🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌺Namoonni Kiristoos qaban
Β« kuni eessaa dhufanii Lataa.❓
Maatewos ,Maarqoos ,Luqaas fi Yohaannis ❝ namoonni heduun suni garee kami keessa akka dhufanii ibsaanii jiruu.
✍Afaan Ingiliffaatiin
#from_the kani jedhamee kanafi yookiin afaani Giriikiitiin #αΌ€Ο€o_Ο„αΏΆΞ½ ,Afaan Oromiffaa #bira_dhufanii jedhamee barreefame.
πŸ…° Maqaan gareewwan
sana immooπŸ‘‡
β“΅πŸ‘‰Garee loltoota (
#σπΡῖραν
   =Yohaannis 18:3
β“ΆπŸ‘‰Garee Eegdotaa Mana  Qulqulluummaa (
#ὑπηρέτας)
  =Yohaannis 18:3
β“·πŸ‘‰Garee Dura Buutota Luboota (
#ἀρχιΡρέων)
  =Yohaannis 18:3)
β“ΈπŸ‘‰Garee Fariisotaa  (
#Φαρισαίων)
  =Yohaannis 18:3)
β“ΉπŸ‘‰Garee Maanguddoota Sabaa  
#πρΡσβυτέρων  τοῦ λαοῦ(
  = Maatewos  26:47
=Maarqoos 14:43)
β“ΊπŸ‘‰Garee Barsiisota Seera  
#γραμματέων)
=Maarqoos 14:43)

πŸ…± kanafis
#Maatewos #Namoota.baay'ee jedhee lakkoofsa hedduu jedhe β€œ yookiin afaanii Ingiliffaatiin Β«great multitudeΒ» jedhe, Afaan Giriikiitiin immoo #πολὺς  jedhee.
πŸ…° Namoonni baay'ee Suni gareen sana qofa irraa namoota ergamaan qofa osoo hin tanne ,warri
#ergaani iyyuu #mataan isaani keessa jiruu.
✍Luqaas 22:52
Yeroo kanatti Iyyaasus kiristoos dura buutota lubootaa fi dura buutota mana qulqullummaa, akkasumas maanguddoota isa
#qabuu_dhufaniin_akkana #jedhe: β€œAkka nama saamtuu qabuutti goraadee fi ulee qabattanii dhuftanii?
πŸ…Ύ Kiristoos immoo namoota baay’ee sanaan illee jedhe jira.
✍Maatewos 26:55
SaΚΌaatii sanatti Iyyaasus kiristoos
#Namoota sanaan akkana jedhe: β€œAkka nama saamtuu qabuutti goraadee fi ulee qabattanii ana qabuu dhuftanii? Guyyuma guyyaadhaan mana qulqullummaa keessa taaΚΌee barsiisaan ture; isin garuu na hin qabne.
🌻 kana jechuun Kiristoos
#qaama_lamaanitti iyyuu dubbatee jira // warra Ergamee fi warra Ergee // Β«  ,kanafis #Luqaas qaamaa tokko baresse, #Maatewos immoo kani qaama bira bareesee.

βš› Gareewwan ja'an(6) kuni immoo maali
#harka isaaniitti qabatanii dhufanii laata❓❓
afaanii Oromiffaa fi Afaan Giriikiitiin.ilaali.
βžŠβž›Goraadee
#μαχαιρῢν
      ~Maatewos 26:47
β·βž› Ulee
#ὄχλος
       ~Maatewos 26:47
βΈβž›meshaa waraana
#ὅπλων)
Yohaannis 18:3
βΉβž›Ibsa
#λαμπάδων (kuni ibsa Zayitaan ifa kennuudhaa
      ~Yohaannis 18:3
βΊβž›guca
#φανῢν (ibsa Fanosi isaa jedhamu
      ~Yohaannis 18:3
β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰
Link waldaa kanaa argachuuf kana xuqaaπŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha