🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.4K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
➩🌺 kutaa _ 59 ffΒͺΒͺ πŸ”³
β–²β–²β–²β–²β–²β–²β–²β–²β–²β–²β–²
πŸ“ Gaaffii fi Deebi
πŸ“Musiliimota
✍ Yohaannis 14:9
Iyyaasuus(Kiristoos) akkana jedheen: β€œYaa Filiphoos, yeroo dheeraa hammanaatiif ergan isinii wajjin jiraadhee booda illee, isin amma iyyuu na
hin beeknee? #Namni Ana arge hundi #Abbaas argeera. Maarree ati akkamitti, β€˜Abbaa nutti argisiisi’ jetta?
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ‘‰ Gaaffii isaanii
1= gonkumaa siila Namni Abbaa Argee
hin jiruu , Kiristoos immoo akkamitti Namni Ana Arge Abbaa arge jedha
jedhuun ..❓
⏯ Ragan isanii immoo kunoπŸ‘‡
1=sera.Bau 33:20
#Namni fuula koo #arge jiraachuu waan hin dandeenyeef, ati fuula koo arguu hin dandeessu
2= 1ximotewos 1:17
Mootii bara baraa isa
hin duune, isa #ijaan hin argamne, Waaqayyo tokkicha sanaaf baruma baraan #ulfinnii fi #guddinni haa ta'u! Ameen
3= 1ximotewos 6:16
Waaqayyo duwwaatu
hin du'u, inni #ifa_homtinuu itti dhi'aachuu hin dandeenye keessa in jiraata; namni takkaa isa #hin_argine, isa arguus hin danda'u. Isaaf #ulfinnii fi #Aangoon bara baraa haata'u! Ameen
4=1Yohaannis 4:12
Yoom iyyuu taanaan namni
#Waaqayyoon_argee beeku hin jiru. Wali #jaallachuu keenya yoo itti fufne, Waaqayyo nu keessa ni jiraata, jaalalli isaas nu keessatti guutuu taa
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ“Deebi keenyaa
πŸ”³
#Namni Waaqayyo Arge jira kan jedhu ta'a
πŸ”³
#Ergamoonni Waaqayyo isa arganii jiruu.
    🌺 Namni Waaqayyo arge
         jirachuu isaa kunoo raga
         Keenyaa kitaaba Qulqul
β“΅πŸ‘‰sera Uumama 32:30
#Yaaqoobi , β€œAni #Waaqayyoon #fuulleetti nan #arge, garuu lubbuun koo ooleera” jedhe; kanaaf maqaa iddoo sanaa β€œPheeni'el” jedhee moggaase*; [β€œPheeni'el” jechuun, β€œFuula Waaqayyoo” jechuu dha]
β“ΆπŸ‘‰Seera. Uumama 18:1
Abrahaam yeroo saafaa balbala dunkaana isaa dura taa'ee utuu jiruu,
#Waaqayyo qilxuu Mamree biraa isatti in #mul'ate
β“·πŸ‘‰Sera.Bau 24:10-11
isaan
#Waaqayyo isa kan Israa'el in argan; miilla isaa jala wanta akka dhagaa Safiiros, isa qullaa'aa akka bantii waaqaatu ture*. Inni harka isaa gurguddoota saba Israa'el kanatti hin buufne; isaan Waaqayyoon in #argan, achitti walii wajjin in nyaatan, in dhuganis
β“ΈπŸ‘‰1 motoota 22:19
Yommus Miikiyaas, β€œWaaqayyo teessoo isaa irra utuu taa'uu, macci waaqa irraas hundinuu gara mirgaa isaa fi gara bitaa isaa utuu dhaabatanii
#nan_arge; kanaafis wanta Waaqayyo dubbatu dhaga'i
β“ΉπŸ‘‰iyyoobi 19:26_27
Gogaan dhagna kootii ana irraa qunca'ee, foonis dhagna koo irra
hin jiru yoo ta'e iyyuu, ani Waaqayyoon arguuf jira. Ani ofii kootii #isa_nan_arga; anumatu ija kootiin isa arga malee, kan biraa miti; ani garuu isa yaaduu irraa kan ka'e nan gaggabe

β“ΊπŸ‘‰Raajii isayaas 6:3
Yommus ani, β€œWayyoo kaa! Ani nama arrabni isaa xuraa'e, namoota arrabni isaanii xuraa'e gidduus kanan jiraadhu waanan ta'eef
#iji koos Waaqayyoon mootii maccaa waan #argeef nan bade!” jedhee nan iyye
β“»πŸ‘‰Mul’ata Yohaannis 22:3_4
Magaalattii keessa kana booda abaarsi
hin jiru. Kanaa mannaa teessoon #Waaqayyoo fi teessoon #Hoolichaa magaalattii keessa taa, garboonni Waaqayyoos tajaajila
qulqulluu isaaf dhiheessu; isaan
#fuula isaa ni argu; maqaan isaas adda isaanii irratti ni barreeffama
   🌺 Ergamoonni immoo
       Waaqayyo arguu isanii
β“ΌπŸ‘‰Maatewos 18:10
Dhuguman isiniin jedha, maleekonni(Ergamoonni) isaanii warri samii keessa jiran yeroo hunda fuula
#Abbaa koo isa samii waan #ilaalaniif, warra xixinnoo kana keessaa isa tokko akka hin tuffanne of eeggadhaa.
β“½πŸ‘‰Luqaas 1:19
Maleekaan sunis deebisee akkanaan jedheen: β€œAni Gabrieel isa
#fuula_Waaqayyoo dura dhaabatu dha; akka ani si haasofsiisuu fi misiraachoo kana sitti himuuf ergameera.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌹 Kitaabni iddoo tokko irratti Waaqayyo hoomtuu
hin argine jedha , iddoo tokko tokko irratti namni fi ergamoonni argaman jecha , kuni walii hin fakkaatu.
Dogoggora kitaaba moo mitii❓
      πŸ”³ Deebi keenya
✍ Lakki gonkumaa dogoggora mitii jennaa., Kanaaf akkamitti
Yoo, jette immoo............❓❓
➩ iddoo Waaqayyo hoomtuu
hin arginee jedhuu irraa jechoota inni fayyadame qofa ilaala.πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌺 itti fufi dubbisi 🌺
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ‘‰link kana xuqi
@haadha_Waaqa_naJaladha
🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸
✝ Dubbisaa gaarii isiniif Haata’u ✝ πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
πŸ…° Fakkeenyaaf
Ser.Bau 33:20. ➩Waaqayyoo ibidda ifa fakkatee yeroo mulatu hoomtuu
hin arguu.
1 Xim 1:17* fi 1 Xim 6:16 ➩ifa Waaqayyo fi humna Waaqayyo namni arguu
hin jiru jedhe.
⏯ kana jechuun Haaluma museen jedhee sana waliin tokkoo.

Yeroo Waaqayyo
#ibidda , #ifa, fi #humna/Aangoo, isaanii  guutuu dhufu namni arguu hin jiruu.
πŸ”³Sera Bau 24:17
Yeroo kanatti
#ulfinni_Waaqayyoo akka #ibidda xaph godhuutti, fiixee tulluu sanaa irraa saba Israa'el duratti in mul'ata ture.
πŸ”³Ibroota 12:29
Waaqayyo keenya
#ibiddaa gubee balleessuu dha.
πŸ‘‰ Fakkeenyaaf yero museen fuulli isaa ifa ibidda fakkatee dhufee sana nami isa argu
hin dandeenye.
Seera.Bau 34:30
#Aaronii fi #namoonni Israa'el hundinuu gara Musee yommuu ilaalan, #fuulli isaa akka calaqqise arganii isatti dhi'aachuu in #sodaatan.

Seera. Bau 34:35
Yeroo sanattis namoonni Israa'el gara
#fuula_Musee ilaalanii, fuulli isaa akka #calaqqise argan; Museen hamma yeroo Waaqayyoo wajjin dubbachuudhaaf achi deebi'etti, fuula isaa in haguuggate*( 2Qor 3:7-18)
✍ akkuma museen yeroo fuula ifa ta’en dhufu namni arguu
hin dandeenye , Waaqayyo illee akkuma kana turee namni isaa hin arguu.
✍ yeroo immoo fuuli Musee ifa
hin ture namni arga turan , akkuma kana immoo yeroo inni ifa, ibidda ,humna/ Aangoo malee dhufee namni ni arga jechudha.

πŸ”³ Yaada musiliimota
1Yoh 4:12 irraa jiruu immoπŸ‘‡
⬇️ 1Yohaannis 4:12
#Namni tokko illee Waaqayyoon takkaa #hin_argine; yoo wal #jaallanne, Waaqayyo nu keessa in jiraata, jaalalli inni ittiin nu jaallatus nu keessatti fiixaan ba'uu isaa ti
πŸ”Ίβž©Deebi keenyaπŸ”Ί
iddoo kana irratti.
Sababa namni Waaqayyo
hin argineef jalalaa wani hin qabneef jedhee Yohaannis , garuu namni jalala yoo, qabatee immoo fuula fulaatti Waaqayyo fi Kiristoos ni arga.
πŸ…°βž©Yohaannis 14:21
Namni Ana jaallatu, isa ajajawwan koo fudhatuu fi eegu dha. Nama na jaallatu
hunda Abbaan koo ni jaallata, Anis isa nan jaalladha,
#isattis #ifatti of nan #mulisa.
πŸ…± ➩Yohaannis 14:23
Kiristoos akkana jedhee deebiseef: β€œNamni na jaallatu
#hundi dubbii koo ni eega, #Abbaan koos isa #jaallata, #nutis gara isaa dhufnee #bakka jireenyaa keenya #isaa wajjin godhanna.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ“ dubbii kiristoos Namni Ana Argee Abbaa Argee jedhuu immoo immoo hiika akkamii qaban .
πŸ…±πŸ›„ Lamaan isaanii iyyuu Aangoo/Humna, ifa,ibidda tokko  wanii qabaniif
Namni Ana arge Abba arge jedhee
A.))πŸ‘‰Yohaannis 1:18
#Homtinuu #takkaa_Waaqayyoon hin argine, #ilma tokkicha isa abbaa bukkee ture sanatu waa'ee isaa hiikee beeksise malee
=hoomtuu erga Waaqayyo
hin arginee Ilmi isa qofati immoo akkamitti isa biraa ture yeroo jennuu ,Ilmi isa Abbaa waajin Aangoo tokko wani qabuuf.
B))πŸ‘‰Ibroota 1:3
Inni(kiristoos)
#ulfina Waaqayyoo ni calaqqisa, eenyummaa isaas #sirriitti #bakka bua, akkasumas waan
hundumaa humna dubbii isaatiin jiraachisa. Inni cubbuu keenya erga qulqulleessee booda, iddoo oli aanaan mirgaa isaan Suurra Qabeessa sanaa taae.
C.))πŸ‘‰ 2 Pheexiroos 1:16
#Nuti_humnaa fi argamuu #Gooftaa keenya Iyyaasuus Kiristoos kan isinitti beeksisne, #surraa isaa isa #guddaa ija keenyaan argineen malee,
oduu durii isa soba taee fi haxxummaadhaan uumame hordofnee miti.
D))πŸ‘‰Yohaannis 8:19
Isaanis, β€œAbbaan kee eessa jira? jedhaniin Iyyasus(Kiristoos) β€œIsin anas tae Abbaa koo
hin beektan. Utuu ana beektaniittu taee, Abbaa koos ni beektu turtan” jedhee deebiseef.
E.))πŸ‘‰Maatewos 11:27
Abbaan koo wanta
hunda anaaf kenneera; Abbaa malee guutummaatti Ilma kan beeku tokko illee
hin jiru; akkasumas Ilmaa
fi nama Ilmi isatti mulisuu barbaadu qofa malee, guutummaatti Abbaa kan beeku tokko illee
hin jiru.
F.))πŸ‘‰Yohaannis 16:15
Wanti Abbaan qabu
#hundi kan #koo ti. Inni wanta kan koo tae irraa #fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
G.))πŸ‘‰Yohaannis 17:10
#wanti kan koo tae hundi kan kee ti; wanti kan kee tae hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadheera.
😜  Yoh 14:9 irraa kan jiruu kunoo kana fakkaata,hiika isa
➩kutaa_2ffΒͺΒͺ itti fufa.
Yoh 14:9irratti ammas hordofa.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ“πŸ“πŸ“πŸ“πŸ“πŸ“πŸ“πŸ“πŸ“πŸ“
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌺Link waldaa keenya kana
Xuqa hordofaπŸ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️
πŸ…° kutaa-72β–ͺβ–ͺffΒͺΒͺ. 🌺
      πŸͺ΄βž›Gaaffii fi Deebi
      πŸͺ΄βž›Musiliimota
✍ Yohaannis 15:15
Garbichi tokko wanta Gooftaan isaa hojjetu waan
hin beekneef,
Ani kana booda garboota jedhee isin
hin waamu. Kanaa mannaa, #Ani wantan #Abbaa koo irraa #dhagae_hunda waanan isin beeksiseef michoota jedhee isin waameera.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
βž› gaaffii isaanii
1= Kiristoos wanta dubbatu hunda Abbaa irraa fudha malee ofii
hin beekuu jedhanii ❓
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
1️⃣ Deebii keenyaa.
Lakki Dubbiin kani Kiristoos. Tau irree ni mirkaneessina
β“΅βœYohaannis 6:68
Simoon Pheexirosis akkana jedhee isaaf deebise: β€œYaa Gooftaa, gara eenyuu dhaqna? Ati
#dubbii_jireenya bara baraa #qabda.
πŸ‘‰ akka dubbisaa kanatti dubbii jireenya eenyutu qaba❓deebii isaa Kiristoos jechudha. Erga,dubbii jireenya Kiristoos irraa argamee maaali sii,barbachisaa ree. Kana oli.

β“ΆβœYohaannis 6:63
Jireenya kan kennu
#Afuura  foon faayidaa tokko illee hin qabu. #Dubbiin ani isinitti dubbadhe Afuura, akkasumas #jireenya.
β“·βœYohaannis 6:27
Nyaata baduuf
hin #hojjetinaa; kanaa mannaa nyaata hin badnee fi jireenya bara baraa argamsiisuuf, isa #Ilmi_namaa isiniif #kennu sanaaf hojjedhaa; sababiin isaas, Waaqayyo Abbaan chaappaa isaa Ilma irratti godhee #mirkaneesseera.”
β“ΈβœMatewoos 7:24.
namni
#dubbii_koo kana dhagaΚΌee hojii irra oolchu, nama hubataa mana isaa qarsaa irratti ijaarrate fakkaata.
πŸ‘‰osoo Dubbiin kuni kani Kiristoos ta'u baatee maalif dubbii koo jedha ree?, dubbii Abbaa koo,jedhu didee ?
πŸ‘‰Walumaagalatti dubbiin Kiristoos illee akka jiruu ni ibsaa.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ…± gara mataduree keenya yoo,deebinu
Kiristoos maalif dubbii Abbaa irraa dhagaee hunda isinitti nan himma jedha ree, isaa jedhuufi

A))➩Sababa,Tokkoffaa(-1ffaa)
=Dubbiin Abbaa fi ilma Tokko wanii ta’efi. ❝ kani Abbaan qabuu kani ilma ,kani ilmi qabuu hundi kani Abbaatti ,kanafuu kani Abbaas yoo,jedhe rakkina
hin qabu❞.
βžŠπŸ‘‰Yohaannis 17:10
wanti kan
#koo taΚΌe #hundi kan kee ti; wanti kan #kee taΚΌe #hundis kan koo ti; Anis isaan gidduutti ulfina argadheera.

B))➩Sababa lammaffaa(-2ffaa)
Kiristoos akkasii kani jedhee kabaja isaa ibsuuf turee. kunis dhugaa Kiristoos akka ta’e mirkaneessuf turee
βž‹πŸ‘‰Yohaannis 7:17-18
Namni fedhii Waaqayyoo raawwachuu barbaadu kam iyyuu, barumsi kun Waaqayyo biraa akka dhufe yookiin
#Ani_ofii kootiin kakaΚΌee kanan dubbadhe taΚΌuu fi dhiisuu koo ni beeka. #Namni ofii isaatiin kakaΚΌee dubbatu hundi ulfina mataa isaa barbaada; namni ulfina isa isa erge sanaa barbaadu hundi garuu, inni #dhugaa dha;  #jalΚΌinnis isa keessa hin jiru.

C))➩Sababa sadaffaa(-3ffΒͺΒͺ)
Kiristoos akkasii kani jedhee Abbaan biraa gara namoota  dhufu isaa mirkaneessuf.kunis yeroo abba biraa turee kani arge dubbachuu isaatti
βžŒπŸ‘‰Yohaannis 8:38
#Ani wantoota yommuun Abbaa koo #wajjin turetti #argen dubbadha; isin garuu wantoota abbaa keessan irraa dhagessan hojjettu.”
πŸ‘‰iddoo kana irratti Kiristoos Ana qofatu Abbaa arge malee kani bira hoomtuu
hin jiru jedhee jira.
βžπŸ‘‰Yohaannis 6:46
#Isa_Abbaa biraa dhufe sana malee #namni tokko illee Abbaa #hin_argine; Abbaa kan arge isa #qofa dha.
β–²kanafuu kuni eenyu ree, Kiristoos qofaa jechudha,erga akkasii ta’e Abbaa wajjiin ture inni dhuguma Kiristoos Waaqa.

D))➩Sababa afuraffaan(-4ffaa).
duuka bu'oota keesaa tokko tokko jechunis obbolota,Kiristoos,yihudoota keessa
,Fariisonni keessa dubbii Kiristoos fudhachuu irratti dubbati jedhu turee yookiin akka salphaatti ilaalu yookiin itti
hin amanani ture yeroo kan immoo Kiristoos dubbiin kani abbati jedha.
βžŽπŸ‘‰Yohaannis 7:5.
#Obboloonni isaa illee isatti hin #amanne turan.
βžπŸ‘‰Yohaannis 7:47-48
#Fariisonni immoo deebisanii akkana jedhan: β€œIsinis ni gowwoomfamtanii?  Bulchitoota yookiin Fariisota keessaa tokko illee isatti kan #amane jiraa?.
βžπŸ‘‰Yohaannis 10:24-25
#Yihudoonni isatti marsanii, β€œHanga yoomiitti qalbii nu rarraasta? Ati Kiristoos yoo taate ifatti nutti himi” isaan jechuu jalqaban Iyyasus(Kiristoos) deebisee akkana isaaniin jedhe: β€œAni isinitti #himeera, isin garuu #hin_Amantan. Hojiiwwan ani maqaa Abbaa kootiin hojjechaa jiru kun, waaΚΌee koo dhugaa ni baΚΌu.
πŸ…° kutaa-91-ffΒͺΒͺ.
πŸ₯₯gaaffii fi deebii
🍳Musiliimota.
π–Œπ–†π–†π–‹π–Žπ–Ž πšŠπš”πš”πšŠπšœπš’ πšπšžπš›πšŽ
βΆβž©πš”πš’πš›πš’πšœπšπš˜πš˜πšœ 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚒𝚒𝚘 πššπšŠπš‹πšŠ πš“πšŽπšπš‘πšž
✍Yohaannis 20:17
#Iyyaasuus β€œAni amma iyyuu #gara_Abbaatti waanan oli hin baaneef, naa hin qabin. Kanaa mannaa dhaqiitii #obboloota kootiin, β€˜Ani gara #Abbaa_koo fi gara Abbaa keessanitti, gara #Waaqa_koo fi gara Waaqa keessanitti oli nan baΚΌa’ jedhii isaanitti himi” jedheen.
➩Kanaafuu Iyyaasuus Waaqa qaba jedhuu❓
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ₯.Deebii keenya.
Waaqa kani jedhamee iddoo kanatti eenyu ,❓
=Deebii isaa Abbadha. Ok.
✍ Kanaafuu Iyyaasuus Waaqa qaba jechuun isaa Hiikni isaa
Β«
#Iyyaasuus_Abbaa_qaba Β» jechudha.
πŸ‘‰ Kiristoos
#jalqabaa dura Abbaa jedhee isa booda immoo maalif #waaqa jedhe❓
=deebii isaa πŸ‘‡
✍,
#jecha Waaqa jedhuu warri yihudootati yeroo hunda ni fayyadamu ,jecha,Abba jedhuu immoo xiqqoo fayyadamu
❢➻Raaji milkiyaas 2:10
#Hundi keenya iyyuu #abbaa tokko qabna mitii? Kan nu uumes #Waaqa tokkicha mitii? Maarree, kakuu abbootii keenyaa xureessuudhaan maaliif gocha gantummaa wal irratti raawwanna?
((🍳Raji-milkiyaas 1:6)) dubisi
✍sababaa Kanaafi akka isaanii sirriitti beekaniif waaqa ittii himee.
❷➻Yohaannis 8:54
#Iyyaasuus deebisee akkana jedhe: β€œAni yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin qabu. Inni ulfina anaaf kennu, #Abbaa koo #isa_isin #Waaqa_keenya jettan sana dha.
➩iddoo kanatti sirriitti ifa godhe Fakkeenyaaf jechi ❝ isa isin ❞ Waaqa keenyaa jettanii sun yeroo jedhuu akka yihudootati waaqa jedhanii beekuu Kanaafi.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌻 Amma Kiristoos Waaqa inni isaani jedhanii -
#Hiikni isaa #Kiristoos_Abbaa qaba
jechudha_πŸ’―.
⚜ Kiristoos πšŠπš‹πš‹πšŠ πš”πš˜πš˜ πš‹πš’πš›πšŠ πšπš‘πšžπšπšŽ πš“πšŽπšπš‘πšŽ πšπšžπš‹πš‹πšŠπšπšŽ ❓
➩jalqabumaa Kiristoos Abbaa bira ture osoo gara addunyaa kana
hin dhufin dura.
❸➻Yohaannis 6:62
Yoos,
#Ilmi_namaa bakka #dura turetti utuu #oli baΚΌuu yoo argitan maal jettu ree?
❹➻Yohaannis 8:38
#Ani waanan Abbaa koo #biratti argen dubbadha; isinis waanuma abbaa keessan irraa dhageessan hojjettu.
❺➻Yohaannis 8:42
Iyyaasus akkana isaaniin jedhe; β€œ isin utuu
#Waaqni abbaa keessan taΚΌee silaa na jaallattu turtan; ,#Ani Waaqa #biraa #baΚΌeen_dhufeetii. Isatu na erge malee ani ofii kootiin hin dhufne.
❻➻Yohaannis 8:14
Iyyaasus deebisee akkana isaaniin jedhe: β€œ
#Ani_eessaa akkan #dhufee fi eessa akkan #dhaqu waanan beekuuf, waaΚΌee ofii koo yoon dhugaa baΚΌe illee, dhugaa baΚΌiinsi koo dhugaa dha. Isin garuu eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu hin beektan.
❼➻Yohaannis 7:29
#Ani garuu sababiin #isa_biraa dhufee fi sababii inni na ergeef isa nan beeka
❽➻Yohaannis 8:23
Innis akkana isaaniin jedhe: β€œ
#isin_gadi irraa ti; #Ani garuu #oli irraa ti. Isin addunyaa kana irraa ti; ani garuu addunyaa kana irraa miti.
❾➻Yohaannis 6:38
Ani fedhii isa na erge sanaa guutuuf malee, fedhii koo guutachuuf
#samii_irraa_gadi hin buuneetii.
❿➻Yohaannis 6:46
#isa_Abbaa_biraa dhufe sana malee #namni tokko illee Abbaa #hin argine; Abbaa kan arge isa qofa dha.
πŸ₯ ragaa dabalataa
Yohaannis 3:13,31.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
❀️Kani
#Muslimooni Kiristoos Waaqa qaba jedhanii suni hiikni isaa kiristoos Abbaa qaba jechuuti hiikate.
✍Abbaa fi Kiristoos
-π‘˜π‘Žπ‘π‘Žπ‘—π‘Ž π‘€π‘Žπ‘™π‘–-π‘žπ‘–π‘₯π‘Ž π‘žπ‘Žπ‘π‘’.
-π‘ π‘Žπ‘”π‘Žπ‘‘π‘Ž π‘€π‘Žπ‘Žπ‘žπ‘’π‘šπ‘šπ‘Ž π‘€π‘Žπ‘™π‘–-π‘žπ‘–π‘₯π‘Ž π‘žπ‘Žπ‘π‘’
-π‘’π‘™π‘“π‘–π‘›π‘Ž π‘€π‘Žπ‘™π‘–-π‘žπ‘–π‘₯π‘Ž π‘žπ‘Žπ‘π‘’.
-π‘”π‘Žπ‘™π‘Žπ‘Žπ‘‘π‘Ž,π‘€π‘Žπ‘™π‘–-π‘žπ‘–π‘₯π‘Ž π‘žπ‘Žπ‘π‘’.
-β„Žπ‘’π‘šπ‘›π‘Ž π‘€π‘Žπ‘™π‘–-π‘žπ‘–π‘₯π‘Ž π‘žπ‘Žπ‘π‘’
β“΅βž»Yohaannis 5:23
#Namni hundi akkuma #Abbaadhaaf #ulfina kennu, #Ilmaafis #ulfina akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina hin kennu.
β“Άβž»Mul’ata Yohaannis 5:13-14
#Uumamni_samii keessa, #lafa_irra, lafa #jala, #galaanaa fi wantoonni isaan keessa jiran #hundi, β€œ #Isa_teessoo irra taaΚΌe Sanaa fi #Hoolichaaf #galaanni #kabajni, #ulfinnii fi #humni baraa hamma bara baraatti haa taΚΌu” yommuu jedhan nan dhagaΚΌe. #Uumamawwan jiraatoon arfan, β€œAmeen!” jedhan, jaarsoliin sunis kufanii waaqeffatan(sagadan).
πŸ₯₯ π‘”π‘Žπ‘Ÿπ‘Ž link waldaaπŸ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha