🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.36K subscribers
42 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸ…° kutaa-88-ffΒͺΒͺ πŸŒΎπŸŒΎπŸ‘‡
       β–ͺ gaaffii fi deebi
       β–ͺ  Muslimoota
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
βž›Akkasii jedhuu.
βΆβž›yeroo dubartoonni suni iddoo awwaalaa deeman sana wanti ta’e maalidha.
β“΅ Yohaannis 20:2
gara Simoon Pheexirosii fi barataa kan biraa isa Iyyaasuus jaallatu sanaatti fiigdee dhuftee, Gooftaa
#awwaalcha keessaa #fudhataniiru; eessa akka isa kaaΚΌanis hin beeknu” isaaniin jette.

β“Ά Maarqoos 16:5
Yommuu gara
#awwaalichaatti seenanis #dargaggeessi uffata #adii uffate #tokko karaa mirgaa yommuu taaΚΌu arganii naΚΌan.

β“· Luqaas 24:4
Utuma haalli kun bitaa isaanitti taΚΌee jiruus, kunoo
#namoonni #lama_uffata calaqqisu uffatanii isaan bira dhaabatan.
β“Έ Maatewos 28:2
Kunoo
#Ergamaan/maleekaan waaqayo samii irraa waan gadi buΚΌeef kirkirri lafaa guddaan ni taΚΌe; #Ergamaan/maleekaan sunis dhufee dhagicha gangalchee irra taaΚΌe.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
deebii keenya Β« hundi isaa iyyuu sirriidha kani jedhuu ta'a Β»

✍ kana
#Yohaannis irraa jiruu dubartii tokko qofaan wanta ta’e ibse jira ,akkuma jalqabaa dhufteen booda keessa Kiristoos dhabdee. Isaa booda barattoota isaatti himite (Pheexiroos fi Yohaannisitti jechuudhaa).

➻ Haata’u malee ishiin illee ergamoota lama wajjiin dubbate jirti.
❢➻Yohaannis 20:12
achiis Ergamooni/maleekonni uffata
#adii uffatan #lama bakka reeffi Iyyaasus kaaΚΌame, tokko karaa #mataa isaa, tokko immoo karaa #miilla isaa taaΚΌanii argite.

✍ inni
#Maarqoos jedhee immoo wanta dubartoota sadiin ta’e ibseera. * dubartootaani sadan kunis yeroo lamaa gara awwaala dhufanii jiruu.
✍kani yeroo jalqabaa Isaanii dhufanii ergama tokko qofaa arganii jiru.
❷➻Maarqoos 16:5
Yommuu gara awwaalichaatti seenanis dargaggeessi uffata adii uffate
#tokko karaa mirgaa yommuu taaΚΌu arganii naΚΌan.

✍ innii
#Luqaasi ibsee kuni kani dubartoota sadiitti, kunis dubartoonni sadan #yeroo_lamaffaa iddoo awwaala akka dhufanii ibsee, yeroo kanati Ergamoota lama arganii jiruu.
❸➻Luqaas 24:4.
Utuma haalli kun bitaa isaanitti taΚΌee jiruus, kunoo
#namoonni_lama uffata calaqqisu uffatanii isaan bira dhaabatan.

✍ kani
#Maatewos ibsaa jiru immoo wanta dubartoota #lamaa qofaan ta’e ibse jira.
Dubartoonni lamaan kuni immoo ergama tokko qofaa arganii jiruu.
❹➻Maatewos 28:2
Kunoo Ergaman/maleekaan waaqayyo samii irraa waan gad buΚΌeef kirkirri lafaa guddaan ni taΚΌe; maleekaan sunis dhufee dhagicha gangalchee irra taaΚΌe.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➻ xumura irratti. Kani jalqabaa dhufuu qabuu.
1-Maatewos -Ergama-1
#Dubartoota_2
2-Maarqoos-Ergama-1
#Dubartoota_3
3-Luqaas-Ergama-2
#Dubartoota_3
4-Yohaannis-Ergama-2
#Dubartii_1
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➻Jechi #Dargaggeessa/Namoonni= jedhuu kani ibsuu maqaan dargaggeessa fi maqaan namoonni jedhuu kani namni ittiin ibsamuu yookiin ittiin wamudha.
🌺 Haata’u malee iddoo kanatti dargaggeessa fi #namoonni kani jedhee #Ergamoota/Malakoota Waaqayyoti.
❺➻Luqaas 24:22-23
nu keessaa #dubartoonni tokko tokko nu ajaaΚΌibsiisan; ganama bariidhaan gara #awwaalichaa dhaqanii turan; haataΚΌu malee #reeffa isaa hin arganne; dhufaniis #Ergamoonni/maleekonni #dinqiidhaan isaanitti #mulΚΌatanii inni lubbuudhaan akka jiru akka itti himan dubbatan

❻➻Raajii_Daani'el 9:21
utuu ani amma illee kadhannaa irra jiruu, #GabriΚΌeel_namichi ani mulΚΌata koo duraa keessatti arge sun, yeroo aarsaa galgalaatti ariitiidhaan barrisaa gara koo dhufe
β–¬β–¬β–¬β–¬
link waldaa kanaπŸ‘‡πŸ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

🌺 kutaa-86-DubbisaaπŸ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/749