๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
48 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐Ÿ”ณ kutaa -62-ffยชยช...๐Ÿ”ณ
๐Ÿ”บgaaffii fi Deebi
๐Ÿ”บMuslimoota๐Ÿšผ
โœYohaannis 14:12
Dhuguma dhuguman
isiniin jedha, namni
#Anatti amanu #hundi hojii ani hojjedhus ni hojjeta Ani gara Abbaa waanan dhaquuf inni hojii kana irra #caalus ni hojjeta.
======||
โžก๏ธ gaaffii isaanii
1=Kiristoos erga Waaqa taโ€™e namni akkamitti isaa amanuu isaa caala hojjachuu danda'u jedhuu...โ“
========||ร—
๐Ÿ“Deebi keenya
โœEeyyee inni Waaqa.
๐Ÿ”ณ kaaku durii keessatti namoota Waaqayyo caala hojii dinqii hojjataani jiruu ,namoonni kunis Waaqayyotti wani amananiif.
๐Ÿ“Fakkeenyaaf
1โž›Iyyaasu ilma nawe
2โž›Eliyaas raajicha
3โž›Isayaas raajichaa
โ“ตโžฉKitaba iyyaasu 10:12-13
Yeroo waqayyon Israaelota duratti Amoorota injifatetti
Iyyaasuun Israaelota duratti waqayyodhan  akkana jedhe Yaa
#aduu, Gibeon irratti
dhaabbadhu Yaa
#addeessaa, Sulula Ayiloon irratti dhaabbadhu Kanaafuu, sabichi diinota isaa irratti hamma haaloo bautti aduun bakkuma jirtu ni dhaabbatte; addeessis iddoo ishiitii hin #sochoone. Kun kitaaba Yaashaari irratti barreeffameera mitii? Aduun sami #walakkaa bakkuma jirtu ni dhaabbatte; gara guyyaa tokkootiifis lixuudhaaf hin ariifanne Sana #duras tae sana
booda, akka guyyaa sanaatti
guyyaan Waaqayyon sagalee namaa itti dhagae hin jiru sababiin isaas, waaqayon Israaeliif lolaa ture.
โ“ถโžฉ1motoota 17:1
Yeroo kanatti
#Eeliyaas
Tishbichi inni Giiliyaad keessa jiraatu Akaabiin waqayyo Waaqa Israael isa jiraataa
isa ani tajaajiluun nan
#kakadha, ajaja kootiin yoo tae malee waggoottan kanatti fixeensis tae #bokkaan hin jiraatu jedhe.
โ“ทโžฉ2 motoota 20:8-11
Hisqiyaas Waaqayon akka
na fayyisuu fi guyyaa sadaffaatti gara mana waaqayyoti akkan oli bau mallattoon argisiisu
maali dha?โ€ jedhee
#Isaayyaasiin gaafatee ture Isaayyaasis deebisee Mallattoon waaqayyo biraa dhufee fi waqahyon wanta dubbate akka raawwatu
argisiisu kana dha Gaaddidduun kortoo irra jiru tarkaanfii kudhan gara fuulduraatti akka deemu moo tarkaanfii kudhan gara duubaatti akka deebiu barbaadda?โ€ isaan jedhe. Hisqiyaasis
#Gaaddidduun
sun tarkaanfii kudhan gara fuulduraatti deemuun isaa salphaadha tarkaanfii kudhan gara
#duubaatti deebiuun isaa garuu salphaa mitiโ€ jedhe. Kanaafuu, Isaayyaas gara Waaqayyotti ni #iyye innis gaaddidduun kortoo Akaaz irra jiruu fi gadi buee ture sun, tarkaanfii kudhan gara duubaatti akka deebiu godhe.
โžก๏ธ Iyyaasuun aduu fi dhabuu isaa,Waaqayyo isa duraa godhee hin beeku.
โžก๏ธEliyaas Waaggaa fi jia 3 dhorkuu isa.
โžก๏ธIsayaas gadidduu dubbati tarkaanfii 12 deebisuu isa
๐ŸŒบHaaluma wali faakataa
โ“ธโžฉHooji duuka buoota 5:3-5
#Pheexiros garuu akkana
jedhe Yaa Hanaaniyaa, Seexanni hafuura qulqulluu akka sobduu fi qarshii laficha itti gurgurte keessaa hamma tokko dhoksitee hambisuuf akka ija jabaattu kan si godhe maaliifi? Utuma hin gurgurin iyyuu kanuma kee hin turree? Erga
gurgurtee boodas wanta barbaadde itti gochuu dandeessa turte mitii? Wanta akkasii gochuuf garaa
keetti maaliif yaadde? Ati namoota utuu hin tain Waaqayyoon sobde Hanaaniyaan yeroo kana dhagau lafa dhaee
#due. Namoonni kana dhagaan hundis guddaa sodaatan
โ“นโžฉHoji duuka buoota 8:39
Yommuu bishaan keessaa baanis
#hafuurri Waaqayyo battaluma sanatti #Filiphoosiin #fuudhee deeme; sana booda
xuaashichi isa hin argine; taus gammadaa karaa isaa irra buee deeme.
โœPheexiroos afaanii isaa qofa dinqii kana raawachuu isa
โœ Filiphoos Affuura Qulqulluun
Deemu barsiisuu fi cuphuu isa.
โค๏ธโคด๏ธ namoonni kuni 5 isaanii iyyuu Waaqayyoti wani amananiif Waaqayyo akka isaanii dinqii guddaa isaa caaluu kana akka hojjatani heyyamefi jira
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
link waldaa keenya kana xuqaa hordoffa.
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹
๐ŸŒนkutaa-6-ffaa =
๐Ÿ•นGafii fi Deebii Muslimota๐Ÿ‘ˆ

โœ Maarqoos 1:14
Erga Yohannis mana hidhaatti galfamee booddee, Iyyaasuus(Kiristoos) #wangeela #Waaqayyoo lallabaa Galiilaa seene.

โถ=gaafii Muslimoota kana irratti Kiristoos wangeela hin qabuu ofii isaa iyyuu wangeela Waaqayyo Lallaba jedhuu.โ“

โœDeebii keenya Kiristoos illee wangeela qaba kani jedhuu ta'a.

โถโžปMaarqoos 1:1
Jalqaba #wangeela_Iyyaasuus Kiristoos Ilma Waaqaa.

โž‹โžปGalaatiyaa 1:7
#wangeelli biraa illee hin jiru. Garuu namoonni isin dogoggorsanii #wangeela_Kiristoos jalสผisuu yaalan tokko tokko jiru.

โžŒโžป2 Tasaloonqee 1:7-8
isin warri rakkinni irra gaสผe, Gooftaan keenya Iyyaasus yeroo #maleekota isaa humna guddaa qabanii wajjin samii irraa mulสผatu nuu wajjin boqonnaa isiniif kenna  inni samii irraa kan mulสผatu #ibidda #bobauun yeroo taสผu, warra Waaqayyoon hin beeknee fi waee #wangeela_Gooftaa keenya Iyyaasuus #ibsuuf hin ajajamne irratti haaloo ni baสผa

Ragaa dabalataa dubbisaa Rome 15:19* Filiphisiiyus 1:17*  2Qor 9:13
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โœ wangeela Waaqayyo yoo jennee fi wangeela Kiristoos yoo jennee Tokkummaa malee wanta biraa miti. ยซ wangeela Kiristoos kani taโ€™e hundi kani Abbaati, wangeela Abbaa kani taโ€™e hundi kani Kiristoos ยป

โžโžปYohaannis 17:10
wanti kan koo taสผe hundi kan kee ti; wanti kan kee taสผe hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadheera

๐™ž๐™—๐™จ๐™– ๐™ญ๐™ช๐™ข๐™ช๐™ง๐™–.
jechi โ #wangeelaโž jedhu kaaku dura fi Kakuu haaraa keessatti bareeffame ni argama Fakeenyaf kitaaba kaaku durii isaa Afaanii Ibraayisxiitti irraa gara Afaanii Giriikiitiin bareefame keessatti ni argatu.

kitaaba Raaji isayaas 52:7๐Ÿ‘ˆ
kitaaba Raaji Nahomi 1:15๐Ÿ‘ˆ

kaakuu haaraa keessatti immoo jechi wangeela jedhuu

Maarqoos 1:1๐Ÿ‘ˆ, 1:14๐Ÿ‘ˆ
Maatewos 4:23๐Ÿ‘ˆ

kitaaba kaaku haaraa keessa iddoo baay'ee jira,  afaanii kamiyyuu ni argama

๐™ ๐™ž๐™ง๐™ž๐™จ๐™ฉ๐™ค๐™ค๐™จ ๐™ฌ๐™–๐™ฃ๐™œ๐™š๐™š๐™ก๐™– ๐™ฌ๐™–๐™–๐™ฆ๐™–๐™ฎ๐™ฎ๐™ค๐™ค ๐™ก๐™–๐™ก๐™ก๐™–๐™—๐™š๐™š ๐™Ÿ๐™š๐™˜๐™๐™ช๐™ฃ ๐™ฌ๐™–'๐™š๐™š ๐™ž๐™จ๐™–๐™– ๐™™๐™ช๐™—๐™–๐™ฉ๐™š ๐™Ÿ๐™š๐™˜๐™๐™ช๐™™๐™๐™–.

โžŽโžปYohaannis 16:15
Wanni Abbaan qabu hundinuu kan koo ti. Inni #waanuma_koo #fuudhee isinitti beeksisa jechuun koos kanumaaf

โžโžป2Qorontos 2:12
Yeroo ani #wangeela_Kiristoos lallabuuf Xirooสผaas dhaqee Gooftaan balbala naa banetti


๐š”๐šŠ๐š—๐šŠ๐šŠ๐š๐šž๐šž ๐š’๐š“๐š˜๐š˜๐š•๐š•๐šŽ๐šŽ #๐š–๐šž๐šœ๐š•๐š’๐š–๐š˜๐š˜๐š๐šŠ ๐šœ๐šž๐šž๐š๐šŠ ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šŠ ๐š’๐š•๐šŠ๐šŠ๐š•๐šŠ ๐š–๐šŠ๐š•๐šŽ๐šŽ ๐š˜๐š•๐š’ ๐š๐šŠ๐š๐š’ ๐š๐šŽ๐šŽ๐š–๐š๐šŠ๐š—๐š’ ๐š‹๐š˜๐šš๐š˜๐š—๐š—๐šŠ ๐š˜๐š๐š’ ๐š‘๐š’๐š— ๐š๐š‘๐š˜๐š›๐š”๐š’๐š—๐šŠโŒ
๐‘”๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘Ž ๐‘ก๐‘’๐‘™๐‘’๐‘”๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘š๐‘Ž ๐‘˜๐‘œ๐‘œ๐‘ก๐‘Ž๐Ÿ‘‡
๐‘™๐‘–๐‘›๐‘˜ ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘Ž ๐‘ฅ๐‘ข๐‘ž๐‘Ž.

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha