🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
Forwarded from Gutema Gelana
β€ΌοΈπŸŒΌβ€ΌοΈ 9πŸ‘‰2Qor 4:10-11
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
jireenya
#Iyyaasuus qaama keenya irrattis akka mulatuuf bakka deemne hundatti #rakkina guddaa duaaf nama saaxiluu fi
#Iyyaasuus irra gae yeroo hunda qaama keenya keessatti ni baanna.Sababiin isaas, jireenyi Iyyaasuus foon
keenya isa duu irrattis akka mulatuuf, nuti warri lubbuudhaan jirru
yeroo hunda Iyyaasuusiif jennee duaaf ni saaxilamna..
πŸ‘Œkuni immoo rakkoo yeroo inni foonii dhufe sana ibsaa jira

10πŸ‘‰ Ibr 2:14-17
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
♨️Kanaaf, β€œ
#ijoolleen” sun foonii fi dhiiga waan taaniif, #innis foonii fi dhiiga tae; kunis kan tae, dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka #balleessuufi;

♨️akkasumas, warra jireenya isaanii guutuu garbummaa sodaa duaatiin qabamanii turan
#bilisa baasuufi
♨️Sababiin isaas inni
#sanyii_Abrahaam gargaaraa jira malee, #maleekota/Ergamootaa gargaaraa akka hin jirre beekamaa dha
♨️ Kanaaf, inni wantoota Waaqayyoo wajjin wal qabatan
hundumaa irratti
#luba ol aanaa gara #laafessaa fi #amanamaa tauudhaan, aarsaa cubbuu namootaatiif dhiifama argamsiisu dhiheessuuf, #gama hundumaatiin β€œ #obboloota” isaa fakkaachuu qaba ture..
♨️ Inni mataan isaa yeroo
#qorametti(qorumsa) waan dhiphateef, #warra_qorumsa keessa jiran gargaaruu ni dandaa

🌼 1➧sababa
Kiristoos foonii nama uffatee ibsee jira akkana jedhee, ijoolleen sunii foonii fi dhiiga wanii tanif,ijoollee kan jedhame #Adaami irraa eeggale namoota jiran jechuudha.
sababa Kanaaf fooni ijoollee isaa uffatee jechuudhaa
🌼 sababa lamaffaan immoo Seexanaa balleessuuf akka ta’e ibsee jira,ykn namoota harka isaa keesaa basuuf
♨️
Kiristoos lubba olii annaa jedhamee jira,Eeyyee inni lubba Waaqayyoti,
➧lubbaa
Waaqayyo kan tatu immoo yoo Waaqayyo tate qofa
Kan jechuun waqayyo lama jira jechuu koo, mitti
Abbaa fi Ilmi
Waaqayyo tokko jechuudha,sababa Kanaaf Kiristoos ani fi Abbaan tokko jedhee

🌼 lubbaa garaa laafessa fi amanamaa jechuun immoo dhuguma
Waaqayyo malee jira garaa #lafeessi_fi_amanamaan
Kanaafuu
#Kiristoos Waaqayyo jechudha


♨️ Seexanaa harka nama basuu kan danda'u
Waaqayyo malee kan biraa hin jiruu Kanaafuu #Kiristoos_Waaqayyo jechaa jira Phaawuloos

πŸ‘‡
Kiristoos kana dhufee sanyii Abrahaamiifi akka ta’e, malee, ergamootaf mitii,
Kanaafuu foonii Abrahaam uffatee jechuudha

πŸͺ€πŸ“
#gama hundumaatiin β€œ #obboloota_isaa_fakkaachuu qaba ture

πŸ–•πŸ–•
#ijoollee_Muslimaa jecha kana hubbadhaπŸ–•πŸ–•πŸ–•πŸ–•
Karaa kamiyyuu obboloota isaa fakkachuu qaba yeroo jedhuu
1➧obboloota kan jedhame namoota lafaa kan irraa jirtan yoo, ta'u
2➧obboloota fakkachuu qaba kan jedhamee immoo
Kiristoos fooni uffatee isaan fakkachu qaba jechuu

🌹akkamitti
Kiristoos namoota fakkaata kan jeetu immoo

1πŸ‘‰akka namatii nyaachuudhaan
2πŸ‘‰akka namatii kadhachuudhaan
3πŸ‘‰ akka namatii dadhabuudhan
4πŸ‘‰akka namatti soomuudhan
5πŸ‘‰akka namati rafuudhan
6πŸ‘‰akka namatti calisuudhan
7πŸ‘‰akka namatti gadi ofii qabudhan
8πŸ‘‰akka namatti adeemudhan
9πŸ‘‰akka namatii Waaqayyof galata dhiyeesse
10πŸ‘‰ akka namatti ergama ta’e
11πŸ‘‰akka namatii raaji ta’e
12πŸ‘‰ Haata’u malee akka namoota jiratee garuu inni akka
#nama_cubbuu tokoo illee hin hojjanne

11πŸ‘‰1Phex 2:21-25
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
✍Dhugaa dubbachuuf isin
#jireenya akkasiitiif waamamtan; sababiin isaas, #Kiristoos faana isaa
dhiheenyatti akka hordoftan
#fakkeenya isiniif dhiisuudhaan isiniif jedhee #dhiphateera.
πŸ‘‰ inni
#cubbuu tokko illee hin hojjenne, dubbii gowwoomsaanis afaan isaa keessatti hin argamne.Inni yommuu isa #arrabsan deebisee hin arrabsine. Yommuu dhiphatettis hin doorsisne; kanaa mannaa isa qajeelummaadhaan
murteessu Sanatti imaanaadhaan of
kenne
🌹Nuti cubbuudhaaf duunee qajeelummaadhaaf akka jiraannuuf, inni ofuma isaatiin cubbuu keenya
#qaama isaatiin #fannoo irratti baate. β€œIsinis madaa isaatiin fayyifamtan.” Sababiin isaas isin
akka
#hoolota karaa irraa maqanii turtan; amma garuu gara #tiksee fi ilaaltuu ol aanaa lubbuu keessaniitti deebitaniittu
πŸ‘‰......πŸ“πŸ“ jalate dhiistee
πŸ‘‰......πŸ“πŸ“ murti
Kiristoos
jala hin baatu
🌷kuta-1-ffaa πŸ‘‡
Gaafi fi deebi Musiliimota
➧ Wangeela Maarqoosi irraa
✍Maarqoos 1:1
#jalqaba #wangeela Iyyaasus Kiristoos Ilma Waaqayyoo
➻gaafii Muslimoota Lakki kana miti waangeeli Kiristoos, wangeela kana kani bareesse Maarqoos malee Kiristoos mitii ,kunis ergaa Kiristoos oli bahe jedhu.πŸ‘†β“
kuni #seenaa dha malee wangeela miti jedhuu ❌
β–¬β–¬β–¬β–¬
➧ Deebii keenyaπŸ‘‡
Wangeelli Kiristoos kanuma.
-jechii wangeela jedhu afaanii Giriikii irraa yeroo dhufuu #ΡὐαγγΡλίου ( #Inaggeliion) yomuu ta'u Ingiliffaan immoo #gospel (Gosipiil) jedhama hiika isaa misiraachoo ykn dubbii gaarii jechudha. Dubbii waee Kiristoos ibsu jedhama.

✍ amma gara qabxii keenyatti kottaa waangeela Kiristoos yeroo jedhamuu wantoota heduu ofii keessa qaba.
1.➧waa'ee Kiristoos
2.➧waee Namoota
3.➧waa'ee Ergamoota
4.➧waa'ee wanta samii fi  lafa irratti  ni dubbata.
✍erga waa'ee wantoota kana dubbate maalif wangeela Kiristoos qofaa jedha ree❓wangeela samii ykn wangeela lafaa maalif jedhamuu didee isaa jedhuufi ❓
πŸ…° deebii isaa kanaa turee
Nama,lafa ,qilleensa ,muka , samii hunda kani Uumme Kiristoos wani taeefi.
Yohaannis 1:3.
Wanni hundinuu isaan taΚΌe; waan taΚΌe hunda keessaas wanni isa malee taΚΌe tokko iyyuu hin jiru.
➻ musiliimonni lakkii yoo jedhan Qur’aanaa fi Hadiisaani ,waee lafa ,samii ,nama. Ni dubbata inni maalif Qur’aanaa Allaattii jedhamuu didee jennee gaafanna.β“πŸ˜œ

➧ Maarqoos waa'ee Kiristoos dubbachuu eenyu dhorkaa❗️ Yeroo kamiyyuu yoo waangeela bareesse eenyu dhorkaa❗️
πŸ…± Musiliimoonni lakki erga Kiristoos oli bahe bareesse yoo jedhan immoo  " muhammad immoo Qur’aanaa keessatti erga Musee du'e ,erga Abrahaam du’e  eessa fidee dhiyeenya kana bareesee β“πŸ˜œ


✍Muslimoonni waangeeli Maarqoos seena Kiristoos malee wangeela miti jedhuu ❌

Muhammad Qur’aanaa fi Hadiisaa keessaatti seenaa maalif bareesse reeβ“πŸ˜œ

πŸ‘‰Walumaagalatti Muslimoonni gowwadha yaaduma samuu ofi dhukkubsuu.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
❀ akka barumsa orthodoksitti Maarqoos kitaaba kani wani barreesefi kitaaba kani irraa adda baasuuf wangeela Maarqoos jedhame ,akkuma kitaaba Musee ,kitaaba Dani'eel  jennuu sanadha. Malee wanta biraf miti.

Waangeela bareessuuf dubbachuu hoomtuu Maarqoos hin dhorkuu.
➊.Hoji.duka buota 4:20
Nu waan #arginee fi waan #dhageenye dubbachuu dhiisuu hin #dandeenyuutii

❀️Maarqoos Kiristoos wangeela Kiristoos jedhee(Mar1:1)

βž‹.1Qorontoos 9:12
Erga warri kaan mirga gargaarsaa kana isin irraa qabaattanii, nu immoo kan caalu hin qabaannuu ree?
Nu garuu mirga kanatti hin fayyadamne. Nu #wangeela_Kiristoositti gufuu taΚΌuu mannaa waanuma hunda obsuu qabna

➌.2 Qorontos 11:7
#Wangeela_Waaqayyoo gatii malee isinitti lallabuudhaan akka isin ol ol jettaniif ani gad of qabuun koo cubbuu turee?
➻Kana jechuun Phawuloos #Kiristoos_Waaqayyo ta'u ibsee jira
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌷soba Muslimoota Kitaabni Qulqulluun seenaa dha malee jecha Waaqayyo miti jedhu mee Qur’aanaa keessa seenaa(history) yoo jiratee akkamitti tain laata❓

➊.Suura.2:127
بِسْمِ اللّٰهِ Ψ§Ω„Ψ±Ω‘ΩŽΨ­Ω’Ω…Ω°Ω†Ω Ψ§Ω„Ψ±Ω‘ΩŽΨ­ΩΩŠΩ’Ω…Ω

وَاِذۑ يَرۑفَعُ اِبۑرٰهٖمُ Ψ§Ω„Ϋ‘Ω‚ΩŽΩˆΩŽΨ§ΨΉΩΨ―ΩŽ Ω…ΩΩ†ΩŽ Ψ§Ω„Ϋ‘Ψ¨ΩŽΩŠΫ‘Ψͺِ ΩˆΩŽΨ§ΩΨ³Ϋ‘Ω…Ω°ΨΉΩΩŠΫ‘Ω„ΩΨ• Ψ±ΩŽΨ¨Ω‘ΩŽΩ†ΩŽΨ§ ΨͺΩŽΩ‚ΩŽΨ¨Ω‘ΩŽΩ„Ϋ‘ Ω…ΩΩ†Ω‘ΩŽΨ§ β€ŒΨ• Ψ§ΩΩ†Ω‘ΩŽΩƒΩŽ Ψ§ΩŽΩ†Ϋ‘Ψͺَ Ψ§Ω„Ψ³Ω‘ΩŽΩ…ΩΩŠΫ‘ΨΉΩ Ψ§Ω„Ϋ‘ΨΉΩŽΩ„ΩΩŠΫ‘Ω…Ω

#when Abraham was raising the foundations of the House and [with him] Ishmael, [saying], "Our Lord, accept [this] from us. Indeed You are the Hearing, the Knowing.

➧Yeroo Abrahaam mana Kaabaa keessatti dhabee ture ilma isaa ismaeel wajjiin akkasii jedhee « gooftaa keenya nuu irraa dhaga'a fi beeka » jedhee
🐐akka jecha kanatti dubbii kana kani dubbatee Abrahaami Kanaafuu Qur’aanni jecha Allahati jedhuu ,Kanaafuu Abrahaamii Allaha jechudha😜

Wanti kuni erga kani Abrahaam tae, #Abrahaam erga du'ee turee ,Kanaafuu #seenaa (History) Abrahaam kunoo dubbachaa hin jiruu seenaa Abrahaam akkamitti #jecha allaha ta’e ree😜

✍Allaha ofi keessa base osoo hin tanne #yaada Abrahaam fudhatee dubbii kiyya jecha jira 😁 yaa Muslimaa amma maali siif waaya ree❓❓❓❓❓
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
❀️ #sagalee ( #voice)gara gadi sirriitti dhageeffadha
+π‘”π‘Žπ‘Ÿπ‘Ž π‘‘π‘’π‘™π‘’π‘”π‘Ÿπ‘Žπ‘šπ‘Ž π‘˜π‘œπ‘‘π‘Ž πŸ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
Audio
πŸ’žMormii Orthodoksi fi Muslimaa. Jidduu ta’e
πŸ•ΉGutema,Gelana(orthodoksi
πŸ•Ήseyfedin Abdelah(Muslima


✍Gaaffii Kiristiyaanaa (orthodoksif) dhiyaatee

πŸ›œ #Kiristoos Waaqayyo ta'u isaa qabxii ibsuu
❢.Yohannis 1:9-11
βž‹.Maarqoos 12:28-29


✍ Gaafii Muslimaaf dhiyaate

❢.➧ Waaqni Muslimoota Allah #Qullaa ta'u isaa qabxi ibsuu
Sahi Al- Bukari 6524πŸ‘ˆ


βž‹.➧ Amantaa Muslimaa #aadaadha

Ashi-Shamali-Al-Muhammadiyah 417πŸ‘ˆ


➌➧ #Dhukkee namni miilla isaa irratti yoo naqee jeenata moo❓siol Lixa ❓

Sahi Al- Bukari 2811πŸ‘ˆ


π™œπ™–π™§π™– π™©π™šπ™‘π™šπ™œπ™§π™–π™’π™– π™ π™€π™€π™©π™–πŸ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha