๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐Ÿ…ฐ kutaa-66-ffยชยช โคต๏ธ
     ๐Ÿ—ณgaaffii  fi  deebi
     ๐Ÿ“ฅ Musiliimota
โœ Yohaannis 14:24
Namni na hin jaallanne hundi
#dubbii_koo hin eegu. Dubbiin
isin dhagaaa jirtan, kan
#Abbaa isa na erge sanaa ti malee kan #koo_miti
===========//
โžฉ gaaffii isaanii.
1=Dubbiin kani Abbaatti malee kana Kiristoos mitii jedhuu.โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ//
โ–ฒDeebi keenyaa.๐Ÿ‘‡
๐Ÿ”ณ Dubbiin kani
#lamaan isaaniitti .
๐Ÿšฏ ragaa keenya ๐Ÿšท
โ“ตโž›Yohaannis 17:10
#Wanti kan #koo tae hundi kan kee ti; wanti kan #kee tae #hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadheera
๐Ÿ“ amma immo dubbii Kiristoos ta'u isaa mirkaneessina.
โ“ถโž›Maatewos 7:28-29
Iyyaasus(kiristoos) yommuu
#dubbii_isaa kana xumuru, namoonni hedduun sun akkaataa inni itti barsiise
baayee dinqisiifatan sababiin
isaas inni akka
#barsiisota seeraatti utuu hin tain, akka #Nama_Aangoo qabuutti isaan barsiisa ture
๐Ÿ‘‰ Dubbii isaattif Aangoo qaba,isa ibsaa.
โ“ทโž›Maatewos 8:8
Ajajaan dhibbaa sunis akkana jedhee deebiseef Yaa
#Gooftaa ati baaxii mana koo jala seenuun kee kan anaaf malu miti; akka inni fayyuuf wanta tokko #qofa_dubbadhu, tajaajilaan koos ni fayya.
๐Ÿ‘‰Dubbii tokko qofaa dubbadhu jedhee ,kani dubbatee eenyu Kiristoos kanafuu dubbi isaa ta'u ibsa.
โ“ธโž›Maatewos 13:34-35
Iyyaasus(Kiristoos) wantoota kana hunda fakkeenyaan namoota sanatti
#dubbate Fakkeenyaan malee isaanitti
hin dubbatu ture; kanas kan
godhe wanta
#raajichi, โ€œAni fakkeenyaan dubbachuuf #afaan_koo nan saaqqadha #uumamuu addunyaatii jalqabee wantoota dhokfaman
nan labsaโ€ jedhee dubbate raawwachuufi
๐Ÿ”ณ kanafuu isayaasiti kani dubbate eenyu bara durii Kiristoos jechuudha.
โ“นโž›Farfannaa 78:1-2
Yaa saba
#koo_seera koo
dhaga
#Gurra kees gara #dubbii_afaan kootti qabi.
#Fakkeenyaan_afaan koo nan
banadha.wanta dhokta bara duriis nan dubbadha.
๐Ÿ‘‰แˆ˜แ‹แˆ™แˆญ 78:2
แŠ แŒแŠ•
#แ‰ แˆแˆณแˆŒ แŠฅแŠจแแ‰ณแˆˆแˆ แŠจแ‰€แ‹ตแˆž แŒ€แˆแˆฎแฅ แ‹ซแˆˆแ‹แŠ•แˆ แ‰ฐแˆแˆณแˆŠแ‰ต แŠฅแŠ“แŒˆแˆซแˆˆแˆแข
โžก๏ธ erga xumura raji kana taโ€™e ,jalqabaa duraa iyyuu Kiristoos Waaqayyo akka taโ€™e ifa,godhee jira, Dubbiin kuni kani isaatti.
๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ
Gara mataa duree keenya koota.amma immoo.
๐Ÿ“Kiristoos Aangoo isaa Abbaa wajjin qixa ta'u erga ibsee booda ,Dubbiin kani Abbaatti jedhee, kuni immoo Abbaa isaaf kabaja kennuuf turee.
โฌ‡๏ธ Aangoo isa fi,Abbaa tokko ta'u kani ibsu ยซ Ani fi Abbaan wajjin dhufnaยป
โ“บโžฉYohaannis 14:23
Iyyaasus(kiristoos) akkana jedhee deebiseef Namni na jaallatu hundi dubbii
koo ni eega, Abbaan koos isa jaallata, #Nutis_gara isaa dhufnee bakka #jireenyaa keenya isaa wajjin godhanna.
โžฉDubbii kuni kani Abbaatti jechuun isaa immoo Kabaja Abba ibsuuf.
โ“ปโžฉYohaannis 17:4
#Ani_hojii akkan hojjedhu anaaf kennite #xumuree_lafarratti irratti #ulfina sii kenneera.
โžก๏ธ Abbaan immoo Kiristoos dhaga,dubbii isaa jedha.
โ“ผโžฉMaatewos 17:5
Utuma inni kana dubbachaa jiruu, duumessi ifa of keessaa qabu tokko dhufee isaan haguuge duumessicha keessaas
#sagaleen tokko, โ€œKun #Ilma_koo isa jaallatamaa, isa ani itti gammadu dha. #Isa_dhagaaaโ€ jedhe
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒบ
#Link_waldaa kana xuqa hordofuu dandeessu.
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
========//============