🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.36K subscribers
42 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌹kutaa-102-ffaa.πŸ‘ˆ
➻Gaaffii fi Deebii Muslimoota.
✍Yohaannis 1:25
isaan β€œAti #Kiristoos yookiin #Eeliyaas yookiin #Raajicha miti taanaan, maaliif #cuuphxa ree?” jedhanii isa gaafatan.
1=➻ #Gaafi isaanii #Raajicha kani jedhamee kuni #Muhammadi jedhuuπŸ˜‚β“
➧sababa isaa immoo waee #Namoota_sadanii kuni kaaku #Moofaa keessatti gara fuulduraatti ni dhufu jedhamee wani bareffamefi. Isaanii keessa πŸ‘‡
➊➧ #Kiristoos dhufee jiraπŸ’―
βž‹βž§ #Eeliyaas dhufee jira yookiin bakka Eeliyaas #Yohaannis #Cuuphan dhufe jira jedhuπŸ’―
Maatewoos 17:12-13
Ani isinitti nan hima, #Eeliyaas #dhufeera; isaan garuu wanta barbaadan isa irratti raawwatan malee isa hin beekne. Ilmi namaa-sa'aa akkasumaan harka isaaniitti dhiphachuuf jedha.” Yeroo kanatti #barattoonni isaa kan inni dubbachaa ture #waaeeguu_Yohaannis_Cuuphaa taΚΌuu isaa hubatan
➧kanafuu Eeliyaas ni dhufa kani jedhee Yohaannis cuuphaadhaa.
πŸ™‹β€β™€ kanafu Eeliyaas dhufee jechuun Yohaannis cuphaan dhufe jechudha (Mat 11:14) dubbisi πŸ‘ˆ
➌➻ #Raajicha kani jedhamee immoo #muhammadi jedhuu❌
β–¬β–¬β–¬β–¬
🌷Deebii keenyaπŸ‘‡
➊➻Eeyyee dhuguma #Kiristoosiin dhufee jira❣️
βž‹βž»Eeyyee #Eeliyaas ni dhufa jedhame bakka isa #Yohaannis Cuuphaan dhufee jira❣️
➌➻Eeyyee #Raajichi ni dhufa jedhame dhufee jira inni suni #muhammadi osoo hin tanne #Kiristoos ❣️

🌷 #Mataa_Duree falmii keenya #Raajicha kani jedhama #Kiristoos Moo❓ Muhammadi kani jedhuu irratti❓

✍ #Qabxiwwan_Tokkoffaan
➻ #Namoonni kuni sadanuu iyyuu #sirna_cuuphaa raawachuu qabani Β« Fariisonni Yohaannis cuphaani akkasii jedhanii Ati erga Kiristoos yookaan Eeliyaas yookiin Raajicha hin tanne #maalif #cuuphada ree jedhanii (Yoh 1:25),dubbisi πŸ‘ˆ
🌹Kanaafuu Namoonni sadan kuni #diraama cuuphaa cuphuu qabuu. warri dhufu kuni
➊➻Kiristoos cuuphaa cuuphee jira
A)πŸ“#Maatewos 3:11
Ani yaada waan geddarattaniif bishaaniin isin nan cuupha; inni ana booda dhufu garuu ana caalaa jabaa dha; ani kophee isaa illee isa irraa baasuuf gaΚΌumsa hin qabu. Inni #hafuura qulqulluu fi #ibiddaan isin #cuupha
➻inni hafuura fi ibiddaan cuuphu immoo Kiristoos Kanaaf Kiristoos cuuphee jira
βž‹βž» bakka Eeliyaas bue kani dhufee immoo Yohaannis Cuuphaan cuuphee jira.
B)πŸ“#Luqaas 3:7
#Yohaannis namoota hedduu harka isaatiin cuuphamuuf gara isaa dhufaniin akkana jedhe: β€œIsin ijoollee buutii nana, dheekkamsa isa dhufaa jiru jalaa akka baqattan eenyutu isin akeekkachiise?
➌➻Raaji #Muhammadi yoomi cuuphee ❌ yookaan matan isaa iyyuu hin cuuphamne ❌
😳 kanaafu dubbii suni isaaf hin dubbatamnee =okπŸ‘Œ
β–¬β–¬β–¬
✍#Qabxiiwwan_lammaffaan
❣️Kanaafu " Raajicha " kani jedhame Kiristoos.
➻Fakkeenyaaf #Kiristoos ni dhufa jedhamee kaaku #Moofaa keessatti iddoo itti dubbatamee (Raaji Daani'el 9:25)

βž‹βž» Eeliyaas yookiin Yohaannis Cuuphaan ni dhufa jedhamee kaakuu Moofaa keessatti iddoo itti dubbatame
(Raajii Isayaas 40:3 fi Raaji milkiyaas 3:1, 4:5 )
=Maaliif immoo Yohaannis Cuuphaan bakka Eeliyaas dhufe isaa jedhuuf immoo Β«Afuuri Eeliyaas Yohaannis cuuphaa irraa wanii jiruuf.πŸ‘‡
C)πŸ“#Luqaas 1:17
#inni garaa abbootii gara ijoolleetti, namoota hin ajajamnes gara ogummaa qajeelotaatti deebisuuf #hafuuraa fi humna #Eeliyaasiin fuula isaa dura ni deema; kunis namoota Waaqayyof qopheessuufi.

➌➻Kani #Raajicha ni dhufa jedhame dubbatame immoo kaaku Moofaa keessatti iddoo kanaaπŸ‘‡
D)πŸ“#Sera_kesa_Debi 18:15
Waaqayyo Waaqni kee #obboloota kee keessaa #raajii_akka_kootii tokko siif kaasa. Atis isa dhagaΚΌuu qabda.
πŸ‘†πŸ‘‰ dubbii kuni Kiristoosif jedhamee kitaaba irratti dubbatame jira.
1➻Tokkoffaa Kiristoos maatan isaa Musee waee kiyya dubbate jechuu isaa.
E).πŸ“#Yohaannis 5:46
Utuu #Musee amantanii silaa anas ni amantu ture; inni #waaee_koo_barreesseetii
F)πŸ“ #Luqaas 24:27
Innis #Musee fi #raajota hunda irraa jalqabee waan Katabbiiwwan #Qulqulluu hunda keessatti #waaΚΌee isaae #dubbatame isaaniif ibse.
2➻lamaaffan #Filiphoos museen kitaaba isaa keessatti wae Kiristoos dubbatee jedhee jira.
G)πŸ“ #Yohaannis 1:45
#Fiiliphoos NaatnaaΚΌelin argee, β€œIsa #Museen_kitaaba Seeraa keessatti waaΚΌee isaa barreessee fi isa #raajonnis waaΚΌee isaa barreessan, ilma Yoosef, #Iyyaasus nama Naazreeti arganneerra” jedheen.