🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸ…Ύ kutaa-71-ffΒͺΒͺ .🌺
     πŸŒ»βž›Gaaffii fi Deebi
     πŸŒ»βž›Musiliimota
✍Yohaannis 15:10
Akkuma
#Ani_ajajawwan Abbaa eegee jaalala isaa keessa jiraadhu, isinis ajajawwan koo yoo eegdan jaalala koo keessa ni jiraattu.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➩gaaffii isaanii.
1=Kiristoos Waaqayyo mitii inni ajajaa Waaqa eegga malee jedhu❓
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ“deebii isaa :
Jalqabaa Kiristoos Waaqayyo dha, ajajaa kani basuu Abbaa qofaa mitii ,Kiristoos illee ajaja ni baasa. Sababiin isaa Kiristoos akkasi wani jedheefi
Β« akkuma Abbaan hojjatu ilmi irree Haaluma walifakkaatan ni hojjata jedhee.
βœ…Fakkeenyaaf*
Ajajaa gosa tokko yoo,ta’e.
Kiristoos illee kani biraa hin fidu tokkummaa malee. Yoo,Lakki ajaja gargaara jedhete immoo dubbii Kiristoos faalleessaa deemta jechuudha, ❝ sababin isa Haaluma wali fakkataan hojjadha jedhee malee ,kani biratti(gosa birati) hin jennee  inni❞❌
β“΅πŸ‘‰Yohaannis 5:19
Iyyaasus(kiristoos) akkana jedhee isaaniif deebise: β€œDhuguma dhuguman isiniin jedha,
#Ilmi waanuma Abbaan isaa #yeroo hojjetu arge qofa malee, ofii isaatiin kakaΚΌee wanta tokko illee hojjechuu hin dandaΚΌu. Sababiin isaas waanuma #Abbaan hojjetu hunda, Ilmis haaluma
#wal_fakkaatuun
wantootuma sana hojjeta.
πŸ“kanafuu Kiristoos jalqabumaa ajaja Abbaa wajjiin basa malee kophaa isaa mitii.
β“ΆπŸ‘‰Yohaannis 8:16.
Abbaan inni na erge
#Anaa wajjin waan jiruu fi #Ani_kophaa koo waanan hin taaneef, utuma ani murteessee illee murtiin koo dhugaa dha.
➩ erga Kiristoos ajaja basee immoo ajaja sana
eeggu qaba.

β™ˆοΈ Jechi Ani akkuma ajajaa Abbaa
#eeggu jedhuu"
immoo Kiristoos nuufi
#fakkeenya ta'uf gadi ofi qabe hiyyeessaa ta’e. Akkasii jedhe.malee Wanta birafi miti.

β“·πŸ‘‰2.Qorontos 8:9
#Sababiin isaas, isin #gaarummaa #Gooftaa keenya Iyyaasus Kiristoos isa guddaa beektu; #inni_sooressa taΚΌus, isin karaa hiyyummaa isaa sooreyyii akka taataniif isiniif jedhee #hiyyeessa taΚΌe.

πŸ…± inni bira immoo Ani jalala abbaa keessa, isin immoo jalala koo,keessa jiradha yero jedhuu immoo
*Fakkeenyaaf.
Yoo,Kiristoos jalate ,abbaa jalate jechudha Haaluma wali fakkaata yoo Kiristoos jibbitee Abbaa jibbitee jechudha.
➩qabxiiwwan nuuti hubbaannu jalali abbaa kana biraa ta’e ,jalali Kiristoos nuu,jalate  gosa kani biratti jechuu miti ❌.
β“ΈπŸ‘‰Yohaannis 15:23
Namni na jibbu hundi Abbaa koos ni jibba.

πŸ…° Kiristoos Abboommii yookiin ajjaja koo, eegga jedhe jira.
β“ΉπŸ‘‰Yohaannis 14:15.
 β€œIsin yoo na
#jaallattan #ajajawwan_koo(Abboommii koo) ni eegdu.
βš› ergaa akkasii ta’e immoo Kiristoos Waaqayyo jechudha. Yohaannis akkasi jedhee.jira Waaqayyo jalachu jechuun ajaja isaa yookiin abboomi isaa eeggudha jedhee.
β“ΊπŸ‘‰1 Yohaannis 5:3.
#Waaqayyoon jaallachuu jechuun #ajajawwan isaa #eeguu dha; ajajawwan isaa immoo baΚΌaa ulfaatoo miti;
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
waldaa keenyaa hordofuu
Yoo,barbada kan xuqiπŸ‘‡πŸ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
🌺kuta-90-ffaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
      ➻gaafi fi Deebi
      ➻Musiliimota
πŸ“Gaaffii isaanii akkasii jedha.
β“΅βž»Dubartii magdala(magdalawit)Maariyaam kani jedhamtu Β« erga jalqabaa  Kiristoos argitee lamaaffaa maalif barbadi jedhuu.❓
Maatewos 28:9
Yeroo kanatti
#Iyyasuus isaanitti dhufee, β€œNagaan isiniif haataΚΌu!” jedhe. Isaanis isatti dhihaatanii #miilla isaa qabatanii isaaf sagadan.
Yohaannis 20:15
#Iyyaasuus,β€œDubartii nana maaliif #boossa? Eenyuun barbaadda?” jedheen. Ishiinis #nama_ashaakiltii #eeggu waan ishiitti fakkaateef, β€œYaa gooftaa, situ fudhate yoo taΚΌe, ani akkan isa fudhadhuuf eessa akka isa keesse natti himi” jetteen.
==========
✍Deebii keenyaπŸ‘‡
Sababa ishii Kiristoos jalqabaa argitee booda immoo yeroo lamaffaa barbaduufi.
➻jalqabaa dura kani maatewos irraa jiru osoo dubartoonni karaa deemaa jirani karaatti itti dhufe nagaa gaafatee. Isaa booda isaani miilla isaa qabani sagadaanif. garuuu Kiristoos akkasii jedhaniiπŸ‘‡
❢➻Maatewos 28:10
Achiis Iyyaasus β€œHin sodaatinaa! Gara Galiilaa dhaqanii achitti akka na
#argan obboloota kootti himaa” isaaniin jedhe.
➻Haata’u malee isaanii yaada kana barattootatti himanii jiruu.
❷➻Maatewos 28:16
Barattoonni isaa 11 garuu, gara gaara Galiilaa Iyyaasuus achitti wal-argina isaaniin jedhe sanaa
#dhaqan.
✍ hanga yeroo kanatti Kiristoos Gaaliila hin dhaqnee.Sababiin isaa namoonni tokko tokko wanta kana kani hin Amanee wani jiraniif.
❸➻Yohaannis 20:8
HaataΚΌu malee,
#isaan wanta #Kitaabni Qulqulluun inni duΚΌaa kaΚΌuu akka qabu dubbatu amma iyyuu #hin_hubanne turan.
❹➻Maarqoos 9:32
#Isaan garuu wanta inni dubbate hin hubanne; isa #gaafachuus ni sodaatan.
❺➻Maatewos 26:32
HaataΚΌu malee,
#ergan_duaa kaΚΌee booda, isin #dursee gara #Galiilaa nan dhaqa.”
✍Ergamoonni(Malakooni) kanuma jedhanii turani.
❻➻Maatewos 28:7
Kanaaf
#dafaa dhaqaatii, β€˜Inni duΚΌaa kaΚΌeera, isin #dursee gara #Galiilaa ni dhaqa, isin achitti isa ni argitu’ jedhaa barattoota isaatti himaa. Wanta ani isiniin jedhe kana hin #irraanfatinaa.”
❼➻Maarqoos 16:7
Kanaa mannaa dhaqaatii,
#Inni isin dursee gara Galiilaa ni dhaqa. #Akkuma inni isinitti himee #tures, isin achitti isa ni argitu’ jedhaa barattoota isaa fi Pheexirositti himaa.”
βž‘βž»Luqaas 24:6-7
Inni duΚΌaa kaΚΌeera, as hin jiru.
#Yommuu_Galiilaa turetti wanta inni isinitti dubbate yaadadhaa;  #Ilmi namaa cubbamootatti dabarfamee kennamuu, Fannoo jirratti fannifamuu fi guyyaa #sadaffaattis duΚΌaa kaΚΌuu akka qabu isinitti himee ture.”
πŸ‡ Walumaagalatti.
Dubartiin tunni jecha Kiristoos fi kani ergamoota sana hin fudhanne . Akkuma Kitaabni jedhuu wanti kuni jala dhokatee ture. Jecha.
βž’βž»Luqaas 9:44-45
Wanta ani isinitti himuuf jedhu kana xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffadhaa, akkasumas yaadadhaa; Ilmi namaa harka namootaatti
#dabarfamee ni kennama.”  #Isaan garuu wanta inni dubbachaa ture hin hubanne. #Dubbiin kun isaan jalaa waan #dhokateef, hubachuu hin dandeenye; waaΚΌee dubbii kanaas isa gaafachuu ni sodaatan.
🌺 dubartiin tuniis yeroo afurii deddeebitee jirti.Kiristoos jalqabaa dura karaa irratti argitee yeroo biraa immoo iddoo awaala deemtee osoo ishiin bo'aa jirtu, nama biqiltuu
eeggu itti fakkatee Sababiin isaa yeroo kunis ganama wanii ta’ef, Β« akkuma eeggan tokko halkanii guutuu wanta isaa eeguu kuni iddoo kamittiyyuu irraa guddaan isaa haatuun halkanii wani haattuuf halkanii baay'ee ni eeggama, ture, ishin dubartiin sunis yaanni ishii iddoo biqiltuu wani jiruuf nama biqiltuu eeggu kana itti fakkatee Kanaafi,  sababa ishiin Kiristoos walate isaa kana turee.
βž“βž»Yohaannis 20:14
Erga kana dubbattee booda, duubatti garagaltee Iyyaasus akka achi dhaabate argite; haa taΚΌu malee ishiin inni Iyyaasus taΚΌuu isaa
#hin_hubanne.
11βž›Yohaannis 20:15
Iyyaasus immoo, β€œDubartii nana, maaliif boossa? Eenyuun barbaadda?” jedhee ishee gaafate; isheen illee, kun
#eegduu dha jettee, waan #yaadeef, β€œGooftaa ko, ati asii fuutee iddoo tokkotti isa geessiteetta yoo ta'e, eessa akka isa keesse anatti himi, ani dhaqee isa nan fida” ittiin jette
🌺 kuni rakkoo hubbanna ishee malee wanta biraa miti Eeyyee Kiristoos yeroo lama argitee jirti.
========
link waldaa xuqaaπŸ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
114.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 20:15 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/769

115.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 20:16 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/763

116.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 20:17(𝚊) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/780

117.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 20:17(πš‹) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/786

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/787

118.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 20:17(𝚌) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/789

119.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 20:17(𝚍) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/797

120.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 20:17(𝚎) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/799

121.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 20:17(𝚏 ) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/801
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
𝙭π™ͺ𝙒π™ͺπ™§π™–π™’π™š π™Ÿπ™žπ™§π™–.
π‘”π‘Žπ‘™π‘Žπ‘‘π‘Ž,π‘€π‘Žπ‘Žπ‘žπ‘Žπ‘¦π‘¦π‘œπ‘œ β„Žπ‘Žπ‘Žπ‘‘π‘Ž'𝑒
βž»π‘€π‘Žπ‘›π‘”π‘’π‘’π‘™π‘– #π‘šπ‘Žπ‘Ÿπ‘žπ‘œπ‘œπ‘ π‘– π‘”π‘Žπ‘Žπ‘“π‘– 𝑓𝑖 𝑑𝑒𝑒𝑏𝑖 π‘šπ‘’π‘ π‘–π‘™π‘–π‘šπ‘œπ‘œπ‘‘π‘Ž π‘˜π‘Žπ‘›π‘– π‘—π‘’π‘‘β„Žπ‘’ 𝑖𝑑𝑑𝑖 π‘“π‘’π‘“π‘Ž.