🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸ’’ sagaleen tokko
samii irraa, β€œKun Ilma
koo isa jaallatamaa
isa ani itti
gammadu dha” jedhe

πŸ”ŠαŠ₯αŠαˆ†αˆ,α‹΅αˆα… αŠ¨αˆ°αˆ›α‹«α‰΅
መαŒ₯α‰Ά α‰ αŠ₯ርሱ α‹°αˆ΅ α‹¨αˆšαˆˆαŠ
α‹¨αˆα‹ˆα‹°α‹ αˆαŒ„ α‹­αˆ… αŠα‹α‘ አለ
=Maatewoos 3:17
=αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 3 :17
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
β—ˆ
#Bagaa_Geessan
-Ayyaanna cuuphaa-
πŸ”ˆπŸ”ˆπŸ”ˆπŸ”ˆπŸ”ˆπŸ”ˆ

β—ˆ sadumma Sillaasee
Qabxiiwwan ibsan.
1=Mat 3:16-17

#Iyyaasuus erga
cuuphamee booda
battaluma sanatti
bishaanicha keessaa
bae yeroo
kanatti samiiwwan
ni banaman
Afuurri Waaqayyoos
akka gugeetti gadi buee
utuu isa irra
qubatuu arge
sagaleen tokkoo samii
Irraa Dhufe
= Jechi Waaqayyo jedhuu
Abbaa jechuudha
= ilma kan jedhamee Iyyaasuus
=Affuurri Qulqulluun ni bu'ee
Kanaafuu
➒Abbaa
➒ilma
➒Affuurra Qulqulluu
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
Saduma inni jedhamuu
Isuma kan.

β—ˆTokkumma kan ibsan
✍Far-Daawit 113/114:3-7
#Galaanni argee in
baqate lagni
#Yordaanosis
gara booddeetti in
deebi'e Tulloonni akka korbeeyyii hoolaa
gaaronnis akka ilmoolee
in quruphisan
Yaa galaana nana
maal taatee baqatte?
Yaa laga Yordaanos
maaliif gara booddeetti deebite?

Yaa tullootaa maaliif
akka korbeeyyii hoolaa
yaa gaarotaa, maaliif
akka ilmoolee quruphiftan?

Yaa lafaa fuula
Gooftaa duratti
#fuula_Waaqayyo isa kan #Yaaqoobii duratti holladhu

αŠ¨α‹«α‹•α‰†α‰₯ αŠ αˆαˆ‹αŠ­ αŠα‰΅
αŠ¨αŒŒα‰³ αŠα‰΅ αˆα‹΅αˆ­ α‰°αŠ“α‹ˆαŒ α‰½
=αˆ˜α‹αˆ™αˆ­ 114 :7
➒akkuma beekamu
Kiristoos kan cuuphame
Laga Yordaanositi
Daawit laga Yordaanos
Maqaa kan waamee
Kanaafi

➹jechii yaa, galana
Fuula Waaqa Yaaqoobi
Jala maalif dubbati
deebitee Kan jedhuu
irratti "Tokkuma
Ibse jira
πŸ”ˆ "Abbaa, ilma
affuura Qulqulluu
Bakka tokkootti Waaqa
Yaaqoobi jedhee jira
Kuni dirqama
tokkummaa ibsaa

πŸ’’ Maalif yoo,jennee
kan Cuuphame ilma
Ture laga Yordaanositi Akkumas Affuuri
Qulqulluun fi Abbaan hin cuuphamne
➒ Kanaafuu ilmi, Abbaan, Affuuri Qulqulluun Waaqa
Tokko Waani ta'aniif,akkasii
Jedhe Daawiti
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
β—ˆ=Mat 3:17
ilmi koo inni jalatama
Jedhe jira Abbaan
samii irraa

➒ Abbaan ilma Maariyaami
Hin jennee, ilma koo, jedhee
Kan jedhuun Kiristoos
Amala lama irraa
amala tokko
Qabachu ibsa.
Kiristoos Abba isaa
wajjin walii qixa Wani ta’ef Abbaan ilma koo, jedhee
Kunis tokkummaa ibsaa

✍ Qabxi
#Waaqummaa
Kiristoos ibsu

β—ˆ Mat 3:3
Kunis isa Isaayyaas
raajichi waaee isaa
β€œLafa onaa keessaa
#sagaleen, β€˜Daandii
#Waaqayyo qopheessaa
Karaa isaas qajeelchaa
jedhu tokko ni dhagaame” jechuudhaan
dubbate sana dha.

➹Dandii kan qopheessuu
#Yohaannis cuuphaa
➹
#Waaqayyo kan
jedhamee
Kiristoos (Yoh 1:1)

β—ˆ Mat 3:10
Ammuma iyyuu
#qottoon
hidda mukeetii muruuf qophaaeera Kanaaf
#mukti firii gaarii
hin godhanne hundi
muramee ibiddatti gatama.

➒ Qottoo kan jedhamee
Aangoo Kiristoos
(isayaas 10:34
➒muka kan jedhamee
namoota
Luqaas 13:6-9)
➒Kanaafuu Kiristoos
Nama gaarii fi yakkamaa
Adda, ni basa
Kuni immoo
#Amala
Waaqa Keessa tokko

β—ˆMat 3:11
#inni Affuura qulqulluu
fi ibiddaan isin cuupha
✍=inni kan jedhamee
#Kiristoos
= Affuura fi ibiddan
Isin cuuphaa kan jedhamee
Ni rawwatamee
#Duuka_bu'oota isaa
cuuphee jira

HDB 2:3-4
Wantoonni akka
arraba ibiddaas
isaanitti mulatan
faffacaanii tokkoon
tokkoon isaanii irra tataaan
hundi isaaniis Afuura
Qulqulluu-dhaan guutaman akkuma Afuurri dubbachuu isaan dandeessisettis
qooqa adda addaatiin dubbachuu jalqaban

β—ˆ Raaji_Iyu'eel 2:28
#Waaqayyo ammas
Bara booddeetti
#ani_Afuura koo nama hundumaa irratti nan dhangalaasa
<<<<<<<<<<<<<<<<
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
πŸ‘‰link kan xuqaaπŸ‘‡
🌹
@haadha_Waaqa_naJaladha
~||===||~~~~
Ayyaanna Gaari
isiniif Haata’u..
πŸ…° kutaa-91-ffΒͺΒͺ.
πŸ₯₯gaaffii fi deebii
🍳Musiliimota.
π–Œπ–†π–†π–‹π–Žπ–Ž πšŠπš”πš”πšŠπšœπš’ πšπšžπš›πšŽ
βΆβž©πš”πš’πš›πš’πšœπšπš˜πš˜πšœ 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚒𝚒𝚘 πššπšŠπš‹πšŠ πš“πšŽπšπš‘πšž
✍Yohaannis 20:17
#Iyyaasuus β€œAni amma iyyuu #gara_Abbaatti waanan oli hin baaneef, naa hin qabin. Kanaa mannaa dhaqiitii #obboloota kootiin, β€˜Ani gara #Abbaa_koo fi gara Abbaa keessanitti, gara #Waaqa_koo fi gara Waaqa keessanitti oli nan baΚΌa’ jedhii isaanitti himi” jedheen.
➩Kanaafuu Iyyaasuus Waaqa qaba jedhuu❓
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ₯.Deebii keenya.
Waaqa kani jedhamee iddoo kanatti eenyu ,❓
=Deebii isaa Abbadha. Ok.
✍ Kanaafuu Iyyaasuus Waaqa qaba jechuun isaa Hiikni isaa
Β«
#Iyyaasuus_Abbaa_qaba Β» jechudha.
πŸ‘‰ Kiristoos
#jalqabaa dura Abbaa jedhee isa booda immoo maalif #waaqa jedhe❓
=deebii isaa πŸ‘‡
✍,
#jecha Waaqa jedhuu warri yihudootati yeroo hunda ni fayyadamu ,jecha,Abba jedhuu immoo xiqqoo fayyadamu
❢➻Raaji milkiyaas 2:10
#Hundi keenya iyyuu #abbaa tokko qabna mitii? Kan nu uumes #Waaqa tokkicha mitii? Maarree, kakuu abbootii keenyaa xureessuudhaan maaliif gocha gantummaa wal irratti raawwanna?
((🍳Raji-milkiyaas 1:6)) dubisi
✍sababaa Kanaafi akka isaanii sirriitti beekaniif waaqa ittii himee.
❷➻Yohaannis 8:54
#Iyyaasuus deebisee akkana jedhe: β€œAni yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin qabu. Inni ulfina anaaf kennu, #Abbaa koo #isa_isin #Waaqa_keenya jettan sana dha.
➩iddoo kanatti sirriitti ifa godhe Fakkeenyaaf jechi ❝ isa isin ❞ Waaqa keenyaa jettanii sun yeroo jedhuu akka yihudootati waaqa jedhanii beekuu Kanaafi.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌻 Amma Kiristoos Waaqa inni isaani jedhanii -
#Hiikni isaa #Kiristoos_Abbaa qaba
jechudha_πŸ’―.
⚜ Kiristoos πšŠπš‹πš‹πšŠ πš”πš˜πš˜ πš‹πš’πš›πšŠ πšπš‘πšžπšπšŽ πš“πšŽπšπš‘πšŽ πšπšžπš‹πš‹πšŠπšπšŽ ❓
➩jalqabumaa Kiristoos Abbaa bira ture osoo gara addunyaa kana hin dhufin dura.
❸➻Yohaannis 6:62
Yoos,
#Ilmi_namaa bakka #dura turetti utuu #oli baΚΌuu yoo argitan maal jettu ree?
❹➻Yohaannis 8:38
#Ani waanan Abbaa koo #biratti argen dubbadha; isinis waanuma abbaa keessan irraa dhageessan hojjettu.
❺➻Yohaannis 8:42
Iyyaasus akkana isaaniin jedhe; β€œ isin utuu
#Waaqni abbaa keessan taΚΌee silaa na jaallattu turtan; ,#Ani Waaqa #biraa #baΚΌeen_dhufeetii. Isatu na erge malee ani ofii kootiin hin dhufne.
❻➻Yohaannis 8:14
Iyyaasus deebisee akkana isaaniin jedhe: β€œ
#Ani_eessaa akkan #dhufee fi eessa akkan #dhaqu waanan beekuuf, waaΚΌee ofii koo yoon dhugaa baΚΌe illee, dhugaa baΚΌiinsi koo dhugaa dha. Isin garuu eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu hin beektan.
❼➻Yohaannis 7:29
#Ani garuu sababiin #isa_biraa dhufee fi sababii inni na ergeef isa nan beeka
❽➻Yohaannis 8:23
Innis akkana isaaniin jedhe: β€œ
#isin_gadi irraa ti; #Ani garuu #oli irraa ti. Isin addunyaa kana irraa ti; ani garuu addunyaa kana irraa miti.
❾➻Yohaannis 6:38
Ani fedhii isa na erge sanaa guutuuf malee, fedhii koo guutachuuf
#samii_irraa_gadi hin buuneetii.
❿➻Yohaannis 6:46
#isa_Abbaa_biraa dhufe sana malee #namni tokko illee Abbaa #hin argine; Abbaa kan arge isa qofa dha.
πŸ₯ ragaa dabalataa
Yohaannis 3:13,31.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
❀️Kani
#Muslimooni Kiristoos Waaqa qaba jedhanii suni hiikni isaa kiristoos Abbaa qaba jechuuti hiikate.
✍Abbaa fi Kiristoos
-π‘˜π‘Žπ‘π‘Žπ‘—π‘Ž π‘€π‘Žπ‘™π‘–-π‘žπ‘–π‘₯π‘Ž π‘žπ‘Žπ‘π‘’.
-π‘ π‘Žπ‘”π‘Žπ‘‘π‘Ž π‘€π‘Žπ‘Žπ‘žπ‘’π‘šπ‘šπ‘Ž π‘€π‘Žπ‘™π‘–-π‘žπ‘–π‘₯π‘Ž π‘žπ‘Žπ‘π‘’
-π‘’π‘™π‘“π‘–π‘›π‘Ž π‘€π‘Žπ‘™π‘–-π‘žπ‘–π‘₯π‘Ž π‘žπ‘Žπ‘π‘’.
-π‘”π‘Žπ‘™π‘Žπ‘Žπ‘‘π‘Ž,π‘€π‘Žπ‘™π‘–-π‘žπ‘–π‘₯π‘Ž π‘žπ‘Žπ‘π‘’.
-β„Žπ‘’π‘šπ‘›π‘Ž π‘€π‘Žπ‘™π‘–-π‘žπ‘–π‘₯π‘Ž π‘žπ‘Žπ‘π‘’
β“΅βž»Yohaannis 5:23
#Namni hundi akkuma #Abbaadhaaf #ulfina kennu, #Ilmaafis #ulfina akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina hin kennu.
β“Άβž»Mul’ata Yohaannis 5:13-14
#Uumamni_samii keessa, #lafa_irra, lafa #jala, #galaanaa fi wantoonni isaan keessa jiran #hundi, β€œ #Isa_teessoo irra taaΚΌe Sanaa fi #Hoolichaaf #galaanni #kabajni, #ulfinnii fi #humni baraa hamma bara baraatti haa taΚΌu” yommuu jedhan nan dhagaΚΌe. #Uumamawwan jiraatoon arfan, β€œAmeen!” jedhan, jaarsoliin sunis kufanii waaqeffatan(sagadan).
πŸ₯₯ π‘”π‘Žπ‘Ÿπ‘Ž link waldaaπŸ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha