🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌻Namicha Maatewos jedhamu bakka qaraxni itti sassaabamu utuu taauu arge; achiis,
Duuka buutuu koo tai jedheen Innis battaluma sanatti
kaee isa duukaa bue
+Mat 9:9
✍ αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ α‹¨αˆšα‰£αˆ αŠ αŠ•α‹΅ αˆ°α‹
αŠ α‹¨αŠ“ α‰°αŠ¨α‰°αˆˆαŠα‘ αŠ αˆˆα‹
α‰°αŠαˆ₯α‰Άαˆ α‰°αŠ¨α‰°αˆˆα‹
+αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 9:9
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
❖Onkoloolessa=12

#Bagaa-Geessan
➒Ayyaanna jia Qulqulluu
#Mikaa'el
➒Ayyaanna waggaa
boqonnaa Qulqulluu
duuka bu'aa
#Maatewoos🀲
=====||======
➒Maatewoos jechuun
Filatama jechuudhaa
➒
Duuka bu'oota 12 keessa
Isaa tokko Ture
➒wangeela isaa kan barressaa
Gooftaan keenya olii bahee
Naanoo waggaa 53 ttii
➒wangeela inni bareesse
Boqonna 28 qaba
➒Iddoo inni Itti barsiisee
Filisxeemi fi Nanawwa biraatti
Barsise jira
➒Onkoloolessa 12 guyyaa
Boqonna isaatii
➒maqaan matewoos inni
Bira
#Leewii jedhama...
✍ Kiristoos yeroo matewoos
Filatuu sanaa namoonni
Sababa matewoosif Kiristoos
Irraati akka Arbasan ifa
➒hojii matewoos qaraxa
sasaabuudha
➒Abbaan Maatewoos
#Alfewoos jedhama
🌼🌼🌼🌼🌼🌼 🌼 🌼
🌻Seena Maatewoos🌻
🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼 🌼

=1β—‰ Maatewoos 9:9-13πŸ‘‡

🌻Gooftaan keenya
Kiristoos Osoo karaa irraa deemaa jiruu, namicha
#Maatewos jedhamu bakka #qaraxni itti sassaabamu
utuu taauu arge; achiis

✍
Duuka buutuu koo
tai!” jedheen. Innis battaluma sanatti kaee isa duukaa bue

✍Boodas,
#mana Maatewositti utuu maaddiitti dhihaatee jiruu, #namoonni qaraxa sassaabanii fi namoonni #cubbamoota
taan hedduun dhufanii isaa
fi barattoota isaa wajjin nyaachuu jalqaban

✍
#Fariisonni garuu yommuu kana argan, barattoota isaatiin
β€œBarsiisaan keessan maaliif warra qaraxa sassaabanii fi cubbamootaa wajjin nyaata?” jedhan

✍ Gooftan keenya Kiristoos wanta isaan jedhan dhagaee akkana jedheen: β€œNamoota
#dhukkubsataniif
malee, namoota
#fayyaadhaaf #ogeessi fayyaa hin barbaachisu

✍Kanaaf dhaqaa, β€˜Ani aarsaa utuu hin tain gara
#laafina nan barbaada’ jechuun maal jechuu akka tae hubadhaa

✍Sababiin isaas ani
namoota
#Qulqulluu utuu hin tain, #cubbamoota
waamuufan dhufe
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
=2.β—‰ Maarqoos 2:13-17πŸ‘‡

πŸ‘‰Gooftan keenya Kiristoos ammas gara
#qarqara
#galaanaa deeme
namoonni sun hundis gara
isaa dhufuu jalqaban; innis isaan barsiisuu jalqabe

✍Utuu darbaa jiruus
#Leewwii ilmi #Alfewoos bakka qaraxni itti sassaabamu utuu taauu
isa argee,

#Duuka buutuu koo tai” jedheen. Innis #battaluma sanatti kaee isa duukaa bue

➒Sana booda utuu inni
#mana Leewwiitti maaddiitti dhihaatee jiruu, #namoonni qaraxa sassaabanii fi cubbamoonni hedduun isaa
fi barattoota isaa wajjin maaddiitti dhihaatan

✍sababiin isaas, isaan
keessaa hedduun isaanii
duuka buutota isaa
taanii turan

✍ Haatau malee,
#barsiisonni seeraa Fariisota yeroo inni #cubbamootaa fi warra #qaraxa sassaabanii wajjin nyaatu
arganii barattoota isaatiin
β€œInni akkamitti warra qaraxa sassaabanii fi cubbamootaa wajjin nyaata?” jechuu
jalqaban

➒Gooftan kana yommuu
dhagau akkana isaaniin jedhe
#Namoota dhukkubsataniif malee, namoota fayyaadhaaf ogeessi fayyaa
hin barbaachisu. Ani namoota
Qulqulloota utuu hin tain cubbamoota waamuufan dhufe

=3.β—‰Luqaas 5:27-32πŸ‘‡
πŸ‘‰ Kana booda achii baee
utuu deemuu
#namichi
#Leewwii jedhamuu
fi qaraxa sassaabu tokko bakka qaraxni itti sassaabamu
utuu taauu argee, β€œ
Duuka buutuu koo tai” jedheen

πŸ‘‰innis wanta hunda
dhiisee kaee isa duukaa
buuu jalqabe

✍ Achiis Leewwiin mana isaatti
#afeerraa nyaataa #guddaa Gooftaa keenya
Kiristoos qopheesse

namoonni qaraxa
sassaabanii fi namoonni
kan biraan hedduunis isaanii wajjin nyaachaa turan

Yeroo kanatti
#Fariisonnii
fi
#barsiisonni seeraa garee isaanii ta'an, isin warra qaraxa sassaabanii
fi cubbamootaa wajjin kan nyaattanii fi kan dhugdan maaliifi?” jedhanii barattoota isaatti
#gungumuu jalqaban

✍Gooftan keenya kiristoos akkana jedhee isaaniif deebise
#Namoota dhukkubsataniif malee, namoota fayyaadhaaf ogeessi fayyaa hin barbaachisu

✍Ani namoota Qulqulluu
utuu hin tain, cubbamoonni akka yaada geddaratan waamuufan dhufe....
β–¬β–¬β–¬β–¬||β–¬β–¬β–¬

🌹=
#Gaafii
1=kitaaba maatewos irratti
Nama maqaa matewoos jedhee
Jira.
Kitaabonni marqoos fi Luqaas
Sababi Maali Leewii jedhan❓

2=matewoos sababa maalif
Nyaata Kiristoos mana isatti
Qopheessee❓
❻➻Yohaannis 8:39
Isaanis deebisanii, β€œAbbaan keenya #Abrahaami” jedhaniin. #Iyyaasuus akkana isaaniin jedhe: β€œ #Isin_ijoollee Abrahaam utuu taatanii, #hojii Abrahaam hojjettu turtan.

❼➻Maatewos 9:9
Sana booda #Iyyaasus bakka sanaa kaΚΌee utuu deemaa jiruu, namicha #Maatewos jedhamu tokko #bakka_qaraxni itti sassaabamu utuu taaΚΌuu argee, #Duuka_buutuu koo taΚΌi!” isaan jedhe. #Yeroo kanatti inni kaΚΌee isa #duukaa_buΚΌe.

❀️Kanaafuu namni tokko michuu Waaqayyo ta'uf hojii Abrahaam hojachuu qaba.
❀️warri qaraxa sassaaban yaaka dhisanii ijoollee Abrahaam ta’anii jiruu sababa kanaafi Β« isaani michuu Kiristoos taaniΒ».
πŸ₯₯ akkuma #bara durii namni Waaqayyof michuu tauu.

πŸ₯₯Haaluma wali fakkaata namoonni Kiristoosif michuu ta'u.
==========
➻Waaqayyof namni akkamitti ilma ta'a kani jedhuu itti fufa.

πŸ§…πšπšŠπš›πšŠ πšπšŽπš•πšŽπšπš›πšŠπš–πšŠπŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha