🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚
2.35K subscribers
41 photos
2 videos
9 files
113 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)
Download Telegram
🌹Wangeela
tokko Qofaa jira
=Galaatiyaa 1:7
▬▬▬◈▬▬▬
1=akkuma
cuuphaan
Tokko jiruu

2=akkuma Gooftaan
tokko jiruu

3=akkuma Amantan
tokko jiru

4=akkuma wangeeli
Tokko Jiru

5=hordofitooni
Tokko qofti jiruu

◈qabxiiwwan 1-3 kan
ibsu 👉=Eef 4:5
◈qabxiin
wangeela
Tokko ibsu=Gal 1:7

◈Qabxin
Hordoftoota tokko
Ibsu (Ani
#ortodoksii Kana
ibsuu
👉=Eefe 1:10-13
👉=Gal 1:15

🌼=Qabxiwwan 5 kan
Bakka Tokkoti ilaala

◈ akkuma
#Phaawulos
Jedhe1Qor 13:13 irraatti
➊=jalalaa
➋=amantii
➌=abdii
◈ isaan sadan iyyuu
Garagara hin Bahan
Jedhuu
◈ ammas wantoonni
#Shanan(5) kuni adda
Hin Bau

♨️ Waa'ee hordofitoota
Waaqa tokko irratti
#Ani_ortodoksii dha
Kan jedhuu irratti

🌹Ani
#ortodoksii
Ta'e dhalee kootif
Waaqayyof Galani
Haata’u jechuun
Ni barbaachisaa moo
Hin barbaachisuu

🌹Ani ortodoksii ta'u
Kootif baay’een
#gammada jechuun
Ni barbaachisaa moo
Hin barbaachisuu

🌼 kanaa irratti
Kitaabni Qulqulluun
Maali jedha

#isin isa gaarummaa Kiristoos isa guddaatiin
isin waame Sana irraa gara
#wangeela kan #biraatti
saffisa akkasiitiin garagaluun keessan na dinqisiiseera
🌼=jechi
#isin jedhuu yeroo
Jalqabaf Namoota warra
Galaatiyaaf jechuu isatti

#wangeeli kan biraan
akka hin jirre
#beekamaa dha
haa tau malee
namoonni isin jeeqanii fi
#wangeela waaee
Kiristoos ibsu
#jalisuu barbaadan tokko
tokko jiru
🌼 wangeeli kan biraa
Akka hin jire jechuun
Isaa Waangeela tokko
Qofa jira jechuu isati
Kan bira wa'e Kiristoos
Hin ibsu jedhudha

Taus nu keessaa
namni tokko yookiin
#Ergaaman//maleekaan
tokko
#samii irraa dhufee
#wangeela nuti isiniif
#lallabne irraa #adda tae
yoo isiniif lallabe inni
#abaaramaa haa tau

wangeela tokkicha
Kan irraa adda ta’e
Kan laallabe Abaarama
Ni ta'a
Namas yoo,ta’e
Ergamootaa yoo
Ta'es
🌻=Haata’u malee
Ergamoonni Waaqayyo
Wangeela nama
Barsisuu ni danda'u
=Ergamaan Seexanaa
Dhufe garuu kan adda
Ta'e yoo,lallabee
Ni abaaramaa

Akkuma kanaan dura dubbanne ammas dabalee
nan dubbadha
#eenyu illee wangeela isin #fudhattan
irraa adda tae yoo isiniif
lallabe
#abaaramaa haa tau
🌻=Namas yoo ta’e kan
Abaaramee ta'a

Ani amma namoota
moo Waaqayyoon amansiisuuf yaalaan jira? Moo namoota gammachiisuuf yaalaan jira? Ani amma iyyuu namoota
gammachiisuuf yaalaan
jira yoo tae
#garbicha
Kiristoos miti jechuu dha

Yaa obbolootaa
#wangeela ani isiniif
lallabe
#nama irraa kan
madde akka hin taane
akka beektan
nan barbaada
🌻=wangeelich nama
Irra akka hin dhufnee
Ibse

sababiin isaas ani
Wangeella kana
#Iyyaasuus_Kiristoos
irraa
#mulataan nan
fudhadhe malee
nama irraa hin fudhanne
yookiin namni
na hin barsiisne
🌻=wangeeli kan
Kiristoos
Ta'u ibse jira

Ani dur
#amantii
Yihudii keessatti akkamitti akkan jiraadhe
jechuunis
#Kiristiyaanotaa Waaqayyoo cimsee
ariachaa fi balleessuuf dhamaaa akkan ture dhageessaniittu
🌻=
#Phaawuloos jalqabaa
Amanti yihudoota
Hordofaa akka jiruu

akkasumas
#aadaa
abbootii kootiif hinaaffaa guddaan qaba ture
saba koo keessatti
warra
#hiriyoota koo
taan hedduu
#caalaas
amantii Yihudii
keessatti baayee
guddachaan ture
🌻=Phawuloos yeroo
Sanati hiriyoota isaa
Akka caaluu mul'isa

Haatau malee
Waaqayyo inni
#gadameessa haadha
kootii jalqabee na
#filate fi karaa gaarummaa
isaa isa guddaa na
waame sun
🌻=Akkuma Phaawuloos
Gadameessaa haadha
Isaa keessa filatame
Hordofa Kiristoos ta’e
◈ Ani
#ortodoksii ta’en
Dhaladhee yoo jeete
Sirridha,Ani ortodoksii
Ta'u kootiif,nan
gammada yoo,jeette
Sirridha
👉=Gal 1:6_17
🌻Wangeelli
#dursa
Wanta hunda akka
Ta'e ifa
===========
#saqqii dhugaatiin
mudhii keessan
hidhachuu fi gaachana
#qomaa Qulqulluu uffachuudhaan
#jabaadhaa dhaabadhaa
akkasumas
#wangeela
#nagaa labsuuf
qophaauudhaaf
#miilla keessanitti #kophee
kaaadhaa
=Eefesoon 6:14-15
=============
🌹
#Yaada yoo
qabatanii👇
👉
@Gutema123

🌼=link channeel
Yoo barbaadan👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
Audio
🅰 orthodoksi fi pheenxee.
= #orthodoksi irraa Gutema Gelana

= #pheenxee irraa paasterii mangistuu yookiin Tolasa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➩mata dura waliin dubbii keenya isa kana ture 👇👇
🅾mootummaa Waaqayyo kani galuu eenyuu
Pheenxee #wangeela_guutuu moo
pheenxee makanna iyyasus moo
Pheenxee gosa isa kami
▲Deebi isaa👇
Kani mootummaa Waaqayyo galuu gonkumaa hin beekamuu kani jedhuun .kanafuu pheenxee #rakkoo qaba jedhamee jira=ok
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➩maaloo namoonni dukkana keessa jirtanii pheenxee keessa dafa baha deema
🌹kutaa-96-ffaa👇👇
➻Gaafi Deebi Muslimoota.
➊=𝚐𝚊𝚊𝚏𝚒 𝚒𝚜𝚊𝚊𝚗𝚒 𝚜𝚊𝚐𝚊𝚕𝚎𝚎(𝚍𝚞𝚋𝚋𝚒𝚗) 𝚜𝚞𝚗𝚒 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘 𝚠𝚊𝚓𝚓𝚒𝚗 𝚝𝚞𝚛𝚎 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚊(𝚢𝚘𝚑 1:1) : ❝« 𝚓𝚎𝚌𝚑𝚒 𝚠𝚊𝚓𝚓𝚒𝚗 𝚝𝚞𝚛𝚎 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚞 suni Kiristoos hin ibsuu Waaqayyo qofa tokkichuma sana malee jedhuu
##Ragaa isaanii.
Galatiyaa 2:5
Nus akka dhugaan wangeelaa #isin_bira jiraatuuf jennee battala tokkoof illee isaaniif hin ajajamne.
1Yohaannis 1:5
Ergaan isa irraa dhageenyee fi isinitti beeksisaa jirru isa kana: #Waaqayyo_ifa dha, dukkannis matumaa isa keessa hin jiru.
Raajii_Dani'eel 2:22
Inni waan gad fagoo fi waan dhokfame ni mulʼisa;
waan dukkana keessa jiru ni beeka #ifnis_isa_wajjin jiraata
▬▬▬
🌷 #Deebii_keenya 🫸
jecha bira yookaan Waaqayyo wajjiin ture jechuu afaanii Giriikii yaa ilaaluu.
➊.Wangeela Yohaannis 1:1 irraa kani jiru 👉 #πρὸς 👈
➋.Ergaa Galatiyaa 2:5 irraa kani jiru 👉  #πρὸς 👈
➌.Rajii Dani'eel 2:22 irraa kani jiruu 👉 #μετ 👈
❣️kana booda jechoota Giriikii kana fayyadamne akka galumsa isaatti ilaala deemnaa
➻jecha➻(μετ) Meti jechuun Oromiffaan = #wajjin jechudha
➊➻sera.Uumama 3:6
#Dubartittiinis yommuu akka iji mukichaa nyaataaf gaarii, kan ija namaatti tolu, ogummaa argachuufis akka nama gojomaasisu argitetti fudhattee nyaatte. #Dhirsi ishees ishee #wajjin_ture; isaafis ni laatte; innis ni nyaate.
✌️#Dubartii_wajjin kani ture eenyu
Adaami💯 =Kanaafuu #qaama_lamatu jira isaaniis Adaam fi hewwani

amma jecha πρὸς prosi Oromiffaa sii wajjiin jechudha kunis
➋➻Seera.Uumama 6:18
#Si_wajjin garuu kakuu nan gala; atis doonii seenta; atii fi ilmaan kee, niitiin keetii fi niitonni ilmaan keetiis ni seentu
🌷Eenyuu wajjiin Kakuu gala Waaqayyo
Nohii wajjin=ok
=kanafu #qaama_lamatu jira isaaniis Waaqayyo fi Nohi
🌹Kanaafuu Haaluma walii fakkaata wangeela Yohaannis 1:1 irraa kani jiruu qaamaa lama malee tokko miti. Isaanis Kiristoos fi Abbaa dha.
▬▬▬▬▬▬
❣️mee ammaa immoo Galatiyaa 2:5 irraa kani jiruu ilaala iddoo sanatti akkasii jecha « Nus akka dhugaan wangeelaa #isin_bira jiraatuuf jennee battala tokkoof illee isaaniif hin ajajamne.
➻akka dubbisaa kanatti qaama meeqatu jira mee
Qaamaa lamatuu jira malee tokko miti.
Qaamni tokkoffaan Namaa jira
Qaamni inni bira immoo misiraachoo Kitaabni ofii irraa qabuu kani namni fudhatuu.
=Kanaafuu qaama lamatuu jira isaaniis namaa fi misiraachoo Kitaabni ajajuu kani namni ittiin bullu.
➌➻Raji isaayaas 52:7
#Miilli warra #wangeela fidanii,
kan nagaa labsanii, kan oduu #gammachiisaa fidanii,
kan fayyina labsanii, kan Xiyooniin,“Waaqni kee moʼeera!” jedhanii tulluuwwan irratti akkam miidhagaa dha!
➻miili kani namatti yookaan namaa jechuudha.
➻Oddu gammachisa immoo wangeela.
Kanaafuu qaama lamatu jira.
➍➻1Pheexiroos 1:25
#dubbiin Gooftaa garuu bara baraan ni jiraata.”
Dubbiin kunis #wangeela #isinitti lallabame sana
➻Dubbin wangeela
➻kani itti lallabamee eenyu nama .
=kanafuu yoo xiqqaate qaama lama isaa oli ibsaa
▬▬
Raajii Daani'el 2:22 irraa kani jiru ilaala Innis akkasii jedha « inni waan gadi fagoo fi waan dhokfame ni mulʼisa;
waan dukkana keessa jiru ni beeka #ifnis_isa_wajjin jiraata
➻inni kani jedhame Waaqayyo
➻ifni isaa wajiin jirata jedha
Iddoo kanatti wanta lama ibsaa tokkoffaan Waaqayyo, lamaffaa immoo #Amala_Waaqayyo kani ta’e ifa jechudha.
kanaafi Waaqayyo ifa jedhe 1Yohaannis 1:5
Ergaan isa irraa dhageenyee fi isinitti beeksisaa jirru isa kana: #Waaqayyo_ifa dha, dukkannis matumaa isa keessa hin jiru.
= #Waaqayyo_ifa_jechuun immoo # dhugaa qabeesa kani taee jallinna tokko kani hin qabnee jechuudha.
Fakkeenyaaf
➎➻Kitaaba fakkeenya 13:9
#Ifni nama #Qulqullu akka #gaarii ifa #ibsaan nama #hamaa garuu ni dhaama
=suni Qulqulluu wani ta’efi Qulqulluu ta'uf immoo jallina irraa fagachuudha. Kanafu namni Qulqulluun suni akka ifu kani godhee maalidha reedhugaan jiradha miti ree.
Ifa nama Qulqulluu yeroo jennuu =dhugaan warra jiratanii dhugaa dubbatani jedhuudha
🌷kuta-1-ffaa 👇
Gaafi fi deebi Musiliimota
Wangeela Maarqoosi irraa
Maarqoos 1:1
#jalqaba #wangeela Iyyaasus Kiristoos Ilma Waaqayyoo
➻gaafii Muslimoota Lakki kana miti waangeeli Kiristoos, wangeela kana kani bareesse Maarqoos malee Kiristoos mitii ,kunis ergaa Kiristoos oli bahe jedhu.👆
kuni #seenaa dha malee wangeela miti jedhuu
▬▬▬▬
➧ Deebii keenya👇
Wangeelli Kiristoos kanuma.
-jechii wangeela jedhu afaanii Giriikii irraa yeroo dhufuu #εὐαγγελίου ( #Inaggeliion) yomuu ta'u Ingiliffaan immoo #gospel (Gosipiil) jedhama hiika isaa misiraachoo ykn dubbii gaarii jechudha. Dubbii waee Kiristoos ibsu jedhama.

amma gara qabxii keenyatti kottaa waangeela Kiristoos yeroo jedhamuu wantoota heduu ofii keessa qaba.
1.➧waa'ee Kiristoos
2.➧waee Namoota
3.➧waa'ee Ergamoota
4.➧waa'ee wanta samii fi  lafa irratti  ni dubbata.
erga waa'ee wantoota kana dubbate maalif wangeela Kiristoos qofaa jedha reewangeela samii ykn wangeela lafaa maalif jedhamuu didee isaa jedhuufi
🅰 deebii isaa kanaa turee
Nama,lafa ,qilleensa ,muka , samii hunda kani Uumme Kiristoos wani taeefi.
Yohaannis 1:3.
Wanni hundinuu isaan taʼe; waan taʼe hunda keessaas wanni isa malee taʼe tokko iyyuu hin jiru.
➻ musiliimonni lakkii yoo jedhan Qur’aanaa fi Hadiisaani ,waee lafa ,samii ,nama. Ni dubbata inni maalif Qur’aanaa Allaattii jedhamuu didee jennee gaafanna.😜

