🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚
2.36K subscribers
42 photos
2 videos
9 files
113 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)
Download Telegram
🌹 kutaa+35ffªª» 👇🌷

Gaafii fi Deebi
👉 🦆Musiliimota 🦆 👈

Yohaannis 10:27👇
#Hoolonni koo sagalee
koo ni dhagau,
#Ani isaan beeka, isaanis Ana duukaa ni bu'uu.
▬▬▬▬▬▬▬
📍Gaaffii isaanii.
1= kanafuu isin hoolota jedhamtu, " Arasa cubbuu tti isin,.....
➧Fakkeenyaaf Kiristoos hoolaa kani jedhamee sababa cubbuu nama haqee(balleessif).

kanafuu isin sababa. maalif hoolota jedhamatu cubbuu haquuf moo, Arasa ta'uf jedhu....
🌼🌼🌼🌼🌼🌼
➧Deebii keenya 👇
kutaa 34ffªª keessaatti
kana ilaale jira.
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/425
🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃
➧nuuti hoolota kani jedhamnee Fakkeenyaafi
💒 Haaluma kana Namni fakkeenya hedduu qaba

🌹
kitaaba-Iyyobi 5:25
# sanyii kee,akkuma guddaa ta’e, akkuma kana ijoollee kee, akka
#Margaa lafa ni ta'u (ዘርህም ታላቅ እንዲሆን፥ ትውልድህም እንደ ምድር #ሣር እንዲሆን ታውቃለህ*ኢዮብ 5:25)

➧iddoo kana irratti fakkeenya nama kani ta’e Margaa jechudha. yeroo akkasii jennuu namni sababa baayacha deemuu Margaa fakkaata malee wanta biraaf mitii**sababa namni Margaa fakkatu hiika biraa dubbisa
👉 Far 37:2* Far 103:15* kitaaba_iyyobi 18:3

Haaluma kanaa nutti Fakkeenyaaf hoolota jedhamnee male
#cubbuu haquu fi #Arasaa ta'u hin dandeenyuu..
➧lakki isaan dirqama cubbuu haquu fi Arasaa ta'u qabduu yoo, jedhanii immoo =
#Ragaa kitaaba nuuf kennu qabu male yaada mataa ofii Odeessuun fayyida hin qabu.

💒 yaadaa lamaffaa bara
#durii osoo Amantaa #Musiliimaa hin dhufni dura Waaqayyo akkasi jedhee namoota wamee #hoolota_koo,jedhee jira. (isayaas 40:11, Hisqi'el 34:15=
👉kanafuu yeroo sana Muslimoota irree hoolota jedhee jira., lakki nuuni hin jennee yoo, jedhanii immoo eenyu irraa
#dhalatni guyyaa kana geessan jennee isaani gaafana...😜
▬▬▬▬▬▬▬▬

🌹➧mee,
#nuuti sababa hoolota jedhamnee yookiin Fakkeenyaaf hoolotatin kani wamamne qabxii muraasa ilaala.

1⃣=Wanta gaarii yoo, hojjane fi Amantaa dhugaa yoo, qabnee
#hoolota jedhamna =kanafi murtii dhugaaf dhiyanna.

📍➧ Maatewoos 25:32-33
Saboonni
#hundi isa
duratti walitti ni qabamu; innis akkuma
#tikseen tokko #hoolota fi #reoota irraa gargar foo'uu, namoota gargar foa. #Hoolotae karaa #mirga isaa, reoota garuu karaa bitaa isaa dhaaba.

2⃣= sagalee Waaqayyo yoo,
#dhageenye hoolota jedhamana.

📍➧ Yohaannis 10:26-27
#Isin garuu hoolota
koo waan hin
#taaneef hin amantan
#Hoolonni koo #sagalee
koo ni dhagau, ani isaan beeka, isaanis ana duukaa ni buu

3⃣=nuuti sababa yeroo baay'ee caalisne namoonni kuni
#midhaan nuura wani gahaniif hoolota jedhamne

📍➧ Far 44:22
Nuti sababii
#keetiin guyyaa hundumaa ni ajjeefamna; Akka hoolota qalamuuf jedhaniittis ilaalamneerra.

4⃣= Waaqayyo wani nuu,
#tiksuuf hoolotaa jedhamnee

📍➧ Far 95:7
Inni Waaqa keenya dha,
Nuti immoo saba kaloo isaa keessa,Hoolota
#kunuunsa// #tikaa ) isaa jala jirru dha. Hara sagalee isaa yoo dhageessan,gaariidha

5⃣=
#Tokkummaa tokko wani qabnuuf hoolota jedhamnee

📍➧ miikiyaas 2:12
Yaa Yaaqoobi, ani hunda
keessan dhugumaan
#walitti nan qaba;
Warra Israael keessaa hafan dhugumaan walitti nan qaba.
Akkuma hoolota goorannoo keessa jiraniitti,
Akkuma bushaayee kaloo
isaanii irra jiraniitti walitti
isaan qabee
#tokkummaa
akka qabaatan nan godha;e Bakki sun waca namootaatiin ni guutama.
▬▬▬▬▬▬▬
🌹link kan xuqaa
hordofa👇👆👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//==🍃🍃🍃
🌺➡️ kutaa _54 ffaa 🌺🔺🌹
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👉Gaaffii fi Deebii
🍃musiliimota🍃
Yohaannis 13:13
isin
#Barsiisaa’ fi #Gooftaa’ jettanii na waamtu; anis akkuma sana waanan taeef kana jechuun keessan sirrii dha.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🔺 Gaaffii isaanii
1=Kiristoos qofa miti, Gooftaan
#namoota baay'eedha, kanafuu Kiristoos sababa Gooftaa jedhamef Waaqayyo yoo, ta’e namoonni hundi Waaqayyo ta'u qabuu jedhuu.....
✏️
Ragaa isaanii immoo
A)).
#Abrahaami_gooftaa jedhama jedhuu
.1Pheexiroos 3:6)
B)).
#Museen_Gooftaa jedhama jedhuu
.seraa.Bau 32:22)
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
📍Deebii keenya
📥 Abrahaami fi Musee qofa dhisii
#addunyaa kuni hundi Gooftaa osoo ta’e iyyuu baay'ee nuuti tola. (akkasumas nu hin dinqisiisu.🫲
🕹kanafuu Jechi Gooftaa jedhuu dhuguma hundi wali qixa jechu yoo, ta'e. Muslimoonni dogoggora keessa jiruu

Fakkeenyaaf Waaqayyo
#Gooftaa jedhamee jira
🌹👉Seera Bau 34:23👇
Dhiironni kee hundinuu waggaatti si'a sadii ana Waaqayyo
#gooftaa, Waaqayyo isa kan Israa'el duratti haa argaman
*Thrice in the year shall all your men children appear before the
#Lord_GOD, the God of Israel (Exodus 34:23).
▬▬▬▬▬▬▬▬
isaa kani akkamii gootu erga jecha Gooftaa jedhu qofa ilaalani murteessuu ta’e Waaqayyo gooftaa yoo, jedhamuu fi Abrahaami fi museen gooftaa yoo,jedhamu tokko jechudha jennee musiliimota gaafachuu qabna.
Deebii isaanii
#lakki gargarummaa qaba jedhuu
Yeroo isaanii akkasii jedhanii immoo Kiristoos
#Gooftaa yeroo jennuu adda wani ta'ef

➡️ Kiristoos Gooftaa yeroo jennuu goonkumaa kani isaa kuni adda dha, akkasumas Waaqayyo ta'u ibsa.
🌺
#Ragaa_kitaaba
A.)) 📍Kiristoos Qofaani
#Ergamoonni Gooftaa jedhanii.
namni bira gonkumaa hin jiruu.
Luqaas 2:11👇
Hara magaalaa Daawit keessatti fayyisaan isiniif dhalateera; innis Kiristoos
#Goofticha dha.

B.))📍 Toomaas Kiristoos qofaan Gooftaa koo,Waaqa koo,jedhee
Toomaas nama biraa gonkumma hin jennee
Yohaannis 20:28👇
Toomaasis deebisee,
#Gooftaa ko, Waaqa ko!” jedheen.

C.))📍 cuuphaan tokko
#Gooftaan tokko kani jedhee Phawuloos Kiristoosiin qofa
Efesoon 4:5👇
#Gooftaa_tokko, amantii tokkoo fi cuuphaa tokkotu jira;

D.))📍
#gaarummaa fi #nagaan goofta Kiristoos fi Abbaa biraa qofa jedhe Phawuloos malee nama biraan gonkumaa hin jennee.
Galaatiyaa 1:3👇
Waaqayyo
#Abbaa keenyaa fi
#Gooftaa Iyyaasuus Kiristoos biraa #gaarummaa guddaanii fi #nagaan isiniif haatau.

E.)) 📍Fayisaa fi Gooftaa samii irraa dhufee Kiristoos qofa jedhee Phawuloos
Filiphisiiyus 3:20👇
Nuti garuu lammiilee samii ti;
#fayyisaa isa achii dhufu, jechuunis #Gooftaa Iyyaasuus Kiristoosiin hawwii guddaadhaan eegganna

F)).📍 Gooftaa tokkicha Kiristoos fi Abbaa tokkicha beeka jedhee jedhee Phawuloos kanafuu Jechi tokko jedhuu maali ibsa
1Qorontos 8:6👇
nuuf garuu isa wantoonni hundi biraa argamanii fi nutis
kan isaa taane
#Waaqa tokkicha Abbaa qofatu jira; akkasumas, #Gooftaa_tokkicha isa wantoonni hundi karaa
isaa argamanii fi nutis karaa isaa argamne Iyyaasuus
#Kiristoos qofatu jira

G.)) 📍Lubbuu namoota harka isaa keessa kani jiratuu Gooftaa Kiristoos qofa Isxifaanos Kiristoos qofaan jedhee namaa biraa gonkumaa hin jennee
Hoji.duka .buota 7:59👇
Utuma isaan dhagaadhaan isa tumaa jiranii
#Isxifaanos, “Yaa #Gooftaa Iyyaasus Kiristoos hafuura(lubbu)) koo fudhadhu” jedhee kadhate.
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
Kanafuu yaa, musiliimota maali isin waaya ree ammaa 😄😄
🔳🔳🔳🔳🔳🔳🔳🔳🔳
Qaabxiwwaan 7 kana irratti
Musiliimonni
ragaa gonkumaa fiduu hin dandani😜
👇👇👇👇👇👇
Erga nuuti Musiliimootan jennu
Kitaaba kana dubbisa
🅰👉1 Qorontos 12:3
Namni Afuura Waaqayyootiin,
#Iyyaasus Kiristoosin abaaramaa dha” jedhee dubbatu tokko illee akka hin jirre, akkasumas #namni #Afuura_qulqulluutiin yoo tae malee, #Iyyaasus Kiristoos #Gooftaa dha” jechuu dandau tokko illee akka hin jirre akka beektan nan barbaada.

🅱👉1Qorontos 16:22
#Namni Gooftaa hin #jaallanne kami iyyuu abaaramaa haatau. Yaa #Gooftaa keenya kottu
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌺 waldaa keenyaf fedhii kee,yoo,ta’e kootu miseensa tai
yeroo tokko xuqi gadi👇👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋
🌹➡️ kutaa _ 56 ffªª 🌸👇
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
🔳 Gaaffii fi Deebii
🔳 Muslimoota👈
Yohaannis 13:20👇
Dhuguma dhuguman isiniin jedha,
#isa_Ani_ergu kan simatu hundi Anas ni simata, namni Anaan simatu hundi immoo isa Ana erge Sana simata.”
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👉 Gaaffii isaanii
1➩ kani Kiristoos erguu kuni Muhammadi jedhuu...😁
▬▬▬▬▬▬▬▬
🔳 Deebii keenya👇
🌺
kitaaba keenya keessa lakki #foolii_muhammadi hin jiruu kani jedhuu ta'a.
📕Gaaffii nutti muslimoota gaafanu immoo
1=inni Kiristoos ergu kuni Eenyufi ergama...
2=Kiristoos eenyutu dubbachaa jiraduuka buoota isaa moobiyya Araba deeme isaanii wajjin dubbachaa jira..
🔺 lakki Kiristoos dukka buoota isaati dubbachaa jira yoo,ta’e ,kani Kiristoos erguu suni illee duuka bu'ootaf jechudha.

❤️
ragaa keenyaa immoo Kiristoos duukaa bu'oota isaatti isiniif erga jedhee.,
🍊Yohaannis 13:20
Dhuguma dhuguman
#isiniin jedha, isa #Ani_ergu kan simatu hundi Anas ni simata, namni Anaan simatu hundi immoo isa Ana erge Sana simata.”
🌺❤️ kanafi
#Jechi_isiini nan jedha jechuu eenyu ibsa kuni duuka buoota ibsaa, kanafuu yeroo duuka buooni jirani sana immoo #muhammadi kani jedhamuu hin jiru ,waggaa 600 booda dhufee ,yeroo sana immoo duuka buooni Kiristoos boqatani jiruu.
▬▬▬▬▬
➡️Qabxiiwwan kana ilaala.
A➩ Kiristoos qaama tokko ni erga.
B➩Abbaan immoo Kiristoos ni erga.
C➩ qaamni Kiristoos erguu kuni Affuurra Qulqulluu moomuhammadi laata
🌸 akka yaadaa
#Muslimoota yoo,ta’e
A=Abbaa
B=Kiristoos
C=muhammadi
Abbaa➛Kiristoos➛muhammad
➡️ Akka
#orthodoksi immoo
A=Abbaa
B=Kiristoos
C=Affuurra Qulqulluudha
➩Abbaa➛Kiristoos➛Affuurra Qulqulluudha.

deebii sirrii akka orthodoksitti dhugaa. maalif yoo,jedhame Affuurri Qulqulluun duuka bu'oota Kiristoos wajjin turee Kiristoos Ana booda kani dhufu jedhe ,kanafuu kuni immoo gara duuka bu'oota Kiristoos kani dhufee
#Affuura_Qulqulluudha malee muhammadi miti

🌺
#Ragaa_kitaaba_Qulqulluu
📍=Ⓐ👉Maatewos 10:20
Kana kani dubbatu isin qofa miti;
#Afuura_Abbaa keessaniitu karaa keessan dubbata malee
➩Kiristoos dukaa bu'oota jecha jira
📍=Ⓑ👉Luqaas 12:11-12
Yeroo walgaii uummataa duratti, akkasumas abbootii taayitaa mootummaa fi warra
#Aangoo qaban duratti isin dhiheessan akkamitti yookiin maali jennee #falmanna yookiin maali jenna jettanii hin
yaaddainaa sababiin isaas,
#Afuurri_Qulqulluun_saaatii sanatti wantoota dubbachuu qabdan isin barsiisa.

📍=Ⓒ👉Luqaas 21:13_15
Kunis akka dhugaa baatan carraa isiniif bana.Kanaaf,
#akkamitti_falmanna jettanii dursitanii hin yaadinaa sababiin isaas, #Ani_dubbii fi #ogummaa #mormitoonni keessan hundi mormuu yookiin falmuu
hin dandeenye isiniif nan
#kenna
📍=Ⓓ👉Yohaannis 15:26_27
#Gargaaraan, jechuunis
#Afuurri dhugaa inni Abbaa keessaa bauu fi #inni_Ani Abbaa biraa isiniif #ergu yommuu dhufu, inni waaee koo
dhugaa ni baa isinis jalqabumaa kaasee anaa wajjin waan jirtaniif anaaf dhugaa ni baatu
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➛Lakki jeetani akkuma pheenxee sana ija keessan dunufatani iyyuu yoo,ta’e qofa iyya kaa.
➛Kiristoos muhammadi ni erga
Yoo,jettanii immoo Kiristoos Waaqayyo jechuu keesaani,Sababiin isaa Qur’aanaa keessatti muhammadi kani ergee Alaha dha jettani jiruu. ,Qur’aani immoo muhammadi kani erge Alahadha jedha.
Kanafu
#filannoo_lamaa qofa qabduu
A➩Alaha jechuun Kiristoos jechudha
B➩ muhammadi kani erge Kiristoos moo, Alaha.
📍=Ⓔ👉Suura 35:4

وَإِن يُكَذِّبُوكَ فَقَدْ كُذِّبَتْ رُسُلٌ مِّن قَبْلِكَ ۚ وَإِلَى اللَّهِ تُرْجَعُ الْأُمُورُ

(Yaa
#Muhammad!) Yoo si sobsiisan, #ergamtoonni si duraas (akkuma kee) sobsiifamanii jiru Dhimmoonni hundis gara Rabbiitti deebifamu.

😁Jecha Qur’aanaa tokko tokkoon immoo kuno hiikaa isaa ilala👇

وَإِن : And i
يُكَذِّبُوكَ : they deny you,
فَقَدْ : then certainly
كُذِّبَتْ : were denied
رُسُلٌ : Messengers#
مِّن : before you.
قَبْلِكَۚ : before you.
وَإِلَى : And to
ٱللَّهِ : Allah#
تُرْجَعُ : return
ٱلْأُمُورُ : the matters.
kanafuu jechi ergamoota (messengers ) jedhuu ,Raajii muhammadi dura yoo,tani, muhammadi immoo isaani booda wani dhufefi, allahatu isaa ergee jechudha.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹link waldaa kana👇👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======//===//========