๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.41K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒนKuta_14ffยชยช..... hordofaa
โ—ˆGaafi=Muslimoota

โœYohaannis 6:14๐Ÿ‘‡
Namoonni sun dinqii
Iyyaasuus hojjete yommuu argan, โ€œKun dhuguma iyyuu #Raajicha isa gara #addunyaa akka dhufu dubbatame sana
dhaโ€ jedhan.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โž›Gaafin Muslimaa kana
irratti dha Kiristoos
Raajicha jedhu.....โ“
======//=====//====
โ—ˆDeebi=keenya ๐Ÿ‘‡
Kiristoos Raajidha yeroo jennuu
Akka raajota bira sana mitti
โ—ˆkutaa 5ffยชยช Dubbisa๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ
( ๐ŸŒน https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/156

๐Ÿƒ https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/158))

โœ fakkeeenyaf Waaqayyo mataan isaa Raajicha.

๐Ÿ‚Raajiicha isayaas 45:21
๐Ÿ‘‰Gabaasa keessan
dhiheessaa, dhimma
keessan dhiheeffadhaa
Isaan tokkummaadhaan
waliin haa mariatan.
Bara dheeraa dura kana kan
dubbate, Yeroo darbe irraa kaasees kana kan labse
eenyuโ“Ana Waaqayyo mitiiโ“
Ana malee Waaqni kan biraan hin jiru; Ana malee Waaqni
Qulqulluunnis tae Fayyisaan
hin jiru.

โ—ˆkanafuu wanta gara fuulduraatti kan dubbatuu Waaqayyo mataa isaatti, wanti akkasi immoo raajicha isaa jechisiisa .

โ—ˆkan Nama fayyisuu isaa mataa isaatii,kanafuu Kiristoos
Adduunya
kanaa fayyisee jira
Kiristoos Male Fayyisaan
biraa Hin jiru.

๐ŸŒนmatewoos 1:21
ishiin ilma ni deessi;
atis maqaa isaa
Iyyaasuus jettee moggaasta
inni namoota cubbuu isaanii irraa ni fayyisa.

๐Ÿ‚Luqaas 2:10-11
Maleekaan sun garuu
akkana isaaniin jedhe
Hin sodaatinaa! Kunoo, ani
misiraachoo namoota
hundaaf
gammachuu
guddaa argamsiisu
isinitti nan hima.
Hara magaalaa Daawit keessatti fayyisaan isiniif dhalateera; innis Kiristoos Goofticha dha

โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‰dinqii=Kiristoos raawatame immoo Nyaata namoota
hedduu nyaachisu dha..
Kunis Kiristoos Waaqa
Ta'u ibsaa.


๐Ÿ‚Farfannaa_Daawit 40:5๐Ÿ‘‡
Yaa Waaqa koo,Waaqayyo
Ati wantoota dinqisiisoo
hedduu nuuf gooteetta,

Yaadawwan nuuf qabdus
hedduu dha.Kan siin gitu
tokko illee hin jiru
Ani waa'ee wantoota
kanaa himuu fi dubbachuuf
utuun yaalee, Lakkoofsi
isaanii lakkawwamu hin danda'u.

โ—ˆ Yohaannis 21:25
Wantoonni Iyyaasuus hojjete kan biraa hedduunis jiru
hundi isaanii tokko tokkoon utuu barreeffamaniiru ta'ee, addunyaan iyyuu bakka
kitaabni maramaan isaan
irratti barreeffaman kaaamu
kan qabaatu natti hin
fakkaatu. ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ

โœ kana Daawit dubbatee
Gonkumaa lakkamu hin dandamu jedhee
โœ kan Yohaannis jedhee
Hiika kan wajjiin walii fakkaata
Iddoo Kitaabni kahamu hin jiruu
Jedhe, kanafuu Kiristoos Waaqa
Ta'u ibsa.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
hiika biraa isaa gara
AddunyaDhufe jedhuu
Maali ibsaa..
. โ“
Kiristoos samii irraa
dhufuu ibsaa dhala
nama keessa raajiin
Sami irraa Dhufe jiraโ“,gonkumaa hin jiruu

โœ Kanaafuu Kiristoos Ani
Sami irraa Dhufe jedhee jira
โ—ˆ erga akkasii taโ€™e akkamitti
Raajoota biraa wajjin walii fakkeesuu dandama...

๐ŸŒนYohaannis 3:13๐Ÿ‘‡
ilma namaa isa samii
irraa gadi bu'ea malee,
namni gara samiitti oli
bae tokko illee hin jiru.
โœ Jechi ilma Jechu
Kiristoos Ibsa
๐ŸคŒ hundi isaa iyyuu Kiristoos
Waaqa ta'u ibsaa, ๐Ÿค
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒผLink kan fayyadama๐Ÿ‘‡

@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ
โ˜๏ธ======||============๐Ÿค
โฏ๐ŸŒนkutaa_20ffยชยชโฏ๐ŸŒน
=๐Ÿ“Gaafi fi Deebi๐Ÿ“=
๐ŸŒนMusiliimoota๐Ÿ‘‡
โœ Yohaannis 7:40
#Namoota sana keessaa
warri kana dhagaan tokko tokko,โ€œDhuguma iyyuu
kun
#Raajicha dhaโ€
jedhan.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โฏ Gaaffii isaanii
Kiristoos Raajii dha
Jedhuu....โ“
โฉ deebi keenya
Kiristoos Kiristoos foonii
Nama uffatee wanta dhufee,
1=Nama tokko
Tokkooti,raajii fakkata
2=Namoota tokko tokkoti
Immo samii irraa wani dhufee Kiristoos fakkata
================
โฏRagaa kitaaba

โœseera keesaa
Deebi 18:15
#Waaqayyo gooftaan keessan isin #gidduudhaa, #obboloota keessan keessaa, #raajii akka kootii isiniif in kaasa; isin isaaf dhaga'aa
โœแ‹˜แ‹ณแŒแˆ 18 :15
แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แŠจแŠ แŠ•แ‰ฐ แˆ˜แŠซแŠจแˆ แŠจแ‹ˆแŠ•แ‹ตแˆžแ‰ฝแˆ… แŠฅแŠ•แ‹ฐ แŠฅแŠ” แ‹ซแˆˆ
#แŠแ‰ขแ‹ญ แ‹ซแˆตแŠแˆฃแˆแˆƒแˆแค แŠฅแˆญแˆฑแŠ•แˆ แ‰ณแ‹ฐแˆแŒฃแˆˆแˆ…
=kanafuu namoonni
Kuni sababa kanafis Raajii dha. Jedhuu
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โฏ namoonni tokko tokko
Immo sababa
#Kiristoos
Jedhani immoo

โœ Raajii mikiyaas 5:2
Ati immoo yaa mandara
#Betlihem-Efraataa, mandaroota Yihudaa warra gurguddoota keessaa ati ishee xinnoo dha; #Israa'elin kan #mo'u(bulichu)_tokko si keessaa anaaf in ba'a; hundeen isa si keessaa ba'uuf jiruus kan #bara durii durii bara baraa ti

แˆšแŠญแ‹ซแˆต 5 :2
แŠ แŠ•แ‰บแˆ
#แ‰คแ‰ฐ แˆแˆ”แˆ แŠคแแˆซแ‰ณ แˆ†แ‹ญแฅ แŠ แŠ•แ‰บ แ‰ แ‹ญแˆแ‹ณ แŠ แŠฅแˆ‹แ‹แ‰ต แˆ˜แŠซแŠจแˆ แ‰ตแˆ†แŠš แ‹˜แŠ•แ‹ต แ‰ณแŠ“แˆฝ แŠแˆฝแค แŠจแŠ แŠ•แ‰บ แŒแŠ• แŠ แ‹ˆแŒฃแŒก แŠจแ‰€แ‹ตแˆž #แŒ€แˆแˆฎ แŠจแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ แ‹จแˆ†แŠแฅ แ‰ แŠฅแˆตแˆซแŠคแˆแˆ แˆ‹แ‹ญ #แŒˆแ‹ฅ แ‹จแˆšแˆ†แŠ• แ‹ญแ‹ˆแŒฃแˆแŠ›แˆแข
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โฉ kana booda yaadaa
Kitaaba keessa jiruu ilaala

โœYohaannis 7:37_44
Guyyaa dhumaatti, jechuunis guyyaa
#ayyaanichaa isa guddaatti
#Iyyaasuus(kiristoos)
dhaabatee
#sagalee isaa oli fuudhee akkana jedhe: โ€œ #Namni dheebote yoo jiraate, gara koo dhufee
haa dhugu.

Akkuma
#Kitaabni
Qulqulluun jedhu, anatti kan
#amanu hundi: โ€˜ #Lagni bishaan jireenya kennuu isa keessaa
ni yaaa.โ€™โ€

Haatau malee, inni kana kan dubbate waaee lubbuu(hafuura) isa warri isatti amanan argachuuf jedhan sanaa ture;

sababiin isaas amma iyyuu Affuurri gadi hin bunne turee

#Namoota sana keessaa
warri kana dhagaan tokko tokko,โ€œDhuguma iyyuu kun
#Raajicha dhaโ€
jedhan.

Kaan immoo, โ€œKun
#Kiristoosiโ€ jedhu turan. Tokko tokko tokko garuu akkana jedhu turan: โ€œKiristoos Galiilaadhaa ni dhufaa?

Kitaabni Qulqulluun Kiristoos
#sanyii Daawit keessaa, akkasumas
#Beetaliheem ganda Daawitii akka
dhufu ni dubbata mitii?โ€

Kanaaf, isa ilaalchisee namoota sana
gidduutti
#waliqoqqooduun ni uumame.
Isaan keessaa tokko tokko
isa qabuu kan barbaadan taus, namni tokko illee isa hin qabne.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โฏ kanafuu namoonni
Tokko Erga kiristoos
raajii dha jedhee
Yaada lamaffaa namoonni
Kiristoos jedhanii sana
Fudhachuu qaba

โฉ isaa booda raajii fi Kiristoos kan jedhuu
Garagarumma isa
Ibsuu qaba.akkasumas
Tokkummaa isa

=raajii jechuun akkuma
Kiristoos akkuma rajoota
Foonii uffachuu ibsuuf
โฏ Kiristoos yeroo jennuu
Samii irraa dhufuu ibsuu
Kunis samii irra dhufee
Sanyii Daawit irraa dhalachuu kan ibsuu
Ta'a.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนlink kan fayyadama
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//====
๐ŸŒน๐Ÿƒkutaa๐Ÿ•น_ยณยฒffยชยช๐ŸŒผ๐ŸŒท
โžงGaafi fi Deebi
๐ŸคMusiliimota๐Ÿฆ

โžงโœYohaannis 9:17
isaan ammas namicha
#Qaro_dhabeessa ture sanaan, โ€œija kee kan
siif bane isa waan taeef, ati waaee isaa maali jettaโ“โ€ jedhaniin. Namichis, โ€œinni
#raajii dhaโ€ jedhe.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“โžGaaffii isaanii
1=Kiristoos
#Raajidha
jedhuโ“
--------------------
๐Ÿ“โžงDeebii keenya.

โœAkka jecha namicha
#Qaro_dhabeessa kanatti
ija isaa fayyuun isa kuni
#dinqi wanii taโ€™ef, yookiin erge dhalate namni iji haaraa Uumee hin jiruu wanii taโ€™ef gochaa kana arge #Raajidha/Dinqidha jedhee malee.*Namichi kunis Kiristoos eessa inni dhufee gonkumaa hin beekuu, garuu sababa gochaa dinqisiisaa kana argeefi raajicha jedhe kana dura taโ€™e hin beekuu wani taโ€™ef

๐ŸŒธRAGAA KITAABA ๐Ÿ‘‡

โ“ต=โœYohaannis 9:25
Namichis akkasi jedhe โ€œ inni cubbamaa tauu fi dhiisuu isaa ani
#hin_beeku. Wanti ani beeku tokko, ani #Qaro_dhabeessa akkan turee fi amma garuu arguu akkan dandae qofa dhaโ€ jedhee deebiseef.

โ“ถ=โœYohaannis 9:32
#Dur_durii jalqabee namni ija nama #qaro-dhabeessa ta'ee #dhalate akka bane matumaa dhagaamee
hin beeku

โ“ท=โœfar_Daawit 40:5
Yaa Waaqa koo Ati wantoota
#dinqisiisoo
#hedduu nuuf gooteetta,
Yaadawwan nuuf qabdus
hedduu dha. Kan
#siin_gitu tokko illee hin jiru Ani waa'ee wantoota kanaa #himuu fi dubbachuuf
utuun yaalee,
#Lakkoofsi isaanii gita hin qabu.

๐Ÿ“แŠ แ‰คแ‰ฑ แŠ แˆแˆ‹แŠฌ
#แ‹ซแ‹ฐแˆจแŒแŠธแ‹ แ‰ฐแŠ แˆแˆซแ‰ต แ‰ฅแ‹™ แŠแ‹ แŠ แˆณแ‰ฅแˆ…แŠ•แˆ แˆแŠ•แˆ แ‹จแˆšแˆ˜แˆตแˆˆแ‹ แ‹จแˆˆแˆ #แ‰ฃแ‹ˆแˆซแˆ แ‰ฅแŠ“แŒˆแˆญแˆ #แŠจแ‰แŒฅแˆญ
แˆแˆ‰ แ‰ แ‹› =(แˆ˜แ‹แˆ™แˆญ 40 :5)

โ“ธ=Yohaannis 6:14
Namoonni sun
#dinqii Iyyaasuus(Kiristoos)
hojjete yommuu argan, โ€œKun dhuguma iyyuu
#Raajicha isa gara addunyaa akka dhufu dubbatame sana dhaโ€ jedhan.

โ“น=โœ Yohaannis 11:47
#Dura_buutonni
lubootaa fi Fariisonni miseensota yaaii wali_gala walitti qabanii akkana jedhan: โ€œNamichi kun
#dinqii_hedduu_hojjechaa waan jiruuf maali goonuโ“

โ“บ=Yohaannis 12:18
#Namoonni hedduun sunis isa simachuu kan dhaqan, inni dinqii kana hojjechuu isaa waan dhagaaniif ture
*****
โžงWalumaa galatti wanti
Samuu nama olii yoo,hojjatamee
#Israa'el keessaatti dinqii yookiin Raajii jedhama.sababa kanafis namichi Kiristoosiin raaji dha jedhee
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Lakki dirqama Kiristoos Raajii dha, yoo, jedhanii immoo, akkuma Abbaan hojjatu Anis nan Hojadha jedha. Kanafuu Abbaan illee Raajii dha jedhu ta'a.

1โƒฃ=Yohaannis 5:17๐Ÿ‘‡
inni(Kiristoos) garuu,
#Abbaan koo hanga ammaatti #hojjechaa jira;
#Anis nan hojjedhaโ€ jedhee isaaniif deebise
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนlink kan xuqaa
hordofuu dandessu๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
โ‰ โ‰ โ‰ โ‰ โ‰ โจณโจณโจณโ‰ โ‰ โ‰ โ‰ โ‰ 
โžก๏ธ๐Ÿ…ฑ kutaa _ 53 ffยชยช โ˜˜๐Ÿ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒปGaaffii fi Deebii
๐Ÿ…ฐMusiliimota๐Ÿšท
โœ Yohaannis 12:50๐Ÿ‘‡
#Ajajni isaas #jireenya bara baraa akka tae ani beeka. Kanaaf, Ani wantan dubbadhu hunda akkuma #Abbaan anatti #himettan dubbadha.โ€
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”บGaaffii isaanii.
1= Dubbii Abbaa Qofa jireenya kani kenuu ,Kiristoos ofii isaatti hooma gochuu hin danda'u jedhuu.โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”ณ Deebii keenyaa
Lakkii dubbii Kiristoos illee jireenya kani isaanii lamanuu iyyuu jireenya kan jedhuu ta'a
โœjalqabaa irratti dubbii Kiristoos dhugumaan jireenya ta'u ragaa kitaaba kunoo๐Ÿ‘‡

โ“ต๐Ÿ‘‰Yohaannis 6:63
Jireenya kan kennu
#Afuura ; foon faayidaa tokko illee hin qabu. #Dubbiin ani isinitti dubbadhe Afuura, akkasumas #jireenya.
โ“ถ๐Ÿ‘‰Yohaannis 6:68
Simoon Pheexirosis akkana jedhee isaaf deebise: โ€œYaa Gooftaa, gara eenyuu dhaqna? Ati
#dubbii_jireenya bara baraa qabda.
โ“ท๐Ÿ‘‰Yohaannis 10:28
#Ani_jireenya bara baraa isaaniif nan kenna; isaan matumaa hin balleeffaman; eenyu illee harka koo
keessaa isaan hin butatu.
๐Ÿ“โž›kanafuu dubbii Kiristoos illee jireenya akka taโ€™e ibsine jira.
โœ Fakkeenyaaf dubbii kuni osuma kan Abbaatti jenne iyyuu Kiristoos akkasii jedhee Abbaan kani koo,keessa fudhee jedhee jira.
โ“ธ๐Ÿ‘‰Yohaannis 16:15
#Wanti Abbaan qabu #hundi kan koo ti. #Inni wanta kan #koo tae irraa #fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
โ“น๐Ÿ‘‰Yohaannis 17:10
#wanti kan koo tae hundi kan kee ti; wanti kan kee tae hundis kan koo ti; anis isaan
gidduutti ulfina argadheera
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžก๏ธ gara maata duree keenya yeroo deebinuu
โž›akkuma kutaa_52 ffaa keessaatti illaalle yihudoonni dubbii Kiristoos gonkumaa fudhachuu wani didaniif. Dubbii kuni kani Abbaatti jireenya kenna jedhee.
Yihudoonni kunis Kiristoos eenyu akka taโ€™e guyyaa tokko ni walalani wali mormii eeggalani
โ“บ๐Ÿ‘‰Yohaannis 10:24
Yeroo kanatti
#Yihudoonni isatti marsanii, โ€œ #Hanga yoomiitti qalbii nu rarraasta? Ati Kiristoos yoo taate ifatti nutti himiโ€ isaan jechuu jalqaban
โ“ป๐Ÿ‘‰Yohaannis 7:40_43
Namoota sana keessaa
warri kana dhagaan tokko tokko, Dhuguma iyyuu kun
#Raajicha dhaโ€jedhan. Kaan immoo, โ€œ #Kun_Kiristoosiโ€ jedhu turan. #Tokko_tokko garuu akkana jedhu turan: โ€œKiristoos #Galiilaadhaa ni dhufaa?
Kitaabni Qulqulluun Kiristoos
sanyii
#Daawit keessaa, akkasumas Beetaliheem ganda Daawitii akka dhufu ni dubbata mitii?โ€ Kanaaf, isa ilaalchisee namoota sana #gidduutti wal qoqqooduun ni #uumame
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โœWalumaagalatti yihudoonni Kiristoos eenyu akka taโ€™e beekuu dhabuu isaaniifi ,dubbii Kiristoos gonkumaa fudhachuu diduu isaaniitti kani kae Kiristoos wa'ee Abbaa qofa itti himme jira.
โžก๏ธ sababaa inni biraa immoo
Abbaa isaa kabajuu akkasii jedhee ,Fakkeenyaaf dubbi Abbaa jireenya ,Abbaan koo,hundumaa caala, yeroo jedhu kabaja Abbaa ibsuufi

โ“ผ๐Ÿ‘‰Yohaannis 17:4_5
Ani hojii akkan hojjedhu anaaf kennite xumuree,
#lafa irratti #ulfina sii kenneera.
Kanaaf, yaa
#Abbaa ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni.
โ“ฝ๐Ÿ‘‰Yohaannis 5:23
Namni
#hundi akkuma Abbaadhaaf #ulfina kennu, #Ilmaafis ulfina akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina hin kennu.
๐ŸŒบ akkuma Dubbiin Abbaa jireenya taโ€™e kani ilma jireenya
Abbaa fi Kiristoos tokko.sababa isaanii tokkoo tanif immoo kunoo ๐Ÿ‘‡
โ“พ๐Ÿ‘‰Yohaannis 12:45
Namni na
#argu hundi, isa na erge Sanas ni #arga
โ“ซ๐Ÿ‘‰Yohaannis 5:17
#Abbaan koo hanga ammaatti #hojjechaa jira #anis nan #hojjedhaโ€ jedhee isaaniif
deebise
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒบ link kan xuqa sena๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======โจณโจณโจณ============
๐ŸŒนkutaa-102-ffaa.๐Ÿ‘ˆ
โžปGaaffii fi Deebii Muslimoota.
โœYohaannis 1:25
isaan โ€œAti #Kiristoos yookiin #Eeliyaas yookiin #Raajicha miti taanaan, maaliif #cuuphxa ree?โ€ jedhanii isa gaafatan.
1=โžป #Gaafi isaanii #Raajicha kani jedhamee kuni #Muhammadi jedhuu๐Ÿ˜‚โ“
โžงsababa isaa immoo waee #Namoota_sadanii kuni kaaku #Moofaa keessatti gara fuulduraatti ni dhufu jedhamee wani bareffamefi. Isaanii keessa ๐Ÿ‘‡
โžŠโžง #Kiristoos dhufee jira๐Ÿ’ฏ
โž‹โžง #Eeliyaas dhufee jira yookiin bakka Eeliyaas #Yohaannis #Cuuphan dhufe jira jedhu๐Ÿ’ฏ
Maatewoos 17:12-13
Ani isinitti nan hima, #Eeliyaas #dhufeera; isaan garuu wanta barbaadan isa irratti raawwatan malee isa hin beekne. Ilmi namaa-sa'aa akkasumaan harka isaaniitti dhiphachuuf jedha.โ€ Yeroo kanatti #barattoonni isaa kan inni dubbachaa ture #waaeeguu_Yohaannis_Cuuphaa taสผuu isaa hubatan
โžงkanafuu Eeliyaas ni dhufa kani jedhee Yohaannis cuuphaadhaa.
๐Ÿ™‹โ€โ™€ kanafu Eeliyaas dhufee jechuun Yohaannis cuphaan dhufe jechudha (Mat 11:14) dubbisi ๐Ÿ‘ˆ
โžŒโžป #Raajicha kani jedhamee immoo #muhammadi jedhuuโŒ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒทDeebii keenya๐Ÿ‘‡
โžŠโžปEeyyee dhuguma #Kiristoosiin dhufee jiraโฃ๏ธ
โž‹โžปEeyyee #Eeliyaas ni dhufa jedhame bakka isa #Yohaannis Cuuphaan dhufee jiraโฃ๏ธ
โžŒโžปEeyyee #Raajichi ni dhufa jedhame dhufee jira inni suni #muhammadi osoo hin tanne #Kiristoos โฃ๏ธ

๐ŸŒท #Mataa_Duree falmii keenya #Raajicha kani jedhama #Kiristoos Mooโ“ Muhammadi kani jedhuu irrattiโ“

โœ #Qabxiwwan_Tokkoffaan
โžป #Namoonni kuni sadanuu iyyuu #sirna_cuuphaa raawachuu qabani ยซ Fariisonni Yohaannis cuphaani akkasii jedhanii Ati erga Kiristoos yookaan Eeliyaas yookiin Raajicha hin tanne #maalif #cuuphada ree jedhanii (Yoh 1:25),dubbisi ๐Ÿ‘ˆ
๐ŸŒนKanaafuu Namoonni sadan kuni #diraama cuuphaa cuphuu qabuu. warri dhufu kuni
โžŠโžปKiristoos cuuphaa cuuphee jira
A)๐Ÿ“#Maatewos 3:11
Ani yaada waan geddarattaniif bishaaniin isin nan cuupha; inni ana booda dhufu garuu ana caalaa jabaa dha; ani kophee isaa illee isa irraa baasuuf gaสผumsa hin qabu. Inni #hafuura qulqulluu fi #ibiddaan isin #cuupha
โžปinni hafuura fi ibiddaan cuuphu immoo Kiristoos Kanaaf Kiristoos cuuphee jira
โž‹โžป bakka Eeliyaas bue kani dhufee immoo Yohaannis Cuuphaan cuuphee jira.
B)๐Ÿ“#Luqaas 3:7
#Yohaannis namoota hedduu harka isaatiin cuuphamuuf gara isaa dhufaniin akkana jedhe: โ€œIsin ijoollee buutii nana, dheekkamsa isa dhufaa jiru jalaa akka baqattan eenyutu isin akeekkachiise?
โžŒโžปRaaji #Muhammadi yoomi cuuphee โŒ yookaan matan isaa iyyuu hin cuuphamne โŒ
๐Ÿ˜ณ kanaafu dubbii suni isaaf hin dubbatamnee =ok๐Ÿ‘Œ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โœ#Qabxiiwwan_lammaffaan
โฃ๏ธKanaafu " Raajicha " kani jedhame Kiristoos.
โžปFakkeenyaaf #Kiristoos ni dhufa jedhamee kaaku #Moofaa keessatti iddoo itti dubbatamee (Raaji Daani'el 9:25)

โž‹โžป Eeliyaas yookiin Yohaannis Cuuphaan ni dhufa jedhamee kaakuu Moofaa keessatti iddoo itti dubbatame
(Raajii Isayaas 40:3 fi Raaji milkiyaas 3:1, 4:5 )
=Maaliif immoo Yohaannis Cuuphaan bakka Eeliyaas dhufe isaa jedhuuf immoo ยซAfuuri Eeliyaas Yohaannis cuuphaa irraa wanii jiruuf.๐Ÿ‘‡
C)๐Ÿ“#Luqaas 1:17
#inni garaa abbootii gara ijoolleetti, namoota hin ajajamnes gara ogummaa qajeelotaatti deebisuuf #hafuuraa fi humna #Eeliyaasiin fuula isaa dura ni deema; kunis namoota Waaqayyof qopheessuufi.

โžŒโžปKani #Raajicha ni dhufa jedhame dubbatame immoo kaaku Moofaa keessatti iddoo kanaa๐Ÿ‘‡
D)๐Ÿ“#Sera_kesa_Debi 18:15
Waaqayyo Waaqni kee #obboloota kee keessaa #raajii_akka_kootii tokko siif kaasa. Atis isa dhagaสผuu qabda.
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘‰ dubbii kuni Kiristoosif jedhamee kitaaba irratti dubbatame jira.
1โžปTokkoffaa Kiristoos maatan isaa Musee waee kiyya dubbate jechuu isaa.
E).๐Ÿ“#Yohaannis 5:46
Utuu #Musee amantanii silaa anas ni amantu ture; inni #waaee_koo_barreesseetii
F)๐Ÿ“ #Luqaas 24:27
Innis #Musee fi #raajota hunda irraa jalqabee waan Katabbiiwwan #Qulqulluu hunda keessatti #waaสผee isaae #dubbatame isaaniif ibse.
2โžปlamaaffan #Filiphoos museen kitaaba isaa keessatti wae Kiristoos dubbatee jedhee jira.
G)๐Ÿ“ #Yohaannis 1:45
#Fiiliphoos Naatnaaสผelin argee, โ€œIsa #Museen_kitaaba Seeraa keessatti waaสผee isaa barreessee fi isa #raajonnis waaสผee isaa barreessan, ilma Yoosef, #Iyyaasus nama Naazreeti arganneerraโ€ jedheen.