➧ Maarqoos waa'ee Kiristoos dubbachuu eenyu dhorkaa❗️ Yeroo kamiyyuu yoo waangeela bareesse eenyu dhorkaa❗️
🅱 Musiliimoonni lakki erga Kiristoos oli bahe bareesse yoo jedhan immoo  " muhammad immoo Qur’aanaa keessatti erga Musee du'e ,erga Abrahaam du’e  eessa fidee dhiyeenya kana bareesee 😜


Muslimoonni waangeeli Maarqoos seena Kiristoos malee wangeela miti jedhuu

Muhammad Qur’aanaa fi Hadiisaa keessaatti seenaa maalif bareesse ree😜

👉Walumaagalatti Muslimoonni gowwadha yaaduma samuu ofi dhukkubsuu.
▬▬▬▬▬▬▬
akka barumsa orthodoksitti Maarqoos kitaaba kani wani barreesefi kitaaba kani irraa adda baasuuf wangeela Maarqoos jedhame ,akkuma kitaaba Musee ,kitaaba Dani'eel  jennuu sanadha. Malee wanta biraf miti.

Waangeela bareessuuf dubbachuu hoomtuu Maarqoos hin dhorkuu.
➊.Hoji.duka buota 4:20
Nu waan #arginee fi waan #dhageenye dubbachuu dhiisuu hin #dandeenyuutii

❤️Maarqoos Kiristoos wangeela Kiristoos jedhee(Mar1:1)

➋.1Qorontoos 9:12
Erga warri kaan mirga gargaarsaa kana isin irraa qabaattanii, nu immoo kan caalu hin qabaannuu ree?
Nu garuu mirga kanatti hin fayyadamne. Nu #wangeela_Kiristoositti gufuu taʼuu mannaa waanuma hunda obsuu qabna

➌.2 Qorontos 11:7
#Wangeela_Waaqayyoo gatii malee isinitti lallabuudhaan akka isin ol ol jettaniif ani gad of qabuun koo cubbuu turee?
➻Kana jechuun Phawuloos #Kiristoos_Waaqayyo ta'u ibsee jira
▬▬▬▬▬
🌷soba Muslimoota Kitaabni Qulqulluun seenaa dha malee jecha Waaqayyo miti jedhu mee Qur’aanaa keessa seenaa(history) yoo jiratee akkamitti tain laata

➊.Suura.2:127
بِسْمِ اللّٰهِ الرَّحْمٰنِ الرَّحِيْمِ

وَاِذۡ يَرۡفَعُ اِبۡرٰهٖمُ الۡقَوَاعِدَ مِنَ الۡبَيۡتِ وَاِسۡمٰعِيۡلُؕ رَبَّنَا تَقَبَّلۡ مِنَّا ‌ؕ اِنَّكَ اَنۡتَ السَّمِيۡعُ الۡعَلِيۡمُ

#when Abraham was raising the foundations of the House and [with him] Ishmael, [saying], "Our Lord, accept [this] from us. Indeed You are the Hearing, the Knowing.

➧Yeroo Abrahaam mana Kaabaa keessatti dhabee ture ilma isaa ismaeel wajjiin akkasii jedhee « gooftaa keenya nuu irraa dhaga'a fi beeka » jedhee
🐐akka jecha kanatti dubbii kana kani dubbatee Abrahaami Kanaafuu Qur’aanni jecha Allahati jedhuu ,Kanaafuu Abrahaamii Allaha jechudha😜

Wanti kuni erga kani Abrahaam tae, #Abrahaam erga du'ee turee ,Kanaafuu #seenaa (History) Abrahaam kunoo dubbachaa hin jiruu seenaa Abrahaam akkamitti #jecha allaha ta’e ree😜

Allaha ofi keessa base osoo hin tanne #yaada Abrahaam fudhatee dubbii kiyya jecha jira 😁 yaa Muslimaa amma maali siif waaya ree
▬▬▬▬▬▬▬
❤️ #sagalee ( #voice)gara gadi sirriitti dhageeffadha
+𝑔𝑎𝑟𝑎 𝑡𝑒𝑙𝑒𝑔𝑟𝑎𝑚𝑎 𝑘𝑜𝑡𝑎 👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🌹Baga-Gessaan💞
1Phexros 1:10-12
#Raajonni waaʼee ayyaana isinii kennamuuf jiru sanaa dubbatan sun itti jabaatanii waaʼee #fayyina kanaa #qorachaa, #iyyaafachaas turan; isaanis yommuu #Hafuurri Kiristoos inni isaan keessa ture sun waaʼee dhiphina #Kiristoosiitii fi waaʼee ulfina itti aanu sanaa duraan dursee dubbatetti #yoomii fi #haala akkamii keessa akka taʼu #beekuuf #yaalaa turan.

#Namoonni Hafuura Qulqulluu isa #samiidhaa ergameen #wangeela isinitti lallaban sun waan amma isinitti himan keessatti utuu ofii isaanii hin taʼin isin akka #tajaajilan ifa ni taʼeef; waan kana #ergamoonni iyyuu #gad-fageenyaan arguu #hawwu.

➧Ayyaana Gaarii isiniif Haata’u
🌹kutaa-6-ffaa =
🕹Gafii fi Deebii Muslimota👈

Maarqoos 1:14
Erga Yohannis mana hidhaatti galfamee booddee, Iyyaasuus(Kiristoos) #wangeela #Waaqayyoo lallabaa Galiilaa seene.

❶=gaafii Muslimoota kana irratti Kiristoos wangeela hin qabuu ofii isaa iyyuu wangeela Waaqayyo Lallaba jedhuu.

Deebii keenya Kiristoos illee wangeela qaba kani jedhuu ta'a.

❶➻Maarqoos 1:1
Jalqaba #wangeela_Iyyaasuus Kiristoos Ilma Waaqaa.

➋➻Galaatiyaa 1:7
#wangeelli biraa illee hin jiru. Garuu namoonni isin dogoggorsanii #wangeela_Kiristoos jalʼisuu yaalan tokko tokko jiru.

➌➻2 Tasaloonqee 1:7-8
isin warri rakkinni irra gaʼe, Gooftaan keenya Iyyaasus yeroo #maleekota isaa humna guddaa qabanii wajjin samii irraa mulʼatu nuu wajjin boqonnaa isiniif kenna  inni samii irraa kan mulʼatu #ibidda #bobauun yeroo taʼu, warra Waaqayyoon hin beeknee fi waee #wangeela_Gooftaa keenya Iyyaasuus #ibsuuf hin ajajamne irratti haaloo ni baʼa

Ragaa dabalataa dubbisaa Rome 15:19* Filiphisiiyus 1:17*  2Qor 9:13
▬▬▬▬▬▬▬
wangeela Waaqayyo yoo jennee fi wangeela Kiristoos yoo jennee Tokkummaa malee wanta biraa miti. « wangeela Kiristoos kani ta’e hundi kani Abbaati, wangeela Abbaa kani ta’e hundi kani Kiristoos »

➍➻Yohaannis 17:10
wanti kan koo taʼe hundi kan kee ti; wanti kan kee taʼe hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadheera

𝙞𝙗𝙨𝙖 𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖.
jechi ❝ #wangeela❞ jedhu kaaku dura fi Kakuu haaraa keessatti bareeffame ni argama Fakeenyaf kitaaba kaaku durii isaa Afaanii Ibraayisxiitti irraa gara Afaanii Giriikiitiin bareefame keessatti ni argatu.

kitaaba Raaji isayaas 52:7👈
kitaaba Raaji Nahomi 1:15👈

kaakuu haaraa keessatti immoo jechi wangeela jedhuu

Maarqoos 1:1👈, 1:14👈
Maatewos 4:23👈

kitaaba kaaku haaraa keessa iddoo baay'ee jira,  afaanii kamiyyuu ni argama

𝙠𝙞𝙧𝙞𝙨𝙩𝙤𝙤𝙨 𝙬𝙖𝙣𝙜𝙚𝙚𝙡𝙖 𝙬𝙖𝙖𝙦𝙖𝙮𝙮𝙤𝙤 𝙡𝙖𝙡𝙡𝙖𝙗𝙚𝙚 𝙟𝙚𝙘𝙝𝙪𝙣 𝙬𝙖'𝙚𝙚 𝙞𝙨𝙖𝙖 𝙙𝙪𝙗𝙖𝙩𝙚 𝙟𝙚𝙘𝙝𝙪𝙙𝙝𝙖.

➎➻Yohaannis 16:15
Wanni Abbaan qabu hundinuu kan koo ti. Inni #waanuma_koo #fuudhee isinitti beeksisa jechuun koos kanumaaf

➏➻2Qorontos 2:12
Yeroo ani #wangeela_Kiristoos lallabuuf Xirooʼaas dhaqee Gooftaan balbala naa banetti


𝚔𝚊𝚗𝚊𝚊𝚏𝚞𝚞 𝚒𝚓𝚘𝚘𝚕𝚕𝚎𝚎 #𝚖𝚞𝚜𝚕𝚒𝚖𝚘𝚘𝚝𝚊 𝚜𝚞𝚞𝚝𝚊 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚊 𝚒𝚕𝚊𝚊𝚕𝚊 𝚖𝚊𝚕𝚎𝚎 𝚘𝚕𝚒 𝚐𝚊𝚍𝚒 𝚍𝚎𝚎𝚖𝚝𝚊𝚗𝚒 𝚋𝚘𝚚𝚘𝚗𝚗𝚊 𝚘𝚏𝚒 𝚑𝚒𝚗 𝚍𝚑𝚘𝚛𝚔𝚒𝚗𝚊
𝑔𝑎𝑟𝑎 𝑡𝑒𝑙𝑒𝑔𝑟𝑎𝑚𝑎 𝑘𝑜𝑜𝑡𝑎👇
𝑙𝑖𝑛𝑘 𝑘𝑎𝑛𝑎 𝑥𝑢𝑞𝑎.

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🌷kutaa-7-ffaa:
Gaaffii fi Deebii Muslimoota.

Maarqoos 1:15
innis“Barri sun gaʼeera(xumurame) mootummaan Waaqayyoo dhiʼaateera; qalbii jijjiirradhaatii wangeelatti amanaa!” jedhe

➊=Gaaffii isaanii Kiristoos mootummaa hin qabu inni iyyuu mootummaa Waaqayyo lallabaa jedhuu.
➋=Kiristoos wangeela lallabee jedhee barumsa akkamitti jedhuu

🕹Deebi keenya. =1=
Eeyyee Kiristoos mataan isaa iyyuu #Mootummaa qaba

⓵➛2Pheexiroos 1:11
akkasiin gara #mootummaa bara #baraa kan #Gooftaa keenyaa fi #Fayyisaa keenya Iyyaasuus Kiristoositti galuun guutummaatti isiniif kennama.

⓶➛Efesoon 5:5
Akkuma beektanii fi ofii keessanii hubattanitti, namni halaleen yookiin namni xuraaʼaan yookiin namni sassata isa waaqolii tolfamoo waaqeffachuu taʼe raawwatu #Mootummaa_Kiristoosii fi #Mootummaa_Waaqayyoo keessatti dhaala tokko illee hin qabaatu.

⓷➛2 ximotewos 4:1
Waaqayyo durattii fi Kiristoos Iyyaasus isa karaa mulʼachuu isaa fi #Mootummaa_isaatiin warra jiranii fi warra duʼan irratti murteessuuf jedhu duratti cimseen kana si ajaja:

💧𝑘𝑎𝑛𝑎𝑎𝑓𝑢 𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠 𝑚𝑜𝑜𝑡𝑢𝑚𝑎𝑎 𝑞𝑎𝑏𝑎
inni Mataa isa waee mootummaa isaa labsee ❝ jechi « #bari » xumurame yookiin barri sun ga’ee jedhe ❞
kani Raajonni durii dubbachaa turan xumura irratti Kiristoos ni dhufaa kani jedhuu ture

🕹Deebii lamaffaa =2=
wangeela Kiristoos lallabee kani akkamii ture isaa jedhuu immoo. barattoota isaa gaafachuu qofaa deebiin isaa.

🅰 tokkooffaa Kiristoos isaanii gaafadha jedhee jira. 𝑤𝑎𝑛𝑡𝑎 𝑎𝑛𝑖 𝑑𝑢𝑏𝑏𝑎𝑑ℎ𝑒 𝑘𝑎𝑛𝑖 𝑏𝑒𝑒𝑘𝑢 𝑏𝑎𝑟𝑎𝑡𝑜𝑜𝑡𝑎 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑒. 𝑏𝑎𝑟𝑎𝑡𝑜𝑜𝑛𝑛𝑖 𝑖𝑚𝑚𝑜 𝑖𝑠𝑎𝑎 𝑏𝑎𝑟𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎𝑛𝑖 𝑗𝑖𝑟𝑢💯

⓸➛Yohaannis 18:21
Ati maaliif na gaafatta? #Warra waan #Ani isaaniin jedhe dhagaʼan gaafadhu. Kunoo #isaan waan ani jedhe #beeku.

⓹➛Maatewos 10:26-27
Kanaafuu isaan hin sodaatinaa. Wanni haguugamee utuu hin mulʼifamin hafu yookaan wanni dhokfamee utuu hin beekamin hafu tokko iyyuu hin jiruutii. Waan #ani dukkana keessatti isinitti himu guyyaa adiin odeessaa; waan gurratti isinitti hasaasan, bantii manaa irraa #labsaa.

⓺➛1Yohaannis 1:1
Nu waaʼee Dubbii jireenyaa kan jalqabaa kaasee ture, kan #dhageenye, kan #ija keenyaan argine, kan ilaallee fi kan harki keenyas qaqqabe kana labsina.

🅱 inni lamaffaa immoo Kiristoos ogummaa barattoota isaatti wani Kanaafi : barattoota isaa wanta hunda bareessani.

⓻➛Luqaas 21:15
Anuu afaanii fi #ogummaa diinonni keessan tokko iyyuu dandaʼanii dura hin dhaabanne yookaan hin mormine isiniif nan kennaatii.

🆑 sadaffaa Afuura Qulqulluun barattoota wani gargaruuf wanta hundumaa hubbachisa.

⓼➛Yohaannis 16:13-14
#Hafuurri dhugaa sun yommuu dhufutti gara dhugaa hundaatti #isin_geessa. Inni waan dhagaʼu qofa dubbata malee ofuma isaatiin hin dubbatu; waan dhufuuf jirus isinitti hima. Inni sababii #waanuma_koo fuudhee isinitti beeksisuuf ulfina naa kenna.

⓽➛Yohaannis 15:26
Jajjabeessaan ani Abbaa biraa isinii ergu, jechuunis Hafuurri Dhugaa inni #Abbaa keessaa baʼu sun yommuu dhufutti waaʼee koo dhugaa baʼa.

𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙩𝙞
Kani « #𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠» lallabaa ture fi kani isaa dura ta’e hunda sababa Kanaafi dukaa bu'oonni Kiristoos barreessanii.💯💯💯

𝑘𝑢𝑡𝑎-6-𝑑𝑢𝑏𝑏𝑖𝑠𝑎 :𝑙𝑖𝑛𝑘 𝑘𝑎𝑛𝑎 𝑥𝑢𝑞𝑎.

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/1010

=dhugaan jiru kanuma yaa Muslimoota.