Turullee Dhugatu Mo'ata
12.2K subscribers
546 photos
184 videos
120 files
475 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #41ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Gilgaala: Hubannoo duraan sammuu keessaa qabnuu fi ragaawwan dubbisnu wol bira qabuun, kallattii dhugaa  ittiin madaallu:

#Yesuus (Nabi #Iisaan nageenni Rabbii isa irratti haa jiraatu), akka inni #hin #ajjeefamin fi #cubbuu #ilma #nama #tokkootiifille #hin #fannifamin  #beekuu #yoo #feetan dubbiiwwaan asii gadii xiinxallaa dubbisaa;

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

Nama sammuun nagahaa, ragaan tokkoo ni gahaa, #Yohannis 8:21-24 dubbisaa.

๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡

#Yohannis 8:21-24/#แ‹จแ‹ฎแˆแŠ•แˆต แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 8:21-24

A. โ†ช 21 Ammas Yesus, "Ani nan adeema, isin #ana #barbaaduuf jirtu; iddoo ani dhaqus #dhufuu #hin #dandeessan, kanaaf cubbuu keessaniin in duutu" jedhee isaanitti dubbate.
โ†ชแŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แ‹ฐแŒแˆžแข แŠฅแŠ” แŠฅแˆ„แ‹ณแˆˆแˆ #แ‰ตแˆแˆแŒ‰แŠ›แˆ‹แ‰ฝแˆแˆ แ‰ แŠƒแŒขแŠ แ‰ณแ‰ฝแˆแˆ แ‰ตแˆžแ‰ณแˆ‹แ‰ฝแˆ #แŠฅแŠ” #แ‹ˆแ‹ฐแˆแˆ„แ‹ตแ‰ แ‰ต #แŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ #แˆแ‰ตแˆ˜แŒก #แŠ แ‰ตแ‰ฝแˆ‰แˆ แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข

B. โ†ช 22 Kana irratti Yihudoonni warri Yesusiin morman, "Iddoo ani dhaqu dhufuu hin dandeessan erga jedhee, #of #ajjeesinna #laataa?" jedhan.
โ†ชแŠ แ‹ญแˆแ‹ตแˆแข แŠฅแŠ” แ‹ˆแ‹ฐ แˆแˆ„แ‹ตแ‰ แ‰ต แŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ แˆแ‰ตแˆ˜แŒก แŠ แ‰ตแ‰ฝแˆ‰แˆ แˆ›แˆˆแ‰ฑ แˆซแˆฑแŠ• แ‹ญแŒˆแ‹ตแˆ‹แˆแŠ•? แŠฅแŠ•แŒƒ แŠ แˆ‰แข

C. โ†ช 23 Inni immoo, "Isin kan goodaa kana ati, ani immoo kan gubbaa sanaa ti; #isin #kan #biyya #lafa #kanaa ti, #ani #garuu kan biyya lafa kanaa #miti.
โ†ช 23 แŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ แŠจแ‰ณแ‰ฝ แŠ“แ‰ฝแˆแฅ แŠฅแŠ” แŠจแˆ‹แ‹ญ แŠแŠแค แŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ แŠจแ‹šแˆ… แ‹“แˆˆแˆ แŠ“แ‰ฝแˆแฅ แŠฅแŠ” แŠจแ‹šแˆ… แ‹“แˆˆแˆ แŠ แ‹ญแ‹ฐแˆˆแˆแˆแข

D. โ†ช24 #Cubbuu #keessaniin #akka #duutan isinitti himeera; ani eenyu akkan ta'e beektanii yoo amanuu dhaabaattan, cubbuu keessaniin in duutu" isaaniin jedhe.
โ†ช 24 แŠฅแŠ•แŒแ‹ฒแˆ…แข แ‰ แŠƒแŒขแŠ แ‰ณแ‰ฝแˆ แ‰ตแˆžแ‰ณแˆ‹แ‰ฝแˆ แŠ แˆแŠ‹แ‰ฝแˆแค แŠฅแŠ” แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆ†แŠ•แˆ แ‰ฃแ‰ณแˆแŠ‘ แ‰ แŠƒแŒขแŠ แ‰ณแ‰ฝแˆ แ‰ตแˆžแ‰ณแˆ‹แ‰ฝแˆแŠ“ แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข

๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡

Mee yaa nama Rabbiin sammuu waa yaadduun siif kenne, ka ammoo Yesuus du'e jettu yookaa cubbuu ilmi nama hojjateef fannifamee jettee yaaddu, #gaafiiwwan asii gadii, ragaa wangeela #Yohannis 8:21-24 irratti hundaahee siif dhihaatuu, #deebisaan kee maalโ‰๏ธ

1ffaa- #Yohannis 8:21 irratti, Yesuus isin na barbaadduu garuu #iddoo #ani #dhaqu #dhufuu #hin #dandeessan jedhee, #akkamitti  #Yihuudonni #arganii #ajjeesuu danda'an jetta?

2ffaa- Yoo Yihudoonni arganii ajjeesuu ni danda'an jettee ka yaadduu, dubbiin Yesuus dubbate soba jechuun dirqamaa. Kanaafuu yaada kee dhugoomsitee dubbii Yesuus kijibsiifta moo yaada kee kijibsiifte dubbii Yesuus dhugoomsitaโ‰๏ธ

3ffaa- Ammas #Yohannis 8:22 irratti, worroonni Yihudotaa Yesuus na barbaadduu garuu  #iddoo #ani #dhaqu #dhufuu #hin #dandeettan eega jedhee, of ajjeessinna laata jedhanii shakkii qofa ibsanii, garuu dubbii inni dubbate dhugoomsanii jiru (akka isatti gahuu hin dandeenne). Wonti asitti gaafii fi raajii namatti ta'u, worroonni Yesuusitti amanna jettan (worroonni Chiristaanaa), akkamitti Yihudota hanqattanii, dubbii Yesuus kijibsiiftanii, #iddoo #ani #dhaqu #Yihudoonni #dhufuu #hin #danda'an ka Yesuus jedhe dhugoomsuu diddanii, Yesuus #Yihudoonni #isa #qabanii #ajjeesan #jettanii yaaddu meeโ‰๏ธ

4ffaa- Yesuus itti dabalee #Yohannis 8:23 irratti, worroonni isa barbaadan #biyya #lafaa akka ta'an, inni immoo akka #biyya #lafaa #hin #taane ifatti himee ture. Sila Yihudoonni samii bahanii ajjeesan jettu moo, Yesuusitu dubbii sobaa dubbatee (ani biyya lafaatii miti jedhe) jechuu barbaadan moo, Yesuus samii bahee deebi'ee, ajjefamee jechuu yaaddu laataโ‰๏ธ

5ffaa- Xumuraa irratti, #Yohannis 8:24 irratti, Yesuus #hundi #namaatuu #cubbuu #isaatiin #akka du'u himee ture. Jechi Yesuus kun hoo dubbii sobaa ta'ee (#namuu #cubbuu #isaatiin #du'aan), Yesuus cubbuu ilma namaatiif ajjeefamee jettuuโ‰๏ธ

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu:

1ffaa- Yesuus ani nan adeema, Yihudoonni na barbaaduu garuu iddoo kiyya #dhufuu #hin #danda'an jedhee, kanaafuu dubbiin Yesuus kijiba waan hin taaneef, Yihudoonni Yesuus argatanii ajjeesuu gonkumaa hin danda'an jechuudha.

2ffaa- Yihudoonni warri Yesusiin morman, "Iddoo ani dhaqu dhufuu hin dandeessan erga jedhee, #of #ajjeesinna #laataa?" jedhan shakkan malee, akka Yesuus qabanii ajjeesuu hin dandeenne ifatti beekanii jiruu jechuudha (waan yaada san hin mormineef).

3ffaa- Yesuus namootaan, cubbuu #keessaniin #ni #duutan jedheeni malee, ani cubbuu keessaniif isiniif du'aa hin jennee. Kanaafuu, Yesuus cubbuu ilma namaa tokkoofuu hin duunee jechuu ibsa.

โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ By:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธ

https://t.me/Xaaliburidallah
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #42ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Gilgaala: Hubannoo duraan sammuu keessaa qabnuu fi ragaawwan dubbisnu wol bira qabuun, kallattii dhugaa  ittiin madaallu:

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Yesuus (Nabi #Iisaan nageenni Rabbii isa irratti haa jiraatu), akka inni #hin #ajjeefamin fi  #cubbuu #ilma #nama #tokkootiifille #hin #fannifamin #beekuu #yoo #feetan, Maatewos 26:39 dubbisuun, gaafiiwwan itti aanee dhufu deebisaa. ๐Ÿ‘‡

๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡

#Maatewos 26:39
" Xinnoos irraa hiiqee #adda #isaatiin #gombifamee, 'Yaa abbaa, ko! In danda'ama yoo ta'e #xoofoon #dhiphinaa #kun #ana #irra #haa #darbu, garuu akka jaalala koo miti, akka jaalala kee haa ta'u malee" jedhee kadhate. "
แŒฅแ‰‚แ‰ตแˆ แ‹ˆแ‹ฐ แŠแ‰ต แŠฅแˆแ แ‰ฅแˆŽ แ‰ แŠแ‰ฑ #แ‹ˆแ‹ฐแ‰€แŠ“ แˆฒแŒธแˆแ‹ญแข แŠ แ‰ฃแ‰ดแฅ แ‰ขแ‰ปแˆแˆตแฅ #แ‹ญแˆ…แ‰ฝ #แŒฝแ‹‹ #แŠจแŠฅแŠ” #แ‰ตแˆˆแแค แŠแŒˆแˆญ แŒแŠ• แŠ แŠ•แ‰ฐ แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆแ‰ตแ‹ˆแ‹ต แ‹ญแˆแŠ• แŠฅแŠ•แŒ‚ แŠฅแŠ” แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆแ‹ˆแ‹ต แŠ แ‹ญแˆแŠ• แŠ แˆˆแข

๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡

Akka wangeela #Maatewos 26:39 asii olii keessatti ibsutti, #Yesuus #ajjeefamuu yaadamuun #duratti #Waaqa #waa #hundaa #danda'aa #ta'eef adda isaatiin gombifamee #kadhataa #ture. Eddoo kanatti gaafii gurguddoo 5, ka worroonni Yesuus du'e jedhanii yaadan deebisuu qabantu jira. Sunisi:

1ffaa- Eega akka worroonni Kiristaanaa yaadutti Yesuus cubbuu ilma namaatiif ajjeefamuu fedhii qabaate, #maaf #Waaqaa #adda #isaatiin #gombifamee #kadhateโ‰๏ธ

2ffaa- Eega #Yesuus homa fedheefuu haa ta'uu #du'a #ooluu #barbaadee #Waaqa #kadhate, Waaqni kadhaa isaa dhagaheef (#awwaateef) moo kadhaa Yesuus #hin #awwanneefโ‰๏ธ

3ffaa- Yoo kadhaa Yesuus Waaqni dhagaheef ka jedhamu taate, maaf Waaqni Yesuusiin du'a hin oolchin reeโ‰๏ธ yoo kadhaa Yesuus Waaqni harkatti ka didu taate, maaf awwaatuufii dide? Moo Waaqni du'a oolchuu dandeetti dhabeโ‰๏ธ

4ffaa-: Waaqni osoo Yesuus itti boohu isaa birmatuu didee, #kaayoo #diinota #Yesuus (#Yihuudotaa) #galmaan #gaheef #jechuudhaaโ‰๏ธ

5ffaa- Akka worroonni Kiristaanaa yaaddanitti, osoo Waaqni Yesuusii hin tumsine ka jennu taatee, Yesuusiin caalaa Waaqni Yihuudota jaalata jechuudhaaโ‰๏ธ (ka Yesuusi tumsuu dideefโ‰๏ธ)

๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu:

1ffaa- Rabbiin/ Waaqni Yihuudotaa caalaa Yesuusiin jaalata, kanaafuu kadhaa Ergamaan isaa Yesuus kadhataa ture harkatti hin didu waan taateef isaa awwaatee, diinota Yesuusii (Yihuudotaa) jalaa baraaree du'a isa oolchee, Rabbiin Nabiyyi isaa gara isaatti isa fudhatee jechuudhaa.

2ffaa- Eega hin ajjeefamin akkasumas hin fannifamin akkam ta'e ree worroota jettaniif, namni Rabbiin irra dhugaa namatti himu hin jiruu, dubbii Rabbiin Qura'anaa isaa keessatti nuuf hime irraa, deebii quubsaa argattuu dubbisaa. ๐Ÿ‘‡

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#An-Nisaa 4:157 Ammas waan isaan โ€œnuti Masiih Iisaa ilma Maryam, ergamaa Rabbii, ajjeefnee jirraโ€ jedhaniif (isaan abaarre) #Isaaniitti #fakkeeffame #malee #isa #hin #ajjeefne; #hin #fannisnes Dhugumatti, isaan isa keessatti wal dhaban isa irraa shakkii keessa jiru. Yaada hordofuu malee isa irratti beekumsa homaatuu hin qaban Qabatamaatti isaan isa hin ajjeefne.
4:157 - ยซแŠฅแŠ› แ‹จแŠ แˆ‹แˆ…แŠ• แˆ˜แˆแŠญแ‰ฐแŠ› แ‹จแˆ˜แˆญแ‹จแˆแŠ• แˆแŒ… แŠ แˆแˆ˜แˆฒแˆ• แ‹’แˆณแŠ• แŒˆแ‹ฐแˆแŠ•ยป แ‰ แˆ›แˆˆแ‰ณแ‰ธแ‹แˆ (แˆจแŒˆแˆแŠ“แ‰ธแ‹)แกแก #แŠ แˆแŒˆแ‹ฐแˆ‰แ‰ตแˆ #แŠ แˆแˆฐแ‰€แˆ‰แ‰ตแˆแˆแกแก แŒแŠ• แˆˆแŠฅแŠแˆฑ (แ‹จแ‰ฐแŒˆแ‹ฐแˆˆแ‹ แˆฐแ‹ แ‰ แ‹’แˆณ) แ‰ฐแˆ˜แˆฐแˆˆแกแก แŠฅแŠแ‹šแ‹ซแˆ แ‰ แŠฅแˆญแˆฑ แŠแŒˆแˆญ แ‹จแ‰ฐแˆˆแ‹ซแ‹ฉแ‰ต แŠจแŠฅแˆญแˆฑ (แˆ˜แŒˆแ‹ฐแˆ) แ‰ แˆ˜แŒ แˆซแŒ แˆญ แ‹แˆตแŒฅ แŠ“แ‰ธแ‹แกแก แŒฅแˆญแŒฃแˆฌแŠ• แŠจแˆ˜แŠจแ‰ฐแˆ แ‰ แˆตแ‰ฐแ‰€แˆญ แ‰ แŠฅแˆญแˆฑ แŠแŒˆแˆญ แˆแŠ•แˆ แ‹•แ‹แ‰€แ‰ต แ‹จแˆ‹แ‰ธแ‹แˆแกแก #แ‰ แŠฅแˆญแŒแŒฅแˆ #แŠ แˆแŒˆแ‹ฐแˆ‰แ‰ตแˆแกแก
An-Nisaa 4:158 Dhugumatti #Rabbiin #gara #isaatti #ol #isa #fuudhe Rabbiin injifataa, ogeessa ta'e.
4:158 - แ‹ญแˆแ‰แŠ•แˆต แŠ แˆ‹แˆ… (แŠขแˆณแŠ•) #แ‹ˆแ‹ฐแˆญแˆฑ #แŠ แŠแˆณแ‹แกแก แŠ แˆ‹แˆ…แˆ แŠ แˆธแŠ“แŠ แŒฅแ‰ แ‰ แŠ› แŠแ‹แกแก

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
๐Ÿ‘†
Ibsi quubsaan, dubbii Rabbii caalu hin jiruu, qalbiin ragaa asii olii xiinxallaa.

โ†ช #Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1แŠ› แ‹ˆแ‹ฐ แ‰ฐแˆฐแˆŽแŠ•แ‰„ แˆฐแ‹Žแ‰ฝ 5:21 แˆแˆ‰แŠ• แˆแ‰ตแŠ‘ #แˆ˜แˆแŠซแˆ™แŠ•แˆ #แ‹ซแ‹™แค ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†dhaamsa jedhu isinii dhaamaa.

โ†ช hawaasni keenna ammoo, "#sababa #keetiin #namni "tokko "qajeeluun, #gaala #diddiimaa #karaa #Rabbii #keessatti #kennatu #siif #caala, ka Nabiyyiin Rabbii (nagahaa fi Rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu), jedhanii Aliyyiif dhaaman siif dhaama. Sheer taasisuun sin kafalchiisu, lammiiwwan keenna beektu hundaa ergii, toltuu guyyaa boruutti si fayyaddu guduunfadhu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ

Garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa ๐Ÿ‘‡

https://t.me/Xaalibu6504
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #43ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Gilgaala: Hubannoo duraan sammuu keessaa qabnuu fi ragaawwan dubbisnu wol bira qabuun, kallattii dhugaa  ittiin madaallu:

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

Dubbiin Rabbii keennaa, worroota isatti amaneef mirkaneessaa hin hajamuu, worroonni dubbii Rabbii irraa shakkii qabdan, jecha Rabbiin suuraa 4:157 keessatti dubbate (isaan isa keessatti wal dhaban isa irraa shakkii keessa jiru. Yaada hordofuu malee isa irratti beekumsa homaatuu hin qaban. Qabatamaatti isaan isa #hin #ajjeefne.) Rabbiin jedhe, kunoo ragaan mirkaneefadhaa ;

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

Wal dhabbii fi shakkiin worroonni Yesuus nuuf jecha du'ee jedhan keessa jiran inni duraa; ๐Ÿ‘‡

1ffaa- #Yihudaan inni dabarsee Yesuusiin kennuuf ture sun, #Yesuus #dhungate moo #hin #dhunganneโ‰๏ธ

1๐Ÿ…ฐ๏ธ. #Dhungate ka jedhu (ka Wangeela #Maatewos 26:48-49) ttu #sirriidha.

1๐Ÿ…ฑ๏ธ. Dhungatuu mitii, #Yesuus #biraa #osoo #hin #gahin #kufe ka jedhu (Wangeela #Yohannis 18:4-6)ttu sirriidha.

Isa kamtuu sirriidha?

๐Ÿ…ฐ๏ธ. #Maatewos 26:48-49  lnni dabarsee Yesusin kennuuf ture sun milikkitaaf, "Inni ani dhungadhu isa, qabadhaa!" jaraan jedhee ture. #Yihudaan akkuma Yesus bira dhufeen, "Attam barsiisaa ko!" jedhee, #isa #dhudhungate.
แ‹จแˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 26:48-49 แŠ แˆณแˆแŽ แ‹จแˆšแˆฐแŒ แ‹แˆแข แ‹จแˆแˆตแˆ˜แ‹ แŠฅแˆญแˆฑ แŠแ‹แค แ‹ซแ‹™แ‰ต แ‰ฅแˆŽ แˆแˆแŠญแ‰ต แˆฐแŒฅแ‰ถแŠ แ‰ธแ‹ แŠแ‰ แˆญแข แ‹ˆแ‹ฒแ‹ซแ‹แˆ แ‹ˆแ‹ฐ แŠขแ‹จแˆฑแˆต แ‰€แˆจแ‰ แŠ“แข แˆ˜แˆแˆ…แˆญ แˆ†แ‹ญแฅ แˆฐแˆ‹แˆ แˆˆแŠ แŠ•แ‰ฐ แ‹ญแˆแŠ• แ‰ฅแˆŽ แˆณแˆ˜แ‹แข

  VS (contradict with)

๐Ÿ…ฑ๏ธ. #Yohaannis 18:4-6 Yesus waan isatti dhufuuf jiru hundumaa beekee, ka'ee itti adeemee, "Eenyuun barbaaddu?" isaaniin jedhe. Isaan immoo deebisanii, "Yesusin namicha biyya Naazireet" jedhan; kana irratti Yesus, "Innoo, ana" jedhe. #Yihudaan inni dabarsee isa kennus isaanumaa wajjin in #dhaabata #ture. Yeroo inni, "Innoo, ana" isaaniin jedhetti gara booddee isaaniitti deebi'anii #in #kukkufan.
แ‹จแ‹ฎแˆแŠ•แˆต แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 18:4-6 แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แ‹จแˆšแˆ˜แŒฃแ‰ แ‰ตแŠ• แˆแˆ‰ แŠ แ‹แ‰† แ‹ˆแŒฃแŠ“แข แˆ›แŠ•แŠ• แ‰ตแˆแˆแŒ‹แˆ‹แ‰ฝแˆ แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข แ‹จแŠ“แ‹แˆฌแ‰ฑแŠ• แŠขแ‹จแˆฑแˆตแŠ• แ‰ฅแˆˆแ‹ แˆ˜แˆˆแˆฑแˆˆแ‰ตแข แŠขแ‹จแˆฑแˆตแข แŠฅแŠ” แŠแŠ แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข #แŠ แˆณแˆแŽ #แ‹จแˆฐแŒ แ‹แˆ #แ‹ญแˆแ‹ณ แ‹ฐแŒแˆž #แŠจแŠฅแŠแˆญแˆฑ #แŒ‹แˆญ #แ‰†แˆž แŠแ‰ แˆญแข แŠฅแŠ•แŒแ‹ฒแˆ…แข แŠฅแŠ” แŠแŠ แ‰ฃแˆ‹แ‰ธแ‹ แŒŠแ‹œ แ‹ˆแ‹ฐ แŠ‹แˆ‹ แŠ แˆแŒแแŒˆแ‹ แ‰ แˆแ‹ตแˆญ #แ‹ˆแ‹ฐแ‰แข

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

Wal dhabbii fi shakkiin worroonni Yesuus nuuf jecha du'ee jedhan keessa jiran inni lammaffaa;๐Ÿ‘‡

2ffaa- #Fannoo #Yesuus #eennutu #baatee gara eddoo golgootaa jedhamu geesse?

2๐Ÿ…ฐ๏ธ. #Yesus fannoo isaa #ofii #baatee kan jedhu, #Yohannis 19:17 ttu sirriidha moo?

2๐Ÿ…ฑ๏ธ. Nama biyya Qareenaa #Simi'oon #isa #jedhamutu baate kan jedhu, #Maatewos 27:32 ttu sirriidha?

Isa kamtuu sirriidhaโ‰๏ธ

๐Ÿ…ฐ๏ธ. #Yohannis 19:17 โ€œYesus fannoo isaa #ofii #baatee, gara iddoo "Lafee mataa" yookiis afaan Ibraayisxiitti "Golgootaa" jedhamutti ba'e.โ€
#แ‹จแ‹ฎแˆแŠ•แˆต #แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 19:17 #แŠขแ‹จแˆฑแˆตแŠ•แˆ แ‹ญแ‹˜แ‹ แ‹ˆแˆฐแ‹ฑแ‰ตแค #แˆ˜แˆตแ‰€แˆ‰แŠ•แˆ #แ‰ฐแˆธแŠญแˆž แ‰ แ‹•แ‰ฅแˆซแ‹ญแˆตแŒฅ แŒŽแˆแŒŽแ‰ณ แ‹ˆแ‹ฐ แ‰ฐแ‰ฃแˆˆแ‹ แ‹จแˆซแˆต แ‰…แˆ แˆตแแˆซ แ‹ˆแ‹ฐแˆšแˆ‰แ‰ต แ‹ˆแŒฃแข

VS (contradict with)

๐Ÿ…ฑ๏ธ. #Maatewos 27:32 โ€œUtuu gad ba'aniis, nama biyya Qareenaa #Simi'oon isa jedhamu tokko argatanii, fannoo Yesus akka baatuuf isa #giddisiisan.โ€
 #แ‹จแˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต #แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 27:32 แˆฒแ‹ˆแŒกแˆ #แˆตแˆแ‹–แŠ• แ‹จแ‰ฐแ‰ฃแˆˆแ‹ แ‹จแ‰€แˆฌแŠ“แŠ• แˆฐแ‹ แŠ แŒˆแŠ™แค แŠฅแˆญแˆฑแŠ•แˆ #แˆ˜แˆตแ‰€แˆ‰แŠ• #แ‹ญแˆธแŠจแˆ #แ‹˜แŠ•แ‹ต #แŠ แˆตแŒˆแ‹ฐแ‹ฑแ‰ตแข

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu:

1ffaa- Kitaabuma worroonni Yesuus cubbuu keennaaf du'ee, nuuf fannifamee jedhan keessatti, eddoo tokkotti Yihudaan inni dabarsee Yesuusiin kennuuf ture sun, #Yesuus #dhungate jedhaa eddoo birootti ammoo #hin #dhunganne, Yesuusiin biraa osoo hin geenne kufe jechuun, akkasumas eddoo tokkotti Fannoo Yesuus, Yesuusimatu ofii isaatii baatee jedhaa gara birootti ammoo nama biyya Qareenaa #Simi'oon #isa #jedhamutu baate jechuun isaa, dubbiin Rabbiin suuraa 4:157 keessatti dubbate dhugaa ta'uu agarsiisa.

2ffaa- #Wol #dhabbiin (#contradiction), kitaaba Macaafa Qulqulluu jedhamu keessatti, dhimma Yesuus du'e jedhu irratti argamuun, worroonni dubbatan ragaa qabatamaa akka hin qabne fi shakkiin akka haasawaa turan, ragaawwan asii olitti laalle, ragaa ifa baasaa haasofni Yesuus du'ee jedhu dubbii fudhatama hin qabne ta'uu mirkaneessan hedduu keessaa, tokko ta'uu qabatamaan mirkaneessaa jechuudha.

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

โ†ช #Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1แŠ› แ‹ˆแ‹ฐ แ‰ฐแˆฐแˆŽแŠ•แ‰„ แˆฐแ‹Žแ‰ฝ 5:21 แˆแˆ‰แŠ• แˆแ‰ตแŠ‘ #แˆ˜แˆแŠซแˆ™แŠ•แˆ #แ‹ซแ‹™แค ๐Ÿ‘†dhaamsa jedhu isinii dhaamaa.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ

https://t.me/Xaaliburidallah
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Karoorri warra haqa Rabbii qabatee fi karoorri namoota haqa irraa baqatanii duniyaaf hojjatanii, akka viidiyoo kana irratti haasawaniitti ibsamu.

Yeroo #miiliyoonalle #lafa #dhiitan, #karoora #biiliyoonaa kan #haqa #balleessaniinis #baafatan, #haqa #Rabbii yoomuu #hin #mo'atan.

https://t.me/Xaaliburidallah
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Akkanatti ummanni jallattoonni, #sabiyyiiwwan #homaa #hin #beekne #irratti #taphatti. Yaa maatii ilmaan tanaa, ta ummata Rabbitti hin amanne, isaan amanee itti dhiifate.
#Ahhhhhhhhh

https://t.me/Xaaliburidallah
#Maqoota #Nabi #Iisaan (#Yesuus) ittiin #waamamu keessaa tokko, '#Masiih' kan jedhu yoo ta'u, #mootii #ummata #Israa'elii #qofa gabrummaa jalaa baasuuf ergame ta'u ragaa baha.

แŠจแŠแ‰ขแ‹ฉ #แŠขแˆฐ (#แŠขแ‹จแˆฑแˆต) แ‹จแˆ›แ‹•แˆจแŒ แˆตแˆžแ‰ฝ แŠ แŠ•แ‹ฑ โ€˜#แˆ˜แˆฒแˆ•โ€™ แˆฒแˆ†แŠ• #แ‹จแŠฅแˆตแˆซแŠคแˆแŠ• #แˆ•แ‹แ‰ฅ #แ‰ฅแ‰ป แŠจแ‰ฃแˆญแŠแ‰ต แŠแƒ แˆˆแˆ›แ‹แŒฃแ‰ต แ‹จแ‰ฐแˆ‹แŠจ แŠ•แŒ‰แˆฅ แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆ†แŠ แ‹ซแˆณแ‹ซแˆแข

What does Messiah mean?

Messiah means, (from Hebrew mashiaแธฅ, โ€œanointedโ€), in Judaism, the expected king of the Davidic line who would deliver Israel from foreign bondage and restore the glories of its golden age.

https://www.britannica.com/topic/messiah-religion#:~:text=messiah%2C%20(from%20Hebrew%20mashia%E1%B8%A5%2C,glories%20of%20its%20golden%20age

Masihiin jechuun maal jechuudha?

Masihii jechuun, (afaan Ibrootaa mashiaแธฅ, irraa kan fuudhame yoo taโ€™u, hiikni isaa โ€œdibameโ€ jechuudha). Amantii Yihudootaa keessatti, mootii hidda Daawit irraa eegamu, kan Israaโ€™el garbummaa ormaa jalaa baasee ulfina bara warqee sana deebisu jechuudha.

แˆ˜แˆฒแˆ… แˆ›แˆˆแ‰ต แˆแŠ• แˆ›แˆˆแ‰ต แŠแ‹?

แˆ˜แˆฒแˆ… แˆ›แˆˆแ‰ตแฃ (แŠจแ‹•แ‰ฅแˆซแ‹ญแˆตแŒฅ แˆ›แˆบแ‹ซแˆ…แฃ แ‰ตแˆญแŒ‰แˆ™ โ€œแ‹จแ‰ฐแ‰€แ‰ฃโ€ แˆ›แˆˆแ‰ต แŠแ‹)แข  แ‰ แŠ แ‹ญแˆแ‹ต แŠฅแˆแŠแ‰ตแฃ แŠฅแˆตแˆซแŠคแˆแŠ• แŠจแ‰ฃแ‹•แ‹ต แ‰ฃแˆญแŠแ‰ต แŠแƒ แ‹จแˆšแ‹ซแ‹ˆแŒฃ แŠฅแŠ“ แ‹จแ‹ˆแˆญแ‰… แ‹˜แˆ˜แŠ•แŠ• แŠญแ‰ฅแˆญ แ‹จแˆšแˆ˜แˆแˆตแฃ แ‹จแˆšแŒ แ‰ แ‰€แ‹ แ‹จแ‹ณแ‹Šแ‰ต แ‹˜แˆญ แŠ•แŒ‰แˆฅ แˆ›แˆˆแ‰ต แŠแ‹แข

๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ

Kanaafuu, akka Insaayikloopiidiyaan Biritaanikaa ragaa bahutti, #Yesuus #ummata #Israaโ€™elii #qofaaf #akka #ergame #mirkaneessaa jechuudha.
แˆตแˆˆแ‹šแˆ… แŠขแŠ•แˆณแ‹ญแŠญแˆŽแ”แ‹ฒแ‹ซ แ‰ฅแˆชแ‰ณแŠ’แŠซ แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแˆˆแ‹แฃ #แŠขแ‹จแˆฑแˆต #แ‹จแ‰ฐแˆ‹แŠจแ‹ #แˆˆแŠฅแˆตแˆซแŠคแˆ #แˆ•แ‹แ‰ฅ #แ‰ฅแ‰ป แˆ˜แˆ†แŠ‘แŠ• แ‹ซแˆจแŒ‹แŒแŒฃแˆแข

๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ

Kakuun Haarofnis yaaduma kana mirkaneessa.
แŠ แ‹ฒแˆต แŠชแ‹ณแŠ•แˆ แ‹ญแˆ…แŠ•แŠ• แˆƒแˆณแ‰ฅ แ‹ซแˆจแŒ‹แŒแŒฃแˆแข

Wangeela #Maatewos 15:24
โ€œInni immoo deebisee (Yesuus) , "#Ani warra akka hoolotaa karaa irraa goranii #mana #Israa'elii #badan #duwwaaf #malee #hin #ergamne" jedheen.โ€
แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 15แฅ24 โ€œแŠฅแˆญแˆฑแˆ แˆ˜แˆแˆถ (แŠฅแ‹จแˆฑแˆต)แฆ #แŠจแŠฅแˆตแˆซแŠคแˆ #แ‰คแ‰ต แˆˆแŒ แ‰แ‰ต แ‰ แŒŽแ‰ฝ #แ‰ แ‰€แˆญ #แŠ แˆแ‰ฐแˆ‹แŠญแˆแˆ แŠ แˆˆแขโ€

๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ

Kan Insaayikloopiidiyaalle soba jettanii yaaddanis, #jecha #Yesuus #soba #jechuun #isin #hin #baasu waan ta'eef, asumaan dhaamsi kiyya worroota Muslimaa hin taanee (#Kiristaanaa), kan #lammii #Itoophiyaa taatani hundaaf,  #Yesuus #Itoophiyaaf #hin #ergamnee, yeroon amantii Islaamummaa furmaata ilma namaa taate hordofaa.
แ‹จแŠขแŠ•แˆณแ‹ญแŠญแˆŽแ”แ‹ฒแ‹ซแŠ• แ‹แˆธแ‰ต แŠแ‹ แ‰ฅแˆ‹แ‰ฝแˆ แ‰ขแ‰ฐแˆตแ‰กแˆแฃ แ‹จแŠขแ‹จแˆฑแˆตแŠ• แŠ•แŒแŒแˆญ แˆแˆฐแ‰ต แŠแ‹ แˆ›แˆˆแ‰ต แŠ แ‹ซแ‹ˆแŒฃแ‰ฝแˆแˆแŠ“แฃ
แŠฅแ‹šแˆ… แˆ‹แ‹ญ แ‹จแˆ›แˆตแ‰ฐแˆ‹แˆแˆแ‹ แˆ˜แˆแŠฅแŠญแ‰ต แˆ™แˆตแˆŠแˆ แˆ‹แˆแˆ†แŠ‘ (#แŠญแˆญแˆตแ‰ฒแ‹ซแŠ•) #แŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซแ‹แ‹ซแŠ• #แ‹œแŒŽแ‰ฝแฃ #แŠขแ‹จแˆฑแˆต  #แˆˆแŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซแ‹แ‹ซแŠ• #แŠ แˆแ‰ฐแˆ‹แŠจแˆแฃ แ‰ แŒŠแ‹œ #แˆˆแˆฐแ‹ #แˆแŒ†แ‰ฝ #แˆ˜แแ‰ตแˆ„ #แ‹จแˆ†แŠแ‹แŠ• #แ‹จแŠฅแˆตแˆแˆแŠ“แŠ• #แˆƒแ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ต #แ‰ฐแŠจแ‰ฐแˆ‰แข

๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ

https://t.me/Xaaliburidallah

๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ
#Warroota #amantii #ragaa #hin #qabne #hordofaa, #amantii #wonti #jedhamuu #hin #jiru #jedhee #haasawuuf #ragaa:-

#แˆ›แˆตแˆจแŒƒ #แ‹จแˆŒแˆˆแ‹แŠ• #แŠฅแˆแŠแ‰ต #แŠฅแ‹จแ‰ฐแŠจแ‰ฐแˆ‰ #แˆƒแ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ต #แ‹จแˆšแ‰ฃแˆ #แŠแŒˆแˆญ #แ‹จแˆˆแˆ #แŠฅแ‹ซแˆ‰ #แˆˆแˆšแŠ“แŒˆแˆฉ #แˆฐแ‹Žแ‰ฝ #แˆ›แˆตแˆจแŒƒ:-

๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ

1ffaa- #Yihudaan #Erge 1:20 โ€œIsin garuu michoota ko, #amantii #keessan isa hundumaa caalaa qulqulluu irratti #dhaabamaatii #cimaa! Hafuura qulqulluudhaan geggeeffamaatii kadhadhaa!โ€
#แ‹ญแˆแ‹ณ 1แฅ20 โ€œแŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ แŒแŠ•แฅ แ‹ˆแ‹ณแŒ†แ‰ฝ แˆ†แ‹ญแฅ แŠจแˆแˆ‰ แ‹ญแˆแ‰… #แ‰ แ‰ฐแ‰€แ‹ฐแˆฐ #แˆƒแ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ณแ‰ฝแˆ #แˆซแˆณแ‰ฝแˆแŠ• #แˆˆแˆ›แŠแŒฝ แŠฅแ‹จแ‰ฐแŒ‹แ‰ฝแˆ แ‰ แˆ˜แŠ•แˆแˆต แ‰…แ‹ฑแˆตแˆ แŠฅแ‹จแŒธแˆˆแ‹ซแ‰ฝแˆแฅโ€

๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ

2ffaa- #Qolosaayis 2:7
โ€œAkkuma barsiifamtanitti hundee keessan gad fageeffadhaa, isatti ijaaramaatii #amantiitti #dhaabamaa! Galata guutee irra dhangala'us dhi'eessaa!โ€
#แ‰†แˆ‹แˆตแ‹ญแˆต 2แฅ7 โ€œแˆฅแˆญ แˆฐแ‹ณแ‰ฝแˆ แ‰ แŠฅแˆญแˆฑ แ‰ณแŠแŒนแฅ แŠฅแŠ•แ‹ฐ แ‰ฐแˆ›แˆซแ‰ฝแˆแˆ #แ‰ แˆƒแ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ต #แŒฝแŠ‘แฅ แˆแˆตแŒ‹แŠ“แˆ แ‹ญแ‰ฅแ‹›แˆ‹แ‰ฝแˆแขโ€

๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ

3ffaa- #Hojii #Ergamootaa 6:7 โ€œDubbiin Waaqayyoo itti fufee bal'achaa, #baay'inni #amantoota Yerusaalemitti argamaniis ittuma dabalamaa adeeme; luboota keessaas #baay'een #amanticha #fudhatan.โ€
#แˆแ‹‹แˆญแ‹ซแ‰ต 6แฅ7 โ€œแ‹จแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแˆ แ‰ƒแˆ แŠฅแ‹จแˆฐแ‹ แˆ„แ‹ฐแฅ แ‰ แŠขแ‹จแˆฉแˆณแˆŒแˆแˆ แ‹จแ‹ฐแ‰€ แˆ˜แ‹›แˆ™แˆญแ‰ต แ‰แŒฅแˆญ แŠฅแŒ…แŒ แŠฅแ‹จแ‰ แ‹› แˆ„แ‹ฐแค แŠจแŠซแˆ…แŠ“แ‰ตแˆ #แ‰ฅแ‹™ #แˆฐแ‹Žแ‰ฝ #แˆˆแˆƒแ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ต #แ‹จแ‰ณแ‹˜แ‹™ #แˆ†แŠ‘แขโ€
 
๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ

4ffaa- 1#Ximotewos 5:8 โ€œNamni tokko akkasitti fira isaatiif, caalaadhumatti immoo #warra #mana #isaatiif #yoo #yaaduu #dhaabaate, #inni #amanticha #ganuu isaa ti, nama hin amanin caalaas hammaachuu isaa ti.โ€
1แŠ› #แŒขแˆžแ‰ดแ‹Žแˆต 5แฅ8 โ€œแŠแŒˆแˆญ แŒแŠ• แˆˆแŠฅแˆญแˆฑ แˆตแˆˆ แˆ†แŠ‘แ‰ต แ‹ญแˆแ‰แŠ•แˆ #แˆตแˆˆ #แ‰คแ‰ฐ #แˆฐแ‹Žแ‰น #แ‹จแˆ›แ‹ซแˆตแ‰ฅ #แˆ›แŠ•แˆ #แ‰ขแˆ†แŠ•แฅ #แˆƒแ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ตแŠ• #แ‹จแŠซแ‹ฐ แŠจแˆ›แ‹ซแˆแŠ•แˆ แˆฐแ‹ แ‹ญแˆแ‰… แ‹จแˆšแŠจแ‹ แŠแ‹แขโ€

๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ

5ffaa- 1#Ximotewos 6:10 โ€œ#Horii #jaallachuun hundee wanti hamaan hundinuu irraa latuu dha; namoonni gar tokko yaada isaanii horii argachuu irra kaa'atanii, #amanticha #irraa #badaniiru, waraansa baay'eedhaanis of waraananiiru.โ€
1แŠ› #แŒขแˆžแ‰ดแ‹Žแˆต 6แฅ10 โ€œ#แŒˆแŠ•แ‹˜แ‰ฅแŠ• #แˆ˜แ‹แ‹ฐแ‹ต แ‹จแŠญแ‹แ‰ต แˆแˆ‰ แˆฅแˆญ แŠแ‹แŠ“แฅ แŠ แŠ•แ‹ณแŠ•แ‹ถแ‰ฝ แ‹ญแˆ…แŠ• แˆฒแˆ˜แŠ™แฅ #แŠจแˆƒแ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ต #แ‰ฐแˆณแˆตแ‰ฐแ‹ แ‰ แ‰ฅแ‹™ แˆฅแ‰ƒแ‹ญ แˆซแˆณแ‰ธแ‹แŠ• แ‹ˆแŒ‰แขโ€

๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ

6ffaa- 2#Ximotewos 4:7 โ€œWal'aansoo isa gaarii sanas dhaabadhee qabeera; dorgomee koos raawwadheera, #amantiis #eegeera.โ€
2แŠ› #แŒขแˆžแ‰ดแ‹Žแˆต 4แฅ7 โ€œแˆ˜แˆแŠซแˆ™แŠ• แŒˆแ‹ตแˆ แ‰ฐแŒ‹แ‹ตแ‹ฌแŠ แˆˆแˆแฅ แˆฉแŒซแ‹แŠ• แŒจแˆญแˆผแŠ แˆˆแˆแฅ #แˆƒแ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ตแŠ• #แŒ แ‰ฅแ‰„แŠ แˆˆแˆแคโ€

 ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ

7ffaa- #Tiitoos  1:13-14 Kanas dhugaa dubbate; kanaafis #amantii isaaniitti seelkoo akka hin qabaannetti, cimsii balleessaa isaanii itti mul'isi! Si'achis mammaaksa #amantii isa kan #Yihudootaa, abboommii namoota warra dhugaa irraa gara galanii duukaas akka hin buune godhi!
#แ‰ฒแ‰ถ 1แฅ13-14 โ€œแ‹ญแˆ… แˆแˆตแŠญแˆญ แŠฅแ‹แŠแ‰ฐแŠ› แŠแ‹แข แˆตแˆˆแ‹šแˆ… แˆแŠญแŠ•แ‹ซแ‰ต แ‹จแŠ แ‹ญแˆแ‹ตแŠ• แ‰ฐแˆจแ‰ตแŠ“ แŠจแŠฅแ‹แŠแ‰ต แˆแ‰€แ‰… แ‹จแˆšแˆ‰แ‰ตแŠ• แˆฐแ‹Žแ‰ฝ แ‰ตแŠฅแ‹›แ‹ แˆณแ‹ซแ‹ณแˆแŒกแฅ #แ‰ แˆƒแ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ต #แŒคแŠ“แˆžแ‰ฝ #แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ†แŠ‘ #แ‰ แ‰ฅแˆญแ‰ฑ #แ‹แ‰€แˆณแ‰ธแ‹แขโ€
 
๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ

8ffaa- #Yihudaan #Erge 1:3 Michoota ko! Waa'ee fayyina walii wajjin qabnuuf duruma iyyuu isiniif caafuudhaaf dhama'aa utuun jiruu, #amma #Amantii #isa #al #tokkicha yeroo hundumaaf akka ta'utti warra Waaqayyoof qulqullaa'anitti dabarfame sanaaf akka loltaniif, caafee isin gorsuun giddiitti barbaachisaa ta'uu isaa argeera.    
#แ‹จแ‹ญแˆแ‹ณ #แˆ˜แˆแŠฅแŠญแ‰ต 1:3 แ‹ˆแ‹ณแŒ†แ‰ฝ แˆ†แ‹ญแฅ แˆตแˆˆแˆแŠ•แŠซแˆแˆˆแ‹ แˆตแˆˆ แˆ˜แ‹ณแŠ“แ‰ฝแŠ• แˆแŒฝแแˆ‹แ‰ฝแˆ แŠฅแŒ…แŒ แ‰ฐแŒแ‰ผ แˆณแˆˆแˆแฅ #แˆˆแ‰…แ‹ฑแˆณแŠ• #แŠ แŠ•แ‹ต #แŒŠแ‹œ #แˆแŒฝแˆž #แˆตแˆˆ #แ‰ฐแˆฐแŒ  #แˆƒแ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ต #แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ตแŒ‹แ‹ฐแˆ‰ #แŠฅแ‹จแˆ˜แŠจแˆญแŠ‹แ‰ฝแˆ แŠฅแŒฝแแˆ‹แ‰ฝแˆ แ‹˜แŠ•แ‹ต แŒแ‹ต แˆ†แŠแ‰ฅแŠแข
ุฃูŽูŠูู‘ู‡ูŽุง ุงู„ุฃูŽุญูุจูŽู‘ุงุกูุŒ ุฅูุฐู’ ูƒูู†ู’ุชู ุฃูŽุตู’ู†ูŽุนู ูƒูู„ูŽู‘ ุงู„ู’ุฌูŽู‡ู’ุฏู ู„ุฃูŽูƒู’ุชูุจูŽ ุฅูู„ูŽูŠู’ูƒูู…ู’ ุนูŽู†ู ุงู„ู’ุฎูŽู„ุงูŽุตู ุงู„ู’ู…ูุดู’ุชูŽุฑูŽูƒูุŒ ุงุถู’ุทูุฑูุฑู’ุชู ุฃูŽู†ู’ ุฃูŽูƒู’ุชูุจูŽ ุฅูู„ูŽูŠู’ูƒูู…ู’ ูˆูŽุงุนูุธุงู‹ ุฃูŽู†ู’ #ุชูŽุฌู’ุชูŽู‡ูุฏููˆุง #ู„ุฃูŽุฌู’ู„ู #ุงู„ุฅููŠู…ูŽุงู†ู #ุงู„ู’ู…ูุณูŽู„ูŽู‘ู…ู ู…ูŽุฑูŽู‘ุฉู‹ ู„ูู„ู’ู‚ูุฏูู‘ูŠุณููŠู†ูŽ.โ€ โ€”  #ูŠู‡ูˆุฐุง 1:3

๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ

#Warroonni #amantii #hin #qabne #hundi, #akka #warra #ibidda #Jahannam #keessatti #gubataa #jiraatan, #ragaan #Kakuu #Haarawaa #ni #mirkaneessaa.

๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ

#Mul'ata 21: 8 โ€œQoodi warra lugnootaa, #warra #amantii #hin #qabnee, warra ciigga'amaa, warra gumaa, warra halalee, warra qoricha namatti godhanii, warra waaqayyolii tolfaman waaqessanii, warra sobduu hundumaas garuu, #kuufama #ibiddii fi #dhagaan #boba'u #keessaa #balalchu #in #ta'a; innis du'a lammaffaa dha" naan jedhe.โ€
#แˆซแŠฅแ‹ญ 21แฅ8 โ€œแ‹ณแˆฉ แŒแŠ• แ‹จแˆšแˆแˆฉแŠ“ #แ‹จแˆ›แ‹ซแˆแŠ‘ แ‹จแˆญแŠตแˆณแŠ•แˆ แ‹จแŠแแˆฐ แŒˆแ‹ณแ‹ฎแ‰ฝแˆ แ‹จแˆดแˆฐแŠ›แ‹Žแ‰ฝแˆ แ‹จแŠ แˆตแˆ›แ‰ฐแŠ›แ‹Žแ‰ฝแˆ แŒฃแ‹–แ‰ตแŠ•แˆ แ‹จแˆšแ‹ซแˆ˜แˆแŠฉ แ‹จแˆแˆฐแ‰ฐแŠ›แ‹Žแ‰ฝแˆ แˆแˆ‰ #แ‹•แ‹ตแˆ‹แ‰ธแ‹ #แ‰ แ‹ฒแŠ•แŠ“ #แ‰ แŠฅแˆณแ‰ต #แ‰ แˆšแ‰ƒแŒ แˆ #แ‰ฃแˆ•แˆญ #แŠแ‹แค แ‹ญแŠธแ‹แˆ แˆแˆˆแ‰ฐแŠ›แ‹ แˆžแ‰ต แŠแ‹แขโ€
โ€œ ูˆูŽุฃูŽู…ูŽู‘ุง ุงู„ู’ุฎูŽุงุฆููููˆู†ูŽ #ูˆูŽุบูŽูŠู’ุฑู #ุงู„ู’ู…ูุคู’ู…ูู†ููŠู†ูŽ ูˆูŽุงู„ุฑูŽู‘ุฌูุณููˆู†ูŽ ูˆูŽุงู„ู’ู‚ูŽุงุชูู„ููˆู†ูŽ ูˆูŽุงู„ุฒูู‘ู†ูŽุงุฉู ูˆูŽุงู„ุณูŽู‘ุญูŽุฑูŽุฉู ูˆูŽุนูŽุจูŽุฏูŽุฉู ุงู„ุฃูŽูˆู’ุซูŽุงู†ู ูˆูŽุฌูŽู…ููŠุนู ุงู„ู’ูƒูŽุฐูŽุจูŽุฉู ููŽู†ูŽุตููŠุจูู‡ูู…ู’ ูููŠ ุงู„ู’ุจูุญูŽูŠู’ุฑูŽุฉู ุงู„ู’ู…ูุชูŽู‘ู‚ูุฏูŽุฉู ุจูู†ูŽุงุฑู ูˆูŽูƒูุจู’ุฑููŠุชูุŒ ุงู„ูŽู‘ุฐููŠ ู‡ููˆูŽ ุงู„ู’ู…ูŽูˆู’ุชู ุงู„ุซูŽู‘ุงู†ููŠยป.โ€  โ€” ุฑุคูŠุง  21:8

๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ

https://t.me/Xaaliburidallah
https://vm.tiktok.com/ZMj39vQ1J/


Erguma ta'ee '#gooftummaan' #Yesuus kan xumuraa qabu, #maaliif #barbaachise #lallabuu?

#Gooftummaa #xumura #hin #qabne tan #Rabbii osoo qabatanii, haga ofitti taphatanii (worroonni Islaamumman ala jiraatani).
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Erguma ta'ee '#gooftummaan' #Yesuus kan xumuraa qabu, #maaliif #barbaachise #lallabuu?

#Gooftummaa #xumura #hin #qabne tan #Rabbii osoo qabatanii, haga ofitti taphatanii (worroonni Islaamumman ala jiraatani).

https://t.me/Xaaliburidallah
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Wonti #Addunyaa_Akka #hin_ijaaramne_isii_taasisu maal Akka ta'e quba qabduu? Manguddoon Kun isinii himuu dhageefadhaa.

https://t.me/Xaaliburidallah