🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.36K subscribers
42 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
Forwarded from Gutema Gelana
β€ΌοΈπŸŒ»β€ΌοΈ qabxii 15 kuni
#foonii_uffachuu Kiristoos fi #Waaqayyo_ta'u Kiristoos kan ibsan____ #Kuta.1.ffaa isaatti

1πŸ‘‰Mat 24:30
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
Yeroo sanatti mallattoon
#ilma namaa samii irratti ni mulata;
#saboonni addunyaa hundinuu gaddaan qoma isaanii rurrukutu; isaanis
ilmi namaa humnaa fi ulfina guddaadhaan duumessa samiitiin yommuu
dhufu ni argu
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
jecha lamaan kanaa irraa wanta lamaa ni hubbata
1❖ jecha ilma nama jedhuu
=ilma namaa jechuun immoo foonii kan uffatee jechuudha
Kanaafuu Kiristoos ani foonii nama kan uffadhe samii irra yeroo dhufuu jecha jira

2❖
saboonni addunyaa hundinuu Gadaan qoomaa isaa rukutuu jecha
=Jechi saboota jechu namoota addunyaa kan irraa jiran yommuu ibsuu
=jechi maalif qooma isaanii rukkutu kan jedhuu immoo, Kiristoos yeroo dhufuu wanii itti murteessuufi
=murteessuu kan danda'u immoo Waaqayyo qofa
Kanaafuu Kiristoos ani Waaqayyo yeroon samii irraa dhufu qoomaa keessan ni rukkutu jecha jira

2πŸ‘‰ luq 24:39-40
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ‘‰Ana mataa koo akkan tae
harka koo fi miilla koo ilaalaa; qaqqabaatii na ilaalaa, sababiin isaas akkuma ana irratti argitan kana uumamni hafuuraa foonii fi lafee hin
qabu.” Utuma kana dubbachaa
jiruus,
#harka isaa fi #miilla isaa isaanitti argisiise.

πŸ–•UUmmama hafuuraa jechuun
#eekara jedhama yeroo Tokko nannoo garagaraatti afaan Oromoon
garuu Kiristoos harka fi mila koo qaba ilaala jechuun Kiristoos foonii akka qabu ofuma isaa dubbachaa
hin jiruu ❗️
πŸ“πŸ“πŸ“πŸ“πŸ“πŸ“πŸ“πŸ“πŸ“πŸ“

3πŸ‘‰Yoh 1:1--1
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ‘‰ Jalqaba Dubbichatu ture; Dubbichi Waaqayyoo wajjin ture; Dubbichis waaqayyo ture

4πŸ‘‰Yoh 1:14
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ‘‰Dubbichi foon taee nu gidduu jiraate; nutis ulfina isa akka ilmi tokkichi Abbaa irraa argatuu tae argineerra; innis gaarummaa guddaa fi dhugaadhaan guutamee ture

5πŸ‘‰ Yoh 6:53-54
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ‘‡Kanaaf
#Iyyaasuus akkana
isaaniin jedhe: β€œDhuguma dhuguman isiniin jedha,
#foon_Ilma namaa yoo nyaattanii fi #dhiiga isaa
yoo dhugdan malee, ofii keessaniin jireenya hin qabdan
🌼 Namni foon koo nyaatuu fi dhiiga koo dhugu hundi
#jireenya bara baraa qaba; anis guyyaa dhumaatti duaa
isa nan
#kaasa

♨️ dhigaa fi foonii kiyya jechuun isaa foonii fi dhiiga qabachu ibsaa
♨️ namnii dhiiga fi foonii kiyya nyaatee jireenya bara baraa qaba jechuun isaa immoo bara baraan kan nama jirachuu
#Waaqayyo kan biraa hin jiruu
Kanaafuu ani mataan koo,
#Waaqayyo jecha jira

6πŸ‘‰Rom 1:2-3
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌻 misiraachoon kun isa Waaqayyo duraan
dursee karaa
#raajota isaa Kitaabota Qulqulluu keessatti abdachiise dha.

➧ Kunis waaee
#ilma isaa isa karaa #foonii #sanyii_Daawit irraa dhufe sanaa kan ibsu dha

🧨,jechaa matewoos 1:1 irraa siritti ibsee jira
Kuno gara foonii siin jecha jira Phawuloos, ni argita amma

7πŸ‘‰ Rom 9:5
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🧨 Abbootiin kan isaanii turan,
#Kiristoosis akka #fooniitti isaan irraa argame. Waaqayyo inni hundumaa ol jiru bara baraan haa galateeffamu. Ameen..
➀Abbooti kan jedhamee kan akka Abrahaami,Daawit, yoseef
Taaraa,,,,,,,, gara foonii abbotii irraa jechaa jira

8πŸ‘‰1 Qor 15:45-47
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
‼️Kanaaf, β€œ
#Addaam namni jalqabaa, qaama jiraataa tae” jedhamee barreeffameera. #Addaam inni boodaa #Affuura isa #jireenya kennu tae.
πŸ”ˆHaa tau malee,
#qaamni inni jalqabaa isa #Afuuraa sana miti, kanaa mannaa isa #foonii ti. #Qaamni_Afuuraa sana booda dhufe.#Namni
inni jalqabaa
#lafa irraa dhufe, akkasumas #biyyoo irraa hojjetame;
#namni inni #lammaffaan garuu #samii irraa dhufe.
πŸ“ addaami biiyee ykn lafaa irraa argamee
#Kiristoos garuu samii irra dhufee jedhee jira
Sababa Addaamii lamaffaa jedhamee immoo foonii nama wani uffaatef jechuudha

🌹samii irraa kan jirtuu Waaqayyo malee eenyu, kanafuu Kiristoos Waaqayyo jecha jira siif hin galu amma obboolleessa
Jireenya kan keenuu isaa jecha jira, kanafuu mee,dhugumaa samuu kee, bani ilaalii
πŸ‘‰ πŸ“πŸ“ jalate dhiistee
πŸ‘‰ πŸ“πŸ“ Kiristoos Waaqa