🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.36K subscribers
42 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
β–ΈDeebi keenya raguma
Kitaba kana irratii
Bareeffame ibsina..

✍ Yoh 4:19-23
"akkasi jedha"

#Dubartittiinis akkana
jetteen: β€œYaagooftaa
ati raajii ta'uu
kee hubadheera

#Abbootiin keenya
gaara kana irratti
#Sagada turan
isin garuu bakki
#namoonni itti
sagadu qaban
iyerusaalemi jettu.

#Iyyaasuus akkana
ishiidhaan jedhe
β€œDubartii nana
na, amani, sa'aatiin
isin gaara kana
irrattis tae
iyerusaalemitti
Abbaa itti hin
Saganee
ni dhufa...

isin wantahin beeknef
Sagaduu nuti garuu
fayyinni karaa
#Yihudootaa waan
dhufuuf wanta beeknuf
Saganna

Haatau malee, sa'aatiin
Sagadoonni dhugaan
#Affuuraafi dhugaadhaan
Abbaa itti sagadan
ni dhufa, sa'aatiin sunis
ammadha

sababiin isaas Abbaan
#namoonni akkanaa
akka isa sagadan...
barbaada
====//===//====
❖ deebi isaa
Warri samariyaa caalisani
Garaa irraatti sagada akka
Turan.dubbi kiristoos irra
Ni hubbanna.

➜ "kiristoos akka dubarti
Hubbatu jecha fayyinni
Gara yihudoota jedhe
Malee ofuma isaa kiristoos
Gosa yihudaa irra dhalte
🌼 ibr 7:14πŸ‘‡
#Gooftaan keenya
gosa Yihudaa keessaa
akka
#dhalate beekamaa dha Museen waa'ee
gosa kanaa yeroo
dubbate immoo
waa'ee luba ta'uu
isaanii homaa hin
dubbanne

🌻 ibr 8:8πŸ‘‡
Balleessaan isaan irratti argamnaan raajichi,
Kunoo,
#guyyoonni tokko in dhufu; guyyoota sanatti ani mana #Israa'elii fi mana #Yihudaaf kakuu #haaraa iddoodhaan nan ga'a’ jedha gooftichi

🌼 ser.Uumama 49:10πŸ‘‡
Siiqqeen
#Yihudaa
irraa hin darbu,

#uleen mootummaas
dhala dhala isaa
harkaa hin dhabamu!

Kunis hamma inni
qabachuun ta'uuf
hamma inni sabni abboomamuuf sun
dhufutti in ta'a
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➜2 mot 17:29-30
➜Asteer 4:14

➜mat 2:2
➜yoh 19:19

❖Galani waaqayyoof
Haata'u Ameen
🌹kutaa-96-ffaaπŸ‘‡πŸ‘‡
➻Gaafi Deebi Muslimoota.
➊=πšπšŠπšŠπšπš’ πš’πšœπšŠπšŠπš—πš’ πšœπšŠπšπšŠπš•πšŽπšŽ(πšπšžπš‹πš‹πš’πš—) πšœπšžπš—πš’ 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚒𝚒𝚘 πš πšŠπš“πš“πš’πš— πšπšžπš›πšŽ πš“πšŽπšπš‘πšŠ(πš’πš˜πš‘ 1:1) : ❝« πš“πšŽπšŒπš‘πš’ πš πšŠπš“πš“πš’πš— πšπšžπš›πšŽ πš“πšŽπšπš‘πšž suni Kiristoos hin ibsuu Waaqayyo qofa tokkichuma sana malee jedhuu ❌
##Ragaa isaanii.
Galatiyaa 2:5
Nus akka dhugaan wangeelaa #isin_bira jiraatuuf jennee battala tokkoof illee isaaniif hin ajajamne.
1Yohaannis 1:5
Ergaan isa irraa dhageenyee fi isinitti beeksisaa jirru isa kana: #Waaqayyo_ifa dha, dukkannis matumaa isa keessa hin jiru.
Raajii_Dani'eel 2:22
Inni waan gad fagoo fi waan dhokfame ni mulΚΌisa;
waan dukkana keessa jiru ni beeka #ifnis_isa_wajjin jiraata
β–¬β–¬β–¬
🌷 #Deebii_keenya 🫸
jecha bira yookaan Waaqayyo wajjiin ture jechuu afaanii Giriikii yaa ilaaluu.
➊.Wangeela Yohaannis 1:1 irraa kani jiru πŸ‘‰ #πρὸς πŸ‘ˆ
βž‹.Ergaa Galatiyaa 2:5 irraa kani jiru πŸ‘‰  #πρὸς πŸ‘ˆ
➌.Rajii Dani'eel 2:22 irraa kani jiruu πŸ‘‰ #μΡτ πŸ‘ˆ
❣️kana booda jechoota Giriikii kana fayyadamne akka galumsa isaatti ilaala deemnaa
➻jecha➻(μΡτ) Meti jechuun Oromiffaan = #wajjin jechudha
➊➻sera.Uumama 3:6
#Dubartittiinis yommuu akka iji mukichaa nyaataaf gaarii, kan ija namaatti tolu, ogummaa argachuufis akka nama gojomaasisu argitetti fudhattee nyaatte. #Dhirsi ishees ishee #wajjin_ture; isaafis ni laatte; innis ni nyaate.
✌️#Dubartii_wajjin kani ture eenyu ❓
AdaamiπŸ’― =Kanaafuu #qaama_lamatu jira isaaniis Adaam fi hewwani

❣amma jecha πρὸς prosi Oromiffaa sii wajjiin jechudha kunis
βž‹βž»Seera.Uumama 6:18
#Si_wajjin garuu kakuu nan gala; atis doonii seenta; atii fi ilmaan kee, niitiin keetii fi niitonni ilmaan keetiis ni seentu
🌷Eenyuu wajjiin Kakuu gala Waaqayyo ❓
Nohii wajjin=ok
=kanafu #qaama_lamatu jira isaaniis Waaqayyo fi Nohi
🌹Kanaafuu Haaluma walii fakkaata wangeela Yohaannis 1:1 irraa kani jiruu qaamaa lama malee tokko miti. Isaanis Kiristoos fi Abbaa dha.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
❣️mee ammaa immoo Galatiyaa 2:5 irraa kani jiruu ilaala iddoo sanatti akkasii jecha « Nus akka dhugaan wangeelaa #isin_bira jiraatuuf jennee battala tokkoof illee isaaniif hin ajajamne.
➻akka dubbisaa kanatti qaama meeqatu jira mee❓
Qaamaa lamatuu jira malee tokko miti.
Qaamni tokkoffaan Namaa jira
Qaamni inni bira immoo misiraachoo Kitaabni ofii irraa qabuu kani namni fudhatuu.
=Kanaafuu qaama lamatuu jira isaaniis namaa fi misiraachoo Kitaabni ajajuu kani namni ittiin bullu.
➌➻Raji isaayaas 52:7
#Miilli warra #wangeela fidanii,
kan nagaa labsanii, kan oduu #gammachiisaa fidanii,
kan fayyina labsanii, kan Xiyooniin,β€œWaaqni kee moΚΌeera!” jedhanii tulluuwwan irratti akkam miidhagaa dha!
➻miili kani namatti yookaan namaa jechuudha.
➻Oddu gammachisa immoo wangeela.
Kanaafuu qaama lamatu jira.
➍➻1Pheexiroos 1:25
#dubbiin Gooftaa garuu bara baraan ni jiraata.”
Dubbiin kunis #wangeela #isinitti lallabame sana
➻Dubbin wangeela
➻kani itti lallabamee eenyu nama .
=kanafuu yoo xiqqaate qaama lama isaa oli ibsaa
β–¬β–¬
Raajii Daani'el 2:22 irraa kani jiru ilaala Innis akkasii jedha Β« inni waan gadi fagoo fi waan dhokfame ni mulΚΌisa;
waan dukkana keessa jiru ni beeka #ifnis_isa_wajjin jiraata
➻inni kani jedhame Waaqayyo
➻ifni isaa wajiin jirata jedha
Iddoo kanatti wanta lama ibsaa tokkoffaan Waaqayyo, lamaffaa immoo #Amala_Waaqayyo kani ta’e ifa jechudha.
✍kanaafi Waaqayyo ifa jedhe 1Yohaannis 1:5
Ergaan isa irraa dhageenyee fi isinitti beeksisaa jirru isa kana: #Waaqayyo_ifa dha, dukkannis matumaa isa keessa hin jiru.
= #Waaqayyo_ifa_jechuun immoo # dhugaa qabeesa kani taee jallinna tokko kani hin qabnee jechuudha.
Fakkeenyaaf
➎➻Kitaaba fakkeenya 13:9
#Ifni nama #Qulqullu akka #gaarii ifa #ibsaan nama #hamaa garuu ni dhaama
=suni Qulqulluu wani ta’efi Qulqulluu ta'uf immoo jallina irraa fagachuudha. Kanafu namni Qulqulluun suni akka ifu kani godhee maalidha ree❓dhugaan jiradha miti ree.
Ifa nama Qulqulluu yeroo jennuu =dhugaan warra jiratanii dhugaa dubbatani jedhuudha