🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)
Download Telegram
🌹➡️ kutaa _ 56 ffªª 🌸👇
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
🔳 Gaaffii fi Deebii
🔳 Muslimoota👈
Yohaannis 13:20👇
Dhuguma dhuguman isiniin jedha,
#isa_Ani_ergu kan simatu hundi Anas ni simata, namni Anaan simatu hundi immoo isa Ana erge Sana simata.”
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👉 Gaaffii isaanii
1➩ kani Kiristoos erguu kuni
Muhammadi jedhuu...😁
▬▬▬▬▬▬▬▬
🔳 Deebii keenya👇
🌺 kitaaba keenya keessa lakki
#foolii_muhammadi hin jiruu kani jedhuu ta'a.
📕Gaaffii nutti muslimoota gaafanu immoo
1=inni Kiristoos ergu kuni Eenyufi ergama...
2=Kiristoos eenyutu dubbachaa jiraduuka buoota isaa moobiyya Araba deeme isaanii wajjin dubbachaa jira..
🔺 lakki Kiristoos dukka buoota isaati dubbachaa jira yoo,ta’e ,kani Kiristoos erguu suni illee duuka bu'ootaf jechudha.

❤️ ragaa keenyaa immoo Kiristoos duukaa bu'oota isaatti isiniif erga jedhee.,
🍊Yohaannis 13:20
Dhuguma dhuguman
#isiniin jedha, isa #Ani_ergu kan simatu hundi Anas ni simata, namni Anaan simatu hundi immoo isa Ana erge Sana simata.”
🌺❤️ kanafi
#Jechi_isiini nan jedha jechuu eenyu ibsa kuni duuka buoota ibsaa, kanafuu yeroo duuka buooni jirani sana immoo #muhammadi kani jedhamuu hin jiru ,waggaa 600 booda dhufee ,yeroo sana immoo duuka buooni Kiristoos boqatani jiruu.
▬▬▬▬▬
➡️Qabxiiwwan kana ilaala.
A➩ Kiristoos qaama tokko ni erga.
B➩Abbaan immoo Kiristoos ni erga.
C➩ qaamni Kiristoos erguu kuni Affuurra Qulqulluu moo
muhammadi laata
🌸 akka yaadaa
#Muslimoota yoo,ta’e
A=Abbaa
B=Kiristoos
C=
muhammadi
Abbaa➛Kiristoos➛muhammad
➡️ Akka
#orthodoksi immoo
A=Abbaa
B=Kiristoos
C=Affuurra Qulqulluudha
➩Abbaa➛Kiristoos➛Affuurra Qulqulluudha.

deebii sirrii akka orthodoksitti dhugaa. maalif yoo,jedhame Affuurri Qulqulluun duuka bu'oota Kiristoos wajjin turee Kiristoos Ana booda kani dhufu jedhe ,kanafuu kuni immoo gara duuka bu'oota Kiristoos kani dhufee
#Affuura_Qulqulluudha malee muhammadi miti

🌺
#Ragaa_kitaaba_Qulqulluu
📍=Ⓐ👉Maatewos 10:20
Kana kani dubbatu isin qofa miti;
#Afuura_Abbaa keessaniitu karaa keessan dubbata malee
➩Kiristoos dukaa bu'oota jecha jira
📍=Ⓑ👉Luqaas 12:11-12
Yeroo walgaii uummataa duratti, akkasumas abbootii taayitaa mootummaa fi warra
#Aangoo qaban duratti isin dhiheessan akkamitti yookiin maali jennee #falmanna yookiin maali jenna jettanii hin
yaaddainaa sababiin isaas,
#Afuurri_Qulqulluun_saaatii sanatti wantoota dubbachuu qabdan isin barsiisa.

📍=Ⓒ👉Luqaas 21:13_15
Kunis akka dhugaa baatan carraa isiniif bana.Kanaaf,
#akkamitti_falmanna jettanii dursitanii hin yaadinaa sababiin isaas, #Ani_dubbii fi #ogummaa #mormitoonni keessan hundi mormuu yookiin falmuu
hin dandeenye isiniif nan
#kenna
📍=Ⓓ👉Yohaannis 15:26_27
#Gargaaraan, jechuunis
#Afuurri dhugaa inni Abbaa keessaa bauu fi #inni_Ani Abbaa biraa isiniif #ergu yommuu dhufu, inni waaee koo
dhugaa ni baa isinis jalqabumaa kaasee anaa wajjin waan jirtaniif anaaf dhugaa ni baatu
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➛Lakki jeetani akkuma pheenxee sana ija keessan dunufatani iyyuu yoo,ta’e qofa iyya kaa.
➛Kiristoos
muhammadi ni erga
Yoo,jettanii immoo Kiristoos Waaqayyo jechuu keesaani,Sababiin isaa Qur’aanaa keessatti
muhammadi kani ergee Alaha dha jettani jiruu. ,Qur’aani immoo muhammadi kani erge Alahadha jedha.
Kanafu
#filannoo_lamaa qofa qabduu
A➩Alaha jechuun Kiristoos jechudha
B➩
muhammadi kani erge Kiristoos moo, Alaha.
📍=Ⓔ👉Suura 35:4

وَإِن يُكَذِّبُوكَ فَقَدْ كُذِّبَتْ رُسُلٌ مِّن قَبْلِكَ ۚ وَإِلَى اللَّهِ تُرْجَعُ الْأُمُورُ

(Yaa
#Muhammad!) Yoo si sobsiisan, #ergamtoonni si duraas (akkuma kee) sobsiifamanii jiru Dhimmoonni hundis gara Rabbiitti deebifamu.

😁Jecha Qur’aanaa tokko tokkoon immoo kuno hiikaa isaa ilala👇

وَإِن : And i
يُكَذِّبُوكَ : they deny you,
فَقَدْ : then certainly
كُذِّبَتْ : were denied
رُسُلٌ : Messengers#
مِّن : before you.
قَبْلِكَۚ : before you.
وَإِلَى : And to
ٱللَّهِ : Allah#
تُرْجَعُ : return
ٱلْأُمُورُ : the matters.
kanafuu jechi ergamoota (messengers ) jedhuu ,Raajii
muhammadi dura yoo,tani, muhammadi immoo isaani booda wani dhufefi, allahatu isaa ergee jechudha.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹link waldaa kana👇👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======//===//========
🌺⬇️ kutaa -65- ffªª ⬇️🔳
   📍gaafi fi deebi
   📍musiliimota
Yohaannis 14:16
Ani Abbaa nan kadhadha Abbaanis inni bara baraan akka isinii wajjin jiraatuuf kani isin jajjabeessu isiinif ni kenna

==================
📍gaaffii isaanii
1=kani jajjabeessu kuni
#muhammadi jedhuu.
=======*
🔳 deebi keenya
📍Lakki
muhammadi miti , inni Affuurraa Qulqulluudhaa malee.
▲▲▲▲▲▲
➩ Fakkeenyaaf kuni sobaa ta'u isaa hubbachufi. Jalqabaa dura dubbii kana kani dubbate Kiristoos , Kiristoos immoo kani dubbate barattoota isaa 11 qofaatti , baratoonni Kiristoos immoo kani jiran iyarusalemi keessa yookiin
#Israa'el keessa
muhammadi immoo kani jiratu biyya #Arabaa keessa. Kanafuu eessaati walitti dhufuu ,laata
Biyyaa Israa'el jechuun biyya Arabaa jechudha laataa 😁

🔳 inni bira immoo barattooni Kiristoos bara34-100 jidduu barattoota jiracha turanii.
Muhammadi dhalate waggaa 40 tti barsisuu eeggale
Amanta musilima bara 610 tti ,
Isaa booda 700 irraa eeggale jedhee jedha seena Islaama
(ragaa kiyyaa .
#how_islama_started)) jedha Google irraa ilaala))

➩kanafuu baratoonni Kiristoos bara 34_100 erga jirtanii ,
muhammadi bara 610 erga dhufee ,akkamitti wali argani muhammadi isaan jajjabdessu dandae laata....
👉yookaan gaaffii keenya sila Kiristoos barattoota isaatiin jedhee, barattoota Kiristoos keessa tokko immoo Pheexiroos ,kanafuu Pheexiroos fi
muhammadi wali argamanii jiru jennee gaafana😁
Deebi gonkumaa hin jiru Kanaaf kuni soba.
▲▲▲▲▲▲▲▲▲▲▲
🔳 garuu Kiristoos kani jedhee afuurra Qulqulluudhaa malee
muhammadi mitii
Yohaannis 14:16-17
Ani Abbaa nan kadhadha Abbaanis inni bara baraan akka isinii wajjin jiraatuuf kan isin jajjabeessu  isiniif ni kenna innis 
#Affuurra_dhugaa sia tau, #addunyaan waan isa hin arginee fi waan isa hin beekneef fudhachuu hin dandau. Taus inni isinii wajjin waan jiraatuu fi isin keessa waan jiruuf #isin isa ni beektu.
👉 kanafuu Yohaannis 14:16* irraa kani jiruu Yohaannis 14:17 irratti qaamni kuni eenyu akka ta’e ifa godhee jira.
▲inni bira immoo Kiristoos abbaa nan kadhadhaa jedhe ture , Sababa maalif kadhata Abbaan hin beekuu mooRaajii iyyuel dubbate hin turee kana duraa ,Eeyyee dubbate jira.
Iyyuel.2:28
Waaqayyo ammas, “Bara booddeetti
#ani_hafuura koo #nama hundumaa irratti nan dhangalaasa #ilmaan keessanii fi #intaloonni keessan #raajii in dubbatu, maanguddoonni keessan abjuu in abju'atu, dargaggoonni keessanis mul'ata in argu
➩kanafuu Kiristoos Abbaa nan kadhadhaa jechuun isaa dubbii rajji kana akka rawwatamu ,
Nan godha jechuu Isaati maalee
👉akkuma Kiristoos yaa, abbaa hojji ati lafa irratti nati kinneete xumure jira jedhu, dubbi raji kana immoo isaa tokko turee Innis yaa, rawwatamuu jechu Isaatii.
Yohaannis 17:4-5
Ani hojii akkan hojjedhu anaaf kennite xumuree, lafa irratti ulfina sii kenneera.
Kanaaf, yaa Abbaa ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni
Luqaas 24:49
#Ani wanta #Abbaan koo
#abdachiise isiniif #nan_erga Isin garuu hanga #humna gubbaadhaa dhufu uffattanitti magaalattii keessa turaa.”
👉kanafuu nan kadhadhaa jechuun isaa nan erga jechudha maalif yoo,jeetani kani humna kani jedhamee afuuraa Qulqulluu dha, kanafuu. Magaalaa kana keessa tura jedhee ture, afuurri Qulqulluu immoo guyyaa 50ffaa irratti buefi

🅰Inni bira immoo Kiristoos fakkeenya nuufi ta'uf ,Abba nan kadhadha akka Afuura isiniif kennuuf jedhee., malee Kiristoos ofuma isaa Affuurra Qulqulluu kennuuf Aangoo qaba.
Yohaannis 20:22
Erga kana jedhee booda
#Affuura isaanitti baafatee akkana isaaniin jedhe: #Affuura_qulqulluu fudhadhaa
🅾 Walumaagalatti waee
muhammadi gonkumaa akka hin jire akkasumas, Kiristoos abbaa nan kadhadhaa jechuun isaa hojii Abba koo,nan rawwadha jedhu isaatti ,yookiin akkuma Abbaan Affuura Qulqulluu erguu anis nan erga jechuu isaa akka ta’e ni hubbanna, akkuma Kiristoos jedhe « akkuma Abbaan hanga amma hojjatu ,ilmi illee haluma kani hanga amma ni hojjata jedha.»
Yohaannis 5:17
#Abbaan koo hanga ammaatti hojjechaa jira;#anis nan hojjedha” jedhee isaaniif deebise.
🅱Kutaa -56- ffaa dubbisaa
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/546
======//========
🌺 kutaa-89-itti fufaa.
seena
Muhammadi kani warra Musiliimaa.
kutaa-2-ffaa 👇

🌺
#Muhammadi foonii #farda nyaata
👉
Muhammadi guyyaa tokko akkasii jedhee namoota gorsee.
#Foonii_harree hin nyaatinaa , #Foonni_farda nyaachuu dandeessu jedhee gorsee.
👇 👇👇👇👇👇👇

حَدَّثَنَا سُلَيْمَانُ بْنُ حَرْبٍ، حَدَّثَنَا حَمَّادُ ب زَيْدٍ، عَنْ عَمْرٍو، عَنْ مُحَمَّدِ بْنِ عَلِيٍّ، عَنْ جَابِرِ بْنِ عَبْدِ اللَّهِ ـ رضى الله عنهما ـ قَالَ نَهَى رَسُولُ اللَّهِ صلى الله عليه وسلم يَوْمَ خَيْبَرَ عَنْ لُحُومِ الْحُمُرِ، وَرَخَّصَ فِي الْخَيْلِ‏.‏
Kanafuu
#Muslimoonni hundi #oromo miti.
Sababiin isaa Oromoon foonii farda hin nyaatuu.
inni biraa immoo Amantaa Muslimaa foonii farda nyaadha jedhee barsiisuu isaatti.
Erga namootaani nyaadha jedhee immoo
muhammadi foonii fardaa nyaata.

kutaa-3-ffaa itti fufaa seenaan
muhammadi.
🌹kutaa-102-ffaa.👈
➻Gaaffii fi Deebii Muslimoota.
Yohaannis 1:25
isaan “Ati #Kiristoos yookiin #Eeliyaas yookiin #Raajicha miti taanaan, maaliif #cuuphxa ree?” jedhanii isa gaafatan.
1=➻ #Gaafi isaanii #Raajicha kani jedhamee kuni #Muhammadi jedhuu😂
➧sababa isaa immoo waee #Namoota_sadanii kuni kaaku #Moofaa keessatti gara fuulduraatti ni dhufu jedhamee wani bareffamefi. Isaanii keessa 👇
➊➧ #Kiristoos dhufee jira💯
➋➧ #Eeliyaas dhufee jira yookiin bakka Eeliyaas #Yohaannis #Cuuphan dhufe jira jedhu💯
Maatewoos 17:12-13
Ani isinitti nan hima, #Eeliyaas #dhufeera; isaan garuu wanta barbaadan isa irratti raawwatan malee isa hin beekne. Ilmi namaa-sa'aa akkasumaan harka isaaniitti dhiphachuuf jedha.” Yeroo kanatti #barattoonni isaa kan inni dubbachaa ture #waaeeguu_Yohaannis_Cuuphaa taʼuu isaa hubatan
➧kanafuu Eeliyaas ni dhufa kani jedhee Yohaannis cuuphaadhaa.
🙋‍♀ kanafu Eeliyaas dhufee jechuun Yohaannis cuphaan dhufe jechudha (Mat 11:14) dubbisi 👈
➌➻ #Raajicha kani jedhamee immoo #muhammadi jedhuu
▬▬▬▬
🌷Deebii keenya👇
➊➻Eeyyee dhuguma #Kiristoosiin dhufee jira❣️
➋➻Eeyyee #Eeliyaas ni dhufa jedhame bakka isa #Yohaannis Cuuphaan dhufee jira❣️
➌➻Eeyyee #Raajichi ni dhufa jedhame dhufee jira inni suni #muhammadi osoo hin tanne #Kiristoos ❣️

🌷 #Mataa_Duree falmii keenya #Raajicha kani jedhama #Kiristoos Moo Muhammadi kani jedhuu irratti

#Qabxiwwan_Tokkoffaan
#Namoonni kuni sadanuu iyyuu #sirna_cuuphaa raawachuu qabani « Fariisonni Yohaannis cuphaani akkasii jedhanii Ati erga Kiristoos yookaan Eeliyaas yookiin Raajicha hin tanne #maalif #cuuphada ree jedhanii (Yoh 1:25),dubbisi 👈
🌹Kanaafuu Namoonni sadan kuni #diraama cuuphaa cuphuu qabuu. warri dhufu kuni
➊➻Kiristoos cuuphaa cuuphee jira
A)📍#Maatewos 3:11
Ani yaada waan geddarattaniif bishaaniin isin nan cuupha; inni ana booda dhufu garuu ana caalaa jabaa dha; ani kophee isaa illee isa irraa baasuuf gaʼumsa hin qabu. Inni #hafuura qulqulluu fi #ibiddaan isin #cuupha
➻inni hafuura fi ibiddaan cuuphu immoo Kiristoos Kanaaf Kiristoos cuuphee jira
➋➻ bakka Eeliyaas bue kani dhufee immoo Yohaannis Cuuphaan cuuphee jira.
B)📍#Luqaas 3:7
#Yohaannis namoota hedduu harka isaatiin cuuphamuuf gara isaa dhufaniin akkana jedhe: “Isin ijoollee buutii nana, dheekkamsa isa dhufaa jiru jalaa akka baqattan eenyutu isin akeekkachiise?
➌➻Raaji #Muhammadi yoomi cuuphee yookaan matan isaa iyyuu hin cuuphamne
😳 kanaafu dubbii suni isaaf hin dubbatamnee =ok👌
▬▬▬
#Qabxiiwwan_lammaffaan
❣️Kanaafu " Raajicha " kani jedhame Kiristoos.
➻Fakkeenyaaf #Kiristoos ni dhufa jedhamee kaaku #Moofaa keessatti iddoo itti dubbatamee (Raaji Daani'el 9:25)

➋➻ Eeliyaas yookiin Yohaannis Cuuphaan ni dhufa jedhamee kaakuu Moofaa keessatti iddoo itti dubbatame
(Raajii Isayaas 40:3 fi Raaji milkiyaas 3:1, 4:5 )
=Maaliif immoo Yohaannis Cuuphaan bakka Eeliyaas dhufe isaa jedhuuf immoo «Afuuri Eeliyaas Yohaannis cuuphaa irraa wanii jiruuf.👇
C)📍#Luqaas 1:17
#inni garaa abbootii gara ijoolleetti, namoota hin ajajamnes gara ogummaa qajeelotaatti deebisuuf #hafuuraa fi humna #Eeliyaasiin fuula isaa dura ni deema; kunis namoota Waaqayyof qopheessuufi.

➌➻Kani #Raajicha ni dhufa jedhame dubbatame immoo kaaku Moofaa keessatti iddoo kanaa👇
D)📍#Sera_kesa_Debi 18:15
Waaqayyo Waaqni kee #obboloota kee keessaa #raajii_akka_kootii tokko siif kaasa. Atis isa dhagaʼuu qabda.
👆👉 dubbii kuni Kiristoosif jedhamee kitaaba irratti dubbatame jira.
1➻Tokkoffaa Kiristoos maatan isaa Musee waee kiyya dubbate jechuu isaa.
E).📍#Yohaannis 5:46
Utuu #Musee amantanii silaa anas ni amantu ture; inni #waaee_koo_barreesseetii
F)📍 #Luqaas 24:27
Innis #Musee fi #raajota hunda irraa jalqabee waan Katabbiiwwan #Qulqulluu hunda keessatti #waaʼee isaae #dubbatame isaaniif ibse.
2➻lamaaffan #Filiphoos museen kitaaba isaa keessatti wae Kiristoos dubbatee jedhee jira.
G)📍 #Yohaannis 1:45
#Fiiliphoos Naatnaaʼelin argee, “Isa #Museen_kitaaba Seeraa keessatti waaʼee isaa barreessee fi isa #raajonnis waaʼee isaa barreessan, ilma Yoosef, #Iyyaasus nama Naazreeti arganneerra” jedheen.
➌➻ Sadaffaan inni suni kiristoos jedhe jira #Pheexiroos
H)📍#Hoji_Duka_buota 3:20-22
kunis akka inni #Kiristoos isiniif filatame sana jechuunis #Iyyaasus erguuf. Innis hamma yeroon Waaqni itti waan hunda iddootti deebisu sun gaʼutti #samii_irra_turuu_qaba; Waaqnis bara dheeraadhaan dura karaa #raajota isaa #qulqullootaatiin waan kana dubbatee ture.

#Museen akkana jedheeraatii; ‘Waaqni keessan Gooftaan #sabuma keessan keessaa #raajii akka #kootii tokko isinii kaasa; isinis waan inni isinitti himu hunda dhagaʼaa.
➍➻afuraffaa immoo inni suni Kiristoos jedhee #Isxifaanos
I)📍 #Hoji_Duka_Buota 7:37
#Museen kun isuma saba Israaʼeliitiin, ‘Waaqni sabuma keessan keessaa raajii akka kootii tokko isinii kaasa’ jedhe sanaa dha.
❣️hanga ammatti dhimmi kuni Kiristoosif akka ta’e hubbanne jira raajicha kani jedhame Kiristoos.💯💯💯
🔈 kuni hundii isaa waee muhammadi osoo hin tanne waa'ee Kiristoos akka ta’e ifa
▬▬▬▬▬▬

🔺amma immoo #soba_Muslimoota isaanii ni saaxila🔖🛥👇
1= #Muhammadi iddoo sanatti Musee anaafi dubbate hin jennee ⚠️
2= #Namoonni yeroo muhammad keessa jiraatan illee Musee waee muhammad dubbate iddoo kanatti hin jennee ⚠️
3= #Kitaabni Musee iyyuu badee hin jiruu jedhanii *amma immoo kitaaba keenyaa fudhatan akkamitti akkasii jedhama⚠️
4= #Allaha maatan isaa iyyuu muhammadin Musee waee kee siif bareesse hin jennee ⚠️
5=muhammadi eenyu #cuuphe beeka yookiin yoomi cuuphame mee ⚠️
▬▬▬▬▬▬
𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖𝙩𝙞
𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 𝚒𝚖𝚖𝚘𝚘 𝚛𝚊𝚊𝚓𝚒𝚍𝚑𝚊 𝚓𝚎𝚌𝚑𝚞𝚞𝚗 𝚊𝚔𝚔𝚞𝚖𝚊 𝚛𝚊𝚊𝚓𝚘𝚘𝚝𝚊 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚜𝚊𝚗𝚊 𝚖𝚒𝚝𝚝𝚒.
➊➻𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 #𝚊𝚍𝚍𝚞𝚗𝚢𝚊 𝚍𝚞𝚛𝚊 𝚝𝚞𝚛𝚎 (𝚢𝚘𝚑 17:5). Kanaafuu rajooni bira kami addunyaa duraa kani ture
➋➻𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 #𝚜𝚊𝚊𝚖𝚒 𝚒𝚛𝚛𝚊 𝚍𝚑𝚞𝚏𝚎 (𝚢𝚘𝚑 6:62)
Raajoota keesaa kami samii irraa kani dhufee
➌➻𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 𝚠𝚊𝚗𝚝𝚊 𝚑𝚞𝚗𝚍𝚞𝚖𝚊 #𝚞𝚞𝚖𝚖𝚎𝚎 𝚓𝚒𝚛𝚊 (𝚢𝚘𝚑 1:10)
Raajoota keessa eenyu hunda kani Uumee
➍➻Kiristoos #Alfa fi omegadha (Mul’ata 22:13)
Raajoota keessa eenyu alfa fi omega kani jedhamee
❝ 𝙠𝙞𝙧𝙞𝙨𝙩𝙤𝙤𝙨 𝙧𝙖𝙖𝙟𝙞𝙙𝙝𝙖 𝙟𝙚𝙘𝙝𝙪𝙪𝙣 𝙛𝙖𝙠𝙠𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖 𝙢𝙪𝙨𝙚𝙚 ,𝙙𝙖𝙖𝙣𝙞𝙚𝙡.. 𝙧𝙖𝙖𝙟𝙞 𝙠𝙖𝙣𝙞 𝙙𝙪𝙗𝙗𝙞𝙨𝙪 𝙞𝙨𝙖𝙖 𝙮𝙤𝙤𝙠𝙞𝙣 #𝙗𝙪𝙧𝙦𝙖𝙖 𝙧𝙖𝙖𝙟𝙞 𝙞𝙮𝙮𝙪𝙪 𝙠𝙞𝙧𝙞𝙨𝙩𝙤𝙤𝙨 𝙟𝙚𝙘𝙝𝙪𝙪𝙙𝙝𝙖.

𝑔𝑎𝑟𝑎 #𝑡𝑒𝑙𝑒𝑔𝑟𝑎𝑚𝑎 𝑘𝑜𝑡𝑎👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🌹Gaaffii tokko Muslimoonni akkasii jedhanii naa gaafatanii
#Maariyaami kani #ajjeesee Iyyaasuus #Kiristoos , kanaafu Kiristoos akkamitti #haadha isaa ajjeesaa kuni #safuudha nani jedhanii 😁

➻ yeroo kana ani immoo gaafii tokko gaafadhee Raaji #muhammadi Kani #ajjeesee eenyu jedhee gaafadhee #Allaha nan jedhee.
➻erga akkasii ta’e kana hunda Allaha muhammadi tti fayyadama ture maalif ajjeese ,Allahan maaliif #garaa itti jabate kuni #safuu dha jedhanii 😁😁😜

Yeroo kana #deebii fidu didee caalise 😁


🌹gaaruu ani wanta tokko isinitti nan himma yaa ijoollee #orthodoksi.

Du’aa jechuun #boqonnaa dha , Waaqayyo immoo namni yeroo boqachuu qabatu nama boqachisaa.

Kanaafuu Waaqayyo boqonnaa namaaf yoo kenne kuni akkamii safuu ta'a mee,akkamitti boqonnaa cubbuu ta'a


🌹yaa Muslimaa akkanumaan ofii keessatti hin fincaanii jennani.