๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
48 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒน๐Ÿƒโžงkutaa-30ffยชยช๐Ÿ‘ˆ๐ŸŒน
๐Ÿ‘‰Gaaffii fi Deebi
โŒMuslimootaโŒ

โœYohaannis 8:50
Ani ofii kootiif ulfina hin barbaadu; inni ulfina barbaaduu fi murtii godhu
#Tokko jira.
---------------------------
Gaaffii isaanii
1=โžง
#ulfina kan barbaduu Abbaa qofaa jedhuu..โ“
2=โžง
#murtii kani kennuu Abbaa qofa jedhuu...โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
#Deebii keenya=lakki Abbaa qofa miti kan jedhu ta'a.

๐Ÿ“โžง.Deebi=1ffยชยช
โถ=โœYohaannis 8:54
Iyyaasus(kiristoos) deebisee akkana jedhe: โ€œ
#Ani yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo #gatii hin qabu. #Inni(Abbaan) ulfina Anaaf kennu, #Abbaa koo isa isin #Waaqa keenya jettan sana dha .

โท=โœYohaannis 5:23
namni hundi
#akkuma #Abbaadhaaf ulfina kennu, #Ilmaafis(kiristoos) ulfina
akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina hin kennu.

โธ=โœ1Yohaannis 2:23
#Ilma kan ganu hundi Abbaas immoo hin qabu.
Ilma amanee kan fudhatu hundi garuu Abbaas qaba.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“โžง.Deebi=2ffยชยช
โ“ต=โœYohaannis 5:27
Ilma namaa waan taeefis
#murtii akka kennu Aangoon isaaf kennameera.

โ“ถ=โœYohaannis 5:22
#Abbaan matumaa eenyuutti iyyuu hin murteessu; kanaa mannaa #hundumaa irratti akka murteessuuf Ilmaaf Aangoo kenneera;

โ“ท=โœ2 ximotewos 4:1
Waaqayyo duratti, akkasumas Kiristoos Iyyaasus isa karaa mulachuu isaa fi
#Mootummaa isaatiin
warra
#jiranii fi warra #duan irratti murteessuuf jedhu duratti cimseen
si ajaja
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนโžงsababa maalif Kiristoos ulfinni fi murtii Abbaa qofa jedhee reeโ“yeroo jennuu
namoonni dubbii Kiristoos fudhachuu wani didaniif
isaan Abbaas guutumaatti hin beekaani akkasumas kiristoos illee hin beekani guutummatti

1๏ธโƒฃ=โœYohaannis 8:55
Taus isin isa hin
beekne, ani garuu isa beeka.
#Ani isa hin beeku yoon jedhe, akkuma keessan sobduun taa. Haatau malee ani isa beeka, dubbii isaas
eegaan jira.

2๏ธโƒฃ=โœYohaannis 15:21-25
isaan isa na erge Sana waan
#hin beekneef, sababii maqaa kootiin wantoota kana hunda isin irratti ni raawwatu. Ani dhufee utuu isaanitti
hin himne taee, silaa
#cubbuu isaanitti hin tau ture. Amma garuu
cubbuu isaaniitiif sababii dhiheessan hin qaban.
#Namni na jibbu
hundi Abbaa koos ni
#jibba. Ani hojiiwwan namni kan biraan hojjetee hin beekne isaan gidduutti utuun hin hojjenne taee, silaa cubbuu isaanitti hin tau ture; amma garuu anaan arganii na jibbaniiru, #Abbaa koos jibbaniiru. Haatau malee, kun kan tae, wanti Seera isaanii keessatti, โ€˜Isaan #sababii malee na jibbanโ€™ jedhamee #barreeffame akka raawwatamuufi (far 35:19)

โžงแŠฅแŠ”แŠ• แ‹จแˆšแŒ แˆ‹ แŠ แ‰ฃแ‰ดแŠ• แ‹ฐแŒแˆž แ‹ญแŒ แˆ‹แˆ(แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 15:23)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
0๏ธโƒฃโžงlink kan xuqa seena๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
====โจณโจณโจณ====
๐ŸŒทkutaa-7-ffaa:
Gaaffii fi Deebii Muslimoota.

โœMaarqoos 1:15
innisโ€œBarri sun gaสผeera(xumurame) mootummaan Waaqayyoo dhiสผaateera; qalbii jijjiirradhaatii wangeelatti amanaa!โ€ jedhe

โžŠ=Gaaffii isaanii Kiristoos mootummaa hin qabu inni iyyuu mootummaa Waaqayyo lallabaa jedhuu.โ“
โž‹=Kiristoos wangeela lallabee jedhee barumsa akkamitti jedhuu โ“

๐Ÿ•นDeebi keenya. =1=
Eeyyee Kiristoos mataan isaa iyyuu #Mootummaa qaba

โ“ตโž›2Pheexiroos 1:11
akkasiin gara #mootummaa bara #baraa kan #Gooftaa keenyaa fi #Fayyisaa keenya Iyyaasuus Kiristoositti galuun guutummaatti isiniif kennama.

โ“ถโž›Efesoon 5:5
Akkuma beektanii fi ofii keessanii hubattanitti, namni halaleen yookiin namni xuraaสผaan yookiin namni sassata isa waaqolii tolfamoo waaqeffachuu taสผe raawwatu #Mootummaa_Kiristoosii fi #Mootummaa_Waaqayyoo keessatti dhaala tokko illee hin qabaatu.

โ“ทโž›2 ximotewos 4:1
Waaqayyo durattii fi Kiristoos Iyyaasus isa karaa mulสผachuu isaa fi #Mootummaa_isaatiin warra jiranii fi warra duสผan irratti murteessuuf jedhu duratti cimseen kana si ajaja:

๐Ÿ’ง๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘Ž๐‘Ž๐‘“๐‘ข ๐‘˜๐‘–๐‘Ÿ๐‘–๐‘ ๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘  ๐‘š๐‘œ๐‘œ๐‘ก๐‘ข๐‘š๐‘Ž๐‘Ž ๐‘ž๐‘Ž๐‘๐‘Ž โฃ
โšœinni Mataa isa waee mootummaa isaa labsee โ jechi ยซ #bari ยป xumurame yookiin barri sun gaโ€™ee jedhe โž
kani Raajonni durii dubbachaa turan xumura irratti Kiristoos ni dhufaa kani jedhuu ture

๐Ÿ•นDeebii lamaffaa =2=
wangeela Kiristoos lallabee kani akkamii ture isaa jedhuu immoo. barattoota isaa gaafachuu qofaa deebiin isaa.

๐Ÿ…ฐ tokkooffaa Kiristoos isaanii gaafadha jedhee jira. ๐‘ค๐‘Ž๐‘›๐‘ก๐‘Ž ๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘‘๐‘ข๐‘๐‘๐‘Ž๐‘‘โ„Ž๐‘’ ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘๐‘’๐‘’๐‘˜๐‘ข ๐‘๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘ก๐‘Ž ๐‘—๐‘’๐‘‘โ„Ž๐‘’. ๐‘๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘›๐‘›๐‘– ๐‘–๐‘š๐‘š๐‘œ ๐‘–๐‘ ๐‘Ž๐‘Ž ๐‘๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘’๐‘’๐‘ ๐‘ ๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘—๐‘–๐‘Ÿ๐‘ข๐Ÿ’ฏ

โ“ธโž›Yohaannis 18:21
Ati maaliif na gaafatta? #Warra waan #Ani isaaniin jedhe dhagaสผan gaafadhu. Kunoo #isaan waan ani jedhe #beeku.

โ“นโž›Maatewos 10:26-27
Kanaafuu isaan hin sodaatinaa. Wanni haguugamee utuu hin mulสผifamin hafu yookaan wanni dhokfamee utuu hin beekamin hafu tokko iyyuu hin jiruutii. Waan #ani dukkana keessatti isinitti himu guyyaa adiin odeessaa; waan gurratti isinitti hasaasan, bantii manaa irraa #labsaa.

โ“บโž›1Yohaannis 1:1
Nu waaสผee Dubbii jireenyaa kan jalqabaa kaasee ture, kan #dhageenye, kan #ija keenyaan argine, kan ilaallee fi kan harki keenyas qaqqabe kana labsina.

๐Ÿ…ฑ inni lamaffaa immoo Kiristoos ogummaa barattoota isaatti wani Kanaafi : barattoota isaa wanta hunda bareessani.

โ“ปโž›Luqaas 21:15
Anuu afaanii fi #ogummaa diinonni keessan tokko iyyuu dandaสผanii dura hin dhaabanne yookaan hin mormine isiniif nan kennaatii.

๐Ÿ†‘ sadaffaa Afuura Qulqulluun barattoota wani gargaruuf wanta hundumaa hubbachisa.

โ“ผโž›Yohaannis 16:13-14
#Hafuurri dhugaa sun yommuu dhufutti gara dhugaa hundaatti #isin_geessa. Inni waan dhagaสผu qofa dubbata malee ofuma isaatiin hin dubbatu; waan dhufuuf jirus isinitti hima. Inni sababii #waanuma_koo fuudhee isinitti beeksisuuf ulfina naa kenna.

โ“ฝโž›Yohaannis 15:26
Jajjabeessaan ani Abbaa biraa isinii ergu, jechuunis Hafuurri Dhugaa inni #Abbaa keessaa baสผu sun yommuu dhufutti waaสผee koo dhugaa baสผa.

๐™ญ๐™ช๐™ข๐™ช๐™ง๐™– ๐™ž๐™ง๐™ง๐™–๐™ฉ๐™ž
Kani ยซ #๐‘˜๐‘–๐‘Ÿ๐‘–๐‘ ๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘ ยป lallabaa ture fi kani isaa dura taโ€™e hunda sababa Kanaafi dukaa bu'oonni Kiristoos barreessanii.๐Ÿ’ฏ๐Ÿ’ฏ๐Ÿ’ฏ

๐‘˜๐‘ข๐‘ก๐‘Ž-6-๐‘‘๐‘ข๐‘๐‘๐‘–๐‘ ๐‘Ž :๐‘™๐‘–๐‘›๐‘˜ ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘Ž ๐‘ฅ๐‘ข๐‘ž๐‘Ž.

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/1010

=dhugaan jiru kanuma yaa Muslimoota.