🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.36K subscribers
42 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌷kuta-1-ffaa πŸ‘‡
Gaafi fi deebi Musiliimota
➧ Wangeela Maarqoosi irraa
✍Maarqoos 1:1
#jalqaba #wangeela Iyyaasus Kiristoos Ilma Waaqayyoo
➻gaafii Muslimoota Lakki kana miti waangeeli Kiristoos, wangeela kana kani bareesse Maarqoos malee Kiristoos mitii ,kunis ergaa Kiristoos oli bahe jedhu.πŸ‘†β“
kuni #seenaa dha malee wangeela miti jedhuu ❌
β–¬β–¬β–¬β–¬
➧ Deebii keenyaπŸ‘‡
Wangeelli Kiristoos kanuma.
-jechii wangeela jedhu afaanii Giriikii irraa yeroo dhufuu #ΡὐαγγΡλίου ( #Inaggeliion) yomuu ta'u Ingiliffaan immoo #gospel (Gosipiil) jedhama hiika isaa misiraachoo ykn dubbii gaarii jechudha. Dubbii waee Kiristoos ibsu jedhama.

✍ amma gara qabxii keenyatti kottaa waangeela Kiristoos yeroo jedhamuu wantoota heduu ofii keessa qaba.
1.➧waa'ee Kiristoos
2.➧waee Namoota
3.➧waa'ee Ergamoota
4.➧waa'ee wanta samii fi  lafa irratti  ni dubbata.
✍erga waa'ee wantoota kana dubbate maalif wangeela Kiristoos qofaa jedha ree❓wangeela samii ykn wangeela lafaa maalif jedhamuu didee isaa jedhuufi ❓
πŸ…° deebii isaa kanaa turee
Nama,lafa ,qilleensa ,muka , samii hunda kani Uumme Kiristoos wani taeefi.
Yohaannis 1:3.
Wanni hundinuu isaan taΚΌe; waan taΚΌe hunda keessaas wanni isa malee taΚΌe tokko iyyuu hin jiru.
➻ musiliimonni lakkii yoo jedhan Qur’aanaa fi Hadiisaani ,waee lafa ,samii ,nama. Ni dubbata inni maalif Qur’aanaa Allaattii jedhamuu didee jennee gaafanna.β“πŸ˜œ

➧ Maarqoos waa'ee Kiristoos dubbachuu eenyu dhorkaa❗️ Yeroo kamiyyuu yoo waangeela bareesse eenyu dhorkaa❗️
πŸ…± Musiliimoonni lakki erga Kiristoos oli bahe bareesse yoo jedhan immoo  " muhammad immoo Qur’aanaa keessatti erga Musee du'e ,erga Abrahaam du’e  eessa fidee dhiyeenya kana bareesee β“πŸ˜œ


✍Muslimoonni waangeeli Maarqoos seena Kiristoos malee wangeela miti jedhuu ❌

Muhammad Qur’aanaa fi Hadiisaa keessaatti seenaa maalif bareesse reeβ“πŸ˜œ

πŸ‘‰Walumaagalatti Muslimoonni gowwadha yaaduma samuu ofi dhukkubsuu.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
❀ akka barumsa orthodoksitti Maarqoos kitaaba kani wani barreesefi kitaaba kani irraa adda baasuuf wangeela Maarqoos jedhame ,akkuma kitaaba Musee ,kitaaba Dani'eel  jennuu sanadha. Malee wanta biraf miti.

Waangeela bareessuuf dubbachuu hoomtuu Maarqoos hin dhorkuu.
➊.Hoji.duka buota 4:20
Nu waan #arginee fi waan #dhageenye dubbachuu dhiisuu hin #dandeenyuutii

❀️Maarqoos Kiristoos wangeela Kiristoos jedhee(Mar1:1)

βž‹.1Qorontoos 9:12
Erga warri kaan mirga gargaarsaa kana isin irraa qabaattanii, nu immoo kan caalu hin qabaannuu ree?
Nu garuu mirga kanatti hin fayyadamne. Nu #wangeela_Kiristoositti gufuu taΚΌuu mannaa waanuma hunda obsuu qabna

➌.2 Qorontos 11:7
#Wangeela_Waaqayyoo gatii malee isinitti lallabuudhaan akka isin ol ol jettaniif ani gad of qabuun koo cubbuu turee?
➻Kana jechuun Phawuloos #Kiristoos_Waaqayyo ta'u ibsee jira
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌷soba Muslimoota Kitaabni Qulqulluun seenaa dha malee jecha Waaqayyo miti jedhu mee Qur’aanaa keessa seenaa(history) yoo jiratee akkamitti tain laata❓

➊.Suura.2:127
بِسْمِ اللّٰهِ Ψ§Ω„Ψ±Ω‘ΩŽΨ­Ω’Ω…Ω°Ω†Ω Ψ§Ω„Ψ±Ω‘ΩŽΨ­ΩΩŠΩ’Ω…Ω

وَاِذۑ يَرۑفَعُ اِبۑرٰهٖمُ Ψ§Ω„Ϋ‘Ω‚ΩŽΩˆΩŽΨ§ΨΉΩΨ―ΩŽ Ω…ΩΩ†ΩŽ Ψ§Ω„Ϋ‘Ψ¨ΩŽΩŠΫ‘Ψͺِ ΩˆΩŽΨ§ΩΨ³Ϋ‘Ω…Ω°ΨΉΩΩŠΫ‘Ω„ΩΨ• Ψ±ΩŽΨ¨Ω‘ΩŽΩ†ΩŽΨ§ ΨͺΩŽΩ‚ΩŽΨ¨Ω‘ΩŽΩ„Ϋ‘ Ω…ΩΩ†Ω‘ΩŽΨ§ β€ŒΨ• Ψ§ΩΩ†Ω‘ΩŽΩƒΩŽ Ψ§ΩŽΩ†Ϋ‘Ψͺَ Ψ§Ω„Ψ³Ω‘ΩŽΩ…ΩΩŠΫ‘ΨΉΩ Ψ§Ω„Ϋ‘ΨΉΩŽΩ„ΩΩŠΫ‘Ω…Ω

#when Abraham was raising the foundations of the House and [with him] Ishmael, [saying], "Our Lord, accept [this] from us. Indeed You are the Hearing, the Knowing.

➧Yeroo Abrahaam mana Kaabaa keessatti dhabee ture ilma isaa ismaeel wajjiin akkasii jedhee « gooftaa keenya nuu irraa dhaga'a fi beeka » jedhee
🐐akka jecha kanatti dubbii kana kani dubbatee Abrahaami Kanaafuu Qur’aanni jecha Allahati jedhuu ,Kanaafuu Abrahaamii Allaha jechudha😜

Wanti kuni erga kani Abrahaam tae, #Abrahaam erga du'ee turee ,Kanaafuu #seenaa (History) Abrahaam kunoo dubbachaa hin jiruu seenaa Abrahaam akkamitti #jecha allaha ta’e ree😜

✍Allaha ofi keessa base osoo hin tanne #yaada Abrahaam fudhatee dubbii kiyya jecha jira 😁 yaa Muslimaa amma maali siif waaya ree❓❓❓❓❓
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
❀️ #sagalee ( #voice)gara gadi sirriitti dhageeffadha
+π‘”π‘Žπ‘Ÿπ‘Ž π‘‘π‘’π‘™π‘’π‘”π‘Ÿπ‘Žπ‘šπ‘Ž π‘˜π‘œπ‘‘π‘Ž πŸ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha