🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.36K subscribers
43 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
Audio
πŸ…° orthodoksi fi pheenxee.
= #orthodoksi irraa Gutema Gelana

= #pheenxee irraa paasterii mangistuu yookiin Tolasa
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➩mata dura waliin dubbii keenya isa kana ture πŸ‘‡πŸ‘‡
πŸ…Ύmootummaa Waaqayyo kani galuu eenyuu ❓
Pheenxee #wangeela_guutuu moo❓
pheenxee makanna iyyasus moo❓
Pheenxee gosa isa kami❓
β–²Deebi isaaπŸ‘‡
Kani mootummaa Waaqayyo galuu gonkumaa hin beekamuu kani jedhuun .kanafuu pheenxee #rakkoo qaba jedhamee jira=ok
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➩maaloo namoonni dukkana keessa jirtanii pheenxee keessa dafa baha deema❓❓❓