🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.36K subscribers
42 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌺➑️ kutaa _54 ffaa πŸŒΊπŸ”ΊπŸŒΉ
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ‘‰Gaaffii fi Deebii
πŸƒmusiliimotaπŸƒ
✍Yohaannis 13:13
isin
#Barsiisaa’ fi #Gooftaa’ jettanii na waamtu; anis akkuma sana waanan taeef kana jechuun keessan sirrii dha.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ”Ί Gaaffii isaanii
1=Kiristoos qofa miti, Gooftaan
#namoota baay'eedha, kanafuu Kiristoos sababa Gooftaa jedhamef Waaqayyo yoo, ta’e namoonni hundi Waaqayyo ta'u qabuu jedhuu.....❓
✏️Ragaa isaanii immoo
A)).
#Abrahaami_gooftaa jedhama jedhuu
.1Pheexiroos 3:6)
B)).
#Museen_Gooftaa jedhama jedhuu
.seraa.Bau 32:22)
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ“Deebii keenya
πŸ“₯ Abrahaami fi Musee qofa dhisii
#addunyaa kuni hundi Gooftaa osoo ta’e iyyuu baay'ee nuuti tola. (akkasumas nu hin dinqisiisu.🫲
πŸ•Ήkanafuu Jechi Gooftaa jedhuu dhuguma hundi wali qixa jechu yoo, ta'e. Muslimoonni dogoggora keessa jiruu

✍Fakkeenyaaf Waaqayyo
#Gooftaa jedhamee jira
πŸŒΉπŸ‘‰Seera Bau 34:23πŸ‘‡
Dhiironni kee hundinuu waggaatti si'a sadii ana Waaqayyo
#gooftaa, Waaqayyo isa kan Israa'el duratti haa argaman
*Thrice in the year shall all your men children appear before the
#Lord_GOD, the God of Israel (Exodus 34:23).
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
isaa kani akkamii gootu erga jecha Gooftaa jedhu qofa ilaalani murteessuu ta’e Waaqayyo gooftaa yoo, jedhamuu fi Abrahaami fi museen gooftaa yoo,jedhamu tokko jechudha ❓❓jennee musiliimota gaafachuu qabna.
Deebii isaanii
#lakki gargarummaa qaba jedhuu
Yeroo isaanii akkasii jedhanii immoo Kiristoos
#Gooftaa yeroo jennuu adda wani ta'ef

➑️ Kiristoos Gooftaa yeroo jennuu goonkumaa kani isaa kuni adda dha, akkasumas Waaqayyo ta'u ibsa.
🌺
#Ragaa_kitaaba
A.)) πŸ“Kiristoos Qofaani
#Ergamoonni Gooftaa jedhanii.
namni bira gonkumaa hin jiruu.
β“΅βœLuqaas 2:11πŸ‘‡
Hara magaalaa Daawit keessatti fayyisaan isiniif dhalateera; innis Kiristoos
#Goofticha dha.

B.))πŸ“ Toomaas Kiristoos qofaan Gooftaa koo,Waaqa koo,jedhee
Toomaas nama biraa gonkumma hin jennee
β“ΆβœYohaannis 20:28πŸ‘‡
Toomaasis deebisee,
#Gooftaa ko, Waaqa ko!” jedheen.

C.))πŸ“ cuuphaan tokko
#Gooftaan tokko kani jedhee Phawuloos Kiristoosiin qofa
β“·βœEfesoon 4:5πŸ‘‡
#Gooftaa_tokko, amantii tokkoo fi cuuphaa tokkotu jira;

D.))πŸ“
#gaarummaa fi #nagaan goofta Kiristoos fi Abbaa biraa qofa jedhe Phawuloos malee nama biraan gonkumaa hin jennee.
β“ΈβœGalaatiyaa 1:3πŸ‘‡
Waaqayyo
#Abbaa keenyaa fi
#Gooftaa Iyyaasuus Kiristoos biraa #gaarummaa guddaanii fi #nagaan isiniif haatau.

E.)) πŸ“Fayisaa fi Gooftaa samii irraa dhufee Kiristoos qofa jedhee Phawuloos
β“ΉβœFiliphisiiyus 3:20πŸ‘‡
Nuti garuu lammiilee samii ti;
#fayyisaa isa achii dhufu, jechuunis #Gooftaa Iyyaasuus Kiristoosiin hawwii guddaadhaan eegganna

F)).πŸ“ Gooftaa tokkicha Kiristoos fi Abbaa tokkicha beeka jedhee jedhee Phawuloos kanafuu Jechi tokko jedhuu maali ibsa
β“Ίβœ1Qorontos 8:6πŸ‘‡
nuuf garuu isa wantoonni hundi biraa argamanii fi nutis
kan isaa taane
#Waaqa tokkicha Abbaa qofatu jira; akkasumas, #Gooftaa_tokkicha isa wantoonni hundi karaa
isaa argamanii fi nutis karaa isaa argamne Iyyaasuus
#Kiristoos qofatu jira

G.)) πŸ“Lubbuu namoota harka isaa keessa kani jiratuu Gooftaa Kiristoos qofa Isxifaanos Kiristoos qofaan jedhee namaa biraa gonkumaa hin jennee
β“»βœHoji.duka .buota 7:59πŸ‘‡
Utuma isaan dhagaadhaan isa tumaa jiranii
#Isxifaanos, β€œYaa #Gooftaa Iyyaasus Kiristoos hafuura(lubbu)) koo fudhadhu” jedhee kadhate.
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
Kanafuu yaa, musiliimota maali isin waaya ree❓ ammaa πŸ˜„πŸ˜„
πŸ”³πŸ”³πŸ”³πŸ”³πŸ”³πŸ”³πŸ”³πŸ”³πŸ”³
Qaabxiwwaan 7 kana irratti
Musiliimonni ragaa gonkumaa fiduu hin dandani😜
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Erga nuuti Musiliimootan jennu
Kitaaba kana dubbisa
πŸ…°πŸ‘‰1 Qorontos 12:3
Namni Afuura Waaqayyootiin,
#Iyyaasus Kiristoosin abaaramaa dha” jedhee dubbatu tokko illee akka hin jirre, akkasumas #namni #Afuura_qulqulluutiin yoo tae malee, #Iyyaasus Kiristoos #Gooftaa dha” jechuu dandau tokko illee akka hin jirre akka beektan nan barbaada.

πŸ…±πŸ‘‰1Qorontos 16:22
#Namni Gooftaa hin #jaallanne kami iyyuu abaaramaa haatau. Yaa #Gooftaa keenya kottu
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌺 waldaa keenyaf fedhii kee,yoo,ta’e kootu miseensa tai
yeroo tokko xuqi gadiπŸ‘‡πŸ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
πŸŽ‹πŸŽ‹πŸŽ‹πŸŽ‹πŸŽ‹πŸŽ‹πŸŽ‹πŸŽ‹πŸŽ‹πŸŽ‹
✍Bagaa Gessan-19
Maqaan Gabri'el jedhuu afaanii Ibrayisxiittiin Χ’Φ·ΦΌΧ‘Φ°Χ¨Φ΄Χ™ΧΦ΅Φ‘Χœ ( #Gabriel) jedhama jechota lamatti irraa walitti dhufeeΧ’Φ·ΦΌΧ‘Φ°Χ¨Φ΄πŸ‘‰ πŸ‘ˆΧ™ΧΦ΅Φ‘Χœ
Hika isaa immo Nama jabaa//loltuu) Waqayyo jecha.
Maqaan Gabri'el afaanii Giriikiitiin immoo #Γαβριὴλ (GabriΔ“l) hiikaa isaa immoo Ergamaa Waaqayyo jedha kani Ibraayisxiitti wajjiin tokkummaa.

✍ #Gabriel Nama baay'ee #jalata
🍳ragaa keenyaπŸ‘‡
Raajii-Daani'el 10:18-19
#inni nama fakkaatu sun ammas na tuqee na jabeesse.
Achiis, Yaa #nama baayΚΌee #jaallatamaa taate nana, hin sodaatin. #Nagaan siif haa taΚΌu. Jabaadhu, eeyyee, jabaadhu” naan jedhe. Yommuu inni naa wajjin dubbatu jajjabaadhee, Yaa #gooftaa_koo, ati waan na jabeessiteef dubbadhu” nan jedhe.
➻Ergamonni Waqayyo hanga nama jalatani fi kabajaani argitani
➻Dani'el immo Gabrieli dhan yaa #Gooftaa koo jedhanii.
β–¬β–¬
πŸ‘†jalali kessan Akkuma Gabriel bay'ee isiin jalatu isiin immo Gabriel bay'ee jalatu.
. #jalala_keesan itti fufa...
πŸ‘β€πŸ—¨ π‘Žπ‘¦π‘¦π‘Žπ‘›π‘›π‘Ž π‘”π‘Žπ‘Ÿπ‘– 𝑖𝑠𝑖𝑛𝑖𝑓 β„Žπ‘Žπ‘‘π‘Žπ‘’.
⏭ π”€π”žπ”―π”ž π”±π”’π”©π”’π”€π”―π”žπ”ͺπ”ž ⏏️
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
✍jechi #sulamaxi jedhu Afani  #Ibrayisxiitti irraa dhufee  kunis (Χ©ΧΧ•ΦΌΧœΦ·ΧžΦ΄ΦΌΧ™Χͺ ) hikaa isa #Nageenya_qabeettii jechudha
➻ ishin tuni #Mariyaami dha #Gabrael nagenyi siif Hatau jedheni
➊.kitaba weduu 6:13
Yaa #Sulamaxittii debi'i debii akka nu si ilaalluuf deebii  deebii Isin akkuma nama sirba #Mahanayiim ilaluutti
maaliif Sulamaxittii ilaaltu
βž‹.Luqas 1:28
Ergaman Waaqaa sunis gara #ishe dhaqe Yaa ishee kenna argatte #nagaan siif haa taΚΌu Gooftan si wajjin jira jedhe

➧ jechi #Mahanayiim afanii Ibrayisxiitti (ΧžΦ·Χ—Φ²Χ ΦΆΧ” #buufta_lama jedhudha

✍buufta lama kani jedhame #Galiilaa fi biyya #Gibxii
Kunis #Maariyaami Galiilaa irraa kaate Gibxii keessa qubachuu ibsa.
➌.Mat2:14
Yoosef kaΚΌee mucicha fi #hadha isaa halkanin fudhatee #Gibxitti qajele
➍.Mat 2:22
Arkelawos bakka Herodis abba isaa biyya Yihuda bulchu akka jalqabe waan dhagaeef achi dhaqu sodate Kana males Waaqayyo abjudhaan akeekkachiisa waan isaaf kennef gara #Galiila deme
➻ #π‘ π‘œπ‘šπ‘Ž π‘”π‘Žπ‘Žπ‘Ÿπ‘– 𝑖𝑠𝑖𝑛𝑖𝑓 β„Žπ‘Žπ‘‘π‘Žπ‘’β£
π‘”π‘Žπ‘Ÿπ‘Ž π‘‘π‘’π‘™π‘’π‘”π‘Ÿπ‘Žπ‘šπ‘Ž π‘˜π‘œπ‘‘π‘ŽπŸ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha