🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.4K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌹Wanta amantiidhaan
kadhattan hunda ni argattu
🌼 αŠ αˆαŠ“α‰½αˆαˆ α‰ αŒΈαˆŽα‰΅ α‹¨αˆα‰΅αˆˆαˆαŠ‘α‰΅αŠ• αˆαˆ‰ α‰΅α‰€α‰ αˆ‹αˆ‹α‰½αˆ
➧Mat. 21:22
βž§αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 21:22
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌻Qabxii lamaa ilaala

1➧1 ffaan Amata keenyan cimsinee yoo,kadhannee, jecha nama fi qorumsa dhufu jala caalisne wanta barbaduu hanga argatutti itti fufte kadhachuu

2➧2 ffaan Amanta yoo qabatee kadhaate wanti hundinuu sii,dandamu isaa ibsaa

πŸ–•πŸŒΌ Fakkeenyaa 1 ffaa

✍➧Gooftaa keenya Iyyaasuus kiristoos fi barattoonni isaa
yommuu iyerikoodhaa ba'anii deeman namoonni hedduun isa duukaa bu'an

✍➧Yeroo kanatti namoonni
qaro dhabeeyyii taanii fi karaa qarqara taa'an lama(2) Gooftaan keenya,waaqaani keenya Iyyaasuus Kiristoos achiin darbaa akka jiru dhagaanii,
🌼 β€œYaa Gooftaa,
🌼 yaa ilma Daawit nuu
Fayyisi” jedhanii iyyan

✍➧Haata'u malee, namoonni hedduun sun isaanitti dheekkamanii akka callisan itti
himan isaan garuu
βœ”β€œYaa Gooftaa,
yaa Ilma Daawit nuu fayyisi jedhanii ittuma caalchisanii iyyan

✍➧Kanaaf Gooftaan keenya, waaqani keenya Iyyaasuus Kiristoos dhaabatee isaan waamee, β€œMaali akkan isiniif
godhu barbaaddu?” jedhe isaanis, β€œYaa Gooftaa ija keenya nuu bani” jedhaniin

✍➧Gooftaan keenya isaaniif
#gaddee ija isaanii qaqqabe agartuun isaaniis battaluma sanatti isaaniif deebie; isaanis isa duukaa bu'an (mat 20:29-34)

πŸ“ yoo garaa kee, guutuu kadhatee, Waaqayyo baay'ee siif,gadda,
➧namoonni baay'een akka ati fayyitu hin barbaadanii, ati garuuu kadhachuu kee,addan hin kutiin
➧yoo ati kadhannaa kee,itti fufte, akkuma namoonni kuni Gooftaa keenya akka dhabatuu goodhan, Atis akka siif, dhagamu godhi
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬

➧Fakkeenyaa 2 ffaa

πŸ“fakkeenya 1 irra maali baratee,,, Fakkeenyaa 2 wajjin walii qabata moo,gargari


🌼➧ Gooftaan keenya, waaqaani keenyaa Kiristoos guyyaa tokko magaala Bitaaniyaa bulee Ganama barii yommuu gara iyarusaalemi magaalattiitti deebius ni beelae
Muka harbuu tokko karaa qarqaratti argee gara ishii dhaqe; garuu baala malee firii irraa hin arganne kanaaf, β€œKana booda firiin si irraa hin argamin” jedheen. Mukti harbuu sunis battaluma sanatti gogde

🌻➧ Barattoonni isaas yommuu kana argan dinqisiifatanii, β€œMukti harbuu sun battaluma kanatti akkamitti gogde?” jedhan.

🌻 ➧ Gooftaan keenyaa deebisee akkana isaaniin jedhe β€œDhuguman isiniin jedha,
#amantii yoo qabaattanii fi yoo shakkuu baattan, wanta ani
muka harbuu kana irratti godhe qofa utuu hin tain,
#gaara kanaan β€˜Asii buqqaii #galaana keessatti darbatami’ yoo jettan illee akkuma isin jettan ni ta'a

πŸ“Wanta amantiidhaan
kadhattan hunda ni argattu(mat 21:17-22)

πŸŒ»β–βž§kallattii hiikaa gargaara yaa,qabatuu malee amma garuu
🌻 ➧amantii qabatee yoo,kadhate wanta hundumaa rawwachuu akka dandeessuu nuu,hubbachisa
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
akkuma inni jedhee
πŸ“πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸŒΉ

πŸŒΉπŸ‘‰namni dubbii koo
kana dhagaee hojii irra oolchu,
nama hubataa mana isaa qarsaa irratti ijaarrate fakkaata(mat 7:24)❗️

πŸŒΉπŸ‘‰ αˆ΅αˆˆα‹šαˆ… α‹­αˆ…αŠ• α‰ƒαˆŒαŠ• αˆ°αˆα‰Ά α‹¨αˆšα‹«α‹°αˆ­αŒˆα‹ αˆαˆ‰ α‰€α‰±αŠ• α‰ α‹“αˆˆα‰΅ αˆ‹α‹­ α‹¨αˆ αˆ« αˆα‰£αˆ αˆ°α‹αŠ• α‹­αˆ˜αˆ΅αˆ‹αˆ( αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 7:24) πŸ–•
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
Galani Waaqayyoof Haata’u Ameen‼️