๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
43 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒน๐ŸŒบkutaa_49 ffaa ๐ŸŒบ๐ŸŒน
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”บGaaffii fi Deebii
๐Ÿ”บmusiliimota
โœ Yohaannis 12:36
isin ilmaan ifaa akka taataniif,
#yeroo ifa qabdan kanatti ifichatti amanaa.โ€ Iyyaasus(Kiristoos)wantoota kana erga dubbatee booda achii deeme; isaan jalaas ni #dhokate.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”ณ Gaaffii isaanii.
โ“ต=Kiristoos jala miliqe yookiin jalaa dhokatee jira,yihudoonni eessatti isaa arganii fanifisaani jedhuu...โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”ณ Deebii keenya.
Jala miliqe yookiin jala dhokatee yoo,jedhamee hin fanifamne jechudha hiika isaaโ“Lakki akkasii miti.

โœ inni jala kani dhokatee sa'aatiin isaa wanii hin geenyefi malee wanta biraa mitii.

Ragaa_kitaaba
โ“ต=Yohaannis 12:27
Amma ani dhiphadheera, maali
jechuun dandaa โ“Yaa Abbaa,
#saaatii kana irraa na oolchi. Haatau malee, #Ani saaatii kanaafan dhufe.
โžžKiristoos Ani dhiphadheera yeroo jedhuu Aangoo dhiphina balleesssu dhabee osoo hin tanee ยซduubbi rajjoota akka rawwatamufยป Kiristoos nuuf jedhee rakkoo keenya baatee haala kanani ibsuuf. ANI dhiphadheera jedhee.

โ“ถ=Raaji_isaayaas 53:4
Inni garuu dhugumaan
#dhiphina_keenya of irra in kaa'e, muddama keenyas in baate; nuyi garuu akka waan Waaqayyo dha'icha isatti fidee, akka waan inni isa rukutee gad isa deebisettis in lakkoofne

โžก๏ธ jecha Kiristoos ani sa'aatii kanaafi dhufee jedhuu yeroo isaa wani gaheef.

โ“ท=Yohaannis 12:32_33
Ani garuu lafa irraa yoon oli kaafame, akaakuu namootaa hunda ofitti nan harkisa.โ€ Kana kan dubbate,
#inni_dua akkamii duuuf akka jedhu argisiisuuf turee.

โ“ธ=Luqaas 13:31_33
#Saaatii sanatti Fariisonni tokko tokko dhufanii, โ€œHeroodis si #ajjeesuu waan barbaaduuf asii baiitii deemiโ€ jedhaniin innis akkana isaaniin jedhe: โ€œDhaqaatii jeedala sanatti, โ€˜Kunoo ani #haraa fi #boru jinniiwwan nan baasa, namoota dhukkubsatanis nan fayyisa, guyyaa #sadaffaattis_hojii koo nan xumuraโ€™ jedhaatii itti himaa.Haatau malee, #raajiin iYerusaalemii alatti ajjeefamuu waan hin qabneef, hara, borii
fi iftaan adeemsa koo itti fufuun qaba.
โžžKiristoos sababa raajii itti jedhamee yeroo gaafii fi Deebi kitaaba Luqaasi ilaaluu haala gaariin ibsama.hanga sanatti nuu,eeggaa.

โœKutaa+48 ffaa Dubbisa.

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/506

แ‹ญแˆ…แŠ•แˆ แ‹จแ‰ฐแŠ“แŒˆแˆจ แŠจแˆซแˆฑ แŠ แ‹ญแ‹ฐแˆˆแˆแฅ แŠแŒˆแˆญ แŒแŠ• แ‰ แ‹šแ‹ซแ‰ฝ แ‹“แˆ˜แ‰ต แˆŠแ‰€ แŠซแˆ…แŠ“แ‰ต แŠแ‰ แˆจแŠ“ แŠขแ‹จแˆฑแˆต แˆตแˆˆ แˆ•แ‹แ‰ก แˆŠแˆžแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ณแˆˆแ‹ แ‰ตแŠ•แ‰ขแ‰ต แ‰ฐแŠ“แŒˆแˆจแค

แˆตแˆˆ แˆ•แ‹แ‰กแˆ แˆแˆ‰ แŠ แ‹ญแ‹ฐแˆˆแˆแฅ แŠแŒˆแˆญ แŒแŠ•
#แ‹จแ‰ฐแ‰ แ‰ฐแŠ‘แ‰ตแŠ•_แ‹จแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแŠ•_แˆแŒ†แ‰ฝ แ‹ฐแŒแˆž #แ‰ แŠ แŠ•แ‹ตแŠแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆฐแ‰ แˆตแ‰ฃแ‰ธแ‹ แŠแ‹ แŠฅแŠ•แŒ‚แข((แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 11:51-52))
๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
Link group keenyaa hordofuu yoo,fedha qabatee.๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=======//===//=========
๐ŸŒบkuta-90-ffaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
      โžปgaafi fi Deebi
      โžปMusiliimota
๐Ÿ“Gaaffii isaanii akkasii jedha.
โ“ตโžปDubartii magdala(magdalawit)Maariyaam kani jedhamtu ยซ erga jalqabaa  Kiristoos argitee lamaaffaa maalif barbadi jedhuu.โ“
Maatewos 28:9
Yeroo kanatti
#Iyyasuus isaanitti dhufee, โ€œNagaan isiniif haataสผu!โ€ jedhe. Isaanis isatti dhihaatanii #miilla isaa qabatanii isaaf sagadan.
Yohaannis 20:15
#Iyyaasuus,โ€œDubartii nana maaliif #boossa? Eenyuun barbaadda?โ€ jedheen. Ishiinis #nama_ashaakiltii #eeggu waan ishiitti fakkaateef, โ€œYaa gooftaa, situ fudhate yoo taสผe, ani akkan isa fudhadhuuf eessa akka isa keesse natti himiโ€ jetteen.
==========
โœDeebii keenya๐Ÿ‘‡
Sababa ishii Kiristoos jalqabaa argitee booda immoo yeroo lamaffaa barbaduufi.
โžปjalqabaa dura kani maatewos irraa jiru osoo dubartoonni karaa deemaa jirani karaatti itti dhufe nagaa gaafatee. Isaa booda isaani miilla isaa qabani sagadaanif. garuuu Kiristoos akkasii jedhanii๐Ÿ‘‡
โถโžปMaatewos 28:10
Achiis Iyyaasus โ€œHin sodaatinaa! Gara Galiilaa dhaqanii achitti akka na
#argan obboloota kootti himaaโ€ isaaniin jedhe.
โžปHaataโ€™u malee isaanii yaada kana barattootatti himanii jiruu.
โทโžปMaatewos 28:16
Barattoonni isaa 11 garuu, gara gaara Galiilaa Iyyaasuus achitti wal-argina isaaniin jedhe sanaa
#dhaqan.
โœ hanga yeroo kanatti Kiristoos Gaaliila hin dhaqnee.Sababiin isaa namoonni tokko tokko wanta kana kani hin Amanee wani jiraniif.
โธโžปYohaannis 20:8
Haataสผu malee,
#isaan wanta #Kitaabni Qulqulluun inni duสผaa kaสผuu akka qabu dubbatu amma iyyuu #hin_hubanne turan.
โนโžปMaarqoos 9:32
#Isaan garuu wanta inni dubbate hin hubanne; isa #gaafachuus ni sodaatan.
โบโžปMaatewos 26:32
Haataสผu malee,
#ergan_duaa kaสผee booda, isin #dursee gara #Galiilaa nan dhaqa.โ€
โœErgamoonni(Malakooni) kanuma jedhanii turani.
โปโžปMaatewos 28:7
Kanaaf
#dafaa dhaqaatii, โ€˜Inni duสผaa kaสผeera, isin #dursee gara #Galiilaa ni dhaqa, isin achitti isa ni argituโ€™ jedhaa barattoota isaatti himaa. Wanta ani isiniin jedhe kana hin #irraanfatinaa.โ€
โผโžปMaarqoos 16:7
Kanaa mannaa dhaqaatii,
#Inni isin dursee gara Galiilaa ni dhaqa. #Akkuma inni isinitti himee #tures, isin achitti isa ni argituโ€™ jedhaa barattoota isaa fi Pheexirositti himaa.โ€
โž‘โžปLuqaas 24:6-7
Inni duสผaa kaสผeera, as hin jiru.
#Yommuu_Galiilaa turetti wanta inni isinitti dubbate yaadadhaa;  #Ilmi namaa cubbamootatti dabarfamee kennamuu, Fannoo jirratti fannifamuu fi guyyaa #sadaffaattis duสผaa kaสผuu akka qabu isinitti himee ture.โ€
๐Ÿ‡ Walumaagalatti.
Dubartiin tunni jecha Kiristoos fi kani ergamoota sana hin fudhanne . Akkuma Kitaabni jedhuu wanti kuni jala dhokatee ture. Jecha.
โž’โžปLuqaas 9:44-45
Wanta ani isinitti himuuf jedhu kana xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffadhaa, akkasumas yaadadhaa; Ilmi namaa harka namootaatti
#dabarfamee ni kennama.โ€  #Isaan garuu wanta inni dubbachaa ture hin hubanne. #Dubbiin kun isaan jalaa waan #dhokateef, hubachuu hin dandeenye; waaสผee dubbii kanaas isa gaafachuu ni sodaatan.
๐ŸŒบ dubartiin tuniis yeroo afurii deddeebitee jirti.Kiristoos jalqabaa dura karaa irratti argitee yeroo biraa immoo iddoo awaala deemtee osoo ishiin bo'aa jirtu, nama biqiltuu eeggu itti fakkatee Sababiin isaa yeroo kunis ganama wanii taโ€™ef, ยซ akkuma eeggan tokko halkanii guutuu wanta isaa eeguu kuni iddoo kamittiyyuu irraa guddaan isaa haatuun halkanii wani haattuuf halkanii baay'ee ni eeggama, ture, ishin dubartiin sunis yaanni ishii iddoo biqiltuu wani jiruuf nama biqiltuu eeggu kana itti fakkatee Kanaafi,  sababa ishiin Kiristoos walate isaa kana turee.
โž“โžปYohaannis 20:14
Erga kana dubbattee booda, duubatti garagaltee Iyyaasus akka achi dhaabate argite; haa taสผu malee ishiin inni Iyyaasus taสผuu isaa
#hin_hubanne.
11โž›Yohaannis 20:15
Iyyaasus immoo, โ€œDubartii nana, maaliif boossa? Eenyuun barbaadda?โ€ jedhee ishee gaafate; isheen illee, kun
#eegduu dha jettee, waan #yaadeef, โ€œGooftaa ko, ati asii fuutee iddoo tokkotti isa geessiteetta yoo ta'e, eessa akka isa keesse anatti himi, ani dhaqee isa nan fidaโ€ ittiin jette
๐ŸŒบ kuni rakkoo hubbanna ishee malee wanta biraa miti Eeyyee Kiristoos yeroo lama argitee jirti.
========
link waldaa xuqaa๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha