๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
47 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒนโŒ kutaa+35ffยชยชยป ๐Ÿ‘‡๐ŸŒท

Gaafii fi Deebi
๐Ÿ‘‰ ๐Ÿฆ†Musiliimota ๐Ÿฆ† ๐Ÿ‘ˆ

โœYohaannis 10:27๐Ÿ‘‡
#Hoolonni koo sagalee
koo ni dhagau,
#Ani isaan beeka, isaanis Ana duukaa ni bu'uu.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“Gaaffii isaanii.
1= kanafuu isin hoolota jedhamtu, " Arasa cubbuu tti isin,..... โ“
โžงFakkeenyaaf Kiristoos hoolaa kani jedhamee sababa cubbuu nama haqee(balleessif).

โœ kanafuu isin sababa. maalif hoolota jedhamatu cubbuu haquuf moo, Arasa ta'uf jedhu....โ“โ“
๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ
โžงDeebii keenya ๐Ÿ‘‡
โœ kutaa 34ffยชยช keessaatti
kana ilaale jira.
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/425
๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
โžงnuuti hoolota kani jedhamnee Fakkeenyaafi
๐Ÿ’’ Haaluma kana Namni fakkeenya hedduu qaba

๐ŸŒนkitaaba-Iyyobi 5:25
# sanyii kee,akkuma guddaa taโ€™e, akkuma kana ijoollee kee, akka
#Margaa lafa ni ta'u (แ‹˜แˆญแˆ…แˆ แ‰ณแˆ‹แ‰… แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ†แŠ•แฅ แ‰ตแ‹แˆแ‹ตแˆ…แˆ แŠฅแŠ•แ‹ฐ แˆแ‹ตแˆญ #แˆฃแˆญ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ†แŠ• แ‰ณแ‹แ‰ƒแˆˆแˆ…*แŠขแ‹ฎแ‰ฅ 5:25)

โžงiddoo kana irratti fakkeenya nama kani taโ€™e Margaa jechudha. yeroo akkasii jennuu namni sababa baayacha deemuu Margaa fakkaata malee wanta biraaf mitii**sababa namni Margaa fakkatu hiika biraa dubbisa
๐Ÿ‘‰ Far 37:2* Far 103:15* kitaaba_iyyobi 18:3

โœ Haaluma kanaa nutti Fakkeenyaaf hoolota jedhamnee male
#cubbuu haquu fi #Arasaa ta'u hin dandeenyuu..
โžงlakki isaan dirqama cubbuu haquu fi Arasaa ta'u qabduu yoo, jedhanii immoo =
#Ragaa kitaaba nuuf kennu qabu male yaada mataa ofii Odeessuun fayyida hin qabu.

๐Ÿ’’ yaadaa lamaffaa bara
#durii osoo Amantaa #Musiliimaa hin dhufni dura Waaqayyo akkasi jedhee namoota wamee #hoolota_koo,jedhee jira. (isayaas 40:11, Hisqi'el 34:15=
๐Ÿ‘‰kanafuu yeroo sana Muslimoota irree hoolota jedhee jira., lakki nuuni hin jennee yoo, jedhanii immoo eenyu irraa
#dhalatni guyyaa kana geessan jennee isaani gaafana...๐Ÿ˜œ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ

๐ŸŒนโžงmee,
#nuuti sababa hoolota jedhamnee yookiin Fakkeenyaaf hoolotatin kani wamamne qabxii muraasa ilaala.

1โƒฃ=Wanta gaarii yoo, hojjane fi Amantaa dhugaa yoo, qabnee
#hoolota jedhamna =kanafi murtii dhugaaf dhiyanna.

๐Ÿ“โžง Maatewoos 25:32-33
Saboonni
#hundi isa
duratti walitti ni qabamu; innis akkuma
#tikseen tokko #hoolota fi #reoota irraa gargar foo'uu, namoota gargar foa. #Hoolotae karaa #mirga isaa, reoota garuu karaa bitaa isaa dhaaba.

2โƒฃ= sagalee Waaqayyo yoo,
#dhageenye hoolota jedhamana.

๐Ÿ“โžง Yohaannis 10:26-27
#Isin garuu hoolota
koo waan hin
#taaneef hin amantan
#Hoolonni koo #sagalee
koo ni dhagau, ani isaan beeka, isaanis ana duukaa ni buu

3โƒฃ=nuuti sababa yeroo baay'ee caalisne namoonni kuni
#midhaan nuura wani gahaniif hoolota jedhamne

๐Ÿ“โžง Far 44:22
Nuti sababii
#keetiin guyyaa hundumaa ni ajjeefamna; Akka hoolota qalamuuf jedhaniittis ilaalamneerra.

4โƒฃ= Waaqayyo wani nuu,
#tiksuuf hoolotaa jedhamnee

๐Ÿ“โžง Far 95:7
Inni Waaqa keenya dha,
Nuti immoo saba kaloo isaa keessa,Hoolota
#kunuunsa// #tikaa ) isaa jala jirru dha. Hara sagalee isaa yoo dhageessan,gaariidha

5โƒฃ=
#Tokkummaa tokko wani qabnuuf hoolota jedhamnee

๐Ÿ“โžง miikiyaas 2:12
Yaa Yaaqoobi, ani hunda
keessan dhugumaan
#walitti nan qaba;
Warra Israael keessaa hafan dhugumaan walitti nan qaba.
Akkuma hoolota goorannoo keessa jiraniitti,
Akkuma bushaayee kaloo
isaanii irra jiraniitti walitti
isaan qabee
#tokkummaa
akka qabaatan nan godha;e Bakki sun waca namootaatiin ni guutama.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนlink kan xuqaa
hordofa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘†๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//==๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
๐Ÿ…ฑ dubisaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โžก๏ธ Waaqayyo warra dubbiin isaa itti kennameen โ€˜Waaqayyootaโ€™ jedhe; waan macaafni jedhus hin diigamu*.
Yoos immoo ana, isa abbaan qulqulleessee gara biyya lafaatti erginaan, โ€˜
#Ani_ilma_Waaqayyoo tiโ€™ jedhe kanaan, attamitti โ€˜Waaqayyoon arrabsitaโ€™ jettu ree*
โžก๏ธ kanafuu Kiristoos yeroo sana lakki ani Waaqayyo miti jedhe hin mormine.

Mat 26:63-65
Kiristoos garuu calluma jedhe. Angafni lubootaa immoo, โ€œHadaraa Waaqayyoo isa jiraataa ati Masiihicha,
#ilma Waaqayyoo yoo taate nutti himi!โ€ jedheen*.
Kiristoos immoo deebisee, โ€œ
#Atumtuu jette kaa; garuu ilmi namaa ammaa jalqabee #mirga isa aango-qabeessaa taa'ee duumessoota waaqaa irra utuu dhufuu arguuf akka jirtan ani isinittan himaโ€ jedheen*.
Yommus angafni lubootaa aaree
#uffata isaa tarsaasee, โ€œInni Waaqayyoon #arrabseera, amma immoo dhuga-baatuu maalii nu barbaachisa ree? Kunoo, Waaqayyoon arrabsuu isaa isin iyyuu amma dhageessaniittu
๐Ÿฅฅragaa dabalataa Yoh 5:17-18) dubbisi.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ

โค๏ธ๐Ÿ˜œ yaada fi kaayyoo namni Waaqayyo wajjiin walii qixa mitii
(Raajii_isayaas 55:8_9)
#Waaqayyo, โ€œ #Yaadni koo akka yaada #keessanii, #karaan koos akka karaa keessanii #miti*; akkuma waaqni lafa irraa ol fagaatu, akkasuma karaan koo karaa keessan irraa, yaadni koos yaada keessan irraa in fagaata. โž›Rom 11:33
 Badhaadhummaan araara Waaqayyoo hammam guddata!
#Ogummaan isaa fi beekumni isaa hammam gad fagaata!
Akka inni itti murtoo godhu,
#namni qoree bira hin ga'u!
#Karaa isaas namni faana dha'ee hin hubatu*!

๐Ÿ…ฑ yaadni Kiristoos fi Abbaa tokkoo kuni immoo Kiristoos Waaqayyo ta'u ibsaa..

Mat 11:27
#Abbaan koo waan hundumaa dabarsee anatti kenneera; abbaa #duwwaatu isa beeka malee, #ilma kan beeku tokko illee hin jiru, ilma isaatii fi warra ilmi isaa itti mul'isuu barbaadetu abbaa beeka malee, #abbaa kan beekus tokko illee #hin jiruโ€ jedhe.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžก๏ธ link kan xuqaa hordofa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡โš ๏ธ
@haadha_Waaqa_naJaladha
======//========
๐Ÿ”ณ โคด๏ธ kutaa -64- ffยชยช โคต๏ธ ๐Ÿ”ณ
๐Ÿ”บ gaafi fi Deebi
๐Ÿ”บMuslimoota
โœYohaannis 14:13
Abbaan karaa
#Ilmaa ulfina akka argatuuf, wanta isin maqaa kootiin kadhattan hunda
ani isiniif nan raawwadha
======"||
๐Ÿ“gaaffii isaanii
1=Kiristoos ilma kani jedhamuu akkamu namoota kani ilma jedhanii amanu dha jedhuโ“โ“
========||ร—
๐ŸŒบ Deebi keenya.๐ŸŒบ๐Ÿ‘‡
Kiristoos ilma kani jedhamuu kani isa kuni gonkuma addaโ€ผ๏ธ
โ“ต.)) Kiristoos qofaatu addunyaa Uumamuu ishee duraa jira
๐Ÿ“Yohaannis 17:5
Yaa Abbaa ulfina
#Ani addunyaan #uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni.
โ“ถ.)) ilma Kiristoos qofatu Waaqayyo biraa turee
๐Ÿ“Yohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu
#namni Waaqayyoon arge hin
jiru
#ilma_tokkicha isa taee fi
Abbaa bira jirutu waaee Isaa nuu ibse.
โ“ท.)) Seexanni Kiristoos qofaan ilma Waaqayyo jedhee malee
๐Ÿ“Maarqoos 3:11
#Hafuuronni xuraaoon illee, yommuu isa argan hundatti isa duratti kufanii โ€œAti #Ilma_Waaqayyoo tiโ€ jedhanii iyyu turan.
โ“ธ.)) Kiristoos ilma Waaqayyo qofa malee eenyu ergamoota erge .namoota walitti qaba
๐Ÿ“Maarqoos 13:27
Innis yeroo sanatti Ergamoota(maleekota) ergee, warra isaaf
#filataman_andaara lafaatii hanga andaara samiitti kallattii arfanii #walitti ni qaba.((Mat 25:31)* luq 21:36
โ“น.)) ilma Kiristoos isaa qofaatu samii irraa dhufee malee.
๐Ÿ“Yohaannis 6:62
#Ilmi namaa #bakka_dura turetti utuu oli bauu yoo argitan maal jettu ree?
โ“บ.)) ilma Kiristoos qofan jireenyi argama.
๐Ÿ“Yohaannis 20:31
Wantoonni kun garuu kan barreeffaman Iyyaasus(kiristoos) dhuguma inni Kiristoosii fi
#Ilma_Waaqayyoo tauu
isaa akka amantaniif, amantaniis karaa
#maqaa isaa jireenya akka argattaniifi.
โ“ป.)) ilmi Kiristoos illee ergamoota irraa adda akka taโ€™e
๐Ÿ“Ibroota 1:5
Fakkeenyaaf Waaqayyo maleekota keessaa isa kamiin, โ€œAti
#ilma_koo ti; ani hara #si #dhalfadheera,โ€ akkasumas โ€œAni #abbaa isaa nan taa, innis ilma koo ni taaโ€ jedhee beeka?
โ“ผ.)) Kiristoos
#ilma waqayyo jechuu qabu namni hundinuu
๐Ÿ“1Yohaannis 5:5
#Addunyaa mouu kan dandau
eenyu? Isa Iyyasus(Kiristoos)
#Ilma_Waaqayyoo tauu isaa amanu sana mitii?
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‰Kiristoos karaa
#foonii ilma #Abrahaam ,ilma #Daawit,ilma Maariyaami jedhama( Mat 1:1)* (Rome 1:3)* (Ibrotaa 2:15).
๐ŸŒฒkanafuu iddoo kanatti gara foonii ilma isaanii jedhama malee gara Gooftummaa isaa fi Waaqayyummaa isaani ilma isaani miti.
๐Ÿ“ŒMaatewos 22:41_46
#Fariisonni walitti qabamanii
utuu jiranii Iyyasus(Kiristoos)akkana jedhee isaan
#gaafate Waaee #Kiristoos maali yaaddu? Inni #ilma eenyuuti? jedhe Isaanis, #Ilma_Daawitiโ€ jedhaniin Innis akkana jedhee isaan gaafate: Maarree, Daawit akkamitti #hafuuraan geggeeffamee #Gooftaaโ€™ jedhee isa waama? Daawit #Waaqayyo_Gooftaa kootiin, โ€œAni diinota kee miilla kee jala hamman siif godhutti ati #mirga koo taaiโ€ jedheeraโ€™ jedhee dubbateera Maarree #Daawit Gooftaa jedhee
erga isa waamee, akkamitti ilma isaa taa? Sana booda namni tokko illee deebii isaaf kennuu hin dandeenye guyyaa sanaa jalqabees namni gaaffii kan biraa isa gaafachuuf ija
jabaate hin turre
๐Ÿ…ฐ akkuma Daawitif gara
#foonii qofaan ilma taโ€™e ,gara foonii ilma Abrahaami, ilma Maariyaami, ilma Nohii ni jedhama,โž– garuu gara gooftummaa immoo ilma Daawit miti ,akkasumas ilma Maariyaami miti โŒ inni Waaqa fi Gooftaa Maariyaamitti ,Daawitii, Abrahaami malee.
===============
link waldaa keenya xuqa๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
=========//==========