🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.36K subscribers
43 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸ…± kutaa-87-ffΒͺΒͺ πŸ‘‡πŸ‘‡
       🫡 gaaffii fi Deebi
        🐀Musiliimota
----------------------
✍gaaffii isaanii akkasii ture
βΆβž› dhagaa guddaan tokko bolla awwaala irraa turee.
Yeroo
Dubartoonni achii gahan sana eessaa dhaqee ❓jedhuu
✍ Ragaa isaanii immooπŸ‘‡
❢.Yohaannis 20:1
Maariyaam Magdalaan guyyaa jalqaba torban sanaatti ganama barii utuu lafti hin ifin, gara awwaalichaa dhuftee
#dhagichi_awwaalicha_irraa #kaafamuu_isaa_argite.
❷.Maarqoos 16:4
Yommuu oli jedhanii ilaalan garuu,
#dhagichi akka malee guddaa taΚΌus, #afaan_awwaalichaa_irraa
#gangalfamee_ture.
❸.Luqaas 24:2
HaataΚΌu malee,
#dhagichi_awwaala_sana_irraa #garagalfamee_argan
❹.Maatewos 28:2
Kunoo Ergamaan waaqayyo samii irraa waan gadii buΚΌeef kirkirri lafaa guddaan ni taΚΌe; Ergamaan sunis dhufee
#dhagicha_gangalchee_irra taaΚΌe.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ“Deebi keenyaπŸ‘‡
πŸ‘‰hundi isaanii iyyuu sirriidha.
Dhagaan suni boolla awwaala irraa kaafamu isaatti.

β“΅βž›πŸ’ akka
#Yohaannis ibsaa jirtutti #Dubartii_tokko irratti hundae dubbate wanta ta’e sana, Innis dhagichi awwaalicha irraa kaafamuu isaa argitee(Yohaannis 20:1)

β“Άβž›πŸ’akka
#Maarqoos ibsa jirutti immoo #dubartoota_sadii ,irratti hundae, jedhe Innis dhagichi afaanii awaalichaa irraa kafamu isaatti.(Maarqoos 16:4)
➩Jechi afaanii awwaalicha irraa gangalfame turee jedhuu wanta darbee ibsa jira
πŸ“Maarqoos 16:1πŸ‘‡
Sanbatni erga darbee boodas,
#Maariyaam_Magdalaa, #Maariyaam_haati_Yaaqoobii fi #Saloomeen dhaqanii reeffa isaa dibuuf urgooftuu bitan.

β“·βž›πŸ’akka
#Luqaas ibsa jirutti immoo #dubartoota_sadii kani argan dubbatee kunis Maarqoos wajjiin yaada tokko qaba (Luqaas 24:2)
➩Jechi awaalichaa irraa gangalfame
#ture jedhuu wanta darbee ibsa.
πŸƒ
dubartoonni suni sadii ta'u ibsaa , Sababiin isaa baayinna ibsa, akkasumas immoo urgooftuu jedha, wanta kana wajjiin wali fakkatu immoo Maarqoos wani ibseef
πŸ“Luqaas 23:55-56πŸ‘‡
#Dubartoonni warri #Galiilaadhaa jalqabee isaa wajjin dhufanis duukaa buΚΌanii reeffi isaa #awwaalicha_keessa #akkamitti akka kaaΚΌame #ilaalan;  achiis #urgooftuu fi dibata urgaaΚΌu qopheessuuf deebiΚΌanii deeman. Haa taΚΌu malee, akka seerichi ajajutti guyyaa Sanbataa ni boqotan
➩
Dubartoonni Galiilaadhaa dhufan immoo Maarqoos sirriitti ibseera ,Luqaas illee ibsee jira.

πŸ“Maarqoos 15:47πŸ‘‡
#Maariyaam_Magdalaa fi #Maariyaam_haati_Yoseef garuu, #reeffa isaa #eessa akka kaaΚΌan #ilaalu_turan.
πŸ“Luqaas 8:2πŸ‘‡
#dubartoonni_hafuurota hamoo fi dhukkuba adda addaa irraa fayyan tokko tokkos isaa wajjin turan. Isaanis, #Maariyaam Magdalaa ishii jinniiwwan torba keessaa baΚΌan,
πŸ“Luqaas 24:1πŸ‘‡
Guyyaa jalqaba torban sanaatti garuu
#dubartoonni sun #urgooftuu qopheessan sana fidanii ganama bariidhaan gara awwaalichaa dhufan.


β“Έβž›πŸ’akka
#Maatewoos ibsa jirtutti immoo #dubartoota #lamaa qofa jecha jira kana immoo dubartoonni suni osoo ergamaan dhagicha gangalcha jiruu argan jedha.
Kuni immoo wanta amma ta'a jiruu ibsaa. Kanaafuu
dubartoonni laman kuni ijaan arganii jiru.
πŸ“Maatewoos 28:1πŸ‘‡
Sanbatni erga darbee booda guyyaa jalqaba torban sanaatti,
#Maariyaam_Magdalaa fi #Maariyaam ishiin kaan awwaalicha ilaaluu dhufan.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
Xumura irratti.
❢.Kani
#Maatewoosi ibsee #jalqabaa.wanta ta’e ibsa
❷.Kani
#Maarqoos fi #Luqaas #lamaffaa irratti wanta ta’e ibsa
❸.Kani
#Yohaannis #sadaffaa irratti wanta ta’e ibsa.
β–¬β–¬β–¬β–¬
Link kan xuqiπŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha