๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒป kutaa-85-ffยชยช ๐ŸŒบ
   โ—‰โž›gaaffii fi deebi
   โ—‰โž›Musiliimota.
-------------------------
๐Ÿ…พGaaffii isaanii
1=โž› Iyyaasuus kiristoos erga Awwaalame
๐™™๐™ช๐™ง๐™– mooโ“๐™—๐™ค๐™ค๐™™๐™– ๐™ช๐™ง๐™œ๐™ค๐™ค๐™›๐™ฉ๐™ช๐™ช dibanii jedhuu โ“
   ๐Ÿ“Ragaa isaanii dhiheesaniin
โœYohaannis 19:39-40
#Niqodimoos inni kana dura halkaniin gara isaa dhufee ture sunis, makaa qumbii fi sabirii gara 100 ulfaatu fidee dhufe.  Kanaaf, isaan reeffa Iyyaasuus fudhatanii akka #aadaa_awwaalchaa Yihudootaatti #urgooftuu kanatti fayyadamanii uffata quncee talbaa irraa hojjetameen kafanan.
โœMaarqoos 16:1
#Sanbatni erga darbee boodas, #Maariyaam Magdalaa, Maariyaam haati Yaaqoobii fi Saloomeen dhaqanii #reeffaa isaa dibuufiif #urgooftuu bitan.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“ฎ๐™™๐™š๐™š๐™—๐™ž ๐™ ๐™š๐™š๐™ฃ๐™ฎ๐™–.
โž›๐™ก๐™–๐™ข๐™–๐™–๐™ฃ ๐™ž๐™จ๐™–๐™–๐™ฃ ๐™ž๐™ฎ๐™ฎ๐™ช๐™ช,๐™จ๐™ž๐™ง๐™ง๐™ž๐™™๐™๐™–,๐™ ๐™–๐™ฃ๐™ž ๐™Ÿ๐™š๐™™๐™๐™ช๐™ช ๐™ฉ๐™–'๐™–
๐Ÿ‘‰Wangeela Yohaannis irraa kani jiruu jalqabaa yeroo Kiristoos awwaala keessa godhuuf urgooftuu fi Uffatanii kafanani kani ibsuudha malee kani guyyaa Sanbataa wajjin wali hin qabatuu=ok.
โถโžบYohaannis 19:41-42
Akkuma carraa taสผee, iddoo inni itti
#fannifame sana bakki ashaakiltii tokko jira ture; bakka ashaakiltii sana keessas awwaalli haaraan namni itti #awwaalamee hin beekne tokko jira ture.  #Guyyaan_sun_guyyaa #Qophii_Yihudootaa waan turee fi awwaalichis achitti dhihoo waan tureef Iyyaasus achi keessa ka'anii (godhanii)
๐Ÿ‘‰ ๐š๐šž๐šข๐šข๐šŠ๐šŠ ๐šš๐š˜๐š™๐š‘๐š’ ๐š”๐šŠ๐š—๐š’ ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šŠ๐š–๐šŽ ๐š“๐š’๐š–๐šŠ๐š๐šŠ ๐š๐šž๐š›๐šŽ
๐Ÿ‘‰ ๐š“๐šŽ๐šŒ๐š‘๐š’ ๐š’๐š๐š๐š˜๐š˜ ๐š’๐š๐š๐š’ ๐š๐šŠ๐š—๐š’๐š๐šŠ๐š–๐šŽ ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šž , ๐šŠ๐šœ๐š‘๐šŠ๐š”๐š’๐š•๐š’๐š๐š๐š’ ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šž ๐š”๐šŠ๐š—๐šž๐š–๐šŠ ๐š ๐šŠ๐š“๐š“๐š’๐š— ๐š๐š˜๐š”๐š”๐š˜
โทโžบYohaannis 19:31
#Guyyaan sun Guyyaa #Qophii waan turee fi #reeffi isaanii guyyaa #Sanbataatti fanno irra akka hin oolleef, miilli isaanii cabsamee reeffi isaaniis akka buufamu Yihudoonni Philaaxosiin gaafatan.
๐Ÿ…พ ๐š–๐šŠ๐šŠ๐š›๐šš๐š˜๐š˜๐šœ ๐š”๐šŠ๐š—  ๐š๐šž๐šข๐šข๐šŠ๐šŠ ๐š“๐š’๐š–๐šŠ๐šŠ๐š๐šŠ ๐š’๐š›๐š›๐šŠ๐š๐š๐š’ ๐š–๐šŠ๐šŠ๐š•๐š’ ๐š๐šž๐š‹๐š‹๐šŠ๐š๐šŽโ“
๐Ÿ“ฎ ๐š–๐šŠ๐šŠ๐š›๐šš๐š˜๐š˜๐šœ ๐š ๐šŠ๐š—๐š๐šŠ ๐š•๐šŠ๐š–๐šŠ ๐š๐šž๐š‹๐š‹๐šŠ๐š๐šŽ.
โ’ถโž›๐š”๐šŠ๐š—๐š’ ๐š๐šž๐šข๐šข๐šŠ๐šŠ
#๐š“๐š’๐š–๐šŠ๐š๐šŠ
โ’ทโž›๐š”๐šŠ๐š—๐š’ ๐š๐šž๐šข๐šข๐šŠ
#๐šœ๐šŠ๐š—๐š‹๐šŠ๐š๐šŠ
โธโžบMaarqoos 15:46-47
Yoseefis uffata quncee talbaa irraa hojjetame bitee,
reeffa isaa erga fanno irraa buusee booda, uffata quncee talbaa irraa hojjetame sanaan kafanee #awwaala kattaa keessatti qophaaสผe tokko keessa kaaสผe; dhagaa tokkos gara afaan awwaalichaatti gangalche. 
#Maariyaam Magdalaa fi Maariyaam haati Yoseef garuu, #reeffa isaa eessa akka #kaaสผan ilaalu turan

โนโžบMaarqoos 16:1-2
#Sanbatni erga darbee boodas, #Maariyaam Magdalaa, Maariyaam haati Yaaqoobii fi Saloomeen dhaqanii reeffa isaa dibuuf #urgooftuu bitan.  Guyyaa jalqaba torban sanaattis #ganama_barii akkuma aduun baateen gara awwaalichaa dhufan. 
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โบโžบMaarqoos 16:3
Isaanis, โ€œEenyutu
#afaan_awwaalichaa irraa dhagicha nuuf gangalcha?โ€ waliin jechaa turan.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐™œ๐™–๐™ง๐™œ๐™–๐™ง๐™ช๐™ช๐™ข๐™ข๐™– ๐™ž๐™จ๐™–๐™–๐™ฃ๐™ž
โ’ธโž›๐š๐šž๐šข๐šข๐šŠ ๐š“๐š’๐š–๐šŠ๐š๐šŠ ๐šž๐š›๐š๐š˜๐š˜๐š๐š๐šž๐šž ๐š”๐šŠ๐š—๐š’ ๐š๐šŽ๐šŽ๐š‹๐š’๐šŽ๐šŽ
#๐š๐š‘๐š’๐š›๐šŠ๐šŠ ๐šš๐š˜๐š๐šŠ ๐š๐šŠ'๐šž ๐š’๐šœ๐šŠ๐šŠ.
ยซ ๐š ๐šŠ๐š›๐š›๐š’ ๐š๐š‘๐š’๐š›๐šŠ๐šŠ ๐š๐š’๐š‹๐šŠ๐š—๐š’ ๐š“๐š’๐š›๐šž๐šžยป
โ’นโž›๐š๐šž๐šข๐šข๐šŠ๐šœ ๐šœ๐šŠ๐š—๐š‹๐šŠ๐š๐šŠ ๐šž๐š›๐š๐š˜๐š˜๐š๐š๐šž ๐š”๐šŠ๐š—๐š’
#๐š๐šž๐š‹๐šŠ๐š›๐š๐š˜๐š˜๐š๐šŠ ๐šš๐š˜๐š๐šŠ ๐š๐šŠ'๐šž ๐š’๐šœ๐šŠ
ยซ ๐š ๐šŠ๐š›๐š›๐š’ ๐š๐šž๐š‹๐šŠ๐š›๐š๐š˜๐š˜๐š๐šŠ ๐š๐šŠ๐šŠ๐š›๐šž๐šž ๐š๐š˜๐š—๐š”๐šž๐š–๐šŠ ๐š‘๐š’๐š— ๐š๐šŽ๐šŽ๐š‹๐š’๐š—๐šŽ ๐šœ๐šŠ๐š‹๐šŠ๐š‹๐š’๐š— ๐š’๐šœ๐šŠ๐šŠ ๐šข๐šŽ๐š›๐š˜ ๐š’๐šœ๐šŠ๐šŠ๐š— ๐š’๐š๐š๐š˜๐š˜ ๐šŠ๐š ๐š ๐šŠ๐šŠ๐š•๐šŠ ๐š๐š‘๐šŠ๐šš๐šŠ๐š— ๐š”๐š’๐š›๐š’๐šœ๐š๐š˜๐š˜๐šœ ๐šŠ๐šŒ๐š‘๐š’๐š๐š๐š’ ๐š‘๐š’๐š— ๐šŠ๐š›๐š๐šŠ๐š—๐šŽ๐šŽ ๐š ๐šŠ๐š—๐š’ ๐š๐šŠ๐šŽ๐š
๐™ฉ๐™ค๐™ ๐™ ๐™ช๐™ข๐™ข๐™– ๐™ž๐™จ๐™–๐™–๐™ฃ๐™ž
โ’บโž›๐š๐š‘๐š’๐š›๐šŠ๐šŠ ๐š๐š’ ๐š๐šž๐š‹๐šŠ๐š›๐š๐š˜๐š˜๐š—๐š—๐š’ ๐š›๐šŽ๐šŽ๐š๐šŠ ๐š”๐š’๐š›๐š’๐šœ๐š๐š˜๐š˜๐šœ ๐šž๐š›๐š๐š˜๐š˜๐š๐š๐šž๐šž ๐š๐šŽ๐šŽ๐š‹๐š’๐šž๐šž๐š๐š’ ๐š๐šŽ๐šŽ๐š–๐šž๐šž ๐š’๐šœ๐šŠ๐šŠ๐š—๐š’ ๐š๐š˜๐š”๐š”๐š˜ ๐š’๐šœ๐šŠ๐šŠ๐š— ๐š๐š˜๐š๐š‘๐šŠ
โปโžบMaarqoos 16:5-6
Yommuu gara
#awwaalichaatti #seenanis dargaggeessi uffata adii uffate tokko karaa mirgaa yommuu taaสผu arganii naสผan.  Innis akkana isaaniin jedhe: โ€œHin naสผinaa; isin #Iyyaasus Naazreeti isa fanno irratti fannifamee ture sana barbaadaa jirtu. Inni duสผaa kaสผeera. Amma as hin jiru. Kunoo, #bakka_reeffi isaa kaaสผamee ture iyyuu ilaalaa.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‡๐šก๐šž๐šš๐šŠ ๐š‘๐š˜๐š›๐š๐š˜๐š๐šŠ๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐Ÿ…ฑ kutaa-87-ffยชยช ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
       ๐Ÿซต gaaffii fi Deebi
        ๐ŸคMusiliimota
----------------------
โœgaaffii isaanii akkasii ture
โถโž› dhagaa guddaan tokko bolla awwaala irraa turee.
Yeroo Dubartoonni achii gahan sana eessaa dhaqee โ“jedhuu
โœ Ragaa isaanii immoo๐Ÿ‘‡
โถ.Yohaannis 20:1
Maariyaam Magdalaan guyyaa jalqaba torban sanaatti ganama barii utuu lafti hin ifin, gara awwaalichaa dhuftee
#dhagichi_awwaalicha_irraa #kaafamuu_isaa_argite.
โท.Maarqoos 16:4
Yommuu oli jedhanii ilaalan garuu,
#dhagichi akka malee guddaa taสผus, #afaan_awwaalichaa_irraa
#gangalfamee_ture.
โธ.Luqaas 24:2
Haataสผu malee,
#dhagichi_awwaala_sana_irraa #garagalfamee_argan
โน.Maatewos 28:2
Kunoo Ergamaan waaqayyo samii irraa waan gadii buสผeef kirkirri lafaa guddaan ni taสผe; Ergamaan sunis dhufee
#dhagicha_gangalchee_irra taaสผe.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“Deebi keenya๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰hundi isaanii iyyuu sirriidha.
Dhagaan suni boolla awwaala irraa kaafamu isaatti.

โ“ตโž›๐Ÿ’ akka
#Yohaannis ibsaa jirtutti #Dubartii_tokko irratti hundae dubbate wanta taโ€™e sana, Innis dhagichi awwaalicha irraa kaafamuu isaa argitee(Yohaannis 20:1)

โ“ถโž›๐Ÿ’akka
#Maarqoos ibsa jirutti immoo #dubartoota_sadii ,irratti hundae, jedhe Innis dhagichi afaanii awaalichaa irraa kafamu isaatti.(Maarqoos 16:4)
โžฉJechi afaanii awwaalicha irraa gangalfame turee jedhuu wanta darbee ibsa jira
๐Ÿ“Maarqoos 16:1๐Ÿ‘‡
Sanbatni erga darbee boodas,
#Maariyaam_Magdalaa, #Maariyaam_haati_Yaaqoobii fi #Saloomeen dhaqanii reeffa isaa dibuuf urgooftuu bitan.

โ“ทโž›๐Ÿ’akka
#Luqaas ibsa jirutti immoo #dubartoota_sadii kani argan dubbatee kunis Maarqoos wajjiin yaada tokko qaba (Luqaas 24:2)
โžฉJechi awaalichaa irraa gangalfame
#ture jedhuu wanta darbee ibsa.
๐Ÿƒdubartoonni suni sadii ta'u ibsaa , Sababiin isaa baayinna ibsa, akkasumas immoo urgooftuu jedha, wanta kana wajjiin wali fakkatu immoo Maarqoos wani ibseef
๐Ÿ“Luqaas 23:55-56๐Ÿ‘‡
#Dubartoonni warri #Galiilaadhaa jalqabee isaa wajjin dhufanis duukaa buสผanii reeffi isaa #awwaalicha_keessa #akkamitti akka kaaสผame #ilaalan;  achiis #urgooftuu fi dibata urgaaสผu qopheessuuf deebiสผanii deeman. Haa taสผu malee, akka seerichi ajajutti guyyaa Sanbataa ni boqotan
โžฉDubartoonni Galiilaadhaa dhufan immoo Maarqoos sirriitti ibseera ,Luqaas illee ibsee jira.

๐Ÿ“Maarqoos 15:47๐Ÿ‘‡
#Maariyaam_Magdalaa fi #Maariyaam_haati_Yoseef garuu, #reeffa isaa #eessa akka kaaสผan #ilaalu_turan.
๐Ÿ“Luqaas 8:2๐Ÿ‘‡
#dubartoonni_hafuurota hamoo fi dhukkuba adda addaa irraa fayyan tokko tokkos isaa wajjin turan. Isaanis, #Maariyaam Magdalaa ishii jinniiwwan torba keessaa baสผan,
๐Ÿ“Luqaas 24:1๐Ÿ‘‡
Guyyaa jalqaba torban sanaatti garuu
#dubartoonni sun #urgooftuu qopheessan sana fidanii ganama bariidhaan gara awwaalichaa dhufan.


โ“ธโž›๐Ÿ’akka
#Maatewoos ibsa jirtutti immoo #dubartoota #lamaa qofa jecha jira kana immoo dubartoonni suni osoo ergamaan dhagicha gangalcha jiruu argan jedha.
Kuni immoo wanta amma ta'a jiruu ibsaa. Kanaafuu dubartoonni laman kuni ijaan arganii jiru.
๐Ÿ“Maatewoos 28:1๐Ÿ‘‡
Sanbatni erga darbee booda guyyaa jalqaba torban sanaatti,
#Maariyaam_Magdalaa fi #Maariyaam ishiin kaan awwaalicha ilaaluu dhufan.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Xumura irratti.
โถ.Kani
#Maatewoosi ibsee #jalqabaa.wanta taโ€™e ibsa
โท.Kani
#Maarqoos fi #Luqaas #lamaffaa irratti wanta taโ€™e ibsa
โธ.Kani
#Yohaannis #sadaffaa irratti wanta taโ€™e ibsa.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Link kan xuqi๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐Ÿ…ฐ kutaa-88-ffยชยช ๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐Ÿ‘‡
       โ–ช gaaffii fi deebi
       โ–ช  Muslimoota
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โž›Akkasii jedhuu.
โถโž›yeroo dubartoonni suni iddoo awwaalaa deeman sana wanti taโ€™e maalidha.
โ“ต Yohaannis 20:2
gara Simoon Pheexirosii fi barataa kan biraa isa Iyyaasuus jaallatu sanaatti fiigdee dhuftee, Gooftaa
#awwaalcha keessaa #fudhataniiru; eessa akka isa kaaสผanis hin beeknuโ€ isaaniin jette.

โ“ถ Maarqoos 16:5
Yommuu gara
#awwaalichaatti seenanis #dargaggeessi uffata #adii uffate #tokko karaa mirgaa yommuu taaสผu arganii naสผan.

โ“ท Luqaas 24:4
Utuma haalli kun bitaa isaanitti taสผee jiruus, kunoo
#namoonni #lama_uffata calaqqisu uffatanii isaan bira dhaabatan.
โ“ธ Maatewos 28:2
Kunoo
#Ergamaan/maleekaan waaqayo samii irraa waan gadi buสผeef kirkirri lafaa guddaan ni taสผe; #Ergamaan/maleekaan sunis dhufee dhagicha gangalchee irra taaสผe.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
deebii keenya ยซ hundi isaa iyyuu sirriidha kani jedhuu ta'a ยป

โœ kana
#Yohaannis irraa jiruu dubartii tokko qofaan wanta taโ€™e ibse jira ,akkuma jalqabaa dhufteen booda keessa Kiristoos dhabdee. Isaa booda barattoota isaatti himite (Pheexiroos fi Yohaannisitti jechuudhaa).

โžป Haataโ€™u malee ishiin illee ergamoota lama wajjiin dubbate jirti.
โถโžปYohaannis 20:12
achiis Ergamooni/maleekonni uffata
#adii uffatan #lama bakka reeffi Iyyaasus kaaสผame, tokko karaa #mataa isaa, tokko immoo karaa #miilla isaa taaสผanii argite.

โœ inni
#Maarqoos jedhee immoo wanta dubartoota sadiin taโ€™e ibseera. * dubartootaani sadan kunis yeroo lamaa gara awwaala dhufanii jiruu.
โœkani yeroo jalqabaa Isaanii dhufanii ergama tokko qofaa arganii jiru.
โทโžปMaarqoos 16:5
Yommuu gara awwaalichaatti seenanis dargaggeessi uffata adii uffate
#tokko karaa mirgaa yommuu taaสผu arganii naสผan.

โœ innii
#Luqaasi ibsee kuni kani dubartoota sadiitti, kunis dubartoonni sadan #yeroo_lamaffaa iddoo awwaala akka dhufanii ibsee, yeroo kanati Ergamoota lama arganii jiruu.
โธโžปLuqaas 24:4.
Utuma haalli kun bitaa isaanitti taสผee jiruus, kunoo
#namoonni_lama uffata calaqqisu uffatanii isaan bira dhaabatan.

โœ kani
#Maatewos ibsaa jiru immoo wanta dubartoota #lamaa qofaan taโ€™e ibse jira.
Dubartoonni lamaan kuni immoo ergama tokko qofaa arganii jiruu.
โนโžปMaatewos 28:2
Kunoo Ergaman/maleekaan waaqayyo samii irraa waan gad buสผeef kirkirri lafaa guddaan ni taสผe; maleekaan sunis dhufee dhagicha gangalchee irra taaสผe.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžป xumura irratti. Kani jalqabaa dhufuu qabuu.
1-Maatewos -Ergama-1
#Dubartoota_2
2-Maarqoos-Ergama-1
#Dubartoota_3
3-Luqaas-Ergama-2
#Dubartoota_3
4-Yohaannis-Ergama-2
#Dubartii_1
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžปJechi #Dargaggeessa/Namoonni= jedhuu kani ibsuu maqaan dargaggeessa fi maqaan namoonni jedhuu kani namni ittiin ibsamuu yookiin ittiin wamudha.
๐ŸŒบ Haataโ€™u malee iddoo kanatti dargaggeessa fi #namoonni kani jedhee #Ergamoota/Malakoota Waaqayyoti.
โบโžปLuqaas 24:22-23
nu keessaa #dubartoonni tokko tokko nu ajaaสผibsiisan; ganama bariidhaan gara #awwaalichaa dhaqanii turan; haataสผu malee #reeffa isaa hin arganne; dhufaniis #Ergamoonni/maleekonni #dinqiidhaan isaanitti #mulสผatanii inni lubbuudhaan akka jiru akka itti himan dubbatan

โปโžปRaajii_Daani'el 9:21
utuu ani amma illee kadhannaa irra jiruu, #Gabriสผeel_namichi ani mulสผata koo duraa keessatti arge sun, yeroo aarsaa galgalaatti ariitiidhaan barrisaa gara koo dhufe
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
link waldaa kana๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

๐ŸŒบ kutaa-86-Dubbisaa๐Ÿ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/749