🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸšΉπŸ’’ DubbisaaπŸ’’πŸ‘‡πŸŒ€πŸŒ€
Haatau malee,
#raajiin iyerusaalemii alatti ajjeefamuu waan hin qabneef, hara, borii
fi iftaan adeemsa koo itti fufuun qaba.
Yaa
#iyerusaalem, yaa iyerusaalem, #raajota kan ajjeestu, warra gara keetti ergamanis dhagaadhaan kan tumtu, akkuma #lukkuun cuucota ishii qoochoo ishii jalatti
walitti qabdu sia meeqan ijoollee kee sassaabuu barbaade! Isin garuu
hin barbaadne.

Kunoo, manni
keessan isiniif kan dhiifame taa. Ani
isinitti nan hima, β€˜Inni
#maqaa Waaqayyootin dhufu eebbifamaa dha!’ hanga jettanitti matumaa #ana hin argitan.”

β“Έ=Luqaas 17:22_24
Achiis barattoota isaatiin akkana jedhe: β€œYeroon isin guyyoota
#Ilma namaa keessaa isa tokko #arguu itti hawwitan ni dhufa; garuuhin argitan.

Namoonnis, β€˜Kunoo
achi jira!’ yookiin β€˜Kunoo
as jira isiniin jedhu. Isin garuu hin dhaqinaa yookiin isaan duukaa hin buinaa.

Akkuma
#bakakkaan kutaa #samii isa tokkoo hamma kutaa samii
isa kan biraatti ibsu,
#guyyaa Ilmi namaa itti mulatus akkasuma ni ta'a.


πŸ₯€gaaffii kan Kiristoos
Duukaa bu'oota isa wajiin
Dubbate turee.

⏩=Yohaannis 13:32_34
Waaqayyo ulfina isaaf kenna; inni yeruma
sana isaaf ulfina ni kenna.

Yaa
#ijoolle, ani yeroo gabaabaadhaaf isinii
wajjin jira.
#Isin na barbaaddu; akkuma ani Yihudootatti, β€˜Isin #bakka
ani dhaqu dhufuu hin dandeessan’
jedhee dubbadhe, amma immoo isinittis nan dubbadha.

Akka isin
#wali jaallattaniif ajaja haaraan isiniif
kenna; akkuma ani isin jaalladhe, isinis wal jaalladhaa

⏩=Yohaannis 13:36_37
#Simoon Pheexiros, β€œYaa Gooftaa eessa dhaqxa❓” jedheen. #Iyyaasuus deebisee, β€œBakka ani dhaqutti ati #amma na duukaa bu'uu hin dandeessu, booda garuu na duukaa buuta”
jedhe.
#Pheexirosis, β€œYaa Gooftaa, ani amma maaliifan si duukaa
bu'uu hin dandau?
Ani siif jedhee
#lubbuu koo illee dabarsee nan kenna” jedheen.

⏩=Yohaannis 14:2_4
#Mana Abbaa koo keessa iddoon jireenyaa hedduun jira. Iddoo isiniif #qopheessuu waanan deemuuf, kun utuu ta'uu baatee isinitti
nan himan ture.
Anis dhaqee ergan iddoo isiniif qopheessee booda, isinis
#iddoo ani jiru akka taataniif deebiee dhufeen iddoo ani jirutti isin fudhadha.
Iddoo ani dhaqus
karaa isaa ni beektu.”
β–£β–£β–£β–£β–£β–£β–£β–£β–£β–£
🌹yeroo xumura immoo
Namoonni Amantii sirrii
Fi hojji gaarii jiratani
Gara mootummaa sami
Ni argatu yeroo sana.
Kiristoos wajjjin jiratuu.

β“΅=Mul’ata 22:2_5
#Magaalattii keessa kana booda abaarsi hin jiru. Kanaa mannaa #teessoon #Waaqayyoo fi teesοΏΎsoon #Hoolichaa magaalattii keessataa, #garboonni Waaqayyoos #tajaajila
qulqulluu isaaf dhiheessu; isaan fuula isaa ni argu;
#maqaan isaas
#adda isaanii irratti ni #barreeffama.
Kana boodas achi keessa halkan hin jiru; Waaqni keenya Waaqayyo ifa
waan isaan irratti ibsuuf, ifni ibsaa yookiin ifni aduu isaan hin barbaachisu; isaanis
#baraa hamma bara baraatti mootota taanii ni bulchu.

β“Ά=Ibroota 12:22
#Isin garuu, Gaara #Tsiyoonii fi magaalaa
Waaqayyo jiraataa, jechuunis
#iyerusaalem ishii samiitti dhihaattaniittu;
akkasumas
#maleekota kumaatama lakkawamu
Hin dandeenyiti.
===============
🌹link kan fayyadamaπŸ“
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
====🌼🌼🌼=====
πŸŒΉπ™žπ™Ÿπ™€π™€π™‘π™‘π™šπ™š πŸ‘‡
#Namni akkamitti ijoollee Waaqayyo ta'u danda'a.❓
β“΅βž»
#πš–πšŠπšŠπššπšŠ πš’πšœπšŠπšŠπšπš’ 𝚒𝚘𝚘 πšŠπš–πšŠπš—πšŽ
β“Άβž» 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊 𝚒𝚘𝚘
#πš“πšŠπš•πšŠπš—πšŽ πšπš’ πšŠπš“πšŠπš“πšŠ πš’πšœπšŠπšŠ 𝚒𝚘𝚘 πšŽπšπš—πšŽ
β“·βž»
#𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚒𝚘 πš πšŠπš—πš’ πš—πšžπšž πš“πšŠπš•πšŠπšπšžπšžπšπš’
β“Έβž»
#πšŠπšπšžπšžπš›πš›πš’ 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚒𝚘 𝚒𝚘𝚘 πššπšŠπš‹πšŠπšπšŽ
β“Ήβž»πš”πšŠπš—πš’ πš‘πš’πš—
#πšœπš˜πš‹πš—πšŽ 𝚒𝚘𝚘 πšπšŠπš—πšŽ
β“Ίβž» 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚒𝚘
#πš πšŠπš•πš’πšπšπš’ 𝚒𝚘𝚘 πš—πšžπšž πššπšŠπš‹πšŽ.
β“»βž»
#πš‹πš’πš•πš’πšœπšžπš–πšŠπšŠ 𝚒𝚘𝚘 πššπšŠπš‹πšŠπš—πšŽ.

πŸŒΉπš“echi
#ijoollee jedhuu afaanii Giriikiitiin #τέκνα (Tekna) jedhama.

❢➻Yohaannis 1:12
Warra isa simatan hundumaatiif, isaan
#maqaa isaatti waan #amananiif, #ijoollee_Waaqayyoo akka taΚΌaniif aangoo isaaniif kenne.
❷➻Raajii-Isayaas 63:8
#innis, β€œIsaan dhugumaan saba koo ti #ijoollee hin sobnee dha” jedhe; kanaafuu inni Fayyisaa isaanii taΚΌe.
❸➻Yohaannis 11:52
kan
#duus_ijoollee Waaqayyoo warra bittinnaaΚΌanii jiran walitti qabee #tokko gochuuf malee sabichaaf qofa miti.

❹➻ Luqaas 13:34
Yaa Iyerusaalem, yaa Iyerusaalem, raajota kan ajjeestu, warra gara keetti ergamanis dhagaadhaan kan tumtu, akkuma
#lukkuun cuucota ishii qoochoo ishii jalatti walitti qabdu #ijoollee kee siΚΌa meeqan walitti qabuu barbaade! Isin garuu hin barbaanne.
❺➻Roome 8:16.
#Nuti_ijoollee Waaqayyoo taΚΌuu keenya #hafuurichi hafuura keenyaa wajjin taΚΌee dhugaa baΚΌa.
❻➻Raaji Isaayaas 44:3
Ani lafa dheebote irratti bishaan,lafa gogaa irratti burqaa nan dhangalaasaatii;
ani
#ijoollee kee irratti #Hafuura koo,sanyii kee irratti immoo eebba koo nan dhangalaasa.

❼➻Roome 8:21
kunis, uumamni mataan isaas garbummaa tortoruu jalaa bilisa baΚΌee,
#bilisummaa_ijoollee Waaqayyoo isa ulfina qabeessa akka argatuufi.
❽➻Roome 9:8
Kanaafuu, warri akka fooniitti ijoollee taΚΌan dhuguma ijoollee Waaqayyoo miti; kanaa mannaa, akka sanyii isaatti kan lakkaaΚΌaman warra akka
#waadaa sanaatti #ijoollee isaa taΚΌani dha.

❾➻1Yohaannis 3:1
#Nuti_ijoollee Waaqayyoo jedhamnee akka waamamnuuf #Abbaan_jaalala guddaa akkamii akka nutti argisiise ilaalaa! Dhuguma iyyuu nuti ijoollee isaa ti. Addunyaan Waaqayyoon hin beeku; nuunis kan hin beekne kanaafi.
❿➻1Yohaannis 5:2
Waaqayyoon yommuu
#jaallannuu fi #ajajawwan isaa yommuu raawwannu #ijoollee_Waaqayyoo akka jaallannu kanaan ni beekna.

πŸ‘‡π–Œπ–†π–—π–† Tπ‘’π‘™π‘’π‘”π‘Ÿπ‘Žπ‘šπ‘Žπ‘Ž π‘˜π‘œπ‘‘π‘’πŸ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha