๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
43 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐Ÿ…ฐ kutaa-66-ffยชยช โคต๏ธ
     ๐Ÿ—ณgaaffii  fi  deebi
     ๐Ÿ“ฅ Musiliimota
โœ Yohaannis 14:24
Namni na hin jaallanne hundi
#dubbii_koo hin eegu. Dubbiin
isin dhagaaa jirtan, kan
#Abbaa isa na erge sanaa ti malee kan #koo_miti
===========//
โžฉ gaaffii isaanii.
1=Dubbiin kani Abbaatti malee kana Kiristoos mitii jedhuu.โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ//
โ–ฒDeebi keenyaa.๐Ÿ‘‡
๐Ÿ”ณ Dubbiin kani
#lamaan isaaniitti .
๐Ÿšฏ ragaa keenya ๐Ÿšท
โ“ตโž›Yohaannis 17:10
#Wanti kan #koo tae hundi kan kee ti; wanti kan #kee tae #hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadheera
๐Ÿ“ amma immo dubbii Kiristoos ta'u isaa mirkaneessina.
โ“ถโž›Maatewos 7:28-29
Iyyaasus(kiristoos) yommuu
#dubbii_isaa kana xumuru, namoonni hedduun sun akkaataa inni itti barsiise
baayee dinqisiifatan sababiin
isaas inni akka
#barsiisota seeraatti utuu hin tain, akka #Nama_Aangoo qabuutti isaan barsiisa ture
๐Ÿ‘‰ Dubbii isaattif Aangoo qaba,isa ibsaa.
โ“ทโž›Maatewos 8:8
Ajajaan dhibbaa sunis akkana jedhee deebiseef Yaa
#Gooftaa ati baaxii mana koo jala seenuun kee kan anaaf malu miti; akka inni fayyuuf wanta tokko #qofa_dubbadhu, tajaajilaan koos ni fayya.
๐Ÿ‘‰Dubbii tokko qofaa dubbadhu jedhee ,kani dubbatee eenyu Kiristoos kanafuu dubbi isaa ta'u ibsa.
โ“ธโž›Maatewos 13:34-35
Iyyaasus(Kiristoos) wantoota kana hunda fakkeenyaan namoota sanatti
#dubbate Fakkeenyaan malee isaanitti
hin dubbatu ture; kanas kan
godhe wanta
#raajichi, โ€œAni fakkeenyaan dubbachuuf #afaan_koo nan saaqqadha #uumamuu addunyaatii jalqabee wantoota dhokfaman
nan labsaโ€ jedhee dubbate raawwachuufi
๐Ÿ”ณ kanafuu isayaasiti kani dubbate eenyu bara durii Kiristoos jechuudha.
โ“นโž›Farfannaa 78:1-2
Yaa saba
#koo_seera koo
dhaga
#Gurra kees gara #dubbii_afaan kootti qabi.
#Fakkeenyaan_afaan koo nan
banadha.wanta dhokta bara duriis nan dubbadha.
๐Ÿ‘‰แˆ˜แ‹แˆ™แˆญ 78:2
แŠ แŒแŠ•
#แ‰ แˆแˆณแˆŒ แŠฅแŠจแแ‰ณแˆˆแˆ แŠจแ‰€แ‹ตแˆž แŒ€แˆแˆฎแฅ แ‹ซแˆˆแ‹แŠ•แˆ แ‰ฐแˆแˆณแˆŠแ‰ต แŠฅแŠ“แŒˆแˆซแˆˆแˆแข
โžก๏ธ erga xumura raji kana taโ€™e ,jalqabaa duraa iyyuu Kiristoos Waaqayyo akka taโ€™e ifa,godhee jira, Dubbiin kuni kani isaatti.
๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ
Gara mataa duree keenya koota.amma immoo.
๐Ÿ“Kiristoos Aangoo isaa Abbaa wajjin qixa ta'u erga ibsee booda ,Dubbiin kani Abbaatti jedhee, kuni immoo Abbaa isaaf kabaja kennuuf turee.
โฌ‡๏ธ Aangoo isa fi,Abbaa tokko ta'u kani ibsu ยซ Ani fi Abbaan wajjin dhufnaยป
โ“บโžฉYohaannis 14:23
Iyyaasus(kiristoos) akkana jedhee deebiseef Namni na jaallatu hundi dubbii koo ni eega, Abbaan koos isa jaallata,
#Nutis_gara isaa dhufnee bakka #jireenyaa keenya isaa wajjin godhanna.
โžฉDubbii kuni kani Abbaatti jechuun isaa immoo Kabaja Abba ibsuuf.
โ“ปโžฉYohaannis 17:4
#Ani_hojii akkan hojjedhu anaaf kennite #xumuree_lafarratti irratti #ulfina sii kenneera.
โžก๏ธ Abbaan immoo Kiristoos dhaga,dubbii isaa jedha.
โ“ผโžฉMaatewos 17:5
Utuma inni kana dubbachaa jiruu, duumessi ifa of keessaa qabu tokko dhufee isaan haguuge duumessicha keessaas
#sagaleen tokko, โ€œKun #Ilma_koo isa jaallatamaa, isa ani itti gammadu dha. #Isa_dhagaaaโ€ jedhe
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒบ
#Link_waldaa kana xuqa hordofuu dandeessu.
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
========//============
๐ŸŒนkutaa-102-ffaa.๐Ÿ‘ˆ
โžปGaaffii fi Deebii Muslimoota.
โœYohaannis 1:25
isaan โ€œAti #Kiristoos yookiin #Eeliyaas yookiin #Raajicha miti taanaan, maaliif #cuuphxa ree?โ€ jedhanii isa gaafatan.
1=โžป #Gaafi isaanii #Raajicha kani jedhamee kuni #Muhammadi jedhuu๐Ÿ˜‚โ“
โžงsababa isaa immoo waee #Namoota_sadanii kuni kaaku #Moofaa keessatti gara fuulduraatti ni dhufu jedhamee wani bareffamefi. Isaanii keessa ๐Ÿ‘‡
โžŠโžง #Kiristoos dhufee jira๐Ÿ’ฏ
โž‹โžง #Eeliyaas dhufee jira yookiin bakka Eeliyaas #Yohaannis #Cuuphan dhufe jira jedhu๐Ÿ’ฏ
Maatewoos 17:12-13
Ani isinitti nan hima, #Eeliyaas #dhufeera; isaan garuu wanta barbaadan isa irratti raawwatan malee isa hin beekne. Ilmi namaa-sa'aa akkasumaan harka isaaniitti dhiphachuuf jedha.โ€ Yeroo kanatti #barattoonni isaa kan inni dubbachaa ture #waaeeguu_Yohaannis_Cuuphaa taสผuu isaa hubatan
โžงkanafuu Eeliyaas ni dhufa kani jedhee Yohaannis cuuphaadhaa.
๐Ÿ™‹โ€โ™€ kanafu Eeliyaas dhufee jechuun Yohaannis cuphaan dhufe jechudha (Mat 11:14) dubbisi ๐Ÿ‘ˆ
โžŒโžป #Raajicha kani jedhamee immoo #muhammadi jedhuuโŒ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒทDeebii keenya๐Ÿ‘‡
โžŠโžปEeyyee dhuguma #Kiristoosiin dhufee jiraโฃ๏ธ
โž‹โžปEeyyee #Eeliyaas ni dhufa jedhame bakka isa #Yohaannis Cuuphaan dhufee jiraโฃ๏ธ
โžŒโžปEeyyee #Raajichi ni dhufa jedhame dhufee jira inni suni #muhammadi osoo hin tanne #Kiristoos โฃ๏ธ

๐ŸŒท #Mataa_Duree falmii keenya #Raajicha kani jedhama #Kiristoos Mooโ“ Muhammadi kani jedhuu irrattiโ“

โœ #Qabxiwwan_Tokkoffaan
โžป #Namoonni kuni sadanuu iyyuu #sirna_cuuphaa raawachuu qabani ยซ Fariisonni Yohaannis cuphaani akkasii jedhanii Ati erga Kiristoos yookaan Eeliyaas yookiin Raajicha hin tanne #maalif #cuuphada ree jedhanii (Yoh 1:25),dubbisi ๐Ÿ‘ˆ
๐ŸŒนKanaafuu Namoonni sadan kuni #diraama cuuphaa cuphuu qabuu. warri dhufu kuni
โžŠโžปKiristoos cuuphaa cuuphee jira
A)๐Ÿ“#Maatewos 3:11
Ani yaada waan geddarattaniif bishaaniin isin nan cuupha; inni ana booda dhufu garuu ana caalaa jabaa dha; ani kophee isaa illee isa irraa baasuuf gaสผumsa hin qabu. Inni #hafuura qulqulluu fi #ibiddaan isin #cuupha
โžปinni hafuura fi ibiddaan cuuphu immoo Kiristoos Kanaaf Kiristoos cuuphee jira
โž‹โžป bakka Eeliyaas bue kani dhufee immoo Yohaannis Cuuphaan cuuphee jira.
B)๐Ÿ“#Luqaas 3:7
#Yohaannis namoota hedduu harka isaatiin cuuphamuuf gara isaa dhufaniin akkana jedhe: โ€œIsin ijoollee buutii nana, dheekkamsa isa dhufaa jiru jalaa akka baqattan eenyutu isin akeekkachiise?
โžŒโžปRaaji #Muhammadi yoomi cuuphee โŒ yookaan matan isaa iyyuu hin cuuphamne โŒ
๐Ÿ˜ณ kanaafu dubbii suni isaaf hin dubbatamnee =ok๐Ÿ‘Œ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โœ#Qabxiiwwan_lammaffaan
โฃ๏ธKanaafu " Raajicha " kani jedhame Kiristoos.
โžปFakkeenyaaf #Kiristoos ni dhufa jedhamee kaaku #Moofaa keessatti iddoo itti dubbatamee (Raaji Daani'el 9:25)

โž‹โžป Eeliyaas yookiin Yohaannis Cuuphaan ni dhufa jedhamee kaakuu Moofaa keessatti iddoo itti dubbatame
(Raajii Isayaas 40:3 fi Raaji milkiyaas 3:1, 4:5 )
=Maaliif immoo Yohaannis Cuuphaan bakka Eeliyaas dhufe isaa jedhuuf immoo ยซAfuuri Eeliyaas Yohaannis cuuphaa irraa wanii jiruuf.๐Ÿ‘‡
C)๐Ÿ“#Luqaas 1:17
#inni garaa abbootii gara ijoolleetti, namoota hin ajajamnes gara ogummaa qajeelotaatti deebisuuf #hafuuraa fi humna #Eeliyaasiin fuula isaa dura ni deema; kunis namoota Waaqayyof qopheessuufi.

โžŒโžปKani #Raajicha ni dhufa jedhame dubbatame immoo kaaku Moofaa keessatti iddoo kanaa๐Ÿ‘‡
D)๐Ÿ“#Sera_kesa_Debi 18:15
Waaqayyo Waaqni kee #obboloota kee keessaa #raajii_akka_kootii tokko siif kaasa. Atis isa dhagaสผuu qabda.
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘‰ dubbii kuni Kiristoosif jedhamee kitaaba irratti dubbatame jira.
1โžปTokkoffaa Kiristoos maatan isaa Musee waee kiyya dubbate jechuu isaa.
E).๐Ÿ“#Yohaannis 5:46
Utuu #Musee amantanii silaa anas ni amantu ture; inni #waaee_koo_barreesseetii
F)๐Ÿ“ #Luqaas 24:27
Innis #Musee fi #raajota hunda irraa jalqabee waan Katabbiiwwan #Qulqulluu hunda keessatti #waaสผee isaae #dubbatame isaaniif ibse.
2โžปlamaaffan #Filiphoos museen kitaaba isaa keessatti wae Kiristoos dubbatee jedhee jira.
G)๐Ÿ“ #Yohaannis 1:45
#Fiiliphoos Naatnaaสผelin argee, โ€œIsa #Museen_kitaaba Seeraa keessatti waaสผee isaa barreessee fi isa #raajonnis waaสผee isaa barreessan, ilma Yoosef, #Iyyaasus nama Naazreeti arganneerraโ€ jedheen.