🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.36K subscribers
43 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
βž‘οΈπŸ…± kutaa _ 53 ffΒͺΒͺ β˜˜πŸ“
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌻Gaaffii fi Deebii
πŸ…°Musiliimota🚷
✍ Yohaannis 12:50πŸ‘‡
#Ajajni isaas #jireenya bara baraa akka tae ani beeka. Kanaaf, Ani wantan dubbadhu hunda akkuma #Abbaan anatti #himettan dubbadha.”
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ”ΊGaaffii isaanii.
1=
Dubbii Abbaa Qofa jireenya kani kenuu ,Kiristoos ofii isaatti hooma gochuu hin danda'u jedhuu.❓
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ”³ Deebii keenyaa
Lakkii
dubbii Kiristoos illee jireenya kani isaanii lamanuu iyyuu jireenya kan jedhuu ta'a
✍jalqabaa irratti
dubbii Kiristoos dhugumaan jireenya ta'u ragaa kitaaba kunooπŸ‘‡

β“΅πŸ‘‰Yohaannis 6:63
Jireenya kan kennu #Afuura ; foon faayidaa tokko illee hin qabu. #Dubbiin ani isinitti dubbadhe Afuura, akkasumas #jireenya.
β“ΆπŸ‘‰Yohaannis 6:68
Simoon Pheexirosis akkana jedhee isaaf deebise: β€œYaa Gooftaa, gara eenyuu dhaqna? Ati
#dubbii_jireenya bara baraa qabda.
β“·πŸ‘‰Yohaannis 10:28
#Ani_jireenya bara baraa isaaniif nan kenna; isaan matumaa hin balleeffaman; eenyu illee harka koo
keessaa isaan hin butatu.
πŸ“βž›kanafuu
dubbii Kiristoos illee jireenya akka ta’e ibsine jira.
✍ Fakkeenyaaf
dubbii kuni osuma kan Abbaatti jenne iyyuu Kiristoos akkasii jedhee Abbaan kani koo,keessa fudhee jedhee jira.
β“ΈπŸ‘‰Yohaannis 16:15
#Wanti Abbaan qabu #hundi kan koo ti. #Inni wanta kan #koo tae irraa #fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
β“ΉπŸ‘‰Yohaannis 17:10
#wanti kan koo tae hundi kan kee ti; wanti kan kee tae hundis kan koo ti; anis isaan
gidduutti ulfina argadheera
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➑️ gara maata duree keenya yeroo deebinuu
βž›akkuma kutaa_52 ffaa keessaatti illaalle yihudoonni
dubbii Kiristoos gonkumaa fudhachuu wani didaniif. Dubbii kuni kani Abbaatti jireenya kenna jedhee.
Yihudoonni kunis Kiristoos eenyu akka ta’e guyyaa tokko ni walalani wali mormii eeggalani
β“ΊπŸ‘‰Yohaannis 10:24
Yeroo kanatti
#Yihudoonni isatti marsanii, β€œ #Hanga yoomiitti qalbii nu rarraasta? Ati Kiristoos yoo taate ifatti nutti himi” isaan jechuu jalqaban
β“»πŸ‘‰Yohaannis 7:40_43
Namoota sana keessaa
warri kana dhagaan tokko tokko, Dhuguma iyyuu kun
#Raajicha dha”jedhan. Kaan immoo, β€œ #Kun_Kiristoosi” jedhu turan. #Tokko_tokko garuu akkana jedhu turan: β€œKiristoos #Galiilaadhaa ni dhufaa?
Kitaabni Qulqulluun Kiristoos
sanyii
#Daawit keessaa, akkasumas Beetaliheem ganda Daawitii akka dhufu ni dubbata mitii?” Kanaaf, isa ilaalchisee namoota sana #gidduutti wal qoqqooduun ni #uumame
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
✍Walumaagalatti yihudoonni Kiristoos eenyu akka ta’e beekuu dhabuu isaaniifi ,
dubbii Kiristoos gonkumaa fudhachuu diduu isaaniitti kani kae Kiristoos wa'ee Abbaa qofa itti himme jira.
➑️ sababaa inni biraa immoo
Abbaa isaa kabajuu akkasii jedhee ,Fakkeenyaaf dubbi Abbaa
jireenya ,Abbaan koo,hundumaa caala, yeroo jedhu kabaja Abbaa ibsuufi

β“ΌπŸ‘‰Yohaannis 17:4_5
Ani hojii akkan hojjedhu anaaf kennite xumuree,
#lafa irratti #ulfina sii kenneera.
Kanaaf, yaa
#Abbaa ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni.
β“½πŸ‘‰Yohaannis 5:23
Namni
#hundi akkuma Abbaadhaaf #ulfina kennu, #Ilmaafis ulfina akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina hin kennu.
🌺 akkuma Dubbiin Abbaa
jireenya ta’e kani ilma jireenya
Abbaa fi Kiristoos tokko.sababa isaanii tokkoo tanif immoo kunoo πŸ‘‡
β“ΎπŸ‘‰Yohaannis 12:45
Namni na
#argu hundi, isa na erge Sanas ni #arga
β“«πŸ‘‰Yohaannis 5:17
#Abbaan koo hanga ammaatti #hojjechaa jira #anis nan #hojjedha” jedhee isaaniif
deebise
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌺 link kan xuqa senaπŸ‘‡πŸ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======⨳⨳⨳============
πŸ…° kutaa-72β–ͺβ–ͺffΒͺΒͺ. 🌺
      πŸͺ΄βž›Gaaffii fi Deebi
      πŸͺ΄βž›Musiliimota
✍ Yohaannis 15:15
Garbichi tokko wanta Gooftaan isaa hojjetu waan hin beekneef,
Ani kana booda garboota jedhee isin hin waamu. Kanaa mannaa,
#Ani wantan #Abbaa koo irraa #dhagae_hunda waanan isin beeksiseef michoota jedhee isin waameera.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
βž› gaaffii isaanii
1= Kiristoos wanta dubbatu hunda Abbaa irraa fudha malee ofii hin beekuu jedhanii ❓
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
1️⃣ Deebii keenyaa.
Lakki Dubbiin kani Kiristoos. Tau irree ni mirkaneessina
β“΅βœYohaannis 6:68
Simoon Pheexirosis akkana jedhee isaaf deebise: β€œYaa Gooftaa, gara eenyuu dhaqna? Ati
#dubbii_jireenya bara baraa #qabda.
πŸ‘‰ akka dubbisaa kanatti
dubbii jireenya eenyutu qaba❓deebii isaa Kiristoos jechudha. Erga,dubbii jireenya Kiristoos irraa argamee maaali sii,barbachisaa ree. Kana oli.

β“ΆβœYohaannis 6:63
Jireenya kan kennu #Afuura  foon faayidaa tokko illee hin qabu. #Dubbiin ani isinitti dubbadhe Afuura, akkasumas #jireenya.
β“·βœYohaannis 6:27
Nyaata baduuf hin
#hojjetinaa; kanaa mannaa nyaata hin badnee fi jireenya bara baraa argamsiisuuf, isa #Ilmi_namaa isiniif #kennu sanaaf hojjedhaa; sababiin isaas, Waaqayyo Abbaan chaappaa isaa Ilma irratti godhee #mirkaneesseera.”
β“ΈβœMatewoos 7:24.
namni
#dubbii_koo kana dhagaΚΌee hojii irra oolchu, nama hubataa mana isaa qarsaa irratti ijaarrate fakkaata.
πŸ‘‰osoo Dubbiin kuni kani Kiristoos ta'u baatee maalif
dubbii koo jedha ree?, dubbii Abbaa koo,jedhu didee ?
πŸ‘‰Walumaagalatti dubbiin Kiristoos illee akka jiruu ni ibsaa.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ…± gara mataduree keenya yoo,deebinu
Kiristoos maalif
dubbii Abbaa irraa dhagaee hunda isinitti nan himma jedha ree, isaa jedhuufi

A))➩Sababa,Tokkoffaa(-1ffaa)
=Dubbiin Abbaa fi ilma Tokko wanii ta’efi. ❝ kani Abbaan qabuu kani ilma ,kani ilmi qabuu hundi kani Abbaatti ,kanafuu kani Abbaas yoo,jedhe rakkina hin qabu❞.
βžŠπŸ‘‰Yohaannis 17:10
wanti kan
#koo taΚΌe #hundi kan kee ti; wanti kan #kee taΚΌe #hundis kan koo ti; Anis isaan gidduutti ulfina argadheera.

B))➩Sababa lammaffaa(-2ffaa)
Kiristoos akkasii kani jedhee kabaja isaa ibsuuf turee. kunis dhugaa Kiristoos akka ta’e mirkaneessuf turee
βž‹πŸ‘‰Yohaannis 7:17-18
Namni fedhii Waaqayyoo raawwachuu barbaadu kam iyyuu, barumsi kun Waaqayyo biraa akka dhufe yookiin
#Ani_ofii kootiin kakaΚΌee kanan dubbadhe taΚΌuu fi dhiisuu koo ni beeka. #Namni ofii isaatiin kakaΚΌee dubbatu hundi ulfina mataa isaa barbaada; namni ulfina isa isa erge sanaa barbaadu hundi garuu, inni #dhugaa dha;  #jalΚΌinnis isa keessa hin jiru.

C))➩Sababa sadaffaa(-3ffΒͺΒͺ)
Kiristoos akkasii kani jedhee Abbaan biraa gara namoota  dhufu isaa mirkaneessuf.kunis yeroo abba biraa turee kani arge dubbachuu isaatti
βžŒπŸ‘‰Yohaannis 8:38
#Ani wantoota yommuun Abbaa koo #wajjin turetti #argen dubbadha; isin garuu wantoota abbaa keessan irraa dhagessan hojjettu.”
πŸ‘‰iddoo kana irratti Kiristoos Ana qofatu Abbaa arge malee kani bira hoomtuu hin jiru jedhee jira.
βžπŸ‘‰Yohaannis 6:46
#Isa_Abbaa biraa dhufe sana malee #namni tokko illee Abbaa #hin_argine; Abbaa kan arge isa #qofa dha.
β–²kanafuu kuni eenyu ree, Kiristoos qofaa jechudha,erga akkasii ta’e Abbaa wajjiin ture inni dhuguma Kiristoos Waaqa.

D))➩Sababa afuraffaan(-4ffaa).
duuka bu'oota keesaa tokko tokko jechunis obbolota,Kiristoos,yihudoota keessa
,Fariisonni keessa
dubbii Kiristoos fudhachuu irratti dubbati jedhu turee yookiin akka salphaatti ilaalu yookiin itti hin amanani ture yeroo kan immoo Kiristoos dubbiin kani abbati jedha.
βžŽπŸ‘‰Yohaannis 7:5.
#Obboloonni isaa illee isatti hin #amanne turan.
βžπŸ‘‰Yohaannis 7:47-48
#Fariisonni immoo deebisanii akkana jedhan: β€œIsinis ni gowwoomfamtanii?  Bulchitoota yookiin Fariisota keessaa tokko illee isatti kan #amane jiraa?.
βžπŸ‘‰Yohaannis 10:24-25
#Yihudoonni isatti marsanii, β€œHanga yoomiitti qalbii nu rarraasta? Ati Kiristoos yoo taate ifatti nutti himi” isaan jechuu jalqaban Iyyasus(Kiristoos) deebisee akkana isaaniin jedhe: β€œAni isinitti #himeera, isin garuu #hin_Amantan. Hojiiwwan ani maqaa Abbaa kootiin hojjechaa jiru kun, waaΚΌee koo dhugaa ni baΚΌu.