๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐Ÿ‘=sa'aatiin,itti hirribaa dammaqxan amma.
โžง แŠจแŠฅแŠ•แ‰…แˆแ แ‹จแˆแ‰ตแŠแˆกแ‰ แ‰ต แˆฐแ‹“แ‰ต แŠ แˆแŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฐ แ‹ฐแˆจแˆฐ แ‹˜แˆ˜แŠ‘แŠ• แŠฅแ‹ˆแ‰แค แŠซแˆ˜แŠ•แŠ•แ‰ แ‰ต แŒŠแ‹œ แ‹ญแˆแ‰… แˆ˜แ‹ณแŠ“แ‰ฝแŠ• แ‹›แˆฌ แ‹ˆแ‹ฐ แŠฅแŠ› แ‰€แˆญแ‰ฆแŠ แˆแŠ“
โžง Rom 13:11
โžง แˆฎแˆœ 13:11
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโœฆโ–ฌโ–ฌโ–ฌ

โœฆ Matadureen kuni hiriba keessa dammaqaa, yookiin namii rafee yoo,jirate kaha
(=Phaawuloos =)
โžงhikaa dubbii kan kallattiidhaan kan ilaalamu miti
Maaliifi yoo,jennee hiribaa Uumaman Waaqayyo nafi wani Uumeefi yookiin hiribaa
nama qofa osoo hin tanee bineensota, bineeldoota, allaattiiwwan fi bishaanii keessa warra jirtan hundumaafis akka rafan beekamaadha
โžงKanaafuu hiribaa kan jedhamee bakkaa kanatti hiribaa isaa Uumama kan osoo hin tanee.
#Hiribaa cubbuu keessa ka'a jechuudha

โžงdhugumaa namoonni bayyeen hojii gaarii dhisani jiruu.
โžงWaaqayyo irraa namoonni laphee ofii fagoo wanii godhanif
โœฆamma dammaqaaโœฆ.

โ–Qulqulluu=Phaawuloos maalif jedhee ilaala ๐Ÿ‘‡โ“

โœWaaqayyo biraa yoo tae malee Aangoon waan hin argamneef,namni hundi abbootii taayitaa
iddoo ol aanaa qabaniif haa bitamu,abbootiin taayitaa amma jiran
aangoo isaanii isa daangaa qabu kan argatan Waaqayyo biraa ti
โœ Kanaaf,namni
aangoo mormu hundi qophii Waaqayyoo morma; warri qophii kana morman of irratti murtii fidu

โœBulchitoonni kan sodaachisan namoota wanta
#gaarii hojjetan utuu
hin tain, namoota wanta gadhee hojjetani dha
=
#Nama aangoo qabu akka
hin sodaanne ni barbaaddaaโ“ Wanta gaarii hojjechuu kee itti fufi,isa biraas galata ni argatta

โœ sababiin isaas inni
#tajaajilaa Waaqayyoo isa faayidaa keetiif muudame dha. Haatau malee, inni goraadee kan hidhate kaayyoo malee waan hin taaneef,
wanta
#gadhee yoo hojjette sodaadhu,Inni nama wanta hamaa hojjetutti dheekkamee haaloo bauuf tajaajilaa Waaqayyoo ti.

โœ Kanaaf dheekkamsa isaa sodaachuudhaan qofa utuu hin tain,
#qalbii keetiin kan kaes isaaf bitamuuf sababii gaaa qabda
โœ Qaraxa kan kaffaltanis kanumaafi,sababiin isaas isaan tajaajiltoota Waaqayyoo uummata tajaajilani dha, tajaajila kanas yeroo hunda raawwatu
โœ Hundumaaf wanta
isaaf malu, jechuunis isa qaraxa gaafatuuf qaraxa, isa gibira gaafatuuf gibira, isa sodaatamuu barbaaduuf
sodaa, isa ulfina barbaaduuf ulfina kennaa

โœWal jaallachuu malee idaan eenyuu illee isin irra hin jiraatin,sababiin isaas namni
nama jaallatu hundi
seericha raawwateera
โœSeericha keessatti, โ€œHin ejjin, hin ajjeesin, hin
hatin, hin gomjainโ€ jedhameera. Ajajawwan kunis taan ajajawwan kan biraan ajaja, โ€œ
Nama akka ofii keetti jaalladhuโ€ jedhu keessatti walitti qabamaniiru.
โœ Jaalalli wanta hamaa
nama irratti hin hojjetu; kanaaf,
namni
nama jaallatu seera hundumaa hojii irra oolcha.

โ™จ๏ธ Isinis yeroo isaa waan beektaniif kana raawwadhaa; yeroo amantoota itti taane caalaa amma
#fayyinni keenya waan dhihaateef, saa'atiin
itti hirribaa dammaqxan amma.

โ™จ๏ธHalkanichi darbuu jala gaeera; guyyichis dhihaateera. Kanaaf, hojii dukkanaa of irraa gatnee
#meeshaa
waraanaa ifaa haa uffannu
(Rom 13:1-12)

โžง แˆŒแˆŠแ‰ฑ แŠ แˆแŽแŠ แˆ,
#แ‰€แŠ‘แˆ แ‰€แˆญแ‰ฆแŠ แˆ แŠฅแŠ•แŒแ‹ฒแˆ… แ‹จแŒจแˆˆแˆ›แ‹แŠ• แˆฅแˆซ แŠ แ‹แŒฅแ‰ฐแŠ• #แ‹จแ‰ฅแˆญแˆƒแŠ•แŠ• แŒ‹แˆป แŒฆแˆญ แŠฅแŠ•แˆแ‰ แˆต
(แˆฎแˆœ 13:12)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโœฆโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
=Galani Waaqayyof Haataโ€™u
Ameen.


โžงYaada yoo,qabatanii
@Gutema123
๐Ÿ…ฐ kutaa-66-ffยชยช โคต๏ธ
     ๐Ÿ—ณgaaffii  fi  deebi
     ๐Ÿ“ฅ Musiliimota
โœ Yohaannis 14:24
Namni na hin jaallanne hundi
#dubbii_koo hin eegu. Dubbiin
isin dhagaaa jirtan, kan
#Abbaa isa na erge sanaa ti malee kan #koo_miti
===========//
โžฉ gaaffii isaanii.
1=Dubbiin kani Abbaatti malee kana Kiristoos mitii jedhuu.โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ//
โ–ฒDeebi keenyaa.๐Ÿ‘‡
๐Ÿ”ณ Dubbiin kani
#lamaan isaaniitti .
๐Ÿšฏ ragaa keenya ๐Ÿšท
โ“ตโž›Yohaannis 17:10
#Wanti kan #koo tae hundi kan kee ti; wanti kan #kee tae #hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadheera
๐Ÿ“ amma immo dubbii Kiristoos ta'u isaa mirkaneessina.
โ“ถโž›Maatewos 7:28-29
Iyyaasus(kiristoos) yommuu
#dubbii_isaa kana xumuru, namoonni hedduun sun akkaataa inni itti barsiise
baayee dinqisiifatan sababiin
isaas inni akka
#barsiisota seeraatti utuu hin tain, akka #Nama_Aangoo qabuutti isaan barsiisa ture
๐Ÿ‘‰ Dubbii isaattif
Aangoo qaba,isa ibsaa.
โ“ทโž›Maatewos 8:8
Ajajaan dhibbaa sunis akkana jedhee deebiseef Yaa
#Gooftaa ati baaxii mana koo jala seenuun kee kan anaaf malu miti; akka inni fayyuuf wanta tokko #qofa_dubbadhu, tajaajilaan koos ni fayya.
๐Ÿ‘‰Dubbii tokko qofaa dubbadhu jedhee ,kani dubbatee eenyu Kiristoos kanafuu dubbi isaa ta'u ibsa.
โ“ธโž›Maatewos 13:34-35
Iyyaasus(Kiristoos) wantoota kana hunda fakkeenyaan namoota sanatti
#dubbate Fakkeenyaan malee isaanitti
hin dubbatu ture; kanas kan
godhe wanta
#raajichi, โ€œAni fakkeenyaan dubbachuuf #afaan_koo nan saaqqadha #uumamuu addunyaatii jalqabee wantoota dhokfaman
nan labsaโ€ jedhee dubbate raawwachuufi
๐Ÿ”ณ kanafuu isayaasiti kani dubbate eenyu bara durii Kiristoos jechuudha.
โ“นโž›Farfannaa 78:1-2
Yaa saba
#koo_seera koo
dhaga
#Gurra kees gara #dubbii_afaan kootti qabi.
#Fakkeenyaan_afaan koo nan
banadha.wanta dhokta bara duriis nan dubbadha.
๐Ÿ‘‰แˆ˜แ‹แˆ™แˆญ 78:2
แŠ แŒแŠ•
#แ‰ แˆแˆณแˆŒ แŠฅแŠจแแ‰ณแˆˆแˆ แŠจแ‰€แ‹ตแˆž แŒ€แˆแˆฎแฅ แ‹ซแˆˆแ‹แŠ•แˆ แ‰ฐแˆแˆณแˆŠแ‰ต แŠฅแŠ“แŒˆแˆซแˆˆแˆแข
โžก๏ธ erga xumura raji kana taโ€™e ,jalqabaa duraa iyyuu Kiristoos Waaqayyo akka taโ€™e ifa,godhee jira, Dubbiin kuni kani isaatti.
๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ
Gara mataa duree keenya koota.amma immoo.
๐Ÿ“Kiristoos
Aangoo isaa Abbaa wajjin qixa ta'u erga ibsee booda ,Dubbiin kani Abbaatti jedhee, kuni immoo Abbaa isaaf kabaja kennuuf turee.
โฌ‡๏ธ
Aangoo isa fi,Abbaa tokko ta'u kani ibsu ยซ Ani fi Abbaan wajjin dhufnaยป
โ“บโžฉYohaannis 14:23
Iyyaasus(kiristoos) akkana jedhee deebiseef Namni na jaallatu hundi dubbii koo ni eega, Abbaan koos isa jaallata,
#Nutis_gara isaa dhufnee bakka #jireenyaa keenya isaa wajjin godhanna.
โžฉDubbii kuni kani Abbaatti jechuun isaa immoo Kabaja Abba ibsuuf.
โ“ปโžฉYohaannis 17:4
#Ani_hojii akkan hojjedhu anaaf kennite #xumuree_lafarratti irratti #ulfina sii kenneera.
โžก๏ธ Abbaan immoo Kiristoos dhaga,dubbii isaa jedha.
โ“ผโžฉMaatewos 17:5
Utuma inni kana dubbachaa jiruu, duumessi ifa of keessaa qabu tokko dhufee isaan haguuge duumessicha keessaas
#sagaleen tokko, โ€œKun #Ilma_koo isa jaallatamaa, isa ani itti gammadu dha. #Isa_dhagaaaโ€ jedhe
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒบ
#Link_waldaa kana xuqa hordofuu dandeessu.
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
========//============