🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.61K subscribers
55 photos
3 videos
10 files
118 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
✍Bagaa Gessan-19
Maqaan Gabri'el jedhuu afaanii Ibrayisxiittiin Χ’Φ·ΦΌΧ‘Φ°Χ¨Φ΄Χ™ΧΦ΅Φ‘Χœ ( #Gabriel) jedhama jechota lamatti irraa walitti dhufeeΧ’Φ·ΦΌΧ‘Φ°Χ¨Φ΄πŸ‘‰ πŸ‘ˆΧ™ΧΦ΅Φ‘Χœ
Hika isaa immo Nama jabaa//loltuu) Waqayyo jecha.
Maqaan Gabri'el afaanii Giriikiitiin immoo #Γαβριὴλ (GabriΔ“l) hiikaa isaa immoo Ergamaa Waaqayyo jedha kani Ibraayisxiitti wajjiin tokkummaa.

✍ #Gabriel Nama baay'ee #jalata
🍳ragaa keenyaπŸ‘‡
Raajii-Daani'el 10:18-19
#inni nama fakkaatu sun ammas na tuqee na jabeesse.
Achiis, Yaa #nama baayΚΌee #jaallatamaa taate nana, hin sodaatin. #Nagaan siif haa taΚΌu. Jabaadhu, eeyyee, jabaadhu” naan jedhe. Yommuu inni naa wajjin dubbatu jajjabaadhee, Yaa #gooftaa_koo, ati waan na jabeessiteef dubbadhu” nan jedhe.
➻Ergamonni Waqayyo hanga nama jalatani fi kabajaani argitani
➻Dani'el immo Gabrieli dhan yaa #Gooftaa koo jedhanii.
β–¬β–¬
πŸ‘†jalali kessan Akkuma Gabriel bay'ee isiin jalatu isiin immo Gabriel bay'ee jalatu.
. #jalala_keesan itti fufa...
πŸ‘β€πŸ—¨ π‘Žπ‘¦π‘¦π‘Žπ‘›π‘›π‘Ž π‘”π‘Žπ‘Ÿπ‘– 𝑖𝑠𝑖𝑛𝑖𝑓 β„Žπ‘Žπ‘‘π‘Žπ‘’.
⏭ π”€π”žπ”―π”ž π”±π”’π”©π”’π”€π”―π”žπ”ͺπ”ž ⏏️
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🟣 Baga Geesaan (27)

✍Mulata-Yohannis 1:7-8
Kunoo, inni duumessaa wajjin ni dhufa,
#ijji hundinuu isa ni arga, warri isa #waraananis isa ni argu; #gosoonni lafa irraa hundinuu sababii isaatiin gaddaan #qoma isaanii ni #rurrukutu. Eeyyee, Ameen.
#Ani Alfaa fi Omeegaa, isa jiru, isa turee fi isa dhufu, isa Hundumaa DandaΚΌu dha” jedha Waaqayyo

✍Yohannis 19:34
#Loltoota sana keessaa inni tokko garuu #eeboodhaan_cinaacha isaa #waraane; yeruma sana #dhiignii fi #bishaan baΚΌe.

✍Yohannis 20:27-28
Innis Toomaasiin, β€œ
#Quba kee as fidi; harka koo ilaali. Harka kee diriirfadhuutii #cinaacha koo keessa kaaΚΌi. Amani malee amantii hin dhabin” jedhe.
Toomaas immoo,
#Gooftaa koo! #Waaqa koo!” jedheen.

✍Raaji-Zakariyas 12:10
Ani mana Daawitii fi jiraattota Yerusaalem irratti hafuura surraatii fi kadhannaa nan dhangalaasa. Isaan
#Ana isa #waraanan sana ni ilaalu; isaan akkuma nama ilma tokkichaaf booΚΌuutti ni booΚΌuuf; akkuma nama ilma hangafaaf baayΚΌisee gadduuttis ni gadduuf.

✍Maatewos 24:30-31
Ergasii
#mallattoon Ilma Namaa samii irratti ni mulΚΌata; #saboonni addunyaa hundinuus ni booΚΌu. Isaanis utuu Ilmi Namaa duumessa samiitiin humnaa fi ulfina guddaadhaan dhufuu ni argu. Innis #ergamoota isaa sagalee malakataa guddaa isaatiin erga; isaanis filatamtoota isaa kanneen handaara samiiwwanii tokko irraa hamma isa kaaniitti jiran bubbeewwan afran irraa walitti qabu.

🌬️Ayyaanna gaari isinif haatau