๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
42 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐Ÿ…ฑ kutaa-92-ffaa๐Ÿ‘‡
๐Ÿชท Gaaffii fi Deebi
๐Ÿชท Muslimoota
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐‘”๐‘Ž๐‘Ž๐‘“๐‘– isaanii akkasii jedha siila Kiristoosiin Waaqa jettu, #Waaqni immoo #Obboloota qaba jedhuu โ“
Yohaannis 20:17
#Iyyaasuus โ€œAni amma iyyuu gara Abbaatti waanan ol hin baaneef, na hin qabin. Kanaa mannaa dhaqiitii #obboloota_kootiin, โ€˜Ani gara Abbaa koo fi gara Abbaa keessanitti, gara Waaqa koo fi gara Waaqa keessanitti oli nan baสผaโ€™ jedhii isaanitti himiโ€ jedheen.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿชท Deebi keenya๐Ÿ‘‡
Eeyyee Waaqni Obboloota qaba.
Yookaan Kiristoos Obboloota qaba.
๐Ÿ‘‰jalqabaa dura Kiristoos Waaqa jedhame wamamu isaa hubadhu.
Yohaannis 20:28
Toomaasis deebisee, โ€œGooftaa ko, #Waaqa ko โ€ jedheen.
โœ ๐™–๐™ข๐™ข๐™– ๐™œ๐™–๐™ง๐™– ๐™ข๐™–๐™ฉ๐™–-๐™™๐™ช๐™ง๐™š๐™š ๐™ ๐™š๐™š๐™ฃ๐™ฎ๐™–๐™–๐™ฉ๐™ž ๐™™๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ฃ๐™–.
๐‘˜๐‘–๐‘Ÿ๐‘–๐‘ ๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘  ยซ ๐‘œ๐‘๐‘๐‘œ๐‘™๐‘œ๐‘ก๐‘Ž ๐‘ž๐‘Ž๐‘๐‘Ž ยป ๐‘—๐‘’๐‘Ÿ๐‘œ๐‘œ ๐‘—๐‘’๐‘›๐‘›๐‘ข, โ„Ž๐‘–๐‘–๐‘˜๐‘Ž ๐‘š๐‘Ž๐‘Ž๐‘ก๐‘Ž ๐‘–๐‘ ๐‘Ž๐‘Ž ๐‘ž๐‘Ž๐‘๐‘Ž.
Namni Waaqayyof wanta hedduu jedhamanii ni waamamu.
1โžปmichuu
2โžปilma
3โžปijoollee
4โžปGarbicha
5โžปobboloota
๐‘ž๐‘Ž๐‘Ž๐‘๐‘ฅ๐‘–๐‘ค๐‘ค๐‘Ž๐‘Ž๐‘› ๐‘ โ„Ž๐‘Ž๐‘›๐‘–(5) ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘Ž ๐‘ฅ๐‘–๐‘ž๐‘ž๐‘œ๐‘œ ๐‘›๐‘– ๐‘–๐‘๐‘ ๐‘–๐‘›๐‘Ž.
A).๐™ข๐™ž๐™˜๐™๐™ช๐™ช.
Namni akkamitti Waaqayyof michuu ta'u danda'a isaa jedhuufi.(wanta waqayyo isaa ajajee fudhatee yoo Amanee michuu jedhama).
โถโžปYohaannis 15:14
#Wanta Ani isin #ajaju yoo raawwattan, isin #michoota koo ti.
โทโžปYaaqoobi 2:23
yaadni Kitaabota Qulqulluu inni, โ€œAbrahaam Waaqayyotti #amane, kunis qajeelummaatti isaaf lakkaaสผameโ€ jedhus ni raawwatame; inni #michuu #waaqayyo jedhamee waamameera.

โธโžปIsaayaas 41:8
โ€œYaa Israaสผel, ati garuu tajaajilaa koo ti, Yaa Yaaqoob, ati isa ani filadhe dha, Ati sanyii Abrahaam isa #michuu koo taสผe sanaa ti,
โžปIddoo kanatti Abrahaami yaada Waaqayyof wani fudhatee michu jedhame

โนโžปMaatewos 11:19
#Ilmi_namaa immoo nyaachaa fi dhugaa dhufe; namoonni garuu, โ€˜Kunoo nama albaadhessaa fi nama wayiniidhaaf bule, #michuu warra #qaraxa_sassaabanii fi cubbamootaaโ€™ jedhaniin. Kanas taสผe sana, ogummaan qajeelaa taสผuun ishii hojii ishiitiin mirkaneeffameera.โ€
โžปiddoo kanatti ilma nama kani jedhame Kiristoos; inni immoo michuu namoota cubbamoota jedhamu isaatti ยซ ๐‘˜๐‘ข๐‘›๐‘–๐‘  ๐‘๐‘ข๐‘๐‘๐‘Ž๐‘š๐‘œ๐‘œ๐‘›๐‘›๐‘– ๐‘ฆ๐‘Ž๐‘Ž๐‘‘๐‘Ž ๐‘˜๐‘–๐‘Ÿ๐‘–๐‘ ๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘  ๐‘“๐‘ข๐‘‘โ„Ž๐‘Ž๐‘ก๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘ฆ๐‘Ž๐‘Ž๐‘˜๐‘Ž ๐‘ค๐‘Ž๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘‘โ„Ž๐‘–๐‘ ๐‘Ž๐‘Ž๐‘›๐‘–๐‘“,๐‘ฆ๐‘’๐‘Ÿ๐‘œ๐‘œ ๐‘ฆ๐‘Ž๐‘˜๐‘˜๐‘Ž ๐‘–๐‘ ๐‘Ž๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘–๐‘Ÿ๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘Ž ๐‘‘๐‘’๐‘’๐‘๐‘–๐‘›๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘–๐‘š๐‘š๐‘œ๐‘œ ๐‘š๐‘–๐‘โ„Ž๐‘ข๐‘ข ๐‘˜๐‘–๐‘Ÿ๐‘–๐‘ ๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘  ๐‘—๐‘’๐‘‘โ„Ž๐‘Ž๐‘š๐‘ข.ยป.
Fakkeenyaaf namichi ๐™ฏ๐™–๐™–๐™ ๐™š๐™ฌ๐™ค๐™ค๐™จ๐™ž jedhamu hojjataa qaraxa ture , Kiristoos gara isaa dhaqee jira yeroo kana,๐™ฏ๐™–๐™–๐™ ๐™š๐™ฌ๐™ค๐™ค๐™จ๐™ž ๐™–๐™—๐™ง๐™–๐™๐™–๐™ข๐™– ๐™ฌ๐™–๐™Ÿ๐™Ÿ๐™ž๐™ฃ ๐™ฉ๐™ค๐™ ๐™ ๐™ค ๐™ฉ๐™–๐™š ๐™ž๐™ก๐™ข๐™– ๐™–๐™—๐™ง๐™–๐™๐™–๐™ข๐™ž ๐™Ÿ๐™š๐™™๐™๐™–๐™ข๐™š.๐šœ๐šŠ๐š‹๐šŠ๐š‹๐šŠ ๐š”๐šŠ๐š—๐šŠ๐šŠ๐š๐š’ ๐™ฏ๐™–๐™ ๐™š๐™ฌ๐™ค๐™ค๐™จ=๐šŠ๐š‹๐š›๐šŠ๐š‘๐šŠ๐š–๐š’ ๐š ๐šŠ๐š•๐š’๐šš๐š’๐šก๐šŠ. ๐šŠ๐š”๐š”๐šž๐š–๐šŠ ๐š”๐š’๐š๐šŠ๐š‹๐š—๐š’ ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šž โ๐‘œ๐‘ ๐‘œ ๐‘–๐‘—๐‘œ๐‘œ๐‘™๐‘’๐‘’ ๐‘Ž๐‘๐‘Ÿ๐‘Žโ„Ž๐‘Ž๐‘š๐‘– ๐‘ก๐‘Ž๐‘ก๐‘Ž๐‘›๐‘– โ„Ž๐‘œ๐‘œ๐‘—๐‘– ๐‘Ž๐‘๐‘Ÿ๐‘Žโ„Ž๐‘Ž๐‘š๐‘– โ„Ž๐‘œ๐‘—๐‘—๐‘Ž๐‘ก๐‘ข ๐‘—๐‘’๐‘‘โ„Ž๐‘Žโž ๐™ฎ๐™š๐™ง๐™ค ๐™๐™ค๐™Ÿ๐™Ÿ๐™ž ๐™–๐™—๐™ง๐™–๐™๐™–๐™ข๐™ž ๐™๐™ค๐™Ÿ๐™–๐™ฉ๐™š ๐™ž๐™ข๐™ข๐™ค๐™ค ๐™–๐™ฉ๐™ž ๐™–๐™—๐™ง๐™–๐™๐™–๐™ข ๐™ฌ๐™–๐™Ÿ๐™Ÿ๐™ž๐™ฃ ๐™ฌ๐™–๐™ก๐™ž๐™ฆ๐™ž๐™ญ๐™–.

โบโžปLuqaas 19:1-9
#Iyyaasus gara Yerikootti seenee achi keessa darbaa ture. Yeroo kanatti namichi #Zakkewoos jedhamu tokko achi kan ture siสผa taสผu, inni geggeessaa warra #qaraxa sassaabanii fi sooressa ture. Zakkewoos, namni Iyyaasus
jedhamu kun eenyu akka taสผe ilaaluuf yaalii gochaa ture; garuu gabaabaa waan taสผee fi namoonni hedduun achi waan turaniif isa arguu hin dandeenye. Iyyaasus karaa sana irra darbuuf waan jedhuuf, isa ilaaluuf dursee fiigee muka harbuu tokko irra ol baสผe.
Iyyaasus yommuu bakka sana gaสผu, ol jedhee isa ilaalee, โ€œZakkewoos, ,#Ani harสผa mana kee waanan ooluuf dafii gad buสผiโ€ jedheen. Innis dafee gad buสผee gammachuudhaan keessummummaa isa simate. #Namoonni sun hundis yommuu kana argan, โ€œInni keessummaa taสผee gara mana #cubbamaa kanaa adeemeโ€ jedhanii gunguman. #Zakkewoos garuu kaสผee dhaabatee Gooftaadhaan, โ€œYaa Gooftaa kunoo, qabeenya koo keessaa #walakkaa isaa hiyyeeyyiidhaaf nan kenna; ani eenyu irraa iyyuu saamee kanan fudhadhe hundumaas dachaa afur godhee nan deebisaโ€ jedhe. Yeroo kanatti #Iyyaasus akkana jedheen: โ€œInnis #ilma_Abrahaam waan taสผeef, harสผa mana kanaaf #fayyinni_dhufeera Sababiin isaas #Ilmi_namaa kan bade barbaaduuf, akkasumas #fayyisuuf dhufeera.โ€