๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
42 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โœLuqaas 7:36-50๐Ÿ‘‡

โ—ˆGuyyaa tokko
waaqni keenya
#Kiristoos biyya
#Qifirnaahom,osoo jiru
Fariisichi tokko gara isa
Dhufe Kiristoos kadhachuu
Jalqabe
=Sababiin Fariisichi
kadhatuu
Immoo akka isa wajjin
#nyaatuuf turee

โœKanaaf inni gara
#mana Fariisichaa
seenee maaddiitti
dhihaate Yeroo kanatti
#dubartiin_magaalicha
keessatti
#cubbamtuu tauudhaan beekamtu
tokko Kiristoos mana Fariisichaa keessatti
nyaachaa akka jiru
dhageessee

โœ
#zayitii urgaau #qaruuraa #albaasxiroositti fiddee
dhufte

โœAchiis
#duuba isaatiin #jilbeenfattee booaa
#imimmaan ishiitiin
#miilla isaa jiisuu
jalqabde
#rifeensa
mataa ishiitiinis imimmaan sana
#haxoofti turte

โœKana malees miilla
isaa
#dhungachaa zayitii urgaau sana dibdi turte

โœFariisichi isa
#afeere
sun yommuu kana argu
#garaa isaatti
#Namni kun dhuguma
utuu raajii taee, silaa
#dubartiin isa #tuqaa
jirtu kun eenyuu fi nama akkamii akka taate
jechuunis cubbamtuu
tauu ishii ni beeka
turejedhee yaade

โœ Kiristoos garuu deebisee
#Simoon, ani wantan sitti
himu tokkon qabaโ€ jedheen
=(Simi'oon,maqaa
Pheexiroos)

Innis,
#Barsiisaa,
natti himi!โ€ jedhe

โœ Namoonni
#lama
nama liqii kennu tokko
irraa liqeeffatan
โ—ˆinni tokko dinaaree
#500 liqeeffate
โ—ˆ inni tokko immoo dinaaree #50 liqeeffate

โœ Haatau malee
#lamaan isaanii iyyuu wanta ittiin liqii isaanii #kaffalan yommuu dhaban

namichi akkasumaan
isaaniif
#dhiise Kanaaf,
isaan keessaa isa kamtu caalaatti namicha
sana jaallataโ“

โœSimoonis deebisee
Isa namichi
#baayee
dhiiseef sana natti
fakkaataโ€ jedhe.
#Kiristoos #Murtii sirrii
kennite jedheen

โœAchiis gara
#dubartii
sanaatti garagalee
#Simooniin akkana jedhe Dubartii kana #argitaaโ“
#Ani #mana kee seeneera
ati garuu
#bishaan miillaa anaaf hin kennine
Dubartiin kun garuu
imimmaan ishiitiin miilla
koo jiistee
#rifeensa
ishiitiin haxoofte

โœAti ana hin
#dhunganne dubartiin kun garuu
sa'aatii ani itti olii
seenee jalqabdee
miilla koo dhungachuu
hin dhiisne.

โœAti
#mataa koo
zayitii hin dibne
dubartiin kun garuu
miilla koo zayitii urgaau dibdeetti

โœKanaan kan kaes
ani siin nan jedha
#dubartiin kun #jaalala
#guddaa waan argisiisteef #cubbuun ishii #hedduu
taus
#ishiidhaaf dhiifameera

๐ŸŒน
#Namni dhiifamni #xinnoon godhamuuf garuu,
#jaalalli inni argisiisu
xinnoo dha.

โœAchiis dubartii sanaan Cubbuun kee siif
#dhiifameeraโ€ jedheen

โœYeroo kanatti warri
isaa wajjin maaddiitti
dhihaatan garaa
isaaniitti

#Namni cubbuudhaaf
dhiifama godhu
kun eenyuโ“ jedhanii
yaaduu jalqaban

โœinni garuu
#dubartii
sanaan
#Amantiin kee
si fayyiseera
nagaadhaan deemi
jedheen
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ—ˆ seenaa dubartii
Kana waggoota isheen
Dhaloota ishee irraa
Eeggalte hundi isaanii
Moofa taโ€™e, Waaggaa
Haara garuu sababa
Cubbuu ishee dhiisteen
Bara haaraa, jireenya
Haaraa,bara gammachuu
Jirachu ishee ifaa
Godhate

โ›ณ๏ธNamni kamiyyuu
Yoo,cubbuu isaa irraa
Bilisa hin bahin, bara
Kabajuun bu'aa maali
Qabaโ€ผ๏ธ
โ—ˆYoh 3:19-21
#Wanti murtiidhaaf
buuura tau kana dha
#Ifni gara addunyaa dhufeera #namoonni garuu hojiin
isaanii
#hamaa waan
taeef ifa mannaa
dukkana
#jaallatan

#Wanta hamaa
#hojjechuu kan
#amaleeffate hundi
ifa ni
#jibba
#hojiin isaa akka hin #saaxilamneef gara
ifaatti hin dhufu

โœ
#Wanta_dhugaa
kan hojjetu hundi
hojiin isaa
#fedhii
#Waaqayyoo wajjin
kan wal simu
tauun isaa akka
mulatuuf gara
ifaatti
#dhufa
โ—ˆwanta dabalataa
Dubbisuf fedha
Yoo,qabatanii
โœrajii isay 51:6
โœMulโ€™ata 6:14
โœfar,Daawit 90:2
โœrome 12:10
โœ2 Qor 9:10
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Waaqayyo bara
Dhufun nuu
Haa,gahuu.
โ—ˆAyyaana
Gaarii isiniif
Haataโ€™u. Ameen.
๐ŸŒน Kunoo, ani hara
sabootaa fi
#mootummoota irratti oli aantummaa akka qabaattu, akka #buqqistuu fi akka #jigsitu, akka #balleessituu fi akka diigdu, akka
ijaartuu fi akka dhaabduuf
si muudeera.

๐ŸŒนโœแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแˆ แŠฅแŒแŠ•
แ‹˜แˆญแŒแ‰ถ
#แŠ แŒแŠ• แ‹ณแˆฐแˆฐ
แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแˆ
แŠฅแŠแˆ†
#แ‰ƒแˆŒแŠ• แ‰ แŠ แแˆ…
แ‹แˆตแŒฅ แŠ แŠ‘แˆฌแŠ แˆˆแˆ
=(แŠคแˆญแˆแ‹ซแˆต 1 :9)

๐ŸŒน=seera.Bau 4:11-12๐Ÿ‘‡
Waaqayyo akkana
isaan jedhe inni namaaf
#afaan tolche eenyuโ“
Namni tokko
#duudaa
gurri isaa kan hin dhageenye
#ijji isaa kan argu yookiin jaamaa akka tau kan
godhu hoo eenyuโ“
Ana Waaqayyo mitiiโ“ Kanaafuu, amma deemi
๐Ÿ‘‰Ani yommuu dubbattu
sii wajjin nan,ta'a
maali akka jettus
#sin_barsiisa ๐Ÿ‘ˆ

แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแˆ แ‹จแˆฐแ‹แŠ•
แŠ แ แ‹จแˆแŒ แˆจ แˆ›แŠ• แŠแ‹ โ“
#แ‹ฒแ‹ณแˆต แ‹ฐแŠ•แ‰†แˆฎแˆต แ‹จแˆšแ‹ซแ‹ญแˆต แ‹•แ‹แˆญแˆต แ‹ซแ‹ฐแˆจแŒˆ แˆ›แŠ• แŠแ‹ โ“
แŠฅแŠ” แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แŠ แ‹ญแ‹ฐแˆˆแˆแˆแŠ•โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ

๐ŸŒน แŠฅแŠ•แŒแ‹ฒแˆ… แŠ แˆแŠ• แˆ‚แ‹ต
แŠฅแŠ”แˆ แŠจแŠ แแˆ… แŒ‹แˆญ แŠฅแˆ†แŠ“แˆˆแˆแฅ
#แ‹จแˆแ‰ตแŠ“แŒˆแˆจแ‹แŠ•แˆ
#แŠ แˆตแ‰ฐแˆแˆญแˆƒแˆˆแˆแก แŠ แˆˆแ‹
=(แ‹˜แŒธแŠ แ‰ต 4 :11-12)
๐ŸŒนโžœRaji Yoonasi 1:1๐Ÿ‘‡
#Dubbiin waaqayyo
akkana jedhu gara
#Yoonaas #ilma Amate
ni dhufe
#แ‹จแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแˆ_แ‰ƒแˆ
แ‹ˆแ‹ฐ แŠ แˆ›แ‰ด แˆแŒ… แ‹ˆแ‹ฐ แ‹ฎแŠ“แˆต
แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ… แˆฒแˆ แˆ˜แŒฃ
=(แ‹ฎแŠ“แˆต 1:1)
๐ŸŒน=2 phex 1:21๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰
#raajiin yoom
iyyuu
#fedhii namaatiin
hin dhufne kanaa mannaa namoota
#ergaa_Waaqayyo
biraa dhufe
#Affuura Qulqulluudhaan
geggeeffamee dubbate

๐Ÿ‘‰
#แ‰ตแŠ•แ‰ขแ‰ต แŠจแ‰ถ แ‰ แˆฐแ‹ แˆแ‰ƒแ‹ต แŠ แˆแˆ˜แŒฃแˆแŠ“
แ‹ณแˆฉ แŒแŠ• แ‰ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ
#แ‰ฐแˆแŠจแ‹ #แ‰…แ‹ฑแˆณแŠ• แˆฐแ‹Žแ‰ฝ แ‰ แˆ˜แŠ•แˆแˆต
แ‰…แ‹ฑแˆต แ‰ฐแŠแ‹ตแ‰ฐแ‹ แ‰ฐแŠ“แŒˆแˆฉ
=(2 แŒดแŒฅแˆฎแˆต 1:21)

๐ŸŒนraga dabalata
โœseera.lakkoofsa 11:6
โœmatewoos 10:19-20
โœluqaasi 21:14-15
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ…ฐ =
#fakkeenya tokko
Barsisan tokko
Barumsa heerega
Baratoota isaa ni
Barsisaa... isaa booda
Baratooni suni
Ofii isaani iyyuu erga
Beekumsa argatani
Booda "Barsisa jedhamu

๐Ÿ…ฑโžœ
#haaluma kan waaqayyo
Jalqaba dura dubbi isa
Namoota barsise booda
Isaan suuni dubbi sana
Ni fayyadamu...
Kanafuu jalqabni
#raji
Waaqayyo dha
Isaa booda namoonni
#Affuurran Qulqulluni
Erga guutamani booda
Dubbi sana ni dubbatu isaan
Immoo
#rajoota jedhamu
โžœdubbi waaqayyo
Isaan ajaje wani
dubbatanif isaanis
Raji jedhamu....

๐Ÿ…ฐ ragaa kitabaa

๐ŸŒนโžœluqaasi 6:40๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰
#Barataan #barsiisaa
isaa hin caalu
#namni akka #gaariitti barate hundi garuu #akkuma
#barsiisaa isaa ni ta'a๐Ÿ‘ˆ

โœ
#แ‹ฐแ‰€_แˆ˜แ‹แˆ™แˆญ แŠจแˆ˜แˆแˆ…แˆฉ
แŠ แ‹ญแ‰ แˆแŒฅแˆ
#แˆแŒฝแˆž แ‹จแ‰ฐแˆ›แˆจ
แˆแˆ‰ แŒแŠ•
#แŠฅแŠ•แ‹ฐ #แˆ˜แˆแˆ…แˆฉ
แ‹ญแˆ†แŠ“แˆ
(=แˆ‰แ‰ƒแˆต 6 :40)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
kanafuu kiristoosi
Rajidha yeroo jedhame
Akkamitti inni jedhu

(1)=tokkoffan isaa
Addunya fi sami
Uumu isaan nama
Dinqisisa wani ta'ef
Hojjiin isaa rajidha
Jenna....
โœYoh 1:3
โœibr 13:8
โœmulata.Yoh 22:13
๐ŸŒนโžœ kiristoos waaqayyo
Wani ta'ef wanta
Hunduma ni beeka
#Adeemsi wanta hunduma
Beeku immoo samu
Nama oli wani ta'ef
Adeemsa kanin rajidha
Jeena.
โœ =Yoh 21:17
โœ=yoh 3:31

๐ŸŒนโžœ
#iccitti laphee nama
Qore kan beeku waaqayyo
Adeemsa kuni
#namafi
#Hin_dandamu wani ta'e
adeemsa kanin
#Rajiidha jenna

๐ŸŒน=1samuel 16:7๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰Waaqayyo garuu
Saamueliin โ€œAni waanan
isa tuffadheef
#bifa isaa fi #dheerina
isaa hin ilaalin
#Waaqayyo kan ilaalu akka
#namni ilaalutti mitiโŒ
sababiin isaas
#namni wanta #alaan
mulatu ilaala
Waaqayyoo garuu
#garaa
namaa ilaalaโ€jedhe.
โœ
#แˆฐแ‹ แŠแ‰ตแŠ• แ‹ซแ‹ซแˆ
#แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แŒแŠ• #แˆแ‰ฅแŠ•
แ‹ซแ‹ซแˆแก แŠ แˆˆแ‹
(=1 แˆณแˆ™แŠคแˆ 16:7)

๐ŸŒนโžœraga dabala
Dubbissi
โœ Mulata yoh 2:23
โœ ibroota 4:13
โœ Ermiyasi 17:9
โœ1 sen 28:9
โœ1 sen 29:17

๐Ÿ…ฐโžœkanaafu
#kiristoos
#Laphee nama
Ni ilaala
Sababa gocha dinqisisa
Kanaafi rajidha jeenna

๐ŸŒน=Yoh 2:24-25๐Ÿ‘‡
โœ
#kiristoos garuu #hunda
isaanii waan beekuuf
isaan hin amanu ture

โœ
#inni wanta #nama_keessa
jiru waan beekuuf
eenyu iyyuu waa'ee
namaa isaaf dhugaa
bauun isa
#hin_barbaachisu ture

โœแŠแŒˆแˆญ แŒแŠ•
#แŠขแ‹จแˆฑแˆต แˆฐแ‹Žแ‰ฝแŠ•
#แˆแˆ‰ แ‹ซแ‹แ‰… แŠแ‰ แˆญแค แˆตแˆˆ แˆฐแ‹แˆ
แˆ›แŠ•แˆ แˆŠแˆ˜แˆฐแŠญแˆญ แŠ แ‹ซแˆตแˆแˆแŒˆแ‹แˆ
แŠแ‰ แˆญแŠ“ แŠ แ‹ญแ‰ฐแˆ›แˆ˜แŠ“แ‰ธแ‹แˆ แŠแ‰ แˆญ
#แˆซแˆฑ #แ‰ แˆฐแ‹ แ‹ซแˆˆแ‹แŠ• #แ‹ซแ‹แ‰… แŠแ‰ แˆญแŠ“
=(แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 2:24-25)

๐ŸŒนโžœfar-Daawit 7:9๐Ÿ‘‡
Maaloo, gocha hamminaa
#hamoonni raawwatan
dhaabsisi
#Qulqulloota garuu
hundeessii dhaabi
Sababiin isaas,
#ati Waaqa Qulqulludha
#garaa_namaa fi
#miira gadi fagoo
Kan qortudha

โœแ‹จแŠƒแŒฅแŠฃแŠ• แŠญแ‹แ‰ต แ‹ญแŒฅแ‹
#แŒปแ‹ตแ‰แŠ• แŒแŠ• แŠ แ‰…แŠ“
แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ
#แˆแ‰กแŠ“แŠ•แŠ“
#แŠตแˆ‹แˆŠแ‰ตแŠ• แ‹ญแˆ˜แˆจแˆแˆซแˆ
=(แˆ˜แ‹แˆ™แˆญ 7:9)

๐ŸŒน=ragaa dabalata
โœFar-Daawit 139:2
โœFar-Daawit 44:21
โœRaji Ermiyasi 11:20
โœRaji Ermiyasi 17:10
โœ Raji Ermiyasi 20:12
โœHDB 1:24-25
โœYohaannis 6:64
โœYohaannis 16:30
โœYohaannis 6:15
โœYohaannis 1:46-47
โœYohaannis 13:11
โœYohaannis 21:17
โœYohaannis 4:19
โœmatewoos 9:4
โœmaarqos 2:8
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒน
#kuta_3_Ffaa
โžœ itti fufa.โ– ibsa bareeffama
#Sagaleen(voice) hordofa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โœ link kan xuqa
๐ŸŒน
#haadha_Waaqa_naJaladha
===||===||====
๐ŸŒบโžก๏ธ kutaa _54 ffaa ๐ŸŒบ๐Ÿ”บ๐ŸŒน
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‰Gaaffii fi Deebii
๐Ÿƒmusiliimota๐Ÿƒ
โœYohaannis 13:13
isin
#Barsiisaaโ€™ fi #Gooftaaโ€™ jettanii na waamtu; anis akkuma sana waanan taeef kana jechuun keessan sirrii dha.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”บ Gaaffii isaanii
1=Kiristoos qofa miti, Gooftaan
#namoota baay'eedha, kanafuu Kiristoos sababa Gooftaa jedhamef Waaqayyo yoo, taโ€™e namoonni hundi Waaqayyo ta'u qabuu jedhuu.....โ“
โœ๏ธRagaa isaanii immoo
A)).
#Abrahaami_gooftaa jedhama jedhuu
.1Pheexiroos 3:6)
B)).
#Museen_Gooftaa jedhama jedhuu
.seraa.Bau 32:22)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“Deebii keenya
๐Ÿ“ฅ Abrahaami fi Musee qofa dhisii
#addunyaa kuni hundi Gooftaa osoo taโ€™e iyyuu baay'ee nuuti tola. (akkasumas nu hin dinqisiisu.๐Ÿซฒ
๐Ÿ•นkanafuu Jechi Gooftaa jedhuu dhuguma hundi wali qixa jechu yoo, ta'e. Muslimoonni dogoggora keessa jiruu

โœFakkeenyaaf Waaqayyo
#Gooftaa jedhamee jira
๐ŸŒน๐Ÿ‘‰Seera Bau 34:23๐Ÿ‘‡
Dhiironni kee hundinuu waggaatti si'a sadii ana Waaqayyo
#gooftaa, Waaqayyo isa kan Israa'el duratti haa argaman
*Thrice in the year shall all your men children appear before the
#Lord_GOD, the God of Israel (Exodus 34:23).
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
isaa kani akkamii gootu erga jecha Gooftaa jedhu qofa ilaalani murteessuu taโ€™e Waaqayyo gooftaa yoo, jedhamuu fi Abrahaami fi museen gooftaa yoo,jedhamu tokko jechudha โ“โ“jennee musiliimota gaafachuu qabna.
Deebii isaanii
#lakki gargarummaa qaba jedhuu
Yeroo isaanii akkasii jedhanii immoo Kiristoos
#Gooftaa yeroo jennuu adda wani ta'ef

โžก๏ธ Kiristoos Gooftaa yeroo jennuu goonkumaa kani isaa kuni adda dha, akkasumas Waaqayyo ta'u ibsa.
๐ŸŒบ
#Ragaa_kitaaba
A.)) ๐Ÿ“Kiristoos Qofaani
#Ergamoonni Gooftaa jedhanii.
namni bira gonkumaa hin jiruu.
โ“ตโœLuqaas 2:11๐Ÿ‘‡
Hara magaalaa Daawit keessatti fayyisaan isiniif dhalateera; innis Kiristoos
#Goofticha dha.

B.))๐Ÿ“ Toomaas Kiristoos qofaan Gooftaa koo,Waaqa koo,jedhee
Toomaas nama biraa gonkumma hin jennee
โ“ถโœYohaannis 20:28๐Ÿ‘‡
Toomaasis deebisee,
#Gooftaa ko, Waaqa ko!โ€ jedheen.

C.))๐Ÿ“ cuuphaan tokko
#Gooftaan tokko kani jedhee Phawuloos Kiristoosiin qofa
โ“ทโœEfesoon 4:5๐Ÿ‘‡
#Gooftaa_tokko, amantii tokkoo fi cuuphaa tokkotu jira;

D.))๐Ÿ“
#gaarummaa fi #nagaan goofta Kiristoos fi Abbaa biraa qofa jedhe Phawuloos malee nama biraan gonkumaa hin jennee.
โ“ธโœGalaatiyaa 1:3๐Ÿ‘‡
Waaqayyo
#Abbaa keenyaa fi
#Gooftaa Iyyaasuus Kiristoos biraa #gaarummaa guddaanii fi #nagaan isiniif haatau.

E.)) ๐Ÿ“Fayisaa fi Gooftaa samii irraa dhufee Kiristoos qofa jedhee Phawuloos
โ“นโœFiliphisiiyus 3:20๐Ÿ‘‡
Nuti garuu lammiilee samii ti;
#fayyisaa isa achii dhufu, jechuunis #Gooftaa Iyyaasuus Kiristoosiin hawwii guddaadhaan eegganna

F)).๐Ÿ“ Gooftaa tokkicha Kiristoos fi Abbaa tokkicha beeka jedhee jedhee Phawuloos kanafuu Jechi tokko jedhuu maali ibsa
โ“บโœ1Qorontos 8:6๐Ÿ‘‡
nuuf garuu isa wantoonni hundi biraa argamanii fi nutis
kan isaa taane
#Waaqa tokkicha Abbaa qofatu jira; akkasumas, #Gooftaa_tokkicha isa wantoonni hundi karaa
isaa argamanii fi nutis karaa isaa argamne Iyyaasuus
#Kiristoos qofatu jira

G.)) ๐Ÿ“Lubbuu namoota harka isaa keessa kani jiratuu Gooftaa Kiristoos qofa Isxifaanos Kiristoos qofaan jedhee namaa biraa gonkumaa hin jennee
โ“ปโœHoji.duka .buota 7:59๐Ÿ‘‡
Utuma isaan dhagaadhaan isa tumaa jiranii
#Isxifaanos, โ€œYaa #Gooftaa Iyyaasus Kiristoos hafuura(lubbu)) koo fudhadhuโ€ jedhee kadhate.
๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
Kanafuu yaa, musiliimota maali isin waaya reeโ“ ammaa ๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„
๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ
Qaabxiwwaan 7 kana irratti
Musiliimonni ragaa gonkumaa fiduu hin dandani๐Ÿ˜œ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Erga nuuti Musiliimootan jennu
Kitaaba kana dubbisa
๐Ÿ…ฐ๐Ÿ‘‰1 Qorontos 12:3
Namni Afuura Waaqayyootiin,
#Iyyaasus Kiristoosin abaaramaa dhaโ€ jedhee dubbatu tokko illee akka hin jirre, akkasumas #namni #Afuura_qulqulluutiin yoo tae malee, #Iyyaasus Kiristoos #Gooftaa dhaโ€ jechuu dandau tokko illee akka hin jirre akka beektan nan barbaada.

๐Ÿ…ฑ๐Ÿ‘‰1Qorontos 16:22
#Namni Gooftaa hin #jaallanne kami iyyuu abaaramaa haatau. Yaa #Gooftaa keenya kottu
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒบ waldaa keenyaf fedhii kee,yoo,taโ€™e kootu miseensa tai
yeroo tokko xuqi gadi๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