.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžป xumura irratti. Kani jalqabaa dhufuu qabuu.
1-Maatewos -Ergama-1
#Dubartoota_2
2-Maarqoos-Ergama-1
#Dubartoota_3
3-Luqaas-Ergama-2
#Dubartoota_3
4-Yohaannis-Ergama-2
#Dubartii_1
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžปJechi #Dargaggeessa/Namoonni= jedhuu kani ibsuu maqaan dargaggeessa fi maqaan namoonni jedhuu kani namni ittiin ibsamuu yookiin ittiin wamudha.
๐ŸŒบ Haataโ€™u malee iddoo kanatti dargaggeessa fi #namoonni kani jedhee #Ergamoota/Malakoota Waaqayyoti.
โบโžปLuqaas 24:22-23
nu keessaa #dubartoonni tokko tokko nu ajaaสผibsiisan; ganama bariidhaan gara #awwaalichaa dhaqanii turan; haataสผu malee #reeffa isaa hin arganne; dhufaniis #Ergamoonni/maleekonni #dinqiidhaan isaanitti #mulสผatanii inni lubbuudhaan akka jiru akka itti himan dubbatan

โปโžปRaajii_Daani'el 9:21
utuu ani amma illee kadhannaa irra jiruu, #Gabriสผeel_namichi ani mulสผata koo duraa keessatti arge sun, yeroo aarsaa galgalaatti ariitiidhaan barrisaa gara koo dhufe
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
link waldaa kana๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

๐ŸŒบ kutaa-86-Dubbisaa๐Ÿ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/749
๐Ÿ‡kutaa-3-ffaa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰๐‘”๐‘Ž๐‘Ž๐‘“๐‘– ๐‘“๐‘– ๐‘‘๐‘’๐‘’๐‘๐‘– ๐‘š๐‘ข๐‘ ๐‘–๐‘™๐‘–๐‘š๐‘œ๐‘œ๐‘ก๐‘Ž.
โœMaarqoos 1:2-3
Kitaaba #Isaayyaas raajichaa keessatti akkana jedhamee #barreeffameera โ #Kunoo, ani #ergamaa koo isa karaa kee qopheessu si dura nan ergaโž

โ #Sagalee nama #Gooftaaf #karaa qopheessaa daandii Qajeelaas isaaf hojjedhaaโ€™ jedhee #gammoojjii keessaa iyyu tokkoo โž
โžŠโžป๐™œ๐™–๐™–๐™›๐™ž ๐™ž๐™จ๐™–๐™–๐™ฃ๐™ž ๐™–๐™ ๐™ ๐™–๐™จ๐™ž ๐™ฉ๐™ช๐™ง๐™š๐Ÿ‘‡
#jechi kunoo akkasii jedhuu sana ( โ #Kunoo, ani #ergamaa koo isa karaa kee qopheessu si dura nan ergaโž jedhuu sana Raajii isaayaas yoomi bareesse, kani bareesse Raajii Milkiyaas malee jedhu.
๐™ ๐™–๐™ฃ๐™–๐™–๐™›๐™ช ๐™ ๐™–๐™ฃ๐™ž ๐™จ๐™ค๐™—๐™š ๐™š๐™ฃ๐™ฎ๐™ช๐™ช
1=๐™ข๐™–๐™–๐™ง๐™ฆ๐™ค๐™ค๐™จ๐™ž ๐™ข๐™ค๐™คโ“
2=๐™–๐™›๐™ช๐™ช๐™ง๐™– ๐™ฆ๐™ช๐™ก๐™ฆ๐™ช๐™ก๐™ก๐™ช๐™™๐™๐™– ๐™Ÿ๐™š๐™™๐™๐™ชโ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ•นDeebii keenya.
โžปMaarqoos fi Afuurri Qulqulluun irree hin sobne kani jedhuu ta'a.๐Ÿ“ค

๐Ÿชญ jalqabaa dura kani Raajii Milkiyaas taโ€™e ,Raajii isaayaas wajjiin kani turee Waaqayyo.
Haataโ€™u malee jalqabaa duraa kani bareffame Raajii Isayaas ,isaa booda immoo raajii milkiyaas. ๐™ ๐™–๐™ฃ๐™–๐™–๐™›๐™ช ๐™Ÿ๐™–๐™ก๐™ฆ๐™–๐™—๐™– ๐™š๐™ง๐™œ๐™–๐™ข๐™–๐™ฃ ๐™ฉ๐™ค๐™ ๐™ ๐™ค ๐™œ๐™ค๐™ค๐™›๐™ฉ๐™–๐™–๐™› ๐™ ๐™–๐™ง๐™–๐™– ๐™–๐™ ๐™ ๐™– ๐™ฆ๐™ค๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™จ๐™จ๐™ช ๐™™๐™ช๐™ง๐™จ๐™š ๐™ ๐™–๐™ฃ๐™ž ๐™™๐™ช๐™—๐™—๐™–๐™ฉ๐™š ๐™ž๐™จ๐™–๐™–๐™ฎ๐™–๐™จ๐™ž, yeroo kanatti sabnii suni Ergamaa kani taโ€™e Yohaannis Cuuphaa erga turan, yeroo kanatti Waaqayyo yeroo lamaffaa Raajii milkiyaas akka dubbatuu godhee .

Raajii isaayaas dhaloota Kiristoos duraa raajii kani dubbate bara 688-740=52 kana jechuun waggaa 52 ture jedhudha.


Raajii milkiyaas dhaloota Kiristoos duraa raajii kani dubbate bara 440-470=kana,jechuun waggaa 30 ture jechudha.

๐Ÿชญamma wali irraa fageenya Raajii isaayaas fi Raaji Milkiyaas ilaalaa.
740-440=300 kana jechuun wali irraa fageenyi isaani,waggaa 300 dha .
โžปKanaafuu sabni Israa'el bara Raajii isaayaas keessa Yohaannis Cuuphaan akka dhufuu raajii isaayaas irraa sirriitti hubbatani jiruu.

Garuu waggaa 300 irratti sabnii Israa'el gammachuun Yohaannis cuuphaa osoo erga jiran iyyuu Rajji kuni milkiyaas lamaaffaa dubbate ๐™ ๐™–๐™ฃ๐™–๐™–๐™›๐™ช๐™ช ๐™š๐™ง๐™œ๐™–,๐™–๐™ ๐™ ๐™–๐™จ๐™ž ๐™จ๐™–๐™—๐™ฃ๐™ž ๐™ž๐™จ๐™ง๐™–๐™–'๐™š๐™š๐™ก ๐™–๐™ ๐™ ๐™– #๐™œ๐™ค๐™ค๐™›๐™ฉ๐™–๐™–๐™ฃ ๐™™๐™๐™ช๐™›๐™ช ๐™ ๐™–๐™ฃ๐™ž ๐™™๐™๐™–๐™œ๐™–'๐™–๐™ฃ๐™ž ๐™œ๐™–๐™ข๐™ข๐™–๐™™๐™–๐™ฃ๐™ž ๐™ง๐™–๐™–๐™Ÿ๐™ž ๐™ ๐™–๐™ข๐™ž ๐™ž๐™ง๐™ง๐™–๐™–๐Ÿ™‹โ€โ™€โ“yaa Muslimoota โ“Raajii milkiyaas bari gammachuu saba Israa'el sana idduma sanatti bareesse jira๐Ÿ‘‡

โžŠโžปRaaji Milkiyaas 3:1
โ #Kunoo ani #ergamaa koo isa fuula koo duraan #karaa naaf qopheessu nan erga. Ergasii #Gooftaan isin eeggattan akkuma tasaa gara #mana qulqullummaa isaa ni dhufa; #ergamaan_kakuu kan isin #hawwitan sun ni dhufaโ€ jedha Waaqayyo Waan Hunda Dandaสผu โž

โž‹โžปRaajii Isaayaas 40:3-4
#Sagalee akkana jedhee #iyyu tokko:โ€œGammoojjii keessatti
#Waaqayyoof_karaa qopheessaa;gammoojjii keessatti Waaqa keenyaaf
#karaa guddicha qajeelchaa.
#Sululli hundi ni guutama;
tulluu fi gaarri hundinuus gad deebifama;lafti wal caalu, wal qixxeeffama;lafti buสผaa baสผiinis dirree taสผa.โ€

๐™ญ๐™ช๐™ข๐™ช๐™ง๐™– ๐™ž๐™ง๐™ง๐™–๐™–๐™ฉ๐™ž.
โžปraajii jalqabaa dubbatame raji isaayaas , raji isaayaas kana immoo rajjin milkiyaas irraa deebi'ee dubbate malee.
๐™ ๐™–๐™ฃ๐™–๐™›๐™ช๐™ช ๐™™๐™ค๐™œ๐™ค๐™œ๐™ค๐™ง๐™ž ๐™ข๐™–๐™–๐™ง๐™ฆ๐™ค๐™ค๐™จ๐™ž ๐™๐™ค๐™ค๐™ข๐™ฉ๐™ช ๐™๐™ž๐™ฃ ๐™Ÿ๐™ž๐™ง๐™ช kanaafi Maarqoos abba jalqabaa biraa madde Dubbiin kuni raajii isaayaas wani taโ€™ef ยซ rajin isayaas akka barreessite jedhee ยป
๐™ฉ๐™ค๐™ ๐™ ๐™ช๐™ข๐™ข๐™– ๐™ง๐™–๐™–๐™Ÿ๐™ž ๐™ž๐™จ๐™–๐™–๐™ฎ๐™–๐™จ ๐™›๐™ž ๐™ข๐™ž๐™ก๐™ ๐™ž๐™ฎ๐™–๐™–๐™จ๐™ž
โžปโœ Raaji isaayaas
1-= #๐šœ๐šŠ๐š๐šŠ๐š•๐šŽ ๐š’๐šข๐šข๐šž ๐š๐šŠ๐š–๐š–๐š˜๐š“๐š’ ๐š”๐šŽ๐šŽ๐šœ๐šœ๐šŠ ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šŽ ๐š’๐š—๐š—๐š’ ๐šœ๐šž๐š—๐š’ #๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ ๐šŒ๐šž๐šž๐š™๐š‘๐šŠ๐š๐š‘๐šŠ.
2-= #๐š ๐šŠ๐šš๐šŠ๐šข๐š˜๐š˜๐š ๐š”๐šŠ๐š›๐šŠ๐šŠ ๐šš๐š˜๐š™๐š‘๐šŽ๐šŽ๐šœ๐šœ๐šŠ ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šŽ ๐š’๐š—๐š—๐š’ ๐šœ๐šž๐š—๐š’ #๐š”๐š’๐š›๐š’๐šœ๐š๐š˜๐š˜๐šœ.๐š ๐šŠ๐šŠ๐šš๐šŠ๐šข๐šข๐š˜ ๐š”๐šŠ๐š—๐š’ ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šŠ๐š–๐šŽ
โžปโœRaaji Milkiyaas
1-=๐š”๐šž๐š—๐š˜ #๐šŽ๐š›๐š๐šŠ๐š–๐šŠ ๐š”๐š˜๐š˜ ๐š”๐šŠ๐š—๐š’ ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šŠ๐š–๐šŽ #๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ ๐šŒ๐šž๐šž๐š™๐š‘๐šŠ๐šŠ๐š๐š‘๐šŠ.
2-= #๐š๐š˜๐š˜๐š๐š๐šŠ๐šŠ๐š— ๐š’๐šœ๐š’๐š— ๐šŽ๐š๐š๐šŠ๐š๐šŠ๐š—๐š’ ๐š”๐šŠ๐š—๐š’ ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šŠ๐š–๐šŽ1 #๐š”๐š’๐š›๐š’๐šœ๐š๐š˜๐š˜๐šœ. ๐š”๐šŠ๐š—๐šŠ๐š๐šž๐šž ๐š๐š˜๐š˜๐š๐š๐šŠ๐š—๐š’ ๐š”๐š’๐š›๐š’๐šœ๐š๐š˜๐š˜๐šœ๐Ÿ’ฏ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Yohaannis 1:23
#Yohannisis dubbii Isaayyaas raajichi dubbate sanaan deebisee, โ€œAni sagalee gammoojjii keessaa #Gooftaaf karaa qajeelchaaโ€™ jedhee iyyu sanaa dhaโ€ jedheen

๐‘”๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘Ž ๐‘ก๐‘’๐‘™๐‘’๐‘”๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘š๐‘Ž ๐‘˜๐‘œ๐‘ก๐‘Ž๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha