🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.36K subscribers
47 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸŒΉβ¬‡οΈ kutaa_ 55 ffΒͺΒͺ πŸŒΊβ¬‡οΈ
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ”ΊGaaffii fi Deebi
πŸ‘‰Muslimoota
✍Yohaannis 13:16
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, garbichi gooftaa isaa irra hin caalu,
#inni_ergames isa
#isa_erge irra #hin_caalu
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ”Ί Gaaffii isaanii
β“΅= Abbaan Kiristoos ni
#caalaa jedhuu.❓
=
inni Erge #Abbaadha
=
inni Ergamee #Kiristoos.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ“Deebii keenya
β“΅=Erga Abbaan Kiristoos ni caalaa jettanii maalidhan caalaa jennee gaafachuu qabnaa...❓
➑️ Jalqabaa dura Abbaa fi Kiristoos akka walii hin caalee ibsu qabna.

πŸ“RAGAA KITAABAπŸ‘‡
πŸ“A.))πŸ‘‰
#Abbaan Alfaa fi Omega dha
β“΅=Mul’ata Yohaannis 1:8
Ani Alfaa fi Omeegaa dha” jedha
#Waaqayyon, β€œinni jiru, inni turee fi inni dhufu, inni Hundumaa Dandau Sun.”.
πŸ“B.))πŸ‘‰
#Kiristoos Alfaa fi omega jedhama
β“Ά=Mul’ata Yohaannis 22:13
#Ani Alfaa fi Omeegaa, isa
duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti

🌹kanafuu erga
#lamaan isaan iyyuu Alfaa fi Omega tani wali hin caalanii Tokko jechudha yookiin waliqixxa jedha.
πŸ”³πŸ”³πŸ”³πŸ”³πŸ”³πŸ”³πŸ”³
πŸ“Gara mataa Duree keenya yeroo deebinuu immoo.
➑️ Kiristoos maalif
inni Ergamee isa Erge irraa hin caaluu jedhee ree..❓yeroo jennuu.
🌸 Kiristoos sababa isa ofuma isaan ibsee jira, Fakkeenyaaf
akkasii jedhe isa erge fi ergame jedhe ))
inni ergamee gara lafaa kana dhufee #milaa namoota dhiqee.
Inni erguu immoo #yoomi milaa nama dhiqee ❓lakki Abbaan Gonkumaa hin dhiqine.
πŸ“• Kiristoos sababa mila nama dhiqeefi
inni argame isaa ergee irraa hin caaluu kani jedhee kanafi (Yoh 13:16) irratti , garaa olitti gochaa hunda erga rawate akkasii jedheeπŸ‘‡
β“·=Yohaannis 13:14_16
Ani
#Gooftaa fi Barsiisaa taee utuun jiruu #miilla keessan ergan dhiqee, isinis miilla keessan waliif dhiquu qabdu.
#Akkuma ani isiniif godhe, isinis akkanuma akka gootan
#Ani_fakkeenya isiniif taeera Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #garbichi gooftaa isaa irra hin #caalu, inni ergames isa isa erge irra hin caalu

🌸 yookin immoo Kiristoos kunis Anii isin
#Tajajiluf dhufee jedhee dubbatee jira,Abbaan garuu akkana #gonkumaa hin jennee.
β“Έ=Maarqoosi 10:45
#ilmi_namaa iyyuu, warra kaan #tajaajiluu fi lubbuu isaa namoota hedduudhaaf furii godhee kennuuf dhufe
malee, akka
#isa_tajaajilaniif_hin_dhufne.

πŸ‘‰ Qaabxiwwan hubbachu qabnuu wanta lama jira
πŸ“C.)) Kiristoos namoota Tajajiluf akka dhufee.
πŸ“D.)) Jechi akka isanii isaa Tajaajilaatiinif hin dhufnee jedhu immoo Kiristoos Waaqa ta'u ibsuuf ,
_ sila dhali nama hundi isa tajaajiluu qaba ,kanafu Kiristoos kuni Eenyu ree.❓kani namoonni hundi isaa tajaajilini kun deebii isa waaqa jechuudhaa.

🌹Kiristoos gara namoota dhufee ,foonii keenyaa
#uffatee #hiyyeessaa ta’e ,Abbaan garuu
Gonkumaa foonii nama wani hin uffanef hiyyeessaa jedhamee hin beekuu.
πŸ“E.)) Abbaan hiyeessaa miti
πŸ“F.)) Kiristoos sababa keenyaaf hiyeessa jedhamee.
=yeroo kana Abbaan Kiristoos ni caalaa.
β“Ή=2 Qorontos 8:9
isin gaarummaa
#Gooftaa keenya Iyyaasuus
#Kiristoos isa guddaa beektu; #inni_sooressa taus, isin karaa hiyyummaa isaa sooreyyii akka taataniif #isiniif jedhee #hiyyeessa tae.
β“Ί=Filiphisiiyus 2:6_7
#inni bifa Waaqayyootiin kan ture taus, #Aangoo Waaqayyoo saamuuf, jechuunis Waaqayyoo #wajjin_qixxee tauuf hin
yaadne. Kanaa mannaa
#duwwaa ofi godhe; #bifa garbummaa fudhatee #nama tae
➑️ kanafuu sababa foonii keenyaa kana uffatee nama ta’e Waaqayyo wajjiin ofii qixxeessu hin dandeenye Abbaan Kiristoos ni caala jechuudhaa.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌺 link waldaa keenyaa Goofoon Qulqulloota Maariyaamidha jedhuu irratti
Koota
#sagalee fi #barreffamaa barachuu dandeessuπŸ‘‡

@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸
πŸ…Ύ kutaa-71-ffΒͺΒͺ .🌺
     πŸŒ»βž›Gaaffii fi Deebi
     πŸŒ»βž›Musiliimota
✍Yohaannis 15:10
Akkuma
#Ani_ajajawwan Abbaa eegee jaalala isaa keessa jiraadhu, isinis ajajawwan koo yoo eegdan jaalala koo keessa ni jiraattu.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➩gaaffii isaanii.
1=Kiristoos Waaqayyo mitii
inni ajajaa Waaqa eegga malee jedhu❓
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ“deebii isaa :
Jalqabaa Kiristoos Waaqayyo dha, ajajaa kani basuu Abbaa qofaa mitii ,Kiristoos illee ajaja ni baasa. Sababiin isaa Kiristoos akkasi wani jedheefi
Β« akkuma Abbaan hojjatu ilmi irree Haaluma walifakkaatan ni hojjata jedhee.
βœ…Fakkeenyaaf*
Ajajaa gosa tokko yoo,ta’e.
Kiristoos illee kani biraa hin fidu tokkummaa malee. Yoo,Lakki ajaja gargaara jedhete immoo dubbii Kiristoos faalleessaa deemta jechuudha, ❝ sababin isa Haaluma wali fakkataan hojjadha jedhee malee ,kani biratti(gosa birati) hin jennee 
inni❞❌
β“΅πŸ‘‰Yohaannis 5:19
Iyyaasus(kiristoos) akkana jedhee isaaniif deebise: β€œDhuguma dhuguman isiniin jedha,
#Ilmi waanuma Abbaan isaa #yeroo hojjetu arge qofa malee, ofii isaatiin kakaΚΌee wanta tokko illee hojjechuu hin dandaΚΌu. Sababiin isaas waanuma #Abbaan hojjetu hunda, Ilmis haaluma
#wal_fakkaatuun
wantootuma sana hojjeta.
πŸ“kanafuu Kiristoos jalqabumaa ajaja Abbaa wajjiin basa malee kophaa isaa mitii.
β“ΆπŸ‘‰Yohaannis 8:16.
Abbaan
inni na erge #Anaa wajjin waan jiruu fi #Ani_kophaa koo waanan hin taaneef, utuma ani murteessee illee murtiin koo dhugaa dha.
➩ erga Kiristoos ajaja basee immoo ajaja sana eeggu qaba.

β™ˆοΈ Jechi Ani akkuma ajajaa Abbaa
#eeggu jedhuu"
immoo Kiristoos nuufi
#fakkeenya ta'uf gadi ofi qabe hiyyeessaa ta’e. Akkasii jedhe.malee Wanta birafi miti.

β“·πŸ‘‰2.Qorontos 8:9
#Sababiin isaas, isin #gaarummaa #Gooftaa keenya Iyyaasus Kiristoos isa guddaa beektu; #inni_sooressa taΚΌus, isin karaa hiyyummaa isaa sooreyyii akka taataniif isiniif jedhee #hiyyeessa taΚΌe.

πŸ…±
inni bira immoo Ani jalala abbaa keessa, isin immoo jalala koo,keessa jiradha yero jedhuu immoo
*Fakkeenyaaf.
Yoo,Kiristoos jalate ,abbaa jalate jechudha Haaluma wali fakkaata yoo Kiristoos jibbitee Abbaa jibbitee jechudha.
➩qabxiiwwan nuuti hubbaannu jalali abbaa kana biraa ta’e ,jalali Kiristoos nuu,jalate  gosa kani biratti jechuu miti ❌.
β“ΈπŸ‘‰Yohaannis 15:23
Namni na jibbu hundi Abbaa koos ni jibba.

πŸ…° Kiristoos Abboommii yookiin ajjaja koo, eegga jedhe jira.
β“ΉπŸ‘‰Yohaannis 14:15.
 β€œIsin yoo na
#jaallattan #ajajawwan_koo(Abboommii koo) ni eegdu.
βš› ergaa akkasii ta’e immoo Kiristoos Waaqayyo jechudha. Yohaannis akkasi jedhee.jira Waaqayyo jalachu jechuun ajaja isaa yookiin abboomi isaa eeggudha jedhee.
β“ΊπŸ‘‰1 Yohaannis 5:3.
#Waaqayyoon jaallachuu jechuun #ajajawwan isaa #eeguu dha; ajajawwan isaa immoo baΚΌaa ulfaatoo miti;
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
waldaa keenyaa hordofuu
Yoo,barbada kan xuqiπŸ‘‡πŸ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha